Lola calanqoo booda waraani dajazmach Nesibu gaara mul'ataa gurawa maadheefate.
Fardoo murtii guutoo kan Raada yaayyaati hafee
Hunda fudhachuun qophii Ogadeen qabachuuf godhaa turee naannoo kanatti itti fufee.
Akkuma beekamu seenaa waraana murtii guutoo keessatti iddoon raada yaayyaa jedhamtu bakka guddaa qabaachaa turtee.baker waaree dabalatee waraani Raaree jedhamu kan fardaan lolaa turee iddoo gaara mul'ataa naannawa gurawa bakka raada yaayyaa gambeella iddoo jedhamtutti nama lallabaa lihoo jedhamu irraa akka leenjii fudhatan seenaan ni dubbata.
"SUURAA waraana dajazmach nesibu naannawa gurawaati Bara 1889.
Ancient history of oromoo
https://www.tg-me.com/etbisahusen

ancient history of oromoo
https://www.tg-me.com/etbisahusen
TEEWDIROOSII FI DALAGAA ISAA
Kutta XUMURAA
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
Eenyummaan ummata Oromoo Walloo keessa jiraatanii akka baduuf kan gahee taphate tokkummaa dhabuu Muhammad Alii fi Abbaa Waatoo ta’uu ragaan hedduun ni eera. Adeemsa wal dhabdee kanaa jijjiiruu keessatti qoodni Warqituu akkaan kan ilaalamuudha. Warqituun wal dhabdeen sun akka ummata keenya bara sanaa miidhuu danda’u hubachuun walitti dhufeenyi dhaabota siyaasaa giddutti akka uumamuuf dalaga jabaan akka barbaachisu yaadaa turte jedha seenaan. haa ta’uu adeemsa Warqituu sanaan Minilik Maq-dhalaa irraa akka gara Shawaatti galu goote oduu jedhuus ni jira Teewdiroos ilma Warqituu Hammadee Alii Liiban Bara 1865tti Ajjeessuun, du’aan addunyaa kanarraa dhabamsiise. Haaloo kanaa bahachuuf gargaarsa Mastaawat gooteen Warqituun Teewdiroosiin ajjeesuu dandeessee jirti. Har’a ilmaan keenya kitaabota barnootaa keessatti seenaa dogoggoraa kan barataa jiran ta’uu hubachuun ni barbaachisa. Akkaatan ittiin kitaabota seenaa kitaaba barnoota biyyattii keessatti barachaa turretti, Teewdiroos shugguxiin of ajjeese jechuun waan hinjirre bocanii seenaa bareechachuuf yaaluu isaanii hubanna. Dhugaan dubbii garuu, Teewdiroos intala gootittii Oromoo Warqituun gargaarsa obboleettii ishee Mastaawatiin ajjaeefamuudha. Osoo waan kun Oromoo irratti dalagamaa turuu beekanii kanneen harcaatota isaanii kana leellisan Oromoo irratti yakka kana dabalataan dalaguuf hawwuu isaaniiti. garuu goonkumaa hin milkaahan.
XUMURAMEERA

Telegram
ancient history of oromoo
https://youtube.com/@ancienthistoryoforomoo6668?si=BLiCBeAVIkfyX3VG