Jachii fugug jedhu jacha faggoo (faraway) jedhu irraa fudhatame.akka kitaabani professor mahmmad Hassan (oromo and the Christian kingdom of the Ethiopia page-125) gubbatti jedhutti lafa ol kaatuu Kaaba keeniyaa irraa hamma arsii, lafa ol-kaatuu shawaa irraa hangaa laga gibee jirtu irraa kaasii, lafa oromoon jaarraa 13ffaa keessa irraa jiraachaa turttee lafa lafa ol kaatuu gaarreen baalee irraa hamma taajuraa jirtu tanaan oromoon dur fugug jachuun waamaa akka turan ibsa.yaada Kan Marical d'salviac kitaaba "(The greatest African nation.) jedhu gubbatti barreesse jira.
Jaarraa 13ffaa Dura lafa maqaa fugug jedhuun waamamaa turan akka fakkeenyatti maqaa tuquu dandeenya.
-baddaa fugug- naannoo salaalee.
-bachoo fugug- shawaa dhihaa (bachoo)
-Ribuu fugug- shawaa dhihaa
-gaara fugug (gaara gugu irraa hamma taajuraa
-Gooroo fugug -hararge bahaa
Fugug wajii - Arsii dhihaa......
Suuraa gaara mul'ataa bara 1937 G.C
Photo by Deutsche fotoe
by "gumaa"

๐7๐ข1
#Weellisaa_Wasanuu_Diidoo
Oromoon sirbaa fi weellisaaf iddoo guddaa kennuun akkuma beekamutti ta'ee, yeroo dheeraa dura weellisaa osoo adda hin baasin hawaasni sirbuun yaada isaani ibsachaa turani, isaa asitti garuu nama jabaaf abbaa Masinqoo aarti muuziqaa oromoof waan guddaa kaa'ee darbe, innis aartiin muuziqaa oromoo yeroo ka'u angafaa fi abbaa weellistoota oromoo artist Wasanuu Diidoo maqaan kan dhahaamudha.
Weellisaa Wasanuu Diidoo Godiina Shawaa Kaabaa($alaalee) aanaa Jiddaa ganda Ariyaa Gadullaa iddoo addaa Elellee jedhamutti dhalatee guddachuun, dandeettii sirbaa fi masinqoo rukutuu aabbaa isaa fi ummata Jiddaa irraa gonfateen, iddowwan mana cidhaa, sagantaa fi iddoo shubbisaa gara garaatti nannoo Jiddaa, Abbichuu Nya'aa, Wacaalee fi Salalee irra naanna'uun sirbaa ture. Erga gara finfinnee dhufees mana bashanana gara garaa fi mana muuziqaa Hager Fikir Theatre (แ แแญ แแ แญ) galuun yeroo afaan oromoo dubbachuun yakka ta'etti sirbuun waan boonsaa hojjetee ture.
Uummata Oromoo sirba malee rafee hin bulleef keessattu uummata Oromoo salaaleef sirboota hedduu weeddisaa ture. Isaan keessaa "Wasanee Too", "Hin Teenyu", "Alam Mangistaata Bira Deemna", fi kkf.dha Fknf...
Wasanee wasana roobii
Yoo karra bahuu si dhoowwee
Dallarran naa darbii loomii
Muluu too yaa mululaatee
Bottii binnaan sitti ulfaatee
Askoo binnaan mucucucaatee
Sharaa binnaan sitti taatee
Jiddi Faradoo hin sakaaluu
Mormatti mareet gadhiisaa
Obboleessi nama hin dhaanuu
Tajjabeet itti dhiisaa... ... ...
Jechuun sirbaa ture. Kanaanis weellistoota akka Laggasaa Abdii...
.
.
.
Kutaan itti aanuu itti fufa...
#Wabii_Kan_Godhannee
โ๏ธUummata Oromoo naannoo sanatti argamanii fi obooleessa isaa Nagaashuu Diidoo
โ๏ธSeenaa Art. Laggasaa Abdii
โ๏ธHager fikir Theater bet
โ๏ธW/A/Turism Jiddaa Salaalee...
โ๏ธ Kiitaabilee gara garaa kan akka Laphee Uummata Koo Qatsalaa Shuumiitiin tibbana maxxanfame.
โ๏ธ Hayyoota Oromoo fi kkf. dha.
@Eenyuu inni Seenaa isaa qoratee beeksiisu?
@Nu ta'uu hin dagatinaa!..
Horaa Bulaa!...
#Like_Share_Comment...

๐5
https://www.tg-me.com/bums/app?startapp=ref_8Ao2yhVg-act_hbb
Check our @bums, my friend. I got you some boosts in case you become homeless. Who can resist a nice Bumburger that gives x3 coins per hour? If you don't care about coins income, at least you deserve a decent healthy meal

Telegram
Bums
After fire๐ฅ water ๐ง and a cardboard box ๐ฆ you can become a legend! โญ๏ธ
The great Artist Alii Shabboo. Alii Shabboon osoo jiraachuu baatee, artistiin Oromoo, keessaafuu Hararghee, gurguddooni arrallee lubuun jiranii fi Artii Oromoo keessatti hanga'anii, calaqqisanii mul'atan horachuun hin dandayyamu ture. Wallisaa qofaa miti Alii Shabboon, Qindeessaa muuziiqaa guddaa dha. Artistoota akka Kadir Sa'id, Adam Haruun,..... hedduuf kan carraa saaqe Nama kana. Galanni isaa guddaa dha. Umrii dheertuu haa jiraatu
www.tg-me.com/seed_coin_bot/app?startapp=567113628
www.tg-me.com/etbisahusen

Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
The hidden history of Ethiopia and the secret behind battle of ADWA
#ancient_history_of_oromoo | By Weird Things About History

Patrice Lumumba was among the few young
prominent African leaders who was straight forward
and corruption free. However, Africa killed her own
son. Did you know that he was givรจn away by his very own people he tried to save.He was givรจn to
the firing squร d consisting of his own people while
the enรจmies watched in humour. He was buriรจd in
an unknown location,later, he was retrieved, and his
corpse cut into piecรจs and later b.urnt in sulphuric
acid.
#ancient_history_of_oromoo
#Africa
#ancient_history_of_oromoo
@etbisahusen

#Seenaa_Hordofaa_Ahmad!.
#Goota_Anniyyaa
Maqaan dhaloota isaa #Siraaj_Ahmad_Ibraahim je'ama. kan dhalate G/Har/Baha/Aanaa Gola Odaa, Gowgowitti, abbaa isaa Ahmad Ibraahimii fi harmee isaa Faaxumaa Aadam Abdullaah irraa bara 1951tti dhalate. maqaa Hordofaa Ahmad ja'uun cinattis maqaa #Coollee_Anniyyaa ja'amuunis beekama. Hordoofaan maatii horsiisee bulaa irraa waan dhalateef akkuma ilmaan Oromoo hedduuti horii tiysaa guddate.
Jireenya Tiiysitee booda, barnoota Qur'aana islaamaa nannoo haramaayaa fi dirree dawaatti barachuu jalqabe.
Cunqursaa fi roorroon saba Oromoo irratti raawwattu hammaachuurraa kan ka'e, Hordoofaan barnoota isaa addaan kutee akka lakkooysa Faranjiiti bara 1969tti gara Somaaliyaa imaluudhaan, magaalaa Maqdishoo keessatti Sooressa Jaarraa Abbaa Gadaatiin walitti dhufe. Haala kanaan erga Jaarraa fi waahellan isaaniitiin waliiti dhufe booda, baruma san keessa Adda Bilisummaa Oromoo hundeessan. Akkaataa kanaan Hordoofaa Ahmad namoota yeroo jalqabaatiif ABO hundeessan keessaa nama tokkoo tahuun, galmee seenaa qabsaa'oota oromoo keessatti tarree warra qooda leencaa qaban irratti, goota ifgalmeessuu dandayye tahe.
Hordoofaa Ahmad biyya Yamanitti leenjii waraanaa fudhachuudhaan kumaandoo tahee eebbifame. bara 1973tti yeroo Elemoo Qilxuu Qeerroo Ganamaa marsaa lammaffaa qabatee gara biyyaa seenu, innis karaa Somaaliyaatiin nama 4 fudhatee Carcar bu'uun waraana Elemootti makame.
Akka lakkoofsa Awuroophaa dhuma Bara 1973ti Carcar Xirroo keessatti dhukaasa jalqabaa ilmaan Oromoo dhaaba tokko jalatti gurmaa'aaniin mootummaa H/sillaasee irratti godhame keessatti, loltoota diinaa nama maqaan #Mulaatuu_Tagany ja'amuun hogganaman hedduu galaafachuun, Mootummaa san guddaa naasisan. waraanni nafxanyaa kan miidhaa guyyaa duraa kanatti irra gaheen guddaa rifatee jiru, haaloo tana bahuudhaaf humna dabalatee sassaabachuun yeroo lammaffaaf lola xirrootti taasifame keessatti waraanni Eleemoo akka malee miidhaan irra dhaqabu dandayyee ture.. Goonni Goota caalu leenci ija barbadaa Jaal Elemoonis guyyaan isaa loluma kana keessatti itti dhufee, wareegame.
Hordoofaa Ahmadii fi Jaal Elemoo Qilxuu jaallewwan qabsoo keessatti amanummaa fi abdii guddaa walirraa qaban ture. Elemoon yeroo rasaasa diinaatiin rukutamu, Galmee (document) isaa Hordoofaa Ahmad qabsiise. Lola Xirroo kanarratti Hordofaanis bakka sadi rasaasa diinaatiin rukutamee madaa'us lubuun hafuu dandayyee jira. San booda Hordofaan qawwee Jaal Elemoon irraa wareegame takkaa fi dookumantii Elemoo Qilxuu itti kenne dabalatee, hidhannoo isaa guutuu waliin Ona Bookee bakka 27 jedhamtutti galee qawwee lamaa fi dokumantii dhaabaa isa harka jirtu san awwaale.
Hogganaan biyya keessa jiru Elemoo Qilxuu Warreegama. Hayyuun Dureen Dhaaba ABO jalqabaa kan tahe Jaarraa Abbaa Gadaa immoo Biyya Soomaaleetti mana hidhaa keessa jira. Yeroon bara jalqaba Darguun angoo itti kore waan taatef haalli jiru qabsoo itti fufsiisuuf mijaa'aa tahuufi didde. Kanaaf Hotdoofaan jireenya dhunfaa jalqabuuf dirqame. fuudhee bultii ijaaree jireenya dhunfaa Bookee jiraachuuti seene. Haala kanaan jiraachaa osoo jiruu waahelli Elemoo Qilxuu Sooressi Jaarraa Abbaa Gadaa bara 1970_1975tti Somaaliyaatti erga hidhameen booda onkoloolessa 24/1975tti hidhaa bahuun dhagayamte.
Sooressi Jaarraa Abbaa Gadaa baruma kana keessa akkuma hidhaa baheen hayyoota Oromoo Haaji Bushraa fi Ahmd Haadii waliin walqunnamanii Aanaa Gola odaa, bakka gaara mayxinnoo jedhamtutti manguddoo Oromoo nama torba(7) yaammatanii akkamitti qabsicha akka itti fufsiisuu dandayyanirratti marii taasisan. Erga manguddoota kanaan wal arganii marii dheertuu adeemsisaniin boodaan murtii qabsoo hidhannoo baha Oromiyaati jalqabamte itti fufsiisuun bilisummaa Oromootiif falaa fi filmaata carraa biraa hin qabne akka tahe irratti waliif galan.
Akkaatuma mariin taasifamteeti, Hordoofaanis qawwee 2 fi dokumantiin Elemoo Qilxuu itti kenne san Sooressa Jaarraa Abbaa Gadaa harkaan gahe. Hayyoota Oromoo Hararghee walgayii sanarratti hirmaatan maqaan isaanii akka armaan gadii kana taโa.

ancient history of oromoo
https://youtube.com/@ancienthistoryoforomoo6668?si=BLiCBeAVIkfyX3VG
๐2
1. Ahmad Ibraahim Jaldoo Araarsaa
2. Aadam Abdullaah Shaanqee
3. Mahammad Aadam Abdullaah
4. Yaasiin Usmaan Cirriquu
5. Mahdii sa'id Ibraahim
6. Ahmad Mahammad Ibraahim
7. Kadiir Alii Ildii
8. Saalii Abdullaah Halloo
9. Aadam Sa'idee
10 . Ibraahim Iisaa
11. Ahmad Ibraahim Iisaa
12. Mahammad Saโidee
13. Abdalqaadir Aadam Ahmad
14.Sheekh Ibraahim Abdullee
15. Mahammad Suleeyman
16. Mahammad Umar Qaxxisoo
17. Mahammad Ibroo Urrunjii
18. Haaji mahammad Arab
19. Sheekh Barkallee Abbaa Jundaa
20. Raabii Goosoo
21. Mahammad Umar Bulee
22. Sayyid Mahammad Aruuf
23. Tukkee Hasan Badhaasoo
24. Mahammad Tukkee Hasan
25. Sheekh Aliyyii Mahammad Sa'id
26. Sheekh Mahammad Aarif
27. Sheekh Muktaar Bakar
28. Haaji Mahammad Ibraahim
29. Sheekh Mahammadnuur
30. Sheekh Abdulwaduud Sayyid Amiin( Xaliilessaa Qumbii)
31. Jamaal AbdulKariim
32. Dr. Suufiyaan fi kkf hedduutu irratti hirmaate.
Bara 1975 ji'a Shanaffaa booda, Hordofaa Ahmad akka Aanuma Bookee jiraatuu fi gaheen hojii dabballee ijaarsa dhaabaa tahee akka hojjatu itti kennamte. Osuma kanaan jiruu bara 1989 qabsoo ABO Sooressa Jaarraa Abbaa Gadaatiin hoogganamtu tana keessatti gara loltummaa waraanaatti makamuun dirqama qabsoo bahachutti seene. Gara hoggansa abba seelitti ol guddachuunis goota lolee lolchiisaa ture dha Hordoofaa Amhad. Akkaataa kanaan osoo jiruu hooggantoota isaatiin wal mari'atee, namichi Elemoo Qilxuu ajjeese sun lubuun jiraachuu isaa waan beekameef, iddoo inni jirutti barbaadee gumaa Elemoo Qilxuu akka baasuu qabu murteesse.
Hoggantooni ol'aanoon isaatis loltoota jajjabaa nama 5 rammadaniifii ammas gara Carcaritti gaggeessan. Akkanaan deemee namicha Elemoo Qilxuu ajjeese, Harargee Lixaa magaalaa Galamso keessatti ajjeessuun hijaa irraa kaffalachuun, dirqama lammumaatis qixa sirriitiin bahatee, gootummaa isaa gochaan agrsiisuu dandayye.
Ergama kana erga raawwateen booda Galamsoorra gara Xirroo qajeelan. xirroo iddoo Elemoo Qilxuu itti awwaalamee adda baafachuuf dhaqan. Haa tahuu Garuu, yeroo kana ABOn bakka lamatti adda Foottooqee jira. ABO warri Bahaa Oromiyaa unkuree, daadeen oofaa guddissanii,itti hidhamanii, itti caphanii, itti baqanii, itti warreegamanii, biyya Yamanii fi Somaaliyaan qaxxamuranii, harkaan Oromootiin gahanii, lafa Hararghee hanga tokko mootummaa darguu jalaa walaboomsanii osoo jiranii, warri mootummaan Darguu if keessaa harcaasee, kan lixaa fi jiddugala Oromiyaatii dhufanii itti makamaniin shira gaafas Soorreessa Jaarraa Abbaa Gadaa fi Qabsaa'oota jajjaboo baha Oromiyaarratti hojjatameen, ABOn adda footooqee otoo wal rukutaa jiranuu, Wayyaaneen duubaa Masaraa seente. Cubbuun gaafas ABO keessatti hojjatamte shigigiirii keessattis qooda gahaa akka hin taphane goote, san boodas erga gaaratti deebi'anis ittuma fufte. Hoggantoota ABO hanga ammaa lubuun jiraniin, Cubbuun gaafas qabsaa'oota ABO miseensoota Qeerroo ganamaa tahanirratti hojjatame, hanga ammaa ABOn tokko tahe akka dhaabbachuu dadhabu taasiste jirti.
Haa tahuu ti, lubuun gootoota Oromoo akka hedduun, lola ABOn ofumaaf haala kanaan adda footoqqee, seenaa walsaamuuf walirratti gaggeessaa turan jidduuti warreegamte hanga hin qabdu. Haaluma kanaan Hordoofaanis Bara 1996tti lola waraana IFLO fi Adda Bilisummaa Oromoo jiddutti qabrii Elemoo Qilxuu birratti gaggeefameen, idduma Elemoo Qulxuu itti wareegame sanatti warreegamuun addunyarraa dabruu dandayye. Hordoofaa Ahmad Abbaa ilmaan 7,dhiira 2 fi dubra 5 ture. Duuti gootaa waldhabdee ilmaanuma abbaa tokkoo jiddutti uumamtee keessatti tahun waan hedduu garaa nama gubaati.
Miseensa Qeerroo ganamaa, qabsaa'aa mirga dhala namaa, Hordoofaa Ahmadis Warra jannataa rabbi haa godhu jenna.
#Immimaan_Ijaa_irraa(Seenaa Qabsaa'oota Wareegamanii).
Horaa Bulaa
https://www.tg-me.com/etbisahusen

๐7
๐ Discover the rich tapestry of Oromo history and culture! ๐
๐ถ Immerse yourself in the vibrant traditions, music, and dance that have been passed down through generations. ๐๐บ
๐ Explore the wisdom of Gadaa, the unique socio-political system that showcases democratic governance and social harmony. ๐ค
๐จ Experience the beauty of Oromo art, storytelling, and cuisine, reflecting a deep connection to nature and community. ๐ฟ๐ฒ
๐ Join us in celebrating and preserving the heritage of the Oromo people, a legacy of resilience and unity. โโจ

๐4
Suuraa kana gubbatti, musxafaa harawwee, halloo daawee, shantam shubissa fi warreen biraatiis, namootan yeroodhaaf maqaa isaanii hin beeyne hedduutu mul'ata. Suuraan kun akka lakkoysa habashaa
Bara 1975 - 1977 E.C. jidduudha. Baroota kana, magaalaa dirree dhawaa keessa hawwiissoo lamaa oltu ture.

๐1
"SEENAAN GOOTOTA KALEELNSAA
DAAWWITII DHALOOTA HAR'AATI!"
Goototaa Biyyaa keenya fi Iddoo dhaloota Isaanii
1.Taaddasaa Birruu(1920-1975) shawaa(hidhabuu Abootee)
2.Abdisa Aagaa(1919-1974) Wallaggaa(Najjoo)
3.Agarii Tulluu(1934-1962) Shawaa(Dagam)
4.Maammoo Mazamir(1929-1969) shawaa (Gudar)
5.Elemoo Qilxuu(- - ) Dirre Dawaa
6.H/Maariyam Gammadda(1915-1970) Shawaa(Jiddaa)
7.Waaqoo Guutuu(1929-2006) Baalee(Madda Walaabuu)
8.Oliiqaa Dingil(1890- --] Wallagaa(D
9.Hayilee Fidaa(1939-1979) Wallaggaa(Arjoo)
10.Baaroo Tumsaa(1942-1977) Wallaggaa(Gimbii)
11.Guddinaa Tumsaa(1929-1979) Wallaggaa(Gimbii)
12.Guutamaa Hawaas(1945-1994) Arsii(Gololchaa)
13.Alamuu Qixxeessaa(1907-2001) Shawaa(Jalduu)
14.Abiishee Garbaa(------??) Wallaggaa(Horroo)
15.Eebbisaa Addunyaa(-----1996) Wallaggaa(Dambi Doolloo)
16.Jaarraa A/Gadaa( ....2013) Harargee(Gaaraa Mul'ataa)
17.Huseen Bunee(1904-2004) Baalee(Goorii Gafarsaa)
18.Muhaammad Zaakir(1949-1977) Harargee(Galamsoo)
19.Aliyyii Cirrii(1914-2010) Baalee
20.Leenjisoo Diigaa(??) Arsii