This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Ergaa Jabduu
Mootummaa amma Jiru Kana Uummatatu Lolu Qaba.
Mootummoonni Addunyaa sabaa isaani hin lolani maalifin bakki kufaati isaani boruu biyyuma sana waan ta'eef mootummaan niitii warra Adii ta'e kun uummaata isaa kallaatti hedduun lola innis
~ Hiyyummaan
~ Qawween
~Hawwasummaan waan danda'un uummaata kana xaxa keessa galchee harka duwwaa ajjeesaa oolaa.

β€30π6π₯2
βοΈKun oduu gadda osoo hin taane gumaacha lubbuu ayyaana bilisummaa fi goonni gumaachuudha.π
Gootaf wareegamni cidha malee gadda miti.β οΈ
Goota kaayyoon isaa sabasaa roorroo keessaa baasee boqachiisuuf waa lama isarraa dirqama. π
1 karaa kamiin haa ta'uu diina isaa buqqisee saba bilisoomsuudha.
2 wareegamee daandii dhugaai saaqee dhaloota itti hiriirsuudha
Kanaafuu gootaan hin gaddinu.βΌοΈ
βοΈQabsoon hadhooftuudha. Garuu wanti duuba jiru bilisummaan aannani nama beekutu dhuga.β οΈ
βοΈMaatii qabsaawota ajjeessuu hidhuun. Qabsaa lafisee qabsoo gufachiisu osoo hin taane daran onnachiisa. π
Otoo maatii qabsaa'otaa ajjeesuuf daarruu buqqisuu fi qabsaawota toorshii gochuun nama milkeessa ta'ee tigraan caalaa wanni itti milkaa'u hin jiru. π
βοΈWareegamni maatii qabsaawota wareegama qabsaa'aati.
Wareegamni qabsaa ammoo du'aa saree fi jeedalaa otoo hin taane. Wareegama sabaati.
Sabni gumaa isaa eessa akka baafatuuf akkamitti akka baafatu tolchee beeka jechuudhu kooti.
Abbaan jaal sabaaf Galga'uu abbaa oromoo hundaati.

π44β€34π3π₯1
Wallagga Lixaa aanaa mana Sibuutti PPn hanga'oota koo hidhee jechuun of haareessa jirti
============================
Kan hidhaan itti murtaa'es
β Bulchaa Aanaa Mana Sibuu Gammachiis Sirriqaa waggaa 7.
β Itti Gaafatamaa Buusaa Gonofaa Beekuma Qajeelaa hidhaa waggaa 2
β Itti Gaafatamaa Paartii Badhaadhinaa Birraatuu Tafarii hidhaa waggaa 1 yoo wal adabduu
Bulchaa Aanaa Sayyoo Noolee Abbayyaa Dabalaas hidhaa waggaa 8ti itti murreerra jetti.
Hawaasa kana saaman isa kaan ajjeesanii ija uummata duraa wal dhoksuun adeemsa duruma bara Muktaar ffaa irraa daddarbaa wan dhufeef nuf harayaa miti.
Oromoon kan fedhu "Birmadummaa" dha.

β€38π11π₯°4π€2
Injifannoo
WBOn Zoonii lixaa Aanaa Gudayyaa Biilaatti tarkaanfi guggubduu fudhateen 8 harkaan qabe jira.
IUOf!

π₯31π13π10β€6π1
Pirezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruuttoo Qawwee guban
============================
Pirezdaantichi guyyaa har'aa meeshaalee waraanaa harka nama dhuunfaa turanii fi 'rakkoo nageenyaa natti fiduu malu' jechuun shakkan 6000 bifa kana fakkaatuun walitti qabanii gubaniiru.
Qawwee tanniin ulaagaa kamiin akka namootarraa funaan himamuu baatus dirree irratti abidda yoo itti bobeessan muul'ataniiru.

π33β€19
Haroo Limmuuπ’
Hojjetaa Baankii Daldala Itoophiyaa Damee Haroo Limmuu kan ta'e Waggaarii Moosisaa Ittichaa nami jedhamu kadireen Shaneef Maallaqa daddabarsita jettee qabdee mana hidhatti darara hamaa erga irraan gahaaa turteen booda dhukkubsatee mana yaalaatti osoo yaalamaa jiru damdamachu dadhabe du'aan addunyaa kanarra gargar bahee jira. π’
Akka odeeffanneti hanga'oon baankichas wan baankichi gochuuf maluu dhorkachuun gahee diinummaa isaanille akka bahaacha jiran bira geenye jirra.
Kan boqotee lubbuu nuf haa maaru isa kaan akka itti wal gaafannu ni qabaanna.
Oromoon kaadire ilmaan kee si jalatti fixaa jirtuutti itti dammaqiπ

π51β€34π’5π₯3π₯°1
Biiraa sana eebbisisuu kan Giincitti argame hundi ishee caasaa tikaa fi caasaa galabaati. As miidiyaa kana irratti duraan yaada walabaa barreessaa turan booda keessa gaafa faayidaa isaanii argatan guutummaatti gara caasaa mootummaatti of jijjiiran. Ammas sobanii warri miidiyaa kana irraa akka waan yaada walabaa barreessaanii of fakkeessan jiru. garuu si gowwomsuu isaaniiti. Dhoksaan hojii tikummaatti bobba'anii jiru. Cinattis hojii raayyaa miidiyaa hojjetu. Isaan kana suutuma hordofna rakkoo hin qabu.
Garuu miskinonni miidiyaa kana irraa calliftee jara kana jala yaatuu fi keessan odeessa laattuuf irra of qusachuu qabdan. Warra ilkaaniin kolfaa duubaa qilee si gatudha jarri!

β€36π₯11π¨5π2
Birgeedii Odaa Kaarraa Qulqulleessaa jiraβπ
Milkeessi Waaqπ€²
Milkeessi Waaqπ€²
β€16π4
Magaalaa Keessa deemanii ummata nagaatti fokkoruun dhiirummaa miti.
Umaata irraa of quusadhaa warrii haftan!

π27β€13π10π₯9π3π2