PP ammaa sa'aati 4:00 irraa jalqabee lumee magaalaa Qooqaa irraa waraana 25 ol taatu qabatte gara laga mojoo daandii liiban deema jirti akka humna dabalataaf operation gochu deemtuu tti..
Eeruu Dhaamsa Ofeegannoo!
Eeruu Dhaamsa Ofeegannoo!
π22β€6π₯3
Forwarded from Qeerroo Bilisummaa Oromoo ~QBO2024
Xurumbaa Muummeen har'a Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa irratti afuufaa turan:
1. Itoophiyaan barri bajataa dhufu seenuun dura oomisha boba'aa gabaaf ni dhiyeessiti jedhan.
2. Warshaan xaa'oo ji'oota 40 keessatti
xumuramee akka xaa'oo dhiyeessus himan.
3. Dhimma guddina diinagdee irratti dubbii
dubbataniin ltoophiyaan guddina diinagdee
8.4% akka galmeessiftu tilmaamamuu himan.
Biyya dhidhima keessaa baasuun hindanda'amnetti kuffisaa, uummata qaala'iinsi jireenyaa mataa yaabee waan nyaatu dhabee, rakkoo waraana biyyattiitiin lammiileen biyyattii ajjeefamaa jirutti uummata gurra coomsuun aangoorratti of qusachuun abadan hintaatu.
Uummata afaan fajjeessuun kufaatiirraa nama hinbaraaru.
DHAYI JALAA!

β€18π₯17π4
~Injifannoo Addaa
Gootichi abdiin Oromoof Oromiyaa WBOn Zoonii Giddu Galeessaa Birgeediin Bakkalcha Barii guyyaa har'aa jechuun Adoolessa 03/2025 magaalaa Fiichee jalatti akka baalaatti harcaasee bahe.
Odeessa guutuuf ONM-ABO hordofaa!

π₯23β€12π7
Ergaa π₯ Keessoo
Godina Arsii Bahaa Aanaa Zuwaay dugdaa Waajjira Poolisii aanichaarra. Ilaala ijoollee sanyii nagaasaa guuree galee keessa gariin ajj-eeffamtee jirti. Gariin immoo magaaloota irraa naannawa oolti.
Ishee gariin immoo leenjii xoolayii jirti. Waan kanaa wanti kaaseef ijoollee kanatti gargaramnee gandoota baadiyyaa aanichaaf gandoota ollaa aanichaa jiru irratti hojjaachuu qabna waan jedhamee jiru akka of eeggannoo akka godhaniif jaallan hundaaf uummataa akkasumas QBOn biraa naaf ga'ii.
Ani poolisii sabaan oromoo ta'ee Waajjira Poolisii Aanaa Zuwaay dugdaa irraaβΌοΈ
~Injifannoo uummata oromoof.

π22β€12π4
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Warra adeemsi Impayeera galeef akkas.
Mirgi Booji'aama Yoomu Nu Biratti Eegamaa Dha.
IUOf

π27β€14π14π₯5
Impayeera Sobaan Ijaaramteπ
βοΈCarraa hojii miiliyoona 4.5 uumame" Abiy
βοΈ Carraa hojii miiliyoona 9.8 uumame" Muferiyaat
βοΈ Carraa hojii miiliyoona 11.75 uumame" Paartii PP
βοΈ Carraa hojii miiliyoona 3.4 uumame" Ministira Hojii fi Ogummaa π
Hunduu Carraama Argateen Hawaasicha Sobaa Oolaπ

π37β€15π₯5π1
Taanan akka warra Jimmaatti loluun.
Kan suuraa ka'aa oole kun humna waraanaa PP Jimmaa yoo ta'u, shaneetu Jimma seenuuf jechuun akkasiin Operation suuraa ka'u itti oolan dha.
Dhamsii nun isiniif qabnu WBOn ajandaa magaalaa Jimmaa to'aachu qaba taanan si isa araqeef caatiin jilba fixe miti republican Gaurd Abiyyi qofaatti leenjifateyyuu akkamitti akka cabsee itti seenu beeka.
Kanaaf qalbii keetti deebi'i qonnaa kee qotaadhu maati kee jiraachisi kaabine haadha garaaf ergamte abiddaan waadamu dhiisiti.

β€44π20π₯°1
ODUU_ARIIFACHIISAA
IJOOLLEE OROMOO WARAANA MOOTUMMAA KEESSA JIRTU MARAAF.........
Biltsiginnaan ijoollee waraana keessa jiran irratti marii bifa addaatin mari'achaa turte goolaba akka itti goote odeessi keessoo biltsiginnaa jalaa baate.
MARICHIS:- Ijoolleen waraana mootummaa keessa jiran kan Sabaan Oromoo ta'an WBO tti harka kennachaa jiru, Kan sabaan Amaaraa ta'an immoo Faannootti harka kennechaa jiru.
Nuti asumaa biiroo teenyee akka nama waraana qabuutti dhaadachaa jirra, garuu waraanni keenya badee dhumaa jira jettee marii gochaa turte.
πMarichas bifa kanaan goolabdee jirti.
Ijoollee Oromoo taate hunda tokkoo lamaan funaannee hundayyuu gara lola daangaatti ergina.
Lola faannoo, tigree, Ertira fi kkf tti erginee lolchiifna malee ijoolleen Oromoo yeroo dhiyoo keessatti WBO tti makamtee nu harkaa dhumti jettee murteessitee kaate.
ππππHUBACHIISAππππ
Ijoolleen sabaan Oromoo taatanii Oromiyaa keessa jirtan hundii keessanuu Biltsiginnaan lola isin hin ilaallannetti isin oofuuf waan karoorfatteef yeroo gabaabaa keessatti tooftaa mataa keessanii fayyadamuun gara WBO tti akka makamtan isiniif dhaamna.
Warroonni WBO tti makamuuf osoo fedhii qabdan olola garagaraa sodaachaa jirtan WBO jechuun Obbeelleewwan keessan akka ta'an beekaatii shororkaa keessaa ba'aa.
WBO'n akka isin itti yaaddan sana osoo hin taane obboleessa keessan waan ta'eef yoo barbaaddan haala jiru hunda isiniif mijeessee gara maatii keessaniitti isin galchuu danda'a.
Kanaaf Ijoolleen Oromoo yeroon of baraaraa isiniin jenna.
Dabalataanis WBO'n obboleewwan isaanii simachuuf hamilee guutudhaan eegaa akka jirus abdii qabna.
SHARE Gochuun ijoollee Oromoo hunda biraan nuuf gahaa.
IJOOLLEEN OROMOO YEROODHAAN OF BARAARAA
Oromiyaan Biyya

β€66π9π8π4
~Birgeedii odaa kaarraa cibraan barbadaa saafaa bariidhaan irraa hiikaa jira bireeniin tokko galii taheera!.
π35β€9π₯8π7
Eeruu
Aanaa Diiggaa fi Saasiggaa PPn RIB kaasuun warra riphee ofiin jettu bakkaa buusaa jiraachun barame

π26β€7
Forwarded from Qeerroo Bilisummaa Oromoo ~QBO2024
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
β€4
Gujjii lixaatti leencichi barii barraaqan biyyeeti ishee makeeraπͺ
IUOf
IUOf
π₯15π9β€6