Telegram Web Link
Injifannoo Ayiraa

Leencichi Aanaa Ayiraa ganda Lalisaa Birbiriitti ergamtuu Impayeera 3f fi Isuzu dhaan imalaa turte hunda biyyeen makuun injifannoo bonsaa argateera.
IUOf
πŸ”₯41❀24πŸ†3
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Kun WBOtu Jimmaa seenuuf jedhame kan Bashaasha(Qoshaasha) eegu deema jiru dha.
Beerran araqeen mogolee jalatti fixee ergitanii warri irbaata rasaasa gootan isiniif guyyaan jira.
Warra maati qonnaa-miliqi kanaa taatan ammoo gorsadhaaπŸ™Œ
😁19❀10πŸ”₯6πŸ€ͺ4πŸ‘3
Forwarded from Qeerroo Bilisummaa Oromoo ~QBO2024
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Dubbiin gara tigraay jabaattee jirti.
Kaaba ittoopiyaatti lolli haareffamee eegale.

Lixa tigiraay fuula umaraan kibba baha tigiraay karaa affaariin lolli erga eegalee torbee ta'eera.

Tplf ammoo waraana ishee sirriitti bobbaasaa jirti.
πŸ₯±27❀13😁8
πŸ‡°πŸ‡ͺ Biyya ollaa keenyaa kan taate Keeniyaatti har'a muddama hamaatu jira.

Daandiin gara magaalaa guddoo geessu cuccufameera.
❀19
Impayeerri Kun Bakka Bu'aanshe BRICS Keessaa Ari'amuushef Activistoonni PP Maaf Wa Jechuu Dadhabanii?🀣


Russia’s Foreign Minister Sergey Lavrov takes part in family photo ceremony together with the heads of delegations, partner countries, invited states and executive bodies of international organizations and structures at the XVII BRICS Summit

πŸ“ Rio de Janeiro, July 7

#BRICS2025


"Saree mana lamaa nyaattu warabeessatu karaatti nyaata" jedha Oromoon
❀28πŸ™‰6
Of Eeggannoof

Godina Qellem wallaggaa Magaalaa Canqaa yeroo ammaa kana RIB kellaa hiitee sakatta'insa godhaa jirti ;
πŸ‘20❀4πŸ”₯4
Keeniyaatti Mormii farra mootummaa Wiixata kaleessaa gaggeeffame hordofuun waliin walitti bu’iinsa uumameen yoo xiqqaate namoonni 10 kan du’an yoo ta'u hedduun isaanii madaa’u Komishiniin Mirga Namoomaa Biyyaalessaa Keeniyaa mootummaan hoogganamu beeksiseera.
πŸ€”10❀9πŸ₯°4
Kaadiree Iluu Abbaa Boor
1, Endalkachew Teferi
2, Mosisa Lemesa
3, Girma Tarekegn
Shanee lolaa ollee jechuun suuraa of kaasa oltee Durgoo hojjeechifachuuf 🀣
Guyyaan walitti nu haa fiduu πŸ™Œ
😁38❀23πŸ‘8πŸ”₯7
Naqamtee galgalaan itti bulluqseera abbaan haqaa
πŸ‘49❀20πŸ†2
Ani mataa milishaati jette utuu dhaadattu rasaasa abbaa haqaa ija tokkoon biyyee ciniintetti 🀣
❀35😁8πŸ†5
Forwarded from Qeerroo Bilisummaa Oromoo ~QBO2024
Itti Dhiyaadha!
Gaaffiif deebii Aartist Keekiyyaa Badhaadhaa official waliin goone har’a waaree booda Sa’atii 11:00 akka Itoophiyaatti qabannee isiniif dhiyaanna!

Aartiin Sagalee Uummataati!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Irraan Hordofaa ❗
πŸ”₯24❀17πŸ‘3πŸ‘Ž2
Kun Oromoof Salphiina isa dhumaaf isa guddaa dha.

PPn qabeenya biyya kanaa nyaatte fixxee amma moo gara bineensa bosonaatti ce'uun "Gadamsi" baddaa tokko doolaara kuma 15n akka adamsamu hayyama kennani jiran.

Yeroo ammaa kana Gadamsi baddaa kun baayyinaan kan argamuu naannoo Oromiyaa gaara Arsii fi Baalee akkasumas Hararge Lixaa keessatti kan argamu yoo ta'u lammiileen biyya alaas dollar Kuma 15n kaffaluun akka adamsanif eyyamameef jira.

Kanaaf Oromoon wal ta'i qaama biyya keef qabeenya kee dabarsee gurguree balleesse baduuf deemu dura dhabbadhuu of irraa darbii.

Oromiyaan Biyya!
πŸ‘20❀13πŸ”₯6
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Seenaa Rirmi Hin Nyaatu

Fardi TPLF yoo TPLFn qeeqee hawaasa amansiifachuu yaalu.

Jarri kun warra taayitaa jara irraa argachuuf jala hafamaa turan.

Har'a garuu leenca ta'anii warra kaan komatu. Sun hiika hin qabu. Mi'aa barcumaatu akkas godha.

Jarri tokkuma Dhayi Jalaa❗πŸ’ͺ
❀23πŸ™Š7😁2
Injifannoo Urrummuu

Iluu Abbaa Booraa Aanaa Urrummutti Gootichi Akka dansaatti AdabeeraπŸ’ͺ
πŸ”₯29❀12πŸ†10πŸ‘2😁2
Injifannoo Gindabarat

Zoonii GG Lixa Shaggar Abuunaa Gindabarat Ganda Gaajoo
Diina sakatta'iinsaf bobbaate irratti tarkaanfii fudhateen injifannoo boonsaa galmeessee jira.
πŸ”₯21πŸ‘12❀10πŸ†8
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Oromoon Hanga Yoomitti Of Sobaa⁉️
============================
Taaten kun kan raawwachaa jiru β€œGodina Jimma Aanaa Omoo Naaddaa Magaalaa Allee keessatti hawaasa gibira humnaa ol itti fidanii Ummanni ofirra kaffaluu dadhabnaan balbala manaa ykn ulaa mana namaa akkasuma kellaa hunda irra bubuqqisanii waajjira gandaatti guuraa jiru.

Motummaan motummaa keenya jettani Impayeera of irratti goobsuun kun hin gahaa Oromoo.
Tokkummaan ka'i ofirraa darbii.
😱14❀6πŸ‘3πŸ”₯2
Forwarded from Qeerroo Bilisummaa Oromoo ~QBO2024
Odeessa Keessooo

1.Naannoo Finfinnee /Shaggar/ dabalatee, Godinaalee Arsii fii Shawaa Jimmaa hanga Wallaggaa tti command post jalatti akka bulamu murtaa'e jira.

2.ABO-WBO lafa quubsuma isaanitti dhaqanii waraanuu irraa gara uummata keessa galuun Qeerroo fi Qarree jajjaboo hidhuun warra hidhata ABO-WBO Waliin hidhata qaban ajjeessuu fii hidhuu

3.Tigraay irratti waraana banuun gareewwan.Amma Affaar keessatti leenjisaa turte utubuun.Tigraay Dhuunfachuu kan jedhu yemmuu ta'u

4- Faannoo waliin hanga Waraanni Tigray gara bahetti baramutti maqaa Negotiation jedhuun lafarra harkisaa. gagga'ama Waraana irra jalaa gahu hir'isuu hanga Waliigaltee waraana dhaabutti itti adeemuu kan jedhuufii

Akka Oromiyaatti Command Post kan hoogganan Fikaaduu Tasammaafii Araarssaa Mardaasaati
❀15πŸ€”7🀣5πŸ”₯2
2025/07/12 17:52:42
Back to Top
HTML Embed Code: