Hojjettoonni Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa dhaamsa keenya kana nuuf maxxansi jedhanii kara keessoo natti ergan! Gaaffii mirgaa gaafachuun cimee itti fufuuti qaba. Warri halaala dhaabbatanis kan ciriqii isin qabee jiru gaafadhaa! Haqa ofii gaafachuun cubbuu miti. Gaafachuu dhiisuutu cubbuudha malee!
β€43π10π₯°2
Ergaa Keessoo
Guyyaa Kaleessaa 14/05/25
Mucaan isin suuraa irraatti argitaan Kun maqaan ishee Lalise shumaa kan jedhamtuu dhalattuu godina qellem wallagaa aanaa hawwa galan jechuun gaba robii ykn gadaa moojoo kan jedhamtu akka tasaa magalaa keessatti hattuu qabuuf jecha RIBn dhukaasa dhukaaseen lubbu ishe dabarsee jiraa.
Mucaan garaa hospitaala Ispeeshayaldii Naqamtetii reefa ishee Amma dabarsaani jiruu garuu hanga ammatti maatin ishee barame wan hin jirreef warrii maatii mucaa kanaa taatan akka dhaqabdani jechaa warrii postin Kun isin biraa gaheemoo share gochuun maatii ishee ittin barbaada.

π36π30π±8β€5
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
~Birgeedii Tufaa Munaa akka gaariitti diina mataa keessa tumuun itti milkaaheera.
IUOf
IUOf
π32π19π₯9π6β€2π1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Gameessota koo warra karaa saaqun kararraa na buusan.
Galati keessan Bilisummaa naf haa ta'u
Umurii Arrageessaa naf qabaadha.
Galati keessan Bilisummaa naf haa ta'u
Umurii Arrageessaa naf qabaadha.
β€64π17π4π₯1
Injifannoo
WBOn Harargee Lixaa Ancaaritti ergamtuu Impayeera kanaa
5n morgaan
7 immoo madeesse jira.

π₯15β€7π4
Naqamtee
Poolisii fi milishaan pp walitti gargaalte milishaan tokko ol ergamtee jirti.

π40π20π20
Eeruu Sochii_Diinaa
Ona Mandii fi Qilxuu Kaarraa
=========================
ππ»Xiyyeeffannoon Diinaa Gandoota Baadiyyaa sarara Diimaa π₯ ta'an hundatti Halkanii fi Guyyaa dhoksaa fi tooftaan akka bobba'aan murtaa'ee Jira.
Akkamitti?
π«΄Tooftaa Irrati Eeggachuu :-
Iππ»πΌ Innis RIB Gareen tokko Kan Humni ishee xiqqoo ta'e Guyyaa ifa keessa utuu Namni ijaan arguu Ganda sarara Diimaa π₯ seena.
Yeroo kanati WB0's Dhuguma RIB dhuftee kun Humni ishee xiqqoo dha jedhee dhaabbatee lola itti bana;
Garuu Utuu hin beekamin RIB humni Guddaan Dabalataa duubaan dhufee WB0'ti marsee akka rukutu jettee jirti.
π«΄ Tooftaa Riphani Eeggachuu:-
ππ»πΌ Innis RIB Gareen tokko ifa keessa utuu Namni ijaan arguu Gandaa sarara Diimaa π₯ seenee Uummata jeeqee takka turee immoo utuu Namni ijaan arguu deebi'ee gara Magaalaati deebi'a.
Garuu Humni RIB Gareen tokko immoo utuu Namni ijaan hin argin Bosona naannoo seenee riphee dhoqatee ta'a.
Yeroo kanati WB0's Dhuguma RIB dhuftee kun deebitee galtee jirti jedhee sochii eegala.
Garuu Utuu hin beekin RIB Bosona Riphee Jiru kun Haleellaa hamaa WB0 irrati gaggeessaa jechuudha.
π«΄Tooftaa Marsanii Rukutuu:-
ππ»πΌ Innis RIB Garee tokko kallattii dhaan bakka Qubsuma WB0 deema.
Garuu RIB Gareen tokko immoo Karaa Ganda ollaa fi Aanaa ollaatiin bakka Qubsuma WB0 sanati akka seenani marasanii akka rukutan waliif galtee jirti.
kanaaf WB0n bakka jedhamef akeekame kana keessa sochootan toftaa keessan jijjiruun akka itti shiddan abdii guddaan qaba.
IUOf
OROMIYAAN BIYYA

π48β€5π±2
Forwarded from Qeerroo Bilisummaa Oromoo ~QBO2024
VID-20250516-WA0006.mp4
1.7 MB
Impaayera Itiyoophiyaa sirna biltsiginnaa keessatti Xiqqaa guddaa,dhiiraa dubartiin wabii lubbuun jiraachuun jiraachuu hin qaban. Badii tokko malee sababa addaa addaa itti maxxansuun loltoonni murna badii PP bakka arganitti rasaasa itti roobsuun ajjeesu. Abbaa irraa dhalataniif gara laafummaa kan hin qabne inumaa viidiyoo waraabaa akkasiin rashana. Isiniif wayyoo yaa warra Impaayera kana utubuuf ifaajjanii....
π24β€8π8π’2π₯1π1
Sochii Ogeeyyiin fayyaa gochaa jiraniin walqabatee hanga ammatti ogeeyyiin fayyaa 78 oltu hidhame.
π26π19β€6
Finfinnee
Walgaahii daldaltoota hundaa fi hojjetoota mootummaa hundaas sanbata dhuftutti waamtetti PPn.
Itti Muddii....

π15π9
Ergaa Keessoo
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa ona Horroo keessaa hojjettootni mootummaa sabaan Amaara taa'anii Oromoo irraa nyaachaa Finxaaleyyii Faannoo waliin walitti hidhachuun hojjetan akkasumas yeroo ammaa adda durummaan xaa'oo gara Ganda Rifeentii Caabiritti akka geejibsiifamuuf haala online sirreessaa jiran.
1. Asfaaw itti Aanaa Bulchaa Aanaa Horroo haati isaa walloo Amaara kan tahe.
2. Toleeraa Nagarii waajjira paartii pp tti damee Ijaarsa Baadiyaa haati isaa walloo kan tahe.
3. Xibabu Darribo Abbaa Adeemsa Callaa Guddistuu Waldaa Gamtaa Aanaa Horroo abbaan isaa Amaara kan tahe.
4. Habtaamuu Abbaa Adeemsa Callaa Guddistuu Waldaa Gamtaa Godina Horroo Guduruu Wallaggaa haati isaa walloo kan tahe.
5. Mahaammed hojjetaa waajjira Qonnaa itti Aanaa Bulchaa duraanii abbaa fi haati isaa walloo kan tahe.
hojjettootni Aanaa Horroo ragaadha yeroo Oromoon dhimma xaa'oof dhufu jarri Kun taa'anii hin hojjetani garuu namni sabaan Amaara tahe yogguu dhufu immoo daqiiqaa 10 kan hin caalle keessatti keessummeessu Oromo of barii of baraari

π43