Telegram Web Link
Caqasi Qeerroo

Waraanni Pp kaambii Hoolotaa jiru hundi walgayiirra jirti haala yeroorrati!
πŸ”₯23❀9😁3
Hin Dammaqinaa Warri Sabbataa

Sabbataa Gandii 05 Galgala kana 3:20 irratti shuggee ijoolle abbaa Caaliin ho'iifamte jirti.
πŸ”₯22πŸ†7❀6
WBOn godina Booranaa aanaa Taltallee keessatti waraana faashistii PP adabe

ONM-ABO | Caamsaa 30,2025

Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn Caamsaa 24,2025 godina Booranaa aanaa Taltalleetti humna waraanaa koloneel Abiy Ahimed sakattaa WBOf bobbate irratti tarkaanfii fudhateen du'aa fi madoon adabee meeshaalee waraanaa irraa hiikuun loltuu tokkos jiraa harkaan qabee jira.


Injifannoon Uummata Oromoof ❗
❀40πŸ”₯5πŸ†3
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Dina oromo isa kaleessa oromoo Qawween cabse Waraanni bilisummaa oromoo(WBO)nis Qawween cabsee kuno bifa kanaan Sagantaa hafuura jaallummaa isaa waliin geggeeffata!
JL Disasaa(Risaa laga mogor)
Warruu Ilma Sabaa

Ayyaani Abbaa Oromoo Isiin Faana Haa Ta'u
πŸ”₯34❀32πŸ‘4
Yooyyaa
Guyyaa har'aa Gootichi WBO Horroo Guduruu Wallaggaa aanaa horroo ganda baqqalee jedhamu keesaati injifannoon boonsaa galmeessun kaan harkaan qabee Kaan immoo du'aan addabeera.
IUOf
❀32πŸ”₯11
Akkasiin abiddatti oofti Impayeerri.
Ijoollen abbaa Caalii ammoo walitti haranii oofutti jiru.

Mirgii Booji'aama Kan Kabajame Dha WBO Biratti.
Warri lubbuu keessan ariitin oolfattan WBOti of-laattan anaa dhufuuπŸ™

IUOf
πŸ”₯25❀24πŸ†11
Godina Horro Guduru Wallaggaa, Aanaa Horrootti miseensi farra Riphe Lolaa tokko kan shiftaa mootummaa ofiin jedhu gammachiisuuf badiiwwan gurguddaa ummata Oromoorratti raawwachaa ture of ajjeesuun dhaga'ame.
Miseensi Farra Riphee Lolaa kun firootasaa dabalatee ollaa fi namoota gadasaa baayyeerratti hojii babbadaa nama ajjeesuu, mana namarratti gubuu, badii malee nama hidhuun gidirsuu, saamicha halkanii fi guyyaa taasisaa tureera.
Dhiyeenya kana garuu badiiwwan isaa kana xiinxaluun otuma sirni kun injifateeyyu firaa fi namoota isa beekan kam faanayyu jiraachuu akka hin dandeenye mirkaneeffate.
Yoo sirni kun kufes gaafatama jalaa hin bahu herrega jedhuun akka of ajjeese jiraattotni naannoo sanaa ni himu.
πŸ”₯17❀16πŸ‘9
Injifannoo Gidduu Galaa

Birgeediin Ibiddaa Akkasiin Mooraa Isheetti Seenee Keessaatii gugusiisuudhaan Seenaa Aja'ibaa Dalagee jira.

IUOf
πŸ”₯32❀23πŸ†7
Eeruu
SALAALEE Warra Jaarsoo waraanni pp hammaan tana bakka addaa saqalo jirti.
Waraanni Faajjii tures hamma Qilinxoo Jira.
πŸ‘16❀7πŸ”₯1
Kaadireef Ergamtooni PP hawaasa naannoo aanaa Mana Sibuuf aanaa Qilxuu Karraa irraa Network balleessun darara hamaa erga geessisanin booda badii isaan dhokfachuuf dabartii haadha maati kanaan β€˜Shanee’ qabne jechuun hawaasa iddoo biraa sobuuf yaalutti jirti.
😭31❀13😱4😑3
Odeessa Eritrea

Ertiraatti yaaliin fonqolcha mootummaa Jeneraalota isaatiin irratti geggeeffamuun dhagahame!
Ertiraan yeroo ammaa kana haala ulfaataa keessaa seentee jirti!
πŸ”₯38❀8😁7
Hattoota Koo Maaf Xuqxaan Jechaa Jirti PPn

Nama harkiisa cancalaan hidhamee jiru kun torbee dararaa fi saamicha traffic PPn saamichaaf karaatti bobbaaste gocha saamicha isaan dadhabuun konkolaata keessaa bu'ee walitti qabe wan ishee reebef qabde mana hidhaatti darbuun midiyaarratti odeeffacha jirti.

Kun hundaa hattuu koo maalif na jalaa itti buute dha.
❀43πŸ‘10😁7πŸ†2
Qabsoon Jawaar gidduu kana taasisaa ture bu'aansa Taayyee deebise mana hidhaatti darbachiise. 🀣
Qabsoo abbaan qabsoo cina hin jirre yoomu fiixan hin bahuu.
πŸ‘27❀9😁5πŸ€”4πŸ‘Ž3
Dubbin Akka manaa dhammatan Hin taatu.
Gaafa waajjirafi mandara keeysa deemte Shane Shane jatte fokkortu salpha sitti fakkatti garuu Gaafa Leenca Afaan buute maal Akka taate ni barta kuno.
Shan sin bulchinii Amma Yaada kee himadhu Carran qabdan maati fi firoota akkasumas wahillan keysanitti nagaya dhammachu qofa
πŸ‘30❀16πŸ”₯8
2025/07/14 18:17:16
Back to Top
HTML Embed Code: