Jolleen kaleessaa Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Daacitti galma Waaqeffannaatii waraanni fashistii Impayeera fuudhee rashane suuraan isaani kana.
Teechumni Yilmaa Mardaasa Galgalaan Itti Bulluqeera.
Teessoo Humna Qilleensaa Empaayeeraatti Magaalaa Biishooftuu.
Kaambii Maakkalakiyaa Ganda 01 keessatti argamu lafa walitti qabama Ajajootni waarananni pp Argaamanatti odessuma keessoo moorichaa irraa argaateen Taarkaanfii Haaleellaa boonbii fudhaatsmeen
~4 du'aan Adaabee
~5 n madoo ciimaan adaabee jira.
IUOf

Waan dabaati
Yuuniversiitii Wallaggaa ammas badii seenaa itti fufee Jira. Barattoota abiddaatti oofaa jira yeroo ammaa kana barattoota qormaata kuftee abdii kutattee jirtu raayyaan ittisa biyyatti dabalamaa. miindaa siniif kaffalaa akkasumas digrii jalqabaaf isinii kennaa jechuun beeksisa baase gowwomsa jira.
Kanaaf ilmaan Oromoo mootummaa bututee kufaa jiru kanatti dabalamtanii waliin hin salphatinaan dhaamsa keenya.

Kan armaan gaditti mul'atu kun lafee Loon hongeen dhumee sitti hin fakkaatin.
Lafee Oromoo Qulqulluu loltoota Impaayera Itoophiyaatiin Wallagga Bahaa Aanaa kiiramuutti ajjeefamanii bosonatti gatamaniiti.
Oromiyaa guutuu keessaa akkanumatti ajjeefamuun itti fufee jira.
Oromoo dammaqi!!😭
Lafa jirtutti quba wal-qabaadhu

Godina Iluu Abbaa Booraa!
"Rakkoo fageenyaa malee rakkoo nageenyaa hin qabnu" jette faarsebulaan Iluu
"Taateen kun Aanaa Haluu Ganda kidanemihret jedhamuti kan tae gaafa sanbataa.
Nama Habatamu Alamuu (tiliquu mirinda) jedhamuun beekamuu giddidhan Ambuulaansi gali jedhanin sana booda lakki an hin deemu utuun jedhe diduu sensiisun utuu uummati fi caasaan gandaa dhaabbate adaraa dhiisa jedhe itti iyyuu rasaasa itti roobsun galafatan.
"Oromoon wal ta'i ofta'i kaadire ilmaan keetti xiyyeeffatetti xiyyeedhu".

K/Abiyyi maqaa itti moggaasuun abbaa qabeenya dararuuf fuula isaa garasiitti nanneessuti jira.
Abiy Ahmad Marii hawaasa daldaltootaa (abbootii qabeenyaa) waliin magaalaa Finfineetti taasisen abbootiin qabeenyaa biyyattii nageenya booressuu keessatti dhibbeentaa 60 ol gumaachu jechuun komii irratti kaase jira.
Kana faana bu'uun kaabineef kaadireen hojii abbooti qabeenya dararutti akka xiyyeeffattus ifa bahee jira.
Kadiree ollaa kee jirtutti xiyyeeffanno kee jabeessi.

Gaambeellaa
GPLF (Riphee Lolaa Gaambeellaa ) Akooboo Bakka jedhamutti RIB waliin Lola Addaa irra jiru.

Hawaasa kana jireenyan kan ajjeesaa jiru Impayeerri kun ammammoo lola haaran gadii bahee jira.
Innis hanga yoonatti deggersa dabalatan hawaasi kan itti tajaajilamaa ture Boba'aa ( Gas ⛽️) irratti tax percent 15 akka itti ida'aamuf mana mareef dhiyeesse jira.
Adda durummaan galii birr Billion 3 irraa argachuuf Impayeerichi kan itti kayyeeffate keessaa:
~Boba'aa
~Shukkaraa fi
~Ashaboo yoo ta'u isaan kaanis wal duraa duuban tarreeffamani jiru.
Hawaasi adeemsa Impayeera kana irratti dammaqu baatus adeemsi kun meeshan wal waraanu caalaa kan hawaasa keenya ajjeese lafarraa duguugu ta'u hubachuu qaba.

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Ergaa Jabduu
Mootummaa amma Jiru Kana Uummatatu Lolu Qaba.
Mootummoonni Addunyaa sabaa isaani hin lolani maalifin bakki kufaati isaani boruu biyyuma sana waan ta'eef mootummaan niitii warra Adii ta'e kun uummaata isaa kallaatti hedduun lola innis
~ Hiyyummaan
~ Qawween
~Hawwasummaan waan danda'un uummaata kana xaxa keessa galchee harka duwwaa ajjeesaa oolaa.

✍️Kun oduu gadda osoo hin taane gumaacha lubbuu ayyaana bilisummaa fi goonni gumaachuudha.💊
Gootaf wareegamni cidha malee gadda miti.✅️
Goota kaayyoon isaa sabasaa roorroo keessaa baasee boqachiisuuf waa lama isarraa dirqama. 💊
1 karaa kamiin haa ta'uu diina isaa buqqisee saba bilisoomsuudha.
2 wareegamee daandii dhugaai saaqee dhaloota itti hiriirsuudha
Kanaafuu gootaan hin gaddinu.‼️
✍️Qabsoon hadhooftuudha. Garuu wanti duuba jiru bilisummaan aannani nama beekutu dhuga.✅️
✍️Maatii qabsaawota ajjeessuu hidhuun. Qabsaa lafisee qabsoo gufachiisu osoo hin taane daran onnachiisa. 💊
Otoo maatii qabsaa'otaa ajjeesuuf daarruu buqqisuu fi qabsaawota toorshii gochuun nama milkeessa ta'ee tigraan caalaa wanni itti milkaa'u hin jiru. 💊
✍️Wareegamni maatii qabsaawota wareegama qabsaa'aati.
Wareegamni qabsaa ammoo du'aa saree fi jeedalaa otoo hin taane. Wareegama sabaati.
Sabni gumaa isaa eessa akka baafatuuf akkamitti akka baafatu tolchee beeka jechuudhu kooti.
Abbaan jaal sabaaf Galga'uu abbaa oromoo hundaati.