Telegram Web Link
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Qophii Hundeeffama Arraata Biyyoolessa Oromiyaa ONM-ABO Waxaabajjii 17-2025 itti dhiyaadhaa!
Hundeeffama Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Waggaa 5ffaaf Adeemsa Hojii Isaa
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Facebook:-
https://www.facebook.com/profile.php?id=61560975402063
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
https://www.tg-me.com/onm_AbO11
YouTube:-
https://youtu.be/FkPpL5_IzQU?si=6DybAbG7F9Ox_X3z
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Yaadaa fi Qeeqa Yoo Qabaattan Toora Email Keenya [email protected] Nu Argachuu Dandeessu!
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
Iddoo olmaa Shanee Shimeef Ijoolle Hayiluun Gonfaa Sanyii Naqarsaa waliin ta'uun Gansiise Galchee.
===============================
Wal galatti kan gallee jettu 1,752 yoo taatu.
Isaan keessaa
~343 - murtee waggaa 6 hanga umurii guutu itti murta'uun Walisoo, Amboo, Naqamtee Shashamanne fi kkf yoo ta'u 13 Karchallee Amboo jirtuuf
~2 Reebicha hamaan yoo duutu
~Hangi ishee kan hin beekamne giddu galatti milishaan ajjeesaman yoo gataman
~2 ammoo reebicha dandamachu dadhabnaan galtee haa duutu jedhamte gara qe'eeti deebitetti
~51Biiroon nageenya Oromiyaa muudee iddoo addaa garaatti yoo ramadu
~> Kan kanarraa hafte birr 90,000 karaa baanki siinqeetti keennamef garuu akka hin baafanne gochuun warri kanaan mufatte magaalaa keessa deemun hojii hannaaf basaasummatti bobbaate jirti.
Injifannoo Dirree Dotii

Libaan cuqqaalaa ganda Dirree Dotii gootichi eda mooraa qubsuma pp barbaadesse💪

IUOf
Simannaan Kadiroota Haaraa Cime Itti Fufa
===============================
Bulchaan Aanaa Areeroo ganda Gallaba egdoota isaa waliin lafa ciniinera
Itti fufa...
Odeessa Gantootaa

"Mucaa kanatti waagga 18 ittii murteessisan jiran.
Nama kana Jireenyaan Rabbumaa yeroo isa fudhatee Bilxiginnaatti galuuf murteessutti "Ani isin faana hin galu" jedhee osoo dhokatee Jalaa badaa jiruu Jiireenyaan kellaa Gudariitti eegee qabsiisuun yeroo ammaa kana hidhaan waggaa 18 itti murtaa'ee jira."
Gantuu!!

Namni maqaan qabsoosaa jaal galmeessaa, jedhamu fi ammaaf maqaa saanii beekuu kanan hin dandeenye, kan yeroo darbe wallagga lixaa-tti mootummatti harka kennatee ture,yeroo ammaa, kibba lixa shawwaa Aanaa bachoo magaala Tullu boolloo keessa kan jiran yoo ta'u, kaabinee, poolisii fi waraana lafoo RIB olii gadii naannessaa jiru.
Dhaamsa Of Eeggannoo⚠️⚠️⚠️

Godina Sh/Lixaa Aanaa Calliiyaa Daandii Geedoo fi Mana Beenyaa irraa Naannoo
Jaarso
Teelee fi
Leenca jedhamutti ilmaan gandaa kan Sanyii Naqaarsa waliin diinatti galtee turte wal gurmeessite ba’uun Konkolaachiftoota ukkaamsun Qarshii Kuma dhibbootan lakka’aaman furii lubbu kaffaladhu jedhanii kaffalchisa jiraachu waan irra ga’ameef hanga quqamtootni sabaa jarreen kana irratti tarkaanfi fudhatanitti namoonni fi Konkolachiftootni daandi sana irra imaltan of eggannoo akka cimsitan isiniif dhaamna.

OROMIYAAN BIYYA
Forwarded from Qeerroo Bilisummaa Oromoo ~QBO2024
Oduu gaddaa😭😭😭


Impaayerri dhala namaaf gara laafina hin qabne kun addatti ilmaan oromoo irratti gocha suukkanneessaa raawwachuu itti fufuun shamarran oromoos safuu safeeffannaa tokko malee dirqiin gudeeduun ajjeesaa jira.

Oduuma kanaan wal fakkaatuun aanaa Begii ganda haroo diimaa jedhamutti guyyaa kaleessaa jechuunis waxabajjii 18/2025 galgala toora sa'aa 12:00 irratti shamarree maqaan ishee Daraartuu jedhamtu osoo isheen loon barbaaddee manatti galaa jirtuu RIB pp shamarree kana gudeeduuf jedhanii humnaan qabnaan shamarreen kun wixxifattee harkaa ba'uuf jennaan rasaasa itti roobsanii ajjeesan jedhu uummanni naannichaa.
Naqamtee

Naqamtee Ganda 02 Bakka Gabaa Jawaaritti abbaan haqaa Ergamtuu 3 ol ergeera💪
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Kim Jong Un Ajandaa Biraa Fideera

Kooriyaan kaabaa yaalii misaa'ela darbachuu taasifte. Shaakalli kun gara Kooriyaa kibbaatti ta'uunsaa immoo qoccolloo dubbii ta'uu himameera. Akka ministeerri waraanaa Kooriyaa kibbaa ibseetti, Kooriyaan kaabaa qoccolloo kana hin dhaabdu taanaan, waraanni waloo Ameerikaa fi Kooriyaa kibbaa tarkaanfii fudhachuu mala jedhaniiru.
Impayeerri qala'iinsa gabaan hawaasa dararaa jiru amma moo gatii boba'aa dabaluuf jecha

"Daldalli boba'aa seeraan alaa kan babal'ateef gatiin gurgurtaa kan biyyoota ollaan gadi waan ta'eefi"
Jechuun midiyaa of harkaa qabaniin ololu eegalani jiru.

Oromoo hin rafiin itti dammaqi!
Wallagga lixaa aanaa baabboo gambeel ganda shimal-tokkeetti WBOn ergamtoota sirnichaa ganamaan dhukkee irraa kaaseera!

Oromiyaan biyya
Bishooftun Galgalan Ho'iitetti
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Giddu Galatti akkasiin biyyeen makaa oole leencichi.
IUOf
*NWS* jechuun *Nuclear-Weapon State* jechuudha. Akka Waliigaltee Meeshaa Niwukilaraa Hin Babal’isne (NPT) tti, Biyyi Meeshaa Niwukilaraa Qabdu biyya Guraandhala 1, 1967 dura meeshaa dhoo’aa niwukilaraa oomishtee dhukaastedha.

Biyyoonni Meeshaa Niwukilaraa qaban shanan beekamtii argatan,jedhaman:

1. Ameerikaa
2. Raashiyaa (duraan Gamtaa Sooviyeet) .
3. Yunaayitid Kingidam
4. Faransaay
5. Chaayinaa

Biyyoonni kunneenis miseensota dhaabbataa Mana Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii ti.

NPTn biyyoonni shanan kun meeshaa niwukilaraa akka qabaatan kan hayyamu yoo ta’u, Guraandhala 1, 1967 dura meeshaa dhoo’aa niwukilaraa oomishanii dhukaasanii jiru 2.

*Biyyoota Meeshaa Niwukilaraa NPT Hin Taane Qaban:*(Hidhachuun osoo hin heeyyaminiif qaban)jedhaman)*

- *Hindii*: Yaalii niwukilaraa jalqabaa bara 1974 kan gaggeesse yoo ta'u, meeshaa waraanaa niwukilaraa qaba

- *Paakistaan*: Bara 1980moota keessa meeshaa niwukilaraa kan hojjettee fi kuufama mataa waraanaa naannoo 170 qaba

- *Kooriyaa Kaabaa*: Bara 2003 NPT keessaa baatee yaalii niwukilaraa hedduu gaggeessiteetti

- *Israa'el*: Meeshaa niwukilaraa qaba jedhamee fudhatama, garuu imaammata wal-xaxaa niwukilaraa qaba

NPTn babal’ina meeshaan niwukilaraa ittisuu fi hidhannoo hiikkachuu karaa utubaa sadii 2: 1.1.

- *Hin-Babal'isuu*: Meeshaan Niwukilaraa gara biyyoota birootti akka hin babal'anne ittisuu

- *Hidhannoo hiikkachuu*: Meeshaa waraanaa niwukilaraa hir'isuu fi dhabamsiisuu

- *Itti Fayyadama Humna Niwukilaraa Nagaa*: Biyyoonni eegumsa idil-addunyaa jalatti anniisaa niwukilaraa karaa nagaa akka guddifatanii fi itti fayyadaman hayyamuu.

Biyyoonni kunneen NPT jalatti meeshaa niwukilaraa akka qabaatan kan hayyamamu yoo ta’u, biyyoonni biroo ammoo meeshaa niwukilaraa hojjechuu ykn argachuu irraa of qusachuutu irra eegama jedhu.

Biyyi #Iraan hardha ofumaa tuqanii,deebi'anii yaaddoo isiitif buluu dadhaban tun seera NPT jedhamu kana hundaa keessa hin jirtu,hin fudhattus.
Kun ofitti amanamummaa hogganoota isiiti. Yoo hubatte biyyi Iraan tokkummaa qondaalota ishee fi tokkummaa uummata ishee jiru irraan kan ka'e tarkaanfii tasaa tarsiimoo Ameerikaa'n Israa'el rukkutte kana homaa itti hin fakkaanne.

Bu'aan falaasama guddina addunyaa tanaa hordoffii hoggana jabaa, iccitii sabaa fi tokkummaa sabaati.

OROMIYAAN BIYYA
Sagantaan koloneel Abiy Ahmed Qeerroo fi Qarree akkasumas kaabinoota isaa lafarraa duguugudha.

~Kaabineen Amman booda leenjii loltummaa fudhateera waan ta'eef lolatti ni bobba'a.
~Qeerroo fi Qarreen humnan guurramee nileenjifama..........
Kan leenji'e ammoo (Gammoojjii Ertiriyaa, sumaalee, Tigraay, Oromiyaa fi Amaaraa keessatti biyyoo ta'eef hafa).

Oromoo Dammaqi🙌
Doonaald Tiraamp fuula miidiyaa hawaasaa isaanii irratti, "Nuti lammiileen Ameerikaa hidha haaromsa guddicha Itoophiyaa (GERD) maallaqaan gargaarree hanga kana geenye" ​​jechuun barreessaniiru.

Kuniis kan jedhame Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan jila Ajajaa Damee Humna Galaanaa Ameerikaa fi 'AFRICOM' Jeneraal Maayikel Laangilii waliin kaleessa mari’ataniin booda ta'uun barameera.

Dhimma GERD kana irraatti dhiyeenyuma K/Abiyyi akkas jechuun hawaasa sobaa ture.
Innis "Hidha Guddicha Buusi Hawaasa Qofan " ijaarame jechuun.
Odeefannoo Addaa
~~•
Yeroo ammaa dhaabatni Ethiotelecom dhaabata Znt jedhamuu waliin baadiyaa keessatti hojii tele dhaabu bakka sochii WBO keessatti xiyyeeffachuun hojjacha jiru.
Tele gubbaa irratti GPs fi hideen camera solarized ta'ee kallattiin Drone location'tti hidhamee hojjacha akka jiru baramee jira.

OROMIYAAN BIYYA
2025/07/04 05:06:11
Back to Top
HTML Embed Code: