BACHOO‼️
Odeessa keessoo waraana Garee Niqqiluufi Waraana Tullu Boolloo qubattee jirtu keessaa nu gahe.
Waraanni Garee Niqqiluu Tibbana Magaalaa Tullu Boolloo Bakka Maayibaasii Baatuu Cirrachaa keessa buufattee jirtu Tooftaa Opireeshinii isheen Gochuuf qophoofte keessaa Baadiyyaatti bahuun Waraana Bilisummaa Oromoo/WBO/Fakkaachuun Gandoota Baadiyyaa keessa seentee Uummata Baadiyyaa Gowwoomsuun ıjoolleen keenya tokko Eessa jiruufi Eessaan darban jechuun Iddoo waraanni jiru erga Adda baaftee booda Duubaan Waraana Mootummaa itti waamuun WBO tarkaanfii irratti fudhachiifna jettee sochiitti galuuf akka jirtu dhaga'ameera.Tooftaa kana milkeessuuf akka Uummanni hin shakkineef Warra Rifeensa guddifatan bobbaasuuf jirti. Guyyaa har'aa Konkolaataa Waajira Fayyaa Aanaa Bachoo kan taate Lakkoofsi Gabatee ishee 06755 -OR Konkolaachisaa Afawarq jedhamu qabattee sochii eegaltee jirti.
Konkolaataa kana irratti gareen fe'aman guutummaan isaanii Garee Niqqiluuti.
Dhisii lakkii siif wayyaa yaa warraa garaaf jiratuu.
Kanaas gotuu sanaas gotuu Gotichii abbaan haqaa waan hundaa dursee biraa gahee jiraa warraa waliin demaafi mariiraa turanileen takkan, takkaa kee waan atti odeessaa oltuu barechinee sii beeknaa keesaayuu warrii Aanaa Bachoo magaalaa Tuluboollo ofiif yadakaa ofiin miidhinaa akeekna.

Eeruu
Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Sadii Canqaa ganda Igguutti sa'a ammaa kana waraanni RIB sakatta'iinsa gochaa waan jirtuuf kanneen kaanimmoo laga keessatti gadi lixanii waan jiraniif qeerroof WBOn ona sana keessa sochootan of eeggannoo godhaa!

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Birgeedii Badhoo Dachaas Cibraa Birbisa Gooroo waliin ta'uun Diinaa Biyyoon Makee
IUOf
IUOf
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Nu Biratti Mirgii Booji'aamaa Kan Kabajame kaa jennuf gochaa waliin.
♧Cibraa Birbirsa Gooroon kan booji'aaman.
Carraa argatte ergatte ergamtuu PPtu WBO Booji'ee utuu ta'ee reeffa isaa harkiisaa magaalaa baati.
Ilaali WBO Wabii Sabaa🙏
WBOn Haa Waaruu

Birgeediin odaa kaarraa cibraa afaan qawwee bariin dhukkee pp irraa kaaseera💪
Eeruu Jalduu
Lixa shaggar Aanaa Jalduu magaalaa Goojjootti har'aa ganamaa irraa kaassuun hoggantootiin olaanoon PP Oromiyaa fi Godinaa irraa dhufun aanaa Cobii fi Gindabarat lamaan irraa magaalaa jalduutti
kadiree,
Poolisaa,
Milishaa walitii qabuun nageenyaa naannoo kanaa akka barbadamuutti hin argamne jechuun Opireeshiin geggeessuf mariitti oltetti.
Waliif Qoodaa 🙌

Beeksisa waraana Affasaa!
Muuxannoon zeeroodhaan👇
➡️ Godinaalee irraa namoota 1013
➡️ Magaalota irraa namoota 263
➡️ Walumaagatti namoota 1276
➡️ Sadarkaa barnootaa Digirii jalqabaa
➡️ Qabxii 2:00 fi isaa ol kan qabu/qabdu
Beeksisa hojii kana komishiniin Gumurka Federaalaatu baasee jedhanii dargaggoota mooksun gara waraanaa erguuf jiru.

Forwarded from Qeerroo Bilisummaa Oromoo ~QBO2024
Dararaa humnoota mootummaa damdamachuu kan dadhaban maanguddoon obbo Taammiruu Nagaraa jedhaman abdii kutannaan of ajjeesuu dhagaa'ame.
Wallagga Bahaa aanaa Waamaa Hagalootti humnoonni mootummaa ilmakeetu hidhatee jira jechuun dararaa maanguddoota irraan gahuu erga hammeessaniin booda maanguddoon of ajjeesuuf dirqamuu dhagaa'ame.
Taateen Wallagga Bahaa aanaa Waamaa Hagaloo ganda Goossanii Baabboo bakka addaa Uggaa Hordaa jedhamutti raawwate kun sababa dargaggoo Gammachuu Taammiruu jedhamuun akka ta'e himame. Gammachuu Taammiruu nama mana qabu, nama ofiin of ajajuu danda'u ofitti murteessee qabsoo hidhannootti makamee sochii qabsoo bilisummaa adeemsisaa jira.
Humnoonni mootummaa sababa Gammachuu abbaa isaa obbo Taammiruu Nagaraa irratti waggaa tokko dura mana guban. Akkasuma obboleessa isaa Barsiisaa Mootummaa Taammiruu jedhamu jalaas mana gubuun, maatiin kun hojii hojjetachuu akka hin dandeenye danquun qe'ee isaaniirraa taa'uuf ka'uu dhorkatan. Qabeenyaa maatiin kun horatan socho'aa yoo saaman, kan hin sochoonetti achitti gubuun waraanni mootummaa dhiibbaa hammaataa irraan gahuu isaanii barame.
Sababa ilmaa fi obboleessaaf maatiin hundi ugguramee qotatee akka hin nyaanne, hojjetatee akka hin jiraanne taasifame. Taateen kun aanichuma magaalaa Qassoo keessattis maatii obbo Surraa Ittaanaa irra qaqqabuun hubatamaadha. Maatiin obbo Surraa Ittaanaa sababa Eebbaa Surraa namni jedhamu hidhannoon mootummaa haleeluutti fuulleffate qofaaf mandarri tokko guutuun kan wasiillanii dabalatee manni abiddaan gubame. Akka hin qotanne, akka hin aramannes taasifaman.
Taateen kun hojjechuuf haramachuu bira darbamee bakka isaan dahatanii jiran, bakka jireenya maatii kanaa deemuun xuxxuquu fi hiraarsuun hammaate. Maanguddoo Raggaatu Iddoosaa jedhaman haadha warraa Taammiruu Nagaraa nama ija hin qabne qabanii hidhan.
Dararaa kana damdamachuu kan dadhabe Taammiruu Nagaraa namni kaleessa midhaan Konkolaataan feesisu, kan kuntaala dhibbootaan lakkaa'ee galchaa ture hojii dhorkamee abdii kutachuu qoricha dhugee of ajjeesuu isaa dhagaa'ameera.
Oduma wal qabatuun Wallagga Bahaa aanaa Waamaa Hagaloo ganda Goossanii Baabboo bakka addaa Baabbo Wandii jedhamu kan jiraatu qonnaan bulaan Taayyee Guttaattaa jedhamu hidhattootaan hariiroo qaba jedhamuun ajjeefamee, reeffa isaas maatiin akka hin awwaallanne dhokfamee as buuteen dhabamuu dhagaa'ameera.
Taateen kun dararaa humnoonni waraanaa mootummaa geessisaa jiranii fi balaa waraanaaf caasaa PP'n naannicha keessatti adeemaa jiru hangam gara jabinaan kan guutame ta'uusaaf agarsiiftuudha

Warra ol-adeemaa Oromoo ajjeese kaan ammoo mana hidhaatti guuree dararaa ooluf sponsor jalqabaa Siinqee Baankii ta'uuf kun agarsiistu gahaa dha.
Kan si balleessuf sitti gamuu madda isaatti xiyyeeffadhu Qeerroo👌

Cibraan Imaanaa Jaal Mo'ii Aanaa Saasiggaatti Injifannoo boonsaa galmeesseera!