Telegram Web Link
Cuunfaa Injifannoo Kuyyuu Gabra Gurraachaa
````````````````````````````````
☆Akm 85
☆Bkm 5
☆Sniper 8
☆Booji'amaan 17
☆Morgaan 100 oli.
Eeruu
Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Sadii Canqaa ganda Igguutti sa'a ammaa kana waraanni RIB sakatta'iinsa gochaa waan jirtuuf kanneen kaanimmoo laga keessatti gadi lixanii waan jiraniif qeerroof WBOn ona sana keessa sochootan of eeggannoo godhaa!
Aanaa Muloo Buraayyuu irraa KM 30 irratti gootichii haalaan tumeera

~Ajaja riphee galaafateera.
~Ajajaa Poolisii aanichaa fi hogganaa nageenyaa immoo harkaan qabeera.
Hedduu du'aaf madoon adabeera.

Humna dabalataa Caanco irraa dhufaaf yaaddee turtees karaa itti cufuun biyyoon makeera

IUOf
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Birgeedii Badhoo Dachaas Cibraa Birbisa Gooroo waliin ta'uun Diinaa Biyyoon Makee
IUOf
~Birgeedi odaa kaarraa cibraa Abiddaa ganamaan irraa hikeera💪
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Nu Biratti Mirgii Booji'aamaa Kan Kabajame kaa jennuf gochaa waliin.

♧Cibraa Birbirsa Gooroon kan booji'aaman.

Carraa argatte ergatte ergamtuu PPtu WBO Booji'ee utuu ta'ee reeffa isaa harkiisaa magaalaa baati.

Ilaali WBO Wabii Sabaa🙏

WBOn Haa Waaruu
IUOf
Birgeediin odaa kaarraa cibraa afaan qawwee bariin dhukkee pp irraa kaaseera💪
Eeruu Jalduu

Lixa shaggar Aanaa Jalduu magaalaa Goojjootti har'aa ganamaa irraa kaassuun hoggantootiin olaanoon PP Oromiyaa fi Godinaa irraa dhufun aanaa Cobii fi Gindabarat lamaan irraa magaalaa jalduutti
kadiree,
Poolisaa,
Milishaa walitii qabuun nageenyaa naannoo kanaa akka barbadamuutti hin argamne jechuun Opireeshiin geggeessuf mariitti oltetti.
Waliif Qoodaa 🙌
Beeksisa waraana Affasaa!

Muuxannoon zeeroodhaan👇
➡️ Godinaalee irraa namoota 1013
➡️ Magaalota irraa namoota 263
➡️ Walumaagatti namoota 1276
➡️ Sadarkaa barnootaa Digirii jalqabaa
➡️ Qabxii 2:00 fi isaa ol kan qabu/qabdu

‎Beeksisa hojii kana komishiniin Gumurka Federaalaatu baasee jedhanii dargaggoota mooksun gara waraanaa erguuf jiru.
Bulchiinsaafi Nageenyi Aanaa Muloo Baqqalaa Jimaa dhabama ta'eera!
Forwarded from Qeerroo Bilisummaa Oromoo ~QBO2024
Dararaa humnoota mootummaa damdamachuu kan dadhaban maanguddoon obbo Taammiruu Nagaraa jedhaman abdii kutannaan of ajjeesuu dhagaa'ame.

Wallagga Bahaa aanaa Waamaa Hagalootti humnoonni mootummaa ilmakeetu hidhatee jira jechuun dararaa maanguddoota irraan gahuu erga hammeessaniin booda maanguddoon of ajjeesuuf dirqamuu dhagaa'ame.

Taateen Wallagga Bahaa aanaa Waamaa Hagaloo ganda Goossanii Baabboo bakka addaa Uggaa Hordaa jedhamutti raawwate kun sababa dargaggoo Gammachuu Taammiruu jedhamuun akka ta'e himame. Gammachuu Taammiruu nama mana qabu, nama ofiin of ajajuu danda'u ofitti murteessee qabsoo hidhannootti makamee sochii qabsoo bilisummaa adeemsisaa jira.

Humnoonni mootummaa sababa Gammachuu abbaa isaa obbo Taammiruu Nagaraa irratti waggaa tokko dura mana guban. Akkasuma obboleessa isaa Barsiisaa Mootummaa Taammiruu jedhamu jalaas mana gubuun, maatiin kun hojii hojjetachuu akka hin dandeenye danquun qe'ee isaaniirraa taa'uuf ka'uu dhorkatan. Qabeenyaa maatiin kun horatan socho'aa yoo saaman, kan hin sochoonetti achitti gubuun waraanni mootummaa dhiibbaa hammaataa irraan gahuu isaanii barame.

Sababa ilmaa fi obboleessaaf maatiin hundi ugguramee qotatee akka hin nyaanne, hojjetatee akka hin jiraanne taasifame. Taateen kun aanichuma magaalaa Qassoo keessattis maatii obbo Surraa Ittaanaa irra qaqqabuun hubatamaadha. Maatiin obbo Surraa Ittaanaa sababa Eebbaa Surraa namni jedhamu hidhannoon mootummaa haleeluutti fuulleffate qofaaf mandarri tokko guutuun kan wasiillanii dabalatee manni abiddaan gubame. Akka hin qotanne, akka hin aramannes taasifaman.

Taateen kun hojjechuuf haramachuu bira darbamee bakka isaan dahatanii jiran, bakka jireenya maatii kanaa deemuun xuxxuquu fi hiraarsuun hammaate. Maanguddoo Raggaatu Iddoosaa jedhaman haadha warraa Taammiruu Nagaraa nama ija hin qabne qabanii hidhan.

Dararaa kana damdamachuu kan dadhabe Taammiruu Nagaraa namni kaleessa midhaan Konkolaataan feesisu, kan kuntaala dhibbootaan lakkaa'ee galchaa ture hojii dhorkamee abdii kutachuu qoricha dhugee of ajjeesuu isaa dhagaa'ameera.

Oduma wal qabatuun Wallagga Bahaa aanaa Waamaa Hagaloo ganda Goossanii Baabboo bakka addaa Baabbo Wandii jedhamu kan jiraatu qonnaan bulaan Taayyee Guttaattaa jedhamu hidhattootaan hariiroo qaba jedhamuun ajjeefamee, reeffa isaas maatiin akka hin awwaallanne dhokfamee as buuteen dhabamuu dhagaa'ameera.

Taateen kun dararaa humnoonni waraanaa mootummaa geessisaa jiranii fi balaa waraanaaf caasaa PP'n naannicha keessatti adeemaa jiru hangam gara jabinaan kan guutame ta'uusaaf agarsiiftuudha
Ganamaan gugsee afuura kutaa jira leencichi
Milkeessi 🙌
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Warra ol-adeemaa Oromoo ajjeese kaan ammoo mana hidhaatti guuree dararaa ooluf sponsor jalqabaa Siinqee Baankii ta'uuf kun agarsiistu gahaa dha.

Kan si balleessuf sitti gamuu madda isaatti xiyyeeffadhu Qeerroo👌
Cibraan Imaanaa Jaal Mo'ii Aanaa Saasiggaatti Injifannoo boonsaa galmeesseera!
Bilxiginnaan sabboontota ilmaan Oromoo maqaa "miidhamtoota sirna TPLF" jedhuun faayidaadhaan bitee harka kennachiisuuf karoorse.

Bara Fincilli Diddaa Garbummaa guutuu Oromiyaa keessatti dho'ee ture ilmaan Oromoo dhiiraa-dhalaan, jaarsaa-jaartiin, dargaggoo-maanguddoon akkasumas, beekaa-wallaalaan itti hirmaatee aarsaa qaamaa hanga lubbuutti akka kaffale beekamaadha. Haa ta'u malee qabsoon bifa kanaan guutummaa Oromiyaatti geggeeffamaa ture kun caayaa hooggansa dhaabaa dhabuudhaan harka shiftootaa bu'ee gatiin dhiigaa fi lubbuu sun warruma dhiigsaa fi ajjeesaa ture harka buute. Warri yeroo sana qaamaa-qalbiin itti hir'ates namoota muraasa sirna shiftaa kana jala fiiguu shaakalan malee warri kaan ammallee falmaatti jiru. Kaan ammoo bakkeetti gatamanii deggersa firaa fi maatiin jiraataa jiru.

Kun kanaan osoo jiruu yeroo dhihoo as adeemsi PP'n ittiin qabsaa'ota kanneen bituuf tolchite maqaa "miidhamtoota sirna TPLF" jedhuun namoota muraasaaf mana jireenyaa kennitee faayidaan bituuf akka jettu odeeffannoon keessoo Bilxiginnaatii ba'aa jiru ni addeessa.

Adeemsa kanas jala deemtonni sirnichaa biyya keessaa fi alatti bakka bu'iinsa PP irraa fudhatanii maqaa sabboontota ilmaan Oromoo kanneenii funaannachuun quunnamtii bilbilaa fi keessoodhaan sossobanii gara balfamaa sirna Bilxiginnaatti waamaa jiru. Jaleewwan kunneenis armaan dura deggertoota WBO fakkaachuun jaarmiyaa ABO-WBO gidduutti diigumsa uumaa kan turaniifi kutaalee Oromiyaa magaalota akka Buraayyuu fi kanneen biroo hedduu keessatti sabboontota ilmaan adamsuun yakkoota garaa garaa irratti raawwachiisaa kan turan ta'uun ni yaadatama.

Kanaafuu, bu'aan aarsaa keessanii bilisummaa Oromooti malee kondomiiniyeemii, lafa yookaan qarshii miti. Qaamni mootummaa faayidaa kanaan isin sossobuuf taa'u ittiin afaan isin cufuufi malee osoo waa'een keessan isaan dhibee waan isin aarsaa itti kaffaltan sana galmaan gahu ture.

Jaleewwan PP kunneen sabboontota Bilisummaa Oromoo ija imimmaaniin eegaa jiran faayidaadhaan "kun sin darbiin, gowwaa hin ta'iin..." jedhanii sossobuun galmeeffataa jiru. Kanaafuu, sabboontotni ilmaan Oromoo faayidaadhaaf bitamuurra faayidaa argattan sanarra dhugaa Oromoo fi dhiiga jaallan keessanii FDG fi dirree qabsoo irratti isin biraa kufan mararsiifadhaan dhaamsa keenya.

Injifannoon Uummata Oromoof!
2025/07/04 10:30:42
Back to Top
HTML Embed Code: