Forwarded from Ummatii Production (𝐖𝐚𝐳𝐢𝐫 jr)
Godina Baalee Magaalaa Dalloo Mannaa Jiraatu!.
Ilmi isaanii kan hangafaa karaa Galaanaatiin deemee galaanatti jalaa du'e 😭
Haati Warraa Isaaniis Dhiheenyuma Kana Jalaa Boqatte 😭
Ilmi Isaanii Kan Biroos Karaa Galaanaa Deemee Isa Ceesisuudhaaf Birrii Miiliyoona Tokkoo fi Kuma Dhibba Sadi (1300,000) Itti Baasan.
Isa Kana Immoo Barsiisanii Konkolaataa Isuzu fe'aa qaban gurguranii Pharmacy bananiif...
Amma kunoo innis dhibee Kalee dhibamee kaleen isaa lamaanuu sababa hojii dhaabdeef Magaalaa Finfinnee Hospitaala Ethio-Tebib jedhamutti yaalchisaa turan.
Ilmi isaanii Abdulbaasix Aliyyii kuni koomaa keessa waan tureef Kutaa ICU keessa ciisee yaalamaa ture birrii kuma 300 itti baasan...
Ammas kalee isaa kana dhiquudhaaf torbaniin birrii kuma 12 kafalaa jiru.
Kalee isaa jijjiiruudhaaf biyya Turkiye deemuu akka qabanii fi kanaafis birrii miiliyoona 2.7-Miiliyoona 3 akka isaan barbaachisutu itti himame.
Amma Mana tokkicha qabu gurguradhee isa yaalchifadha jedhanis manni isaanii gatii gaafataman kana isaaniif hin baasu...isinis irratti na gargaaraa jedhanii saba isaanii waammataa jiru...
Kanumaaf ummatni oromoo na gargaaraa jedhaa jira!.😭
Rabbiin qormaata akka malee jireenya keessanitti hin fidinii namni Rabbiin isiniif laaffise haa gargaarruun!.😭
Kan hin dandeenne Share gochuun namoota gargaaran biraan haa heennuuf!.🙏
Baankii Daldala Itiyoophiyaa (ንግድ ባንክ)
1000095186778
Aliyyii Huseen Leencoo
🌺ʝσιи🌺
@alrayyanmultimedia