Telegram Web Link
Forwarded from Morad_ko_bot
Channel #Dr_Zaakir_Naayik Afaan Oromootiin Argachuuf join godhaa irraa fayyadamaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Forwarded from Ummatii Production (๐…๐š๐ง๐ณ ๐–๐š๐ณ๐ข๐ซ)
Ustaaz #Ahamdin_Jabel Biyya Jaappaan Magaalaa Tookiyootti waltajji dhaabbata "Religion for Peace international" qopheesse irratti yeroo hirmaatan.

Jabalauu jabaa namaa...๐Ÿ˜

Biyya isaa irra dabree Adunyaa fayyadaa jira Rabbiin isa haa tiiysu

#tokyopeaceroundtable
#ReligionforPeaceinternational

๐ŸŒบสฯƒฮนะธ๐ŸŒบ
@alrayyanmultimedia
@alrayyanmultimedia
Diraamaa Haaraa Waggaa haaraaf qophaa'e || Afaan Oromoo
https://youtu.be/LxS6fZp0ujU
Forwarded from Ummatii Production (๐…๐š๐ง๐ณ ๐–๐š๐ณ๐ข๐ซ)
Innaa Lillaahi wa innaa ileeyhi raaji'uun

#Piroofeesar_Imaam_Yuusuf_Al_Qardaawii Gama Aakiraa Deeman Rabbiin rahmata isaaniif haa godhu.

๐ŸŒบสฯƒฮนะธ๐ŸŒบ
@alrayyanmultimedia
@alrayyanmultimedia
Forwarded from Ummatii Production (๐…๐š๐ง๐ณ ๐–๐š๐ณ๐ข๐ซ)
Yaa Tuulaa beekumsaa RABBIIN Jannata keessa isin haa kaayatu.

๐ŸŒบสฯƒฮนะธ๐ŸŒบ
@alrayyanmultimedia
@alrayyanmultimedia
Forwarded from Ummatii Production (๐…๐š๐ง๐ณ ๐–๐š๐ณ๐ข๐ซ)
#ISLAAM

ู†ุญู†ู ู†ุฏุงูุนู ุนูŽู† ุฏูŠู†ูู†ุง ุจุฏูู…ุงุฆูู†ุง
โžซAmantii keenna Dhiiga keennaan tikfanna.

ู†ูŽุญู†ูŽ ู†ู…ูˆุชู ู„ุฃุฌู„ู ุฏูŠู†ูู†ุง
โžซAmantii keennaaf Duโ€™aa jirra.

ูˆู†ุนูŠุดู ู„ุฃุฌู„ู ุฏูŠู†ูู†ุง
โžซWanti nuti jiraannuufis Amantii keennaaf.

ู„ุง ุดูŠุกูŽ ู…ูู‚ุฏุณูŒ ุฃูƒุซุฑูŽ ู…ูู† ุฏูŠู†ูู†ุง
โžซAmantii keenna caalaa wanti nu biratti qulqulleeffamaa hin jiru.

ูˆู…ูŽู† ูŠูŽุตุทุฏูู…ู ุจุฏูŠู†ูู†ุง ุณูŽู†ุตุทุฏูู…ู ุจูู‡ู ุจูู…ูุชูŽูู€ุฌู‘ูุฑุงุชู†ุง
โžซ Nama Amantii keennatti bu'e/Afoo dhaabbate kamuu, nutis fanjii keennaan itti buuna.

ูˆู…ูŽู† ูŠูู‡ูู† ุฏูŠู†ูŽู†ุง ุนูŽู„ูŠู‡ู ุฃู† ูŠูŽุนู„ู…ูŽ ุฃู† ุฃุญุฏูŽู†ุง ุณูŠู…ูˆุช
โžซ Namni Amantii keenna xiqqeessuu yaadu, lamaan keenna keessaa tokkoon keenna Akka du'u beekuu qaba.

ู„ูŠุณูŽ ู‡ูู†ุงูƒูŽ ุฃูŠ ุชุณุงู‡ูู„ ุฃูŠ ุชูุงู‡ูู… ุฃูŠ ู…ูุณุงูˆูŽู…ุฉ ุนู„ู‰ ู‡ุฐุง ุงู„ุฃู…ุฑ
โžซ Mataduree kanarratti gurri keenna cufaadha (#Walindhageenyu), irra waliif dabruunis Inuma hin jirre.

ู†ูŽุญู†ู ู„ุง ู†ุนูŠุดู ู„ุจุทูˆู†ูู†ุง ูˆู„ุง ู„ููุฑูˆุฌูู†ุงุŒ ู†ุญู†ู ู†ุนูŠุดู ู„ุฏูŠู†ูู†ุง ูˆุญุฏูŽู‡ูโ€ฆ
โžซ Nuti kan jiraannu Garaa keenna qofaaf ykn Sagaagalummaa dalaguuf osoo hin taane, Nuti kan jiraannu Amantii keennaa fi Amantii keenna qofaaf.

๐ŸŒบjoin๐ŸŒบ
@alrayyanmultimedia
@alrayyanmultimedia
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
๐Ÿ’ฅ๐ŸŒบูŠูˆู… ุงู„ุฌู…ุนุฉ๐ŸŒธ๐Ÿ’ฅ

๐ŸŒฟุงู„ุตู„ุงุฉ ุนู„ู‰ ุงู„ุญุจูŠุจ
ู‚ู„ุจูƒ ุทูŠุจ
ูุงู„ุตู„ุงุฉ ุนู„ู‰ ุงู„ุญุจูŠุจ
ู…ุณูƒ ูˆุทูŠุจ
ุงู„ุตู„ุงุฉ ุนู„ู‰ ุงู„ุญุจูŠุจ
ุดู…ุณ ู„ุงุชุบูŠุจ
ุจุงุงู„ุตู„ุงุฉ ุนู„ู‰ ุงู„ุญุจูŠุจ
ุชุฏุนูˆ ูˆุฑุจูƒ ูŠุณุชุฌูŠุจ๐ŸŒบ

๐ŸŒ™๐ŸŒฟุงู„ู„ู‡ู… ุตู„ ูˆุณู„ู… ูˆุจุงุฑูƒ
ุนู„ู‰ ุญุจูŠุจู†ุง ู…ุญู…ุฏโœจ


๐ŸŒน๐Ÿ’ฅุงู„ู‚ุฑุขู† ุฏุณุชูˆุฑู†ุงโค๏ธ๐ŸŒน
#Akii...!
#Uktii...!

Guyyaa kaleessaa nama heddutu du'e
Ati garuu hin duune...!
Har'as nama heddutu bakka rafetti hafe!
Ati garuu kaatee har'as numa jirta!
Ati humna qabaattee jabeenya keetiin hin hafne...kennaafi qananii RABBIITI malee!

Tana fakkartee RABBII kee shakkartee ?!

๐ŸŒบสฯƒฮนะธ๐ŸŒบ
@alrayyanmultimedia
@alrayyanmultimedia
Ajaa''iba...๐Ÿฅน

Ganiim Al Muftaah mucaan har'a seenaa dalage kun lammii biyya Qatar kan ta'e, umuriin isaa waggaa 20 yoo ta'u  dhibee/Caudal Regression Syndrome (CDS) /jedhamuun qabamee mudhii gadi hin qabu.

- Haati isaa wayta ulfa turtetti ogeessotni fayyaa akka mucaa kana osoo hin dhalatin garaadhaa baaftu gorsamtullee ajaja isaanii diddee rakkoo mucaa kanaa hunda fudhachuuf of amansiiftee Abbaa isaa waliin guddisuuf murteessite.
Qormaata Addunyaa hunda simattee jabinaan guddifatte. ๐Ÿ™

Har'a kunoo Rabbi seenaa jijjiiree mucaan kuni Geeba Addunyaa Qatar bara 2022 akka Qur'aana isaan akka banamu godhamuun ijji addunyaa agartee raajeffatte.

Rabbi Gaafa seenaa kee jijjiiru cichoominaafi jabina siif laata.

#Subhaan_Allah

Rabbi Addunyaa Aakiraa isa haa miidhagsu.๐Ÿคฒ

๐ŸŒบสฯƒฮนะธ๐ŸŒบ
@alrayyanmultimedia
@alrayyanmultimedia
Yoo Aduun guyyaa kamiisaa gadi seentu:
Qalbiin tiyya Urgaa'aa Aalamaa na yaadatti...

ุงู„ู„ู‡ู… ุตู„ ูˆุณู„ู… ูˆุจุงุฑูƒ ุนู„ูŠู‡...๐Ÿ˜

๐ŸŒบสฯƒฮนะธ๐ŸŒบ
@alrayyanmultimedia
@alrayyanmultimedia
Forwarded from Ummatii Production (๐…๐š๐ง๐ณ ๐–๐š๐ณ๐ข๐ซ)
Biyyi jabduun Islaamummaa akkaan jaalattu Qaxar,
Mootummaan Qaxar Nama Tamim bin Hamad As Saanii jedhamu kana.

Biyyi Qaxar gaafa Faransaan Ergamaa Keenyaarratti ๏ทบ maqa balleessii bantus, Aantummaa Nabii ๏ทบ keenyaaf qabdu afaanii fi hojiinis agarsiisaa turte.

Ammas Geeba kana gubbatti Waan dansaa hojjachaa jirti. Akka Rabbiin kheeyrii isaan waafaqu du'aa'ii goonaaf.

Nama kana jabinarraan jabina Rabbi haa ida'uuf. Izzaa isaatin biyya mootummaan ishii Amantii akkatti jaalatan tan hunda ol haa fuudhu.

๐ŸŒบสฯƒฮนะธ๐ŸŒบ
@alrayyanmultimedia
@alrayyanmultimedia
Forwarded from GADAA BARNOOTAA
Forwarded from Ummatii Production (๐…๐š๐ง๐ณ ๐–๐š๐ณ๐ข๐ซ)
โœ… Yoo dhugumaan jijjiiramuu barbaadda ta'e jireenya kee keessatti eenyuunuu hin dorgomiin.
Namni tokko waa taanaan akka isaa ta'uuf hin dhama'in. Eenyuun dorgomuu akka ati qabdu sitti himuu?  Dandeettii yookiin ga'umsa keessa kee jiru qofa dorgomi!.


T.me/alrayyanmultimedia
Forwarded from Ummatii Production (๐…๐š๐ง๐ณ ๐–๐š๐ณ๐ข๐ซ)
#Ani_Morocodha ๐Ÿ‡ฒ๐Ÿ‡ฆ

โž› warri faransaa kuni, warra mataa miilli isaanii jibbaa Islaamummaan guuttame, mootummaan isaanii yeroo hedduu maqaa Rasuula keenyaa (SAW) xureessuudhaaf yaalii guddaa godhee jira, biyya isaa keessatti Fiilmiin kaartoonii hedduun kan maqaa isaanii xureessu dalagamaa ture.
Ummanni sun ummata moo'amuu mitii xiqqaachuus haqa godhatu, kanaafuu namni morookoo tumsaa jirtu akka waan Ergamaa Aalamaatii (SAW) tumsaa jirtutti uf laali...
Rabbiin ol isin qabe gadi isin hin buusin.

@tafak_or

๐ŸŒบสฯƒฮนะธ๐ŸŒบ
@alrayyanmultimedia
@alrayyanmultimedia
Afshin Ismaeli nama gabaabaa addunyaa kanaa tahuun Riikardii cabse.

Guyyaa December 13 akka Guinness World Records gabaasetti, lammiin Iiraanii namni Afshin Ismaeli jaโ€™amu gabaabaa namaa tahuu ifoomsan.

Dheerinni nama kanaa 65.24cm (faanta Lamaafi Iinchii 1.68 jechuudha). Umriin isaa ammoo ganna 20.

Bara 2020 keessa Riikardii kana duraa kan cabse lammii Kolombiyaa nama Edward Niรฑo jaโ€™amu ture. Dheerinni Edward 72.1cm hoggaa tahu, dargaggeessa ganna 29ti

๐ŸŒบสฯƒฮนะธ๐ŸŒบ
@alrayyanmultimedia
@alrayyanmultimedia
Forwarded from Ummatii Production (๐…๐š๐ง๐ณ ๐–๐š๐ณ๐ข๐ซ)
ุฑูƒุนุฉูŒ ููŠ ุธู„ู…ุฉ ุงู„ู„ูŠู„ ..
ู‚ุฏ ุชุฑูุน ู‡ู…ุงู‹ ุŒ ุฃูˆ ุชูู‚ุฑุจ ุฑุฒู‚ุงู‹ ุฃูˆ ุชูุฒูŠุฏ ุฃุฌุฑุงู‹ ..

Raka'aan dukkana halkani kessaa...
dhugamti yaaddoo namarra futi, takki rizqii dhihessiti, takki mindaa nama dabalti ..

๐ŸŒบสฯƒฮนะธ๐ŸŒบ
@alrayyanmultimedia
@alrayyanmultimedia
โœ… Wantoota Salaata Balleessan
~~~~~~
Wantoonni salaata balleessan:
1. Beekaa dubbachuu, dhoorkaa tahuu osoo beeku,
2. Hojii guddaa hojjachuu osoo dagulleen tahee akka Tarkaanfii sadihii,
3. Roga takkittii roga salaataa irraa ykn seera salaata irraa rakkoon malee osoo beeku dhiisuu dha. Fakkeenyaaf:- akka rukuu'a dhiisuufi wuduu'a dhiisuuti.

4. Wantoonni wuduu'a balleessaniifi qaama dhiqachuu namarratti dirqii godhan argamuu
5.Najisni osoo salaataa jiru irratti argamuu, yoo dafee ofirraa hin deemsisin,
6. Qaama isaa kan saalaa (owraa) irraa osoo salaataa jiru huccuun irraa saaqamuu, yoo dafee hin uffatin,
7. Roga salaataa, kan akka: rukuu'aa, sujuudafi kkf osoo beeku dabalee salaatuu,
8. Salaata dhiisaa yaadee muruu osoo salaatallee jiraatee ykn ni dhiisa moo hin dhiisu jedhee shakkii godhuu,

9. Roga garii hojii salaataa tartiiba isaa osoo hin eegin osoo beeku dursuu. Fakkeenyaaf:- Osoo rukuu'a hin godhin sujuuda bu'uu,
10. Soorata nyaatuufi dhuguu,
11. Osoo salaata hin raawwatin beekaa salaama baafachuu,
12. Osoo salaataa jiru kolfuu,
13. Rabbiin irraa nu haa eeguu; Osoo salaatu kafaruu ykn amantaa irraa gara galuufi
14. Hedduu qaama isaatiin qiblaa irraa gara galuu .

๐ŸŒบ#Share๐ŸŒบ
|| @alrayyanmultimedia
|| @alrayyanmultimedia
Forwarded from Ummatii Production (๐…๐š๐ง๐ณ ๐–๐š๐ณ๐ข๐ซ)
As wr wb Channel Barnoota hedduu irraa Argattan qabannee isiiniif dhiyaanne jirra Join gochuu irraa fayyadama Akkasuma waliifis Share godhaa Jzkl....๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://www.tg-me.com/robehumanity
2025/06/30 16:18:50
Back to Top
HTML Embed Code: