Aqiidaan Shii'aa jallina keessatti daangaa darbuun beekamaadha. Isr*aa*iilii rukutanii Filisxeen irraa gadi teeasisuun isaanii immoo Muslimaaf gammachuu guddaadha.
Forwarded from Ibn Abbas Academy
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Hogganaan qilleensaa Israa'iil rukutamuun himame.
الحرس الثوري الإيراني يعلن استهداف قواعد جوية إسرائيلية في هجمات جديدة، وسماع أصوات سيارات الإسعاف بكثافة في تل أبيب
#الأخبار

Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Hospitaalli isaaniis diigame kunoo
Adeemsa waraanaa amma deemaa jiru keessatti wantoota lamaan kana hubachuun gaariidha.
1. Is*ra-a'il kan ummata Muslimaa nagaa irratti hammeenya ulfaataa raawwataa turte hanga ta'e rukutamtee mataa gadi qabachuun nuuf gammachuu guddaadha. Kana Iraan qofaa mitiii osoo China ykn Russian raawwatteeyyuu baay'ee bareedaadha. Itti gammanna; ammas Rabbiin itti haa dabalu jennee du'aa'ii goona.
2. Jallinni Shii'aa, kufriifi shirkiin isaan raawwataa oolanii bulan nama Muslimaatiif ibsamuun dirqama. Inumaa yeroo biraa caalaa sa'aatii kana ibsamuu qaba.
Sababni isaas namoonni baay'een nama gootummaa agarsiise faarsuu wajjin hojii isaa hunda haqa se'a. Modeela isa godhachuuf yaala.
Yeroo ammaa dargaggoota baay'ee yoon ilaalu, keessumaa warri akkaadaamii baratan, kanneen bu'ura aqiidaa Islaamaa sirriitti hin beekne waan kanaan baay'ee gowwoomfamu.
Warra kanas ta'een kanneen biroo jallina aqiidaa irraa tiksuuf jallinni Shii'aa yeroo kana sirriitti ibsamuu qaba. Inni isaan Rabbii wajjin uumama gabbaran, Qur'aanni jijjiiramaadha jedhan, Aliyyiin guyyaa qiyaamaa Rabbii keenya jedhan, Abuu Bakriifi Umar kafarsiisan, Aa'ishaan zinaa goote jedhan.... lakkaa'amee hin dhumu. Sababa gootummaa isaan amma agarsiisan jallinni akka kanaa dhokatee dargaggoota keessa seenuun rakkoo guddaadha.

Fakkeenya Darsii gannaa Ibn Abbas Academy kana fakkaatu. Darsicha jalqabuuf Linkii kanaan seenaa odeeffannoo guutuu argadhaa.
https://www.tg-me.com/markazibnabbas/1266
Bilbila kanatti bilbiluun ykn telegraamaanis:
+251952418212

Barumsa Gannaa Khamisa galgala Jalqabuuf. Hangasitti seenaa galmaa'aa.
****
"Cetifcate Sharii'aa" sagantaa gannaa:
https://www.tg-me.com/markazibnabbas
Ibn Abbaas Akkaadaamiin boqonnaa gannaa sababa godhachuudhaan barumsa "sartifikeettii sharii'aa" barattootaaf qopheessee jira.
Gosoota barumsaa kennaman:
. Aqiidaa,
. Fiqhii (Manhaj Assaalik)
. Tafsiira suuraalee filatamoo
. Usuul Alfiqhii (Al-Usuul Min Ilmil Usuul) kan Ibn Useymiin
. Hadiisa Umdatul Ahkaam Fiqhii Ibaadaa ta'a Inshaa Allaah.
Ulaagaalee barbaachisan:
. Qur'aana ilaalchaan sirriitti xumuruu,
. Afaan Oromoo dubbisuu fi barreessuu danda'uu,
. Sagantaa barumsaa irratti argamuu danda'uu,
. Qorumsa yeroon qoramuu
Akkaataa barumsaa
. Barumsichi online baratama.
. Sa'aatiin isaas ganama salaata Subhii boodaafi galgala sa'aa 3:00-4:30 ta'a.
. Telegraamii irratti live baratama Inshaa Allaah.
Wantoota galmeef barbaachisan
****
1. Email mataa keessanii banachuu
2. Foormii guutuu
3. Kafaltii barumsichaaf barbaachisu kaffaluudha.
Odeeffannoo dabalataatiif:
Bilbila:
+251952418212
Garee telegraamii kana seenaa:

Telegram
Ibn Abbas Academy
Gosoonni barnootaa waggaa lamaan kanatti barataman kanneen armaan gadiiti:
****
1. Tafsiira Qur'aanaa guutuu,
2. Aqiidaa,
3. Usuul Attafsiir,
4. Fiqhii,
5. Hadiisa,
6. Tarbiyaa,
7. Siiraa fi
8. Lughaa hammata.
Xiyyeeffannaan olaanaan Tafsiiraaf kennama.

Nama galateeffachuun barbaachisu haa galateeffannu.
*****
Hojiin Mana Marii Waliigala Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa ulfaataafi aarsaa guddaa kan barbaaduudha.
Caasaa warra Ahbaashaatiin waggaa dheeraa xaxame diiguun mataan isaa hojii guddaadha.
Sana booda caasaa haaraa federaalaa hanga Masjidaatti diriirsuun waan salpaa miti.
Achii ka'anii karoora baasanii gadi buusuun, hanga danda'ame raawwii hordofuun, gamaaggamuufi hanqina jiru guutaa deemuun humna guddaa gaafata.
Kana hunda booda yeroo jalqabaatiif Muslimoonni Itoophiyaa hogganaa isaa akka filatu haala mijeessuun hojii seena qabeessa. Galatoomaa!

Sagantaan barumsa gannaa Ibn Abbaas Akkaadaamii yoo Rabbiin jedhe har'a galgala sa'aa 3:00tti jalqaba. Warri hin galmaa'in seenaa galmaa'aa.
https://www.tg-me.com/markazibnabbas/1311
https://www.tg-me.com/markazibnabbas/1311
Telegram
Ibn Abbas Academy
Barumsa gannaa gaafa Kamisaa galgala jalqabama Yoo Rabbiin jedhe hangasitti galmaa'aa.
Wantoota galmee barumsa Gannaatiif barbaachisan
****
1. Email mataa keessanii banachuu
2. Foormii guutuu
3. Kafaltii barumsichaa kan baatii lamaanii birrii 2,000 kaffaluu.…

Majlisa waggaa sadan dabree yeroo galateeffannu hanqina hin qaban jechuu miti
****
Aadaan nama hojjate galateeffachuu akka nu keessaa hin banneef jecha hoggantoota keenya ibsinee miidiyaa gubbaatti galateeffataa turre. Ammas ni galateeffanna. Kana jechuun immoo hanqinni hin jiru jechuu miti.
Hanqina jiru hanga dandeenyu keessaan furuuf yaalii godhaa turre. Garuu rakkoon miidhaa dhaqqabsiisu filannoo kana irratti akka dhaabbatu gochuu qabna. Rakkoolee turan keessaa akka fakkeenyaati:
1. Hoji raawwachiiftuun majlisa federaalaa yeroo darbe namoota 14 turan. Isaan keessaa namni professionalaa tokkicha malee hin jiru. Ulamaanis nama afur ykn shan qofa turan. Warri kaan naannoo bakka bu'aniituma dhufan. Filannoo isa bara kanaa irratti sirriitti ulamoonniifi hayyoonni hoggansaafi bulchiinsa danda'an yoo keessa galan bu'aa guddaa fidu. Akkuma dambii irratti kaa'ame 51% - 60% ulamoota muxannoo hoggansaa qaban yoo hammate dhibbentaa hafe immoo warra sirriitti professional ta'an fudhachuutu dhaabbatichas ta'ee ummata Muslimaa fayyada.
Aadaan namoonni dandeettii hojii qaban akka dhaabbaticha keessa hin seenne karaa cufuu dhaabbilee Islaamaa keessaa baduu qaba.
2. Majlisni yaada dhaabbaticha guddisuuf dhihaatuuf banaa ta'uun dirqama. Namoota muxannoofi bilchina yaadaa qaban irraa yaada fudhachuun murteessaadha. Qeeqa isa mudatus keessummeessuuf qophii ta'uu qaba. Rakkoon yeroo darbe mudate guddaan tokko hanqina ofii dhaga'uuf qophiin dhabamuudha. Sababa kana istiraateejiin waggaa sadii guutuuf lafarra harkifatee amma reef hojjatamuutti jira. Karoorri naannoleetti kenname waan hin jirreef gimgamaan sirriitti hojimaata guuttate hin turre. Kana jechuun nama maalummaa dhaabbataa beekuuf kufaatii guddaadha. Garuu karoorri hangi ta'e baafamee akka ture beekamaadha.
3. Dr Sheykh Hajjiin quality hoggansaa baay'ee qabu. Mul'ataafi kallattii namatti agarsiisuu ni danda'u. Obsaan rakkoo hedduu keessa darbuu danda'u. Sababa kana yeroo Oromiyaa turre rakkoo yeroo sana turee waliin waan baay'ee hojjachuu dandeenye.
Erga federaala dhaqaniihoo akka sanatti hojjataniiru. Ee wanti isaan hojjatan baay'eedha. Garuu hanga fedhii ummataafi dandeettii isaanii hin hojjanne. Akka natti fakkaatutti sababni guddan kana uume namoonni dandeettii hojii qaban achi keessa xiqqaachuu, warri quuqama dhugaa qabu achirraa fageeffamuu, istiraateejiin yeroodhaan baafamee hojiitti seenuu dhabuu, caasaan jiru reform dhabuufi kkf.
** Amma akka furmaataatti kan ani yaadu hoji raawwachiiftuun achi seenan hunduu namoota hojii danda'an, fedhii qaban, quuqama amantichaafi ummatichaaf qaban ta'uu, ga'een ulamootaafi pirofeeshinaalaa sirriitti adda ba'ee hojiirra ooluu, karoorri ifaan yeroo gabaabaatti xumuramuu, sanarratti hundaa'ee reform caasaa gochuu, warra rifoormiitti gufuu ta'an adabuu, bifuma sanaan hanga aanaafi gandaatti diriirsuu, baajata hojii ramaduu, monitoring and evaluation sirriitti geggeessuufi kkf.
Yoo kana gooneef jijjiiramni bareedaan akka dhufu shakkii hin qabu. Kana gochuuf immoo ummannis dammaqee ga'ee isaa bahachuun murteessaadha. Kanaafuu filannoo kana active ta'anii hordofuufi galmaa'uu wayya.
والسلام عليكم ورحمة الله وبركاته