This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Sheyk Amin maal jedhan?
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
خطبة عجيبة من طفل صغير
Khuxbaa ajaa'ibaa daa'ima xiqqaa irraa
የሚርም ኹጥባ ነው
Khuxbaa ajaa'ibaa daa'ima xiqqaa irraa
የሚርም ኹጥባ ነው
Warra waa'ee Hajjii deddeebiftanii na gaafattaniif
****
Ani sarara hajjii amansiisaa ta'e waan hin beekneef ammaaf dhimma isaa keessa hin jiru. Hanga dhaabbanni isaa sirraa'utti keessa seenee itti gaafatama isaa fudhachuus hin fedhu. Kanaafuu dhimma hajjiitiif dhuunfaanis ta'u natti hin bilbilinaa.

የመጅሊስ የዛሬው ስብሰባ ተጠናቋል‼
===========================
✍ ትናንት ሳይጠናቀቅ ለዛሬ በይደር የተያዘው በተነበበው ሰነድ ላይ አስተያዬት ከታዳሚዎች የመቀበል መርሃ ግብር ዛሬ ከጠዋት ጀምሮ እስከ ከሰዓት ድረስ የተካሄደ ሲሆን ተጠናቋል።
አንዳንድ የአሕባሽ አመለካከት ያላቸው ጠርዝ የያዙ ግለሰቦች በመድረኩ ላይ በተደጋጋሚ እንደ ገዥ ዐቂዳህ ተደርጎ መወሰድ ያለበት «የአሽዓሪያና ማቱሪዲያ» ዐቂዳህ ነው በማለት ሲከራከሩ እንደነበር ተስተውሏል።
በመድረኩ ላይ በርካታ ታዳሚዎች ሃሳብ የሰነዘሩ ሲሆን፤ ከታዳሚዎች መካከል አንዱ የሆነው ሸይኽ ኢልያስ አሕመድ የመጅሊሱ ገዥ ዐቂዳህ የአሽዓሪያና ማቱሪያዲያህ አመለካከት ነው በሚለው ሃሳብ ዙሪያ፤ ይህንን ካላችሁ «ከጊዜ በኋላ ከመጡት የአሽዓሪያና የማቱሪዲያ ዐቂዳህ መስራች ግለሰቦች በፊ የነበሩት ሙስሊሞች ዐቂዳቸው ትክክል አልነበረም ማለትን ስለሚያሲዝ ይህ መሆን የለበትም፤ መሆን ያለበት የጥንቱ የጠዋቱን የሶሐቦችን፣ የታቢዒዮችን፣ የ4ቱን ኣኢማዎችና መሰሎቻቸውን ፋና መከተል ነው…» የሚል ይዘት ያለው አሳማኝ አስተያዬት መስጠቱ ታውቋል።
አንዳንድ ደስ የማይሉ አካሄድን የጣሱ ሁናቴዎች ከቃሲም ታጁዲን በኩል በተደጋጋሚ ቢስተዋሉም ውይይቱ በሰላም ተጠናቋል።
በአላህ ፈቃድ ነገ 25ቱ ዑለማዎች ብቻ በአብላጫ ድምፅ ያጸድቃሉ ተብሎ ይጠበቃል። አላህ ኸይር ያድርገው! በዱዓእ!🤲🤲🤲

Cuunfaa marii dambii majlisaa irratti guyyaa har'aa Caamsaa 09/2014 geggeeffame
@Gali Ababor
💦💦💦💦💦💦💦💦💦💦💦💦
Marii guyyaa har'aa irratti yaanni baay'een hirmaattotaan ka'ullee qabxiilee sadan armaan gadiitu yeroo dheeraa fudhatan:-
1ffaa:- Jechi dambicha keessatti "Ahlussunnaa waljamaa'aa" jedhu 'Ashaa'iraafi maaturiidiyyaa qofa' ta'uu isaatiif ibsi itti dabalamuu qaba yaada jedhuudha. Yaanni kun guyyaa kaleessaa caamsaa 08 kaafamaa oole ta'us har'as maricha dheeressuufi yeroo bitachuuf falmii amansiisaa hin taane armaan gadii dhiheessan.
✅ Majlisni ulamoota amantii Islaamaa turaa hordofaniin waan hundeeffameef dirqama itti dabalamuu qaba. (Affaar irraa Sheyk Alii Miraah)
✅ Aqiidaan Ashaa'iraa sirrii ta'uun kitaaba "Jawharat Attawhiid" keessatti ibsame waan ta'eef itti dabalamuu qaba. (Jigjigaa irraa Sheyk Aadam Ahmad)
☝Deebii yaadolee kana mormuuf kennaman :-
✅ Erga Rabbiin "هو سماكم المسلمين" "Isatu Muslimoota jedhee isin moggaase" jedhee maqaa dabalataa godhannu malee jechuun sirrii miti; yeroo qabsoo 'Dimtsaachin Yissemaas' gareen Ahbaashaa maqaa 'Ashaa'iraa, maaturiidiyyaa' jedhu haguuggatanii rakkoo guddaa uuman waan ta'eef dirmammuu hamaa qabna. (Sheyk Saalih Muh. Daf'ullaah Banii Shaangul)
✅ Sheykh Eliyaas Ahmad deebii bal'aa itti kennanii yaada armaan gadii ibsaniiru:-
* Dhaabbatichi Hammataa yoo hin taane warri Ashaa'iraa hin taane kan akka Dr Jeylaan akkamitti majlisa seenan?
* Aqiidaa Ashaa'iraatu sirriidha yoo jenne warri akka Imaam Ashaafi'iifi sahaabonni warri Ashaa'iraa dura turan baaxila irra turan jechuudhaa?
* Dirqama ijjannoo Al-Ash'arii hordofuu qabna yoo jedhames Abulhasan Al'ash'ariin ijjannoo isaanii jijjiiranii yaada Imaamu Ahmad akka fudhatan kitaaba isaanii 'Al'ibaanaa Fii USuul Addiyaanaa' keessatti sirriitti ibsaniiru. Yaada kana Ibn Asaakir kitaaba isaa "Tabyiin Kazib Almuftarii" keessatti sirriitti ibsaniiru. (Sheyk Eliyaas Kitaabicha dubbisaa ibsan.)
* Maddi aqiidaa keenyaa Qur'aanaafi hadiisa jechuun maal nu sodaachisa?
✅ Muslimni gara gadii jiru kan 99.9% ta'u waan kana irraa homaa hin beeku. Kanaafuu isa dhiisuu qabna. (Nabiyyuu Ayyaalew)
#2ffaa/Majlisichi eenyuun hogganamuu qaba ajandaan jedhu kaleessas har'as ka'ee jira.
👉Warri ulamaa qofaan hogganamuu qaba jedhan yaada armaan gadii kaasan :-
✅Ulamoonni dhaalaa nabiyyootaa waan ta'aniif isaan haa hogganan. (She Alii Miraah)
✅ Ulamaan hin hogganamu jechuun Islaamummaa qeequudha. (Obbo Abdurrahmaan)
✅ Ulamaan hin hogganamu jechuun ulamoonni ga'umsa hin qaban jechuudha.
✅ Ulamootaan haa hogganamu yeroo jennu dhimma ogummaa ilaallatu irratti ogeeyyii isaan jala ramaduu wajjin.
☝ Deebii yaada kanaaf kenname:-
✅ Ulamoonniifi hayyoonni biroo wal keessa filatamanii waan ulamoonni hin dandeenye kanneen akka karooraa, istraateejii baasuufi kkf hayyoonni haa hojjatan jenne malee ulamaan hin hogganin namni jedhe hin jiru. Achiin hadiisni " إذا وسد الأمر إلى غير أهله فانتظر الساعة" jedhu himame. Hoggansi dandeettii gaafata waan ta'eef.
#3ffaa/Wixinee dambii kana eenyu haa mirkaneessu?
👉Qabxiin kun ajandaa manichaa ta'uu baatus sa'aa bal'aa fudhatee kaafame.
✅ Ulamoonni 25 Sharaatanitti filataman majlisa qindeessuudha malee ga'ee dambii mirkaneessuu hin qaban. (Eliyaas Isheetuu)
✅Sanadicha mirkaneessuuf ariifachuu dura mana keenya cufannee mari'achuu qabna. Yoo akkas hin taane sanadichi mirkanaa'us rakkoolee bu'uuraa waan qabuuf hojiirra ooluu hin danda'u. (Muhabbaa)
✅ Ulamoonni kanneen warra 25 caalan baadiyyaa zaawiyaafi hariimaa keessa waan jiraniif osoo isaan hin mariisisin mirkaneessuun abbaa irrummaati jedhan.
✅ isin warra 25 ni kabajna; garuu ulamoota baadiyyaa jiran bakka ni buutuu hii? (I/A majlisa Finfinnee Alii Muhammad)
☝Deebii qabxiilee kanaaf kenname :-
✅ Mirkaneessuufi dhiisuun ajandaa keenyaa miti; warra 25 kan ilaallatuudha.

👍1
✅ Waggaa sadii guutuu dambii tokko malee teenye. Kanaafuu yoo ariitiin mirkanaa'ee waan ittiin walii gallu yoo hin kaa'anne khilaafatu dheerata. Yoo fooyyessuu barbaachises erga mirkanaa'ee fooyya'uu danda'a. Kan mirkaneessus warra 25 ti. Ibsa ijjannoo yeroo darbee kan ulamoonni 17 irratti mallateesse keessattis warra 25tu mirkaneessa jedha.
✅ Yoo kan Sharaatan bu'uura hin godhatin maal irraa kaana?
Kanarraa ka'anii ulamoonni warri 25 dambii kana fooyyessuufi mirkaneessuu irratti hojjatu. Rabbiin yaada keenya galmaan nuuf haa ga'u.
Waan adeemsa kana irraa taajjabe yoo Rabbiin jedhe gabaabseen kaasa.

Waanin hoggantoota Majlisa federaalaa irraa taajjabe
******
@Garee Faallaa Jijjiiramaa
Jara kana irraa qabxiilee sadii gurguddoon taajjabe
1. Ajandaan isaan geggeessan dhimma amantii osoo hin taane ajandaa qaamni biraa bocee itti kenneedha. Ajandicha kana immoo qaama mootummaa keessaas namoonni quba qabaniifi isa bira dhaabbatan ni jiru. Abbootiin ajandichaa immoo dhibbentaan guddaan finxaaleyyii warra Mahbara quddusaan jedhamanii akka ta'en taajjabe. Yeroo as dhiheenyaa kana qaama hunda caalaa isaantu warra faallaa jijjiirama gumii dhimma Islaamaa waliin dhaabbataa jira.
2. Fedhiin isaanii guddaan osoo gaaffiin dhimma majlisaa hin furamin yeroon dheerachuudha. Sababni isaan yeroo dheeressuu fedhaniif aangoo irra turuu, yoo danda'an immoo aangoo sana irratti hafuu barbaadaniiti. Hanga yeroon dheerataa deemuun namoonni jijjiiramaaf qabsaa'an nuffaa deemu. Gariin dhiisanii adda bittinnaa'uunis ni mala; tokkummaan jidduu isaaniis laafaa deema. Kun immoo warra aangoo irra turuu fedhuuf carraa guddaadha.
Warri faallaa jijjiiramaa aangoo irra turuuf jecha aarsaan isaan hin kafalle hin jiru. Aangoo isaanii eeguuf yoo Muslimni guutuun wal qoode ykn wal loles isaanitti tola. Kaayyoo amanticha guddisuu homaa waan qabanis hin fakkaatu. Tooftaas jijjiiraa deemu. Guyyaa tokko sodaachisuudhaan as ba'u; dhiigatu dhangala'a balaa guddaatu uumama jedhu. Yeroo gaaffiin cimee dhufe immoo amala gaarii fakkaatu fudhatanii as ba'u. Warri jijjiirama barbaadu kanaan gowwoomuun ni mul'ata.
3. Warri faallaa jijjiiramaa jiru tokkummaafi cimina Muslimaa hin fedhan. Ganamaafi galgala ajandaa Muslima qoodu uumuu irratti xiyyeeffatu. Qaama tokko ta'ee dhaabbata hunda hammatee hundaaf gaaddisa ta'u ijaarrachuu Muslimootaa hin fedhan. Muslimni yoo cimee tokkummaan ka'e majlisa kana isaan harkaa fuudhee kan ofii godhatee dhaaba cimaa taasisee ijaaraa sodaatu. Kun immoo aangoo isaaniitiif hin tolu. Wanti aangoo isaaniitiif tolu Muslimoonni maqaa adda addaatiin qoodamee wal dhabuu, gareetti wal qoodee wal jibbuu, ajandaa Ashaa'iraafi maaturiidiyyaa jedhu ummata keessa facaasanii burjaajessuudha. Kanaan aangoo dheereffachuufi maallaqa sassaabbachuu barbaadu.
@Garee Jijjiiramaa
1. Yeroo baay'ee tooftaafi shira warra faallaa jijjiiramaatiin ganamu. Amala isaanii kan akka gaararraa jijjiiramuuf deebii wal fakkaataa kennuuf yaalu. Warruma kaleessa isaan kijibaafi gowwoomsaa oole ogga inni guyyaa tokko as ba'ee waa'ee tokkummaa dubbate ykn boo'e amananii jalatti kufu. Osoo hadiisa keessatti "mu'uminni boolla tokko keessatti marsaa lama hin hiddamu" jechuun jiruu marsaa kuma hiddamu.
2. Marii xumuranii ijjannoo cimaafi waloo qabachuu dhabuu: yeroo baay'ee qaamni jijjiirama barbaaduufi kan jijjiirama hin barbaadne walitti dhufanii waliin mari'atanii turan. Qaamni jijjiirama barbaadu ajandaalee irratti ijjannoo cimaafi waloo akka waan hin qabnee abbaan fedhe keessaa ka'ee yaada jijjiira. Yeroo garii akka waan shuuraatti hin amannee ajandaa shuuraadhaan irratti walii galamee jiru sheekni tokko ka'ee jijjiira. Nama abbummaan isaan hogganu dhabuunis ni mul'ata. Sababa kana namuu waan isatti mul'ate haasa'ee ijjannoo waloo wal dhabsiisa.
Ani kanan taajjabe. Isin hoo?
https://m.facebook.com/story.php?story_fbid=5198583806876097&id=100001735876611

Raayyaa Abbaa Maccaa haa dubbatu
Sagaleen kanuma durtu achii karrisaa
Tolfamee gurmaa'ee nurraa gilindusaa
Durse dhukkubni achi keessaan gadhimmisaa
Waatu duuba taa'e nurratti as harkisaa
Nurratti dheerate barrisaa namuu callisww ijaan laallaanii
Ergaman Nabiyyil amiin rahmatan lil aalamiin
Manzuumaa Raayyaa Abbaamaccaa 35ffaa Lkk-1ffaa Waa`ee Gumii Dhimma Islaamaatiin wal qabatee.
https://youtu.be/xI_P1cT1XLk

YouTube
Dhimma Majlisaa Ilaalchisee Manzuumaa 35ffaa Lk-1ffaa
#raayyaa #abbaa #maccaa #official #1443 #2022
Barbaachisummaa amala gaarii
*******
Amala jechuun haala nama keessa sirriitti gadi seenee osoo baay'ee itti hin yaadin hojiin isarraa madduudha.
Hojiin amala kana irraa maddu yoo gaarii ta'e amalli sun 'Amala Gaarii' jedhama. Yoo hojiin isarraa maddu badaa ta'e immoo amalichi sun 'Amala Badaa' jedhama.
Amalli namaa kun kan uumamaan gaaromuufi kan inni gaarummaa of leenjisutu jira. Fkn namoonni gariin uumamaan obsuu, dhugaa dubbachuu, nama kabajuufi kkf qabu. Namoonni gariin immoo uumamaan ni dallanu, ni ariifatu ni boonu. Warri kun of leenjisanii amala badaa kana sirreeffachuu ni danda'u.
Ergamaan Rabbiis (SAW) akki jedhan "nama amala badaa irraa of tikse Rabbiin isa tiksa. Nama kadhaa irraa of duroomse Rabbiinis isa duroomsa. Nama obsa of leenjise Rabbiin obsa kennaaf."
Kanaafuu amala badaa of keessaa baasanii gaariidhaan bakka buufachuun ni danda'ama. Qajeelfamni isaas qalqaba akka huccuun xuriin baafatamee qulqulluun uffatamu amalli badaan ofirraa baafamee qulqulluun bakka buufama. Namoota collee biratti amala badaa baasanii gaarii bakka buusuun akkuma huccuu xurii baasanii qulqulluu uffachuutti ilaalama. Namoota of jijjiiruuf karoora hin qabne biratti immoo bishaan darbe akka waraabuutti ilaalama.
Amalli gaariin Rabbiin biratti kabajaa gurguddaa qaba:
1. Hanga amala gaarii qabaannutti iimaana guutuu hin qabaannu. Nabiyyiin (SAW) ni jedhan: "Mu'umintoota keessaa kanneen iimaana guutuu warra amalli isaanii akkaan gaariiti."
2. Nama hunda caalaa Nabiyyii (saw) biratti jaalatama; hundarras isaanitti dhihaata.
Rasuulli (SAW) ni jedhan: "Isin keessaa namni guyyaa qiyaamaa akkaan ana biratti jaalatamuufi qubannaan isaa natti dhihaatu nama amala gaariiti."
3. "Isin keessaa namni akkaan filatamaan nama akkaan amala gaarii qabuudha." Rasuul (SAW)
Ummatuma jechuun amala gaariidha. Yoo amalli gaariin hin jiraanne ummanni sunuu badeera. Kun hiika walaloo Arabiffaa wahiiti.
4. Wanti amala gaarii caalaa guyyaa qiyaamaa miizaana Mu'uminaa irratti ulfaatu hin jiru. Rasuul (SAW)
Kanaafuu amalli gaariin toltuu guddaa, waan baay'ee Rabbitti nama dhiheessuudha.
5. Mu'uminni amala gaariidhaan sadarkaa nama laylii salaatuufi guyyaa soomuutti dhaqqaba. Rasuul (SAW)
6. Amalli gaariin qabeenya kamuu ni caala. Nabiyyiin (saw) ni jedhan: "yeroo amala afur qabaatte addunyaa irraa wanti ati dhabde homaa si hin miidhu: amaanaa tiksuu, dhugaa dubbachuu, haala gaaromuufi nyaata keessatti of eeguu."
7. Gosoonni khayrii hunduu amala gaarii keessatti argama. "Khayrii jechuun amala gaariidha." Rasuul (saw)
8. Amalli gaariin dhaamsa Nabiyyiin (saw) ummata isaaniitiif dhaamaniidha: "amala gaariidhaan namoota waliin jiraadhu." Rasuul (saw)
9. Rabbiin (SW) amala gaariitti Nabiyyii isaa ajaje. "Dhiifama godhi; gaariitti ajaji. Wallaalaa irraa garagali." (Qur'aana)
Nabiyyiinis (saw) akka addaatti itti xiyyeeffatu turan. "Sababni ani ergameef amala gaarii guutuudhaaf." Rasuul (saw)
Amalli Ergamaa Rabbii (saw) Qur'aana akka ta'e haati keenya Aa'ishaan nutti himan.
Ati amala guddaa irra jirta. (Qur'aana)
10. Tooftaa gaariin ittiin namoota gara Islaamaatti waamnu amala gaariidha. Kanaafuu Rabiin "ogummaa gaariifi gorsa bareedaadhaan gama karaa Rabbiitti waami" jedhe.
"Osoo amala goggogaa qabaattee sibiraa bittinnaa'u ture." (Qur'aana)
11. Amalli gaariin fedhii Muslima hundaati. Inumaa Ergamaan Rabbiis (saw) kadhataa turan.
"Yaa Rabbi akkuma uumaa kiyya tolchite amala koos tolchi." Rasuul (saw)
Yaa Rabbi amala isa irra gaariitti na qajeelchi, amala gaariitti si malee kan qajeelchu hin jiru." Rasuul (saw)
12. Nama amala gaarii qabuuf Ergamaan Rabbii (saw) jannata olaanaa waadaa seenan.
"Irra hedduun waan namoota jannata seensisuu sodaa Rabbiifi amala gaariidha." Rasuul (saw)
Akkamitti amala gaarii argatta?
Namni uumamaan amala gaarii qabu carraa guddaa Rabbiin isa badhaase. Garuu warri of leenjisee amala isaa gaaromfate mindaa dachaa argata. Kanaafuu amala gaarii irratti of leenjisuun baay'ee barbaachisaadha. Kallattiin biraa kan ittiin amala gaarii horatan namoota gaggaariin saahiboomuudha.

Namni amala hiriyaa isaa dhaaluun shakkii homaa hin qabu.
Gaalli bakka oole fakkaata jedhan.
Nabiyyiinis (saw) "namni amantii jaalalloo isaarra jiraata. Kanaafuu tokkoon keessan nama hiriyaa godhatu haa ilaallatu" jedhan.
Gosoota amala gaarii keessaa muraasni hayyummaa, obsa, dhugaa dhubbachuu, amaanaa eeguu, baallama kabajuu, arjummaa, gootummaa, dhiifama godhuu, tasgabbaa'uu, haqa dalaguu, ikhlaasa qabaachuu, boona dhiisuu, gowwoomsaa dhiisuu, garaa laafuu, iccitii eeguu, yaqiina, tawakkula, murtii qabaachuu, fuula ifuu (bashaashummaa) fi kkf.
Amala kanneen keessaan kan dirqamaafi bu'uura jireenya namaa ta'antu jiru. Fkn dhugaa dubbachuun, amaanaa eeguun, baallama kabajuun, sa'aatii hojii kabajuun, ikhlaasni, yaqiinni fi kkf amala bu'uuraati. Namni isaan kana hin qabne rakkoo ulfaataa keessa jira. Amalli gariin immoo dirqamaa mitii garuu barbaachisoodha. Fkn gootummaa, arjummaafi kkf. Kan sirriitti dursa kenninee irratti hojjachuu qabnu amalootii dirqamaafi bu'uuraati. Garuu faallaa kanaa namoonni keenya amala isa kanarratti dadhabina guddaa qaba.
https://www.tg-me.com/glababor/505
Yaa Rabbi amala keenya tolchii nu jaaladhu.
اللهم حسن خلقنا كما حسنت خلقنا

Imaam Al-Awzaa'iin akkana jedhe:
"Nama wahiitinin 'ollaa namoota nama hin hamanne, kan hin waanyineefi nama hin jibbineettin mana jireenyaa barbaadan' jedhe. Namichis harka na qabee gara awwaalchaa na geessee 'asitti jara argatta' naan jedhe."
Osoon hin komatamin ykn hin hamataminin jiraadhaan maraatummaadha.
"Nama wahiitinin 'ollaa namoota nama hin hamanne, kan hin waanyineefi nama hin jibbineettin mana jireenyaa barbaadan' jedhe. Namichis harka na qabee gara awwaalchaa na geessee 'asitti jara argatta' naan jedhe."
Osoon hin komatamin ykn hin hamataminin jiraadhaan maraatummaadha.
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Islaamummaan Muftii fi jamaa'aan isaa nuuf fiduuf qabsaa'an kan akkanaati.
Kana booda gonkuma Qur'aanaafi hadiisa dhiifnee shubbisa bid'aatti akka hin deebine nuuf haa beekan.

Sadarkaa Zikriin Rabbii qabu
★★★★★★★★★★★★★★★
Zikriin ibaadaa hojjachuun isaa salphaafi mindaan isaa baay'ee guddaa ta'eedha. Zikrii jechuun qalbiin Rabbiin yaadataa arrabaanis Isa faarsuu dha. Mee akka Rabbiin zikriitti ajajeefi warra zikrii faarse ilaalaa:
Rabbiin ol ta'e ni jedhe: “na yaadadhaa; anis isinin yaadadha. Na galateeffadhaa natti hin kafarinaa.” (Albaqaraa: 152). “Yaa warra amantan yaadannoo baay’ee Rabbiin yaadadhaa.” (Al-Ahzaab: 41)
“Dhiirolee baay’ee Rabbiin yaadataniifi dubartii Rabbiin yaadatan, Rabbiin araaramaafi mindaa guddaa isaaniif qopheesseera.” (AL-Ahzaab: 35)
“Lubbuu kee keessatti gadi of qabaafi sodaataa, sagalee ol hin fuudhaminiin ganamaafi galgala Gooftaa kee faarsi. Dagattoota irraas hin ta’in.” (Al-Anfaal: 205)
Jechootii Ergamaa Rabbii (SAW) armaan gadiis mee ilaalaa:
Ergamaan Rabbii (saw) ni jedhan: “fakkeenyi nama Rabbii isaa yaadatuufi isa Rabbii isaa hin yaadannee fakkeenya jiraataafi du’aati.” Bukhaariifi Muslimtu gabaasan.
Ammas Ergamaan Rabbii (saw) ni jedhan: “Dhaga’aa! Mee caalaa hojii keessanii, Rabbii keessan birattis akkaan qulqulluu, sadarkaa keessanis kan akkaan ol kaaftu, warqiifi meeta sadaqachuurra kan isiniif caaltuufi isin diina keessan qunnamtanii morma isaanii rukutuufi isaan morma keessan rukutuu irra kan isiniif caalu isinitti himuu?” Eeyyee jedhan. “Inni zikrii Rabbii ol ta’eeti” jedhan.
Ergamaan Rabbii (saw) ni jedhan: “Rabbiin ol ta'e ni jedha: ‘ani bakka gabrichi kiyya itti na yaaden jira. Ani yeroo inni na yaadate isa waliinin jira. Yoo inni lubbuu isaa keessatti na yaadate lubbuu kiyya keessattin isa yaadadha. Yoo inni jamaa’aa keessatti na yaadate jamaa’aa isaan caalan keessattin isa yaadadha. Yoo inni taakkuu natti dhihaate dhundhuman itti dhihaadha. Yoo inni dhundhuma natti dhihaate harka guutuun isatti dhihaadha. Yoo deemaa natti dhufe sussukkiinin isatti dhufa.”
Abdullaah bin Busr irraa odeeffamee (ra) ni jedhe: namni tokko “yaa Ergamaa Rabbii sharii’aan Islaamaa narratti baay’attee waan ani qabadhu natti himi” jedhe. Ergamaan Rabbii (saw) ni jedhan: “arrabni kee Rabbiin zakkaruu irraa hin qoorin.”
Ammas Ergamaan Rabbii (saw) ni jedhan: “kitaaba Rabbii irraa namni qubee tokko dubbise mindaa qaba. Mindaan immoo fakkii isii kudhaniin kaffalamti. ‘Alif Laam Miim’ qubee tokko hin jedhu; garuu Alif qubeedha Laamis qubee Miimis qubeedha.”
Uqbaa bin Aamir irraa odeeffamee (ra) ni jedhe: Ergamaan Rabbii (saw) osoo nuti warra suffaa keessa jirruu nurratti bahanii “isin keessaa eenyutu guyyaa hundaa gara Buxhaan yookiin Aqiiq dhaqee haala yakkaafi firooma kutuu hin qabneen gaala gooba dhedheertuu lama fudhatee dhufuu jaalata?” jedhan. “Yaa Ergamaa Rabbii sana ni jaalanna” jenne. Ergamaan Rabbii (saw) “tokkoon keessan gara masjidaa deemee kitaaba Rabbii irraa aayata lama barachuun yookiin qara’uun gaala lama irra isaaf caala; sadii gaala sadii irra caala. Afuris gaala afur irra caala. Gaala lakkoofsa hanga isaanii ni caalu.”
Ammas Ergamaan Rabbii (saw) ni jedhan: “namni taa’icha tokko taa’ee isa keessatti Rabbiin hin zakkarin hoongoon Rabbiin biraa ta’e isa mudata. Namni ciisicha wahii ciisee isa keessatti Rabbiin hin zakkarin gaabbii Rabbiin biraa ta’etu isarra jiraata.”
Ergamaan Rabbii (saw) ni jedhan: “ummanni taa’icha isa keessatti Rabbiin hin zakkarreefi Nabiyyii irratti rahmata hin buusin taa’an hoongoon Rabbi biraa ta’e isaan irra jiraatu malee hin hafu. Rabbiin yoo fedhe isaan adaba yoo fedhe isaaniif araarama.”
Ergamaan Rabbii (saw) ni jedhan: “ummanni taa’icha isa keessatti Rabbiin hin zakkarre irraa ka’an akka waan raqa harree irraa ka’aaranuu ta’an malee hin hafan. Gaabbiin (sheenaan) isaan irra jiraata.”
Zikrii keessa kan salaata boodaa, akkasumas kab ganamaafi galgalaa akka hin daganne. Bu'aan jaraa himamee hin dhumu. Osoma yakka hanga oomocha galaanaa qabaattee sirraa harca'a.
Barnoota viidiyoo akka argattaniif YouTube kiyya kana Subscribe godhaa:
https://www.youtube.com/channel/UCboBLPHVeSqHTOnsobJfpYg

ماذا قال الباقلاني رحمه الله؟
Abu Bakri Albaaqillaanii maal jedhe?
Abu Bakri Albaaqillaanii maal jedhe?
የኢትዮጵያ እስልምና ጉዳዮች ጠቅላይ ም/ቤት የአስቸኳይ ጠቅላላ ጉባኤ ውሳኔዎችን በመደገፍ በክልል መጅሊስ ተወካዮች የተሰጠ መግለጫ
የኢትዮጵያ እስልምና ጉዳዮች ጠቅላይ ም/ቤት ተቋማዊ ለውጥ የህዝበ ሙስሊሙ የረጅም ጊዜ ህልምና ጥያቄ መሆኑ ይታወቃል፡፡ ህዝበ ሙስሊሙ ተቋሙን ለማስተካልና የጋራ ለማድረግ ለረዥም ጊዜ ሲታገል ቆይቷል፡፡ ከዚሁ በመነሳት በለውጡ ማግስት በመንግስት ተገቢ ምላሽ አግኝቶ የተቋሙ ጥንካሬ ለሀገርቷ ሰላምና ልማት አዎንታዊ ሚና እንደሚጫወት ታምኖበት በሸራተን ሆቴል ሚያዝያ 23/2011 ሀገር አቀፍ ጉባኤ ተጠርቶ መጅሊሱን ለማሻገር 26 ኡለሞችና 7 የስራ አመራር ቦርዶች በጊዜያዊ አመራርነት ተመርጠዋል፡፡ ከዚህም በተጨማሪ ለመጀመሪያ ጊዜ የመጅሊሱን ህጋዊ ሰዉነትን የሚደነግግ አዋጅ እንዲወጣ ተደርጓል፡፡ በዚህ ታሪካዊ ክስተት መንግስት፣ በተለይም ክቡር ጠቅላይ ሚኒስትር ዶ/ር አብይ አሕመድ አሊ ጉልህ ሚና ስለነበራቸው ህዝበ ሙስሊሙ መንግስትን እያመሰገነ ደስታውን ሲገልፅ ቆይቷል፡፡
በሸራተን የተሾሙ ጊዜያዊ አመራሮች ከተመረጡበት ጉባኤ ዋና ዋና ሥራዎችን ቆጥረው መረከባቸውም የሚታወስ ነው፡፡ በተለይም የህዝበ ሙስሊሙን አንድነት ማስጠበቅ፣ መተዳደሪያ ደንብን ጨምሮ ሌሎች ሰነዶችን ማፅደቅ፣ መጅሊሱ በአዋጅ እንዲቋቋም መስራት እና የመጅሊስን መዋቅር በአዲሱ መልክ እስከታችኛው እርከን አዉርዶ ህዝባዊ ምርጫ በማስደረግ ህዝብ ለመረጠው አካል ተቋሙን ማስረከብ ዋና ዋና ተግባሮቻቸው ነበሩ፡፡ ሆኖም ግን ይህ ጊዜያዊ አመራር እነዚህን ሥራዎች አንዳቸዉንም ሳያከናውን በመጀመርያ እርምጃው ከ26ቱ ኡለሞች 11 ብቻ አስቀርቶ ሌሎችን ከፌዴራል መጅሊስ በማውጣት ወደየክልላቸው እንዲመለሱ አድርጓል፡፡ ከአንድ ጊዜ በስተቀር እነዚህ ኡለሞችና የቦርድ አባላት በስርዓት ተገናኛተውና ጉባዬ አካሂደው አያውቁም፡፡ ከዚህም በባሰ አሳዛኝ ሂደት ደግሞ ሁሉንም የቦርድ አባላትና ብዙ ዑለሞችን ያለደንብና አግባብ ከስራ ለማባረር ሲሞክር ቆይቷል፡፡ የዚህና የሌሎች ብልሹ አካሄዶች ውጤትም በመጨረሻ ተቋሙ ተቋም መሆኑ ቀርቶ የሁለት ወይም የሶስት ግለሰቦች ንብረት እንዲሆን አድርጎታል፡፡ እነዚህ ግለሰቦች ተቋሙን እንደፈለጉ ከማሽከርከር አልፈው የስርዓት አልበኝነት ማዕከል አድርገውት ቆይተዋል፡፡ ለዚህ ማሳያ ከሚሆኑት መካከልም በሽግግር ጊዜ ደንብ ጠቅላላ ጉባኤ በአመት ሁለት ጊዜ መጠራት ቢኖርበትም እስካሁን ባለው ሁኔታ በሶስት አመት ውስጥ ሊካሄድ የቻለው አንድ አስቸኳይ ጠቅላላ ጉባኤ ብቻ ነው።
በአጠቃላይ አመራሩ ባለፉት አመታት ተዘርዝሮ የማያልቁ በደሎችን በህዝበ ሙስሊሙ ላይ ፈፅሟል። የየክልሉ አመራሮች ጉዳዩን ከሀገሪቱ ተጨባጭ ሁኔታ ማለትም ሀገራዊ ምርጫ፣ የኮሮና ወረርሺኝ፣ የሀገር ህልውና አደጋ ውስጥ መግባት እና ህግ የማስከበር ዘመቻ መከሰቱና ለመሳሰሉት ሀገራዊ ጉዳዮች ቅድሚያ በመስጠት ጉዳዩን በተረጋጋና በሰከነ መንገድ ባይዘው ኖሮ በመላው ሀገሪቱ ከፍተኛ የሆነ ተቃውሞ ይቀሰቀስ ነበር።ሆኖም በክልል አመራሮች የአያያዝ ጥበብና በህዝበ ሙስሊሙ ትዕግስት ጉዳዩ ከባድ ችግር እንዳያስከትል ተደርጓል።
ይህ በእንዲህ እያለ በሚያዚያ 23/2011 የተመረጡ የዑለማዕ ም/ቤት አባለት እራሳቸውን ከስራ አስፈፃሚው አፈና በማላቀቅና ዝምታቸውን በመስበር አዋጁን ወደ ስራ ለማስገባት ያስችል ዘንድ በአለም አቀፍ ደረጃ ከፍተኛ ተሞክሮ ባላቸው በህግ ባለሞያዎች መተዳደሪያ ደንብ እንዲዘጋጅ እና የተለያዩ ባለድርሻ አካላት ሰፊ ውይይት እንዲያደርጉበት በማድረግና ማሻሻያዎችን በማከል መተዳደሪያ ደንቡን ማፅደቃቸውን በግንቦት 18/2014 በሸራተን አዲስ በሰጡት መግለጫ ውሳኒያቸውን ለህዝበ ሙስሊሙ ይፋ አድርገዋል። እኛም የክልል ተወካዮች ለተቋሙ ጉዳይ ብለን ከሁለት ወር በላይ አዲስ አበባ መቆየታችን እንደተጠበቀ ሆኖ የፀደቀውን ደንብ አስቀድመን በጋራ አንብበን አስታየታችን መስጠታችንን ለማስታወስ እንፈልጋለን፡፡
ከዚህም ባሻገር የጠቅላላ ጉባኤው የውሳኔ አካል የሆነውን የአመራር ለውጥ እና የምርጫ ጊዜ ገደብን አስመልክቶ የተላለፈውን ውሳኔ ሙሉ በሙሉ የምንደግፍ መሆኑን እና ለተግባራዊነቱም ከጎናቸው መሆናችንን በታላቅ አክብሮት ለመግለፅ እንወዳለን። ውሳኔው ተግባራዊ እስኪሆን ድረስም እስከመጨረሻ ከህዝባችን ጋር ሆነን ለመታገል ዝግጁ መሆናችንን በድጋሚ ለማረጋገጥ እንወዳለን፡፡ ውሳኔው ሱፊ ሰለፊ የሚለውን ከፋፋይ አጀንዳ የሰበረ፣ እንዲሁም በአመራር ደረጃ አንድነትን ያንፀባረቀና ለሙስሊሙም ሆነ ለሀገር አንድነት ከፍተኛ አስተዋፅኦ የሚያበረክት በመሆኑ ውሳኔው በክልል ተወካዮች ዘንድ ከፍተኛ ተቀባይነትን አግኝቷል። መንግስትን ጨምሮ ሌሎች የሚመለከታቸው አካላት ይህ ህጋዊና ታሪካዊ ውሳኔ ተግባራዊ እንዲሆን ከነሱ የሚጠበቀውን ትብብርና ድጋፍ እንዲያደርጉ በአክብሮት እንጠይቃለን፡፡ ህዝበ ሙስሊሙም ጉዳዩን በትኩረት እንዲከታተለው እና በተለያዩ ሰላማዊና ህጋዊ በሆኑ አግባቦች ሁሉ ድጋፉን እንዲገልፅ መልእክታችንን እናስተላልፋለን።
ግንቦት 18/2014 ወይም ሸዋል 25/1443 ዓ.ሂ
ከሠላምታ ጋር
አላሁ አክበር

#Seenaa_Gootota_Limmuu.
~~~~~~
Kutaa 1ffaa......
Seenaa gabaaba #Abbaa_Olii_Nagawoo_Abbaa_Bogiboo maqaan isaanii jalqabaa Nagawoo Jawwe jedhama bara (1887-1931) Limmuun bulchaa turan. Abbaan isaanii harka diinaa yookan harka loltoota Minilikitti duunaan, hanga gumaa Abbaa kiyya baasutti hin dhiisu jechuudhan lola eegale. Achiin loltoota bosona jiraniifi kan qe'ee jiran qindeesse lola bane. Lolli kun bakka #Harawaa jedhamu irratti kan gaggeefame yemmuu ta'u, barrisaa 1887tti gaggeefameen loltoota Abbaa hirroota 785 ol akka dhuman himama. Bakki Harawaa jedhamtu kun yeroo ammaa Aanaa Limmuu kossa keessatti ganda lama taate, Harawaa kattaafii Harawaa Gaatira jedhamtee waamamti.
Lola Nafxeenyaa kana kan hogganee dhufe ajajaa dhibbaa #Balloo fii Faanta nama jedhamaniidha. Akka kitaaba Seenaa Gootota shanan gibee fii Nabaani Shaafii barreesseefii akka kitaaba Seenaa Shanan gibee Injiner Ustaaz Gaali Abbaabor barreessanitti Harawaa bakki jedhamtu ganda Geena jedhanii barreessani, garuu Harawaan bakki jedhamtu Aanaa Limmuu kossa gara bahaatti yeroo ammaa ganda of dandeesse taate jirti. Lolicha kana irratti loltoonni oromoo dursanii da'oo qopheefatanii achi keessa ta'aanii lolan. Kana malees bakka Qephoo jedhamtuttis lolli cimaan akka gaggeefame nidubbatama. Bakki Qephoo jedhamu kun yeroo ammaa Aanaa Limmuu saqqaa Ganda Bakkee Haroo jedhama. Qephoon kun qe'ee Abbaa duula Abbaa Diimaati. Lolicha kana kan Ogganes Isaanuma. Lolicha kana irratti loltoota Naf*nyaa 150 Ol kan ta'aan ogganee dhufe nama Takkaa Faaris jedhamuudha. Lola kana irratti Loltooni Naf*nyaa baayyeen dhumanii kan haftemmoo baqatan jedhama..Waraana Oromoo keessa nama Naasir Abbaa Irrana qofatu madaa'e.
Sana booda Loltooni Limmuu kan akka Haamza, Birruufi Bantii Oogo jedhaman Naf*nyoonni Limmuun akka hin seennees dhorkanii turani. Naf*nyaan garuu toofta gara garaa fayyadamuun guyyaa #Iida_arafaa osoo Ummanni ayyaana arafaatti jiruu waraanan seenanii Masjiida Abbaa Bogiboo guddaa gubanii bakka sanatti bataskaana ijaaran, bataskaanichi yeroo ammaa kana bataskaana #Mikaayil jedhama.
Kutaan 2ffaan itti fufa.
#Barii_Ganamaati
https://www.facebook.com/100042065751591/posts/694047235340795/

Facebook
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.
*قلت له يا أبي إلى أين أنت ذاهب ؟
*قال يا بني
إنتهت رحلتي إلى هنا سوف أسافر ..
*قلت يا أبي الى أين ؟
*قال يا بني
سفري بعيد من دار الباطل إلى دار الحق ..
*قلت يا أبي
هل سيطول هذا السفر ؟
*قال يا بني
نعم سيطول إلى أن يرث الله الأرض ومن عليها ..
*قلت يا أبي
هل معك زاد لسفرك ..
*قال يا بني
نعم معي ولكن سفري بعيداً جداً ولا أعلم هل زادي سوف يبلغني أم لا فأرسل أنت لي الزاد ..
*قلت يا ابي
كيف أرسله لك وأنت على سفر ..
*قال يا بني بالدعاء
أدعو لي الله أن يغفر لي ويرحمني ويعفو عني فهذا زادي إن قطعت الدعاء لي فسوف ينقطع زادي ..
*قلت يا أبي
هل سأراك مرة أخرى ..
*قال يا بني
نعم ستراني عندما تنتهي رحلتك أنت أيضاً ..
*قلت يا أبي
أوصني قبل رحيلك ..
*قال يا بني
لا تغرنك الدنيا وزينتها وانظر إلى من جمع الدنيا بأكملها ولم يأخذ منها غير الكفن ..
ولا تشرك بالله أحداً واسمع كلام الله : ( القرأن الكريم )
وتكلم مع الله ( الصلاة المكتوبة )
وأودع عند الله : (الصدقات )
وعامل الله : (الأخلاق الفاضلة )
وكن مع الله دائماً وأبداً ..
اللهم اغفر لأبي وارحمه وارزقه الفردوس الأعلى من غير حساب ولا سابق عذاب واجعل قبره روضة من رياض الجنة برحمتك يا أرحم الراحمين إنك على كل شيءٍ قدير 🤲