Telegram Web Link
Forwarded from Ibn Abbas Academy
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Hidaa ijoollee yatiimaa kana kaffallee mana isaanii keessatti isaan hambisuuf amma birrii 700,000 keessaa 360,000 tu nu hafe.

Ijoollee yatiimaa shan abbaan irraa du'e. Bakki jireenya isaanii Magaalaa Sokorruuti. Abbaan isaanii hidaa birrii 700,000 tu irra jira ture. Abbaan hidichaa immoo mana keessaa naaf bahaa jedhe. Amma ijoolleen kun haadhaa wajjin dirree irratti hafaa jiru.

Idaa isaanii kaffaallee mana jaraa keessatti haa hambifnu jechuudhaan waamichi dhihaate.

Yatiima kana gargaaruun baankii Rabbii kan dachaa dachaan namaaf galfamu keessa kaa'achuudha.
Namni yatiimaaf wabii ta'e ollaa ergamaa Rabbii ta'uun gabaafamee jira.

*Kanaafuu mee waan qabnu hin tuffannu walitti daballee idaa kana irraa haa kaffallu.*

LakKoofsa herrega baankii daldala Ethiopia maqaa namoota lamaatiin baname kanarratti kottaa hirmaadhaa.
*~Musaa jamaal & Mohamadsani kader~*

CBE : 1000685138038

00251991197419
+251993652157
+251911280802
https://chat.whatsapp.com/CsBnHC4IJ445fBbSbUOFeV
Gaafa Rabbiin murteesse azaabni akkas samii irraa Israa'iilitti gadi itti rooba.
Israa'iil akkasitti bultee ganama kanas akkasitti jirti.
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Gamoo Telaabiib keessa jiru ganama kana akkasitti gubataa jira.
حريق ضخم يلتهم عمارة في تل أبيب إثر إصابة مباشرة بصاروخ إيراني في الموجة الأخيرة
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Humni kan Rabbiiti. Waan fedhe godha.
Kunis kan ganama kanaati.
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Mos-Ad akkasitti gubate jettanii? Isaan nama ajjeesan Iraan immoo waajjira tikaa isaanii olaanaa barbadeessite. Kanuma arguun gammachuu addaati.
እስራኤል የኢራን የደህንነት ሀላፊዎችን ስት*ገድል ... ኢራን ደግሞ የሞሳድ ዋና ቢሮን አውድማለች
ህዝቡ የኢራን ዝናብ ነጎድጓድ መሬቱን ስያንቀጠቅጥ፣ ከዋሻ ወተን ካልሸሸን ይላል፣ ወታደሮች ደግሞ አትወጡም ይላሉ። ብቻ ከባድ ነው😎
Ummanni roobni Iraan gubbaarraa roobsitu isa sodaachisee Boolla keessaa baanee baqannu malee jedha. Poolisoonnimmoo lakkii hin baatanii jedhee hulaa itti cufa.
Iraan Sa'aatii 24 keessatti xiyyaara waraana Is*raa。iil 28 kuffisuu himtee jirti.
Aqiidaan Shii'aa jallina keessatti daangaa darbuun beekamaadha. Isr*aa*iilii rukutanii Filisxeen irraa gadi teeasisuun isaanii immoo Muslimaaf gammachuu guddaadha.
Forwarded from Ibn Abbas Academy
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Hogganaan qilleensaa Israa'iil rukutamuun himame.
الحرس الثوري الإيراني يعلن استهداف قواعد جوية إسرائيلية في هجمات جديدة، وسماع أصوات سيارات الإسعاف بكثافة في تل أبيب
#الأخبار
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Hospitaalli isaaniis diigame kunoo
Adeemsa waraanaa amma deemaa jiru keessatti wantoota lamaan kana hubachuun gaariidha.

1. Is*ra-a'il kan ummata Muslimaa nagaa irratti hammeenya ulfaataa raawwataa turte hanga ta'e rukutamtee mataa gadi qabachuun nuuf gammachuu guddaadha. Kana Iraan qofaa mitiii osoo China ykn Russian raawwatteeyyuu baay'ee bareedaadha. Itti gammanna; ammas Rabbiin itti haa dabalu jennee du'aa'ii goona.

2. Jallinni Shii'aa, kufriifi shirkiin isaan raawwataa oolanii bulan nama Muslimaatiif ibsamuun dirqama. Inumaa yeroo biraa caalaa sa'aatii kana ibsamuu qaba.
Sababni isaas namoonni baay'een nama gootummaa agarsiise faarsuu wajjin hojii isaa hunda haqa se'a. Modeela isa godhachuuf yaala.

Yeroo ammaa dargaggoota baay'ee yoon ilaalu, keessumaa warri akkaadaamii baratan, kanneen bu'ura aqiidaa Islaamaa sirriitti hin beekne waan kanaan baay'ee gowwoomfamu.

Warra kanas ta'een kanneen biroo jallina aqiidaa irraa tiksuuf jallinni Shii'aa yeroo kana sirriitti ibsamuu qaba. Inni isaan Rabbii wajjin uumama gabbaran, Qur'aanni jijjiiramaadha jedhan, Aliyyiin guyyaa qiyaamaa Rabbii keenya jedhan, Abuu Bakriifi Umar kafarsiisan, Aa'ishaan zinaa goote jedhan.... lakkaa'amee hin dhumu. Sababa gootummaa isaan amma agarsiisan jallinni akka kanaa dhokatee dargaggoota keessa seenuun rakkoo guddaadha.
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Fakkeenya Darsii gannaa Ibn Abbas Academy kana fakkaatu. Darsicha jalqabuuf Linkii kanaan seenaa odeeffannoo guutuu argadhaa.
https://www.tg-me.com/markazibnabbas/1266
Bilbila kanatti bilbiluun ykn telegraamaanis:
+251952418212
Barumsa Gannaa Khamisa galgala Jalqabuuf. Hangasitti seenaa galmaa'aa.
****
"Cetifcate Sharii'aa" sagantaa gannaa:
https://www.tg-me.com/markazibnabbas

Ibn Abbaas Akkaadaamiin boqonnaa gannaa sababa godhachuudhaan barumsa "sartifikeettii sharii'aa" barattootaaf qopheessee jira.

Gosoota barumsaa kennaman:
. Aqiidaa,
. Fiqhii (Manhaj Assaalik)
. Tafsiira suuraalee filatamoo
. Usuul Alfiqhii (Al-Usuul Min Ilmil Usuul) kan Ibn Useymiin
. Hadiisa Umdatul Ahkaam Fiqhii Ibaadaa ta'a Inshaa Allaah.

Ulaagaalee barbaachisan:
. Qur'aana ilaalchaan sirriitti xumuruu,
. Afaan Oromoo dubbisuu fi barreessuu danda'uu,
. Sagantaa barumsaa irratti argamuu danda'uu,
. Qorumsa yeroon qoramuu

Akkaataa barumsaa
. Barumsichi online baratama.
. Sa'aatiin isaas ganama salaata Subhii boodaafi galgala sa'aa 3:00-4:30 ta'a.
. Telegraamii irratti live baratama Inshaa Allaah.

Wantoota galmeef barbaachisan
****
1. Email mataa keessanii banachuu
2. Foormii guutuu
3. Kafaltii barumsichaaf barbaachisu kaffaluudha.

Odeeffannoo dabalataatiif:
Bilbila:
+251952418212

Garee telegraamii kana seenaa:
https://www.tg-me.com/markazibnabbas
2025/07/01 17:52:09
Back to Top
HTML Embed Code: