Telegram Web Link
Seenaa Raajii Garboolee Hirphaa (1).pdf
33.1 MB
Kitaaba Seenaa Raajii Garboolee Hirphaa ❤️😍
Dubbisaa irraa ni barattu, itti ni jajjabaattu. Hiriyyoota keessan invite godhaa.
Join godhaa yeroo yerootti kitaabolee hafuuraa pdf tin siniif gadhiisna
Join
@iyyaasuupost
👎2
1😁1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Galatan qaba!
Jion
@iyyaasuupost
Contact for more info ℹ️
Babuyye
Kanarraa maal baranna?

Seenaa keessatti yeroo jalqbaaf Haadha manaa President biyya lamaa kan taatedha (First Lady of Two Countries) ~ Graça Machel

Graca Machel jedhamti. Kan dhalatte gaafa 17 October 1945 Portuguese Mozambique keessatti. Jalqaba haadha manaa (First lady) President biyya Mozambique Samora Machel turte. Hanga Samora Machel balaa xiyyaaraan du'etti kana jechuunis akka 1975- 1986 LA Waggaa 11 koof (First lady) Mozambique turte jechuudha.

Erga president Samora Machel balaa xiyyaaraan du'ee booda bara 1998 LA hiriyyaa gaarii Samora Machel kan ta'e President Gurraacha jalqabaa biyya Afriikaa Kibbaa (South Africa) kan ta'e Nelson Mandela heerumtee (First lady) biyya lamaa ta'uu dandeesse.

Yeroo ishee fuudhu sana President Nelson Mandelan guyyaa dhaloota isaa Waggaa 80ffaa isaa yeroo kabaju ture. Ega Graca Machel haadha manaa sadaffaa President Nelson Mandela yeroo taatu. Hanga gaafa President Nelson Mandela du'etti jechuun 2013 LA wajjin turte jechuudha.

Kana malee Hojii haadha manummaa( First lady) alatti hojii gaggaarii Mirgoota Dubartootaa fi Da'immanii irratti hojii gaggarii baay'ee kan hojjette yeroo taatu. Hojii ishee kanaanis badhaasawwan Addunyaa garaa garaa fi beekamtii garaa garaa biyyoota garaa garaa fi dhaabbata garaa garaa argachuu dandeesseetti.
Kanarraa maal baranna?

For more information.
https://gpe.wikipedia.org/wiki/Gra%C3%A7a_Machel
Jion
@iyyaasuupost
Waljabeessuu wal cimsuu wal-utubuu hundumaa caalaa aadaama keenya isa guddaa haa godhannu.

Please please please ila warra keenya akkuma hojii isaanii jaallannuu carraa isaan argatan kana immoo nus vote goonee haa moosifnu. Category garaa garaa irratti dorgomaa waan jiraniif rakkoo hin qabu namni tokko lamaan isaanii filachuu dandeessu.

link Ittiin Miina Mul 👇 filattan kanadha
https://www.tca2025.com/category/26

Link ittii Haftee Baqqalaa Baa https://www.tca2025.com/category/15 filattan vote gootan immoo kanadha.
Warri akka itti vote hin beekne immoo kan lamachuu video gabaabaa hojjetamee pirofle isaan jala waan jiruuf ilaaltanii vote gochuu dandeessu. Ila warra keenya isaan kana lachuu moosisuuma qabda please vote utuu hin godhiin hin hafiinaa.

Ammaa Hafteen 3ffaa irra jira.
Miina immoo 2ffaa galuuf vote 500 qofatu hafa. Kanaafuu lamaan isaaniittu 1ffaa 1ffaa galchuu qabna please. Midea qabdan irrattis beeksisaa. Waliin injifachiisuu qabna
Oduu Gammachiisaa hundumaa keessaniif.

Jireenya ko keessatti hangan amma jiruutti kitaabota baay'ee dubbiseera, ammalee dubbisaan jira. Dhugaa dubbachuuf ergan dubbisuu eegalee tasa addaan kutee hin beeku.

Waantan channel kana irratti maxxansus akkuma hedduun keessan beektan waan sin fayya jedhuu alatti hoomaa faayidaa mataakoof maxxansees hin beeku hin maxxansus.

Amma garuu muuxannooko irraa kaasee Kitaabota namni kamiyyu dubbisuu qabu kami jedhee of gaafadhee nama kamiyyu fayyada, namni kamiyyu kitaabota kana dubbise jireenya isaa jijjiiruu danda'a jedhee yaadu dhamaatii waggaa hedduu booda Kitaabota 15 addaan baaseera.

Isin Kitaaba meeqaatamii meeqa akkako joortanii bittani, ergifattanii, kireeffattanii cinqamtanii dubbisuu sin hin gaafatu warreen kana duwwaa dubbifnaan base qabattanii jireenya keessan jijjiiruu dandeessu.

Kanaafuu namoonni kitaaba kana barbaaddan karaa @Iyyasuu na qunnamaa.

Channel kana immo waan sin fayyadu qofan asirratti maxxansa waan ta'eef akka namoonni jion godhan group beektanitti share godhaa. Channel qabdanii fi beektan keessatti beeksisaa.
Ofiis
@iyyaasuupost kana cuqaasaa jion godhaa.

Tarkaanfiin Fulduratti!
1👍1
Namoonni hedduun kitaabota sana akkan siniif kennu na gaafachaa jirtu.


Ulaagaa ittiin kitaabota sana fudhattantu jira innis ulaagaansaa tokko qofaadha.

Innis Channel telegram kana Group yookan channel telegram abbaa fedhe keessatti akka join godhaniif beeksuu fi akkasumas social media dhuunfaa keessan kan fayyadamtan FACEBOOK , Tiktok, X, waanuma fayyadamtan irratti irratti namoonni akka join godhan beeksistanii isa beeksistan immoo screenshot isaa karaa @Iyyasuu jedhu kanaan naaf ergitanii yeroosuma kitaabota sana argachuu dandeessu.

Sababa ani kana godheefis ani tola siniif kennuuyyu nan danda'a. Garuu namni waan tola argate value itti hin kennu waan ta'eef kan gatii itti kaffale malee, sababii akka dubbistan barbaaduuf akkas godhe.


Kanaafuu akkas godhaa Kitaabota dinqisiisoo 15 kana fudhaa.

Dhugaadha gaafa argattanii dubbistan baay'eema baay'ee na galateeffattu.

Jion.
@iyyaasuupost
Hedduun beeksisanii fudhataniiru.

Akkaataa itti beeksiftan.
1. Seeneewwan dinqisiisoo argachuuf
2. Motivational, text, Video argachuuf
3. Kitaabota dinqisiisoo argachuuf
Channel
@iyyaasuupost Join godhaa jettanii beeksistu.
Hojiin channel kanaas kanuma waan ta'eef.
1
Kuno namoota hedduutu ulaagaa guutee kitaabota sana fudhataa jira.
Isinis ulaagaa armaan olii isana godhaa fudhadhaa. Dhugaan siniin jedha kitaabonni sun baay'eema baay'ee sin fayyadu
Join
@iyyaasuupost
Kuno namoota hedduutu ulaagaa guutee kitaabota sana fudhataa jira.
Isinis ulaagaa armaan olii isana godhaa fudhadhaa. Dhugaan siniin jedha kitaabonni sun baay'eema baay'ee sin fayyadu
Join
@iyyaasuupost
2025/10/28 07:41:28
Back to Top
HTML Embed Code: