Telegram Web Link
“Inni teessoo irra taa'e immoo, "Kunoo ani waan hundumaa haaraa nan godha!" jedhe; itti dabalees, "Dubbiin kun amanamaa, dhugaas waan ta'eef, kana caafi!" naan jedhe.”
— Mul. 21:5
3🔥1
Qajeelfama Waaqayyoo malee gonkuma milkaa'uu hin dandeenyu. Waaqayyo Qalbii qajeelfma isaa hubatu siniif haa kennu.
@lifejour
👍6🔥1
Channel photo updated
Namoonni galma mul'atakeetti yoo hin kolfan ta'e mul'anni ke baay'ee baay'ee xiqqoodha jechuudha. Mul'annike baay'ee baay'ee si caaluu qaba!
Joine for more
👉 @lifejour
👉 @lifejour
👉 @lifejour
Forwarded from Macaafa Qulqulluu
#JAALALA
Danda'aadha.
Gaarummaa argisiisa
Hin hinaafu
Of hin jaju
Of hin bokoksu
Lafa salphinaa hin ijaajju
Waan isatti tolu duwwaa hin barbaadu
Hin dallannu
Waan hamaa nama irratti hin lakkaa'u
Qajeelina dhugaatti gammada
Jal'inatti hin gammadu
Karaa tokko illee nama hin lafafu
Hunduma isaa amana
Hunduma isaa abdata
Hunduma isaa obsa
Yoom iyyu hin badu
Amantii, abdii, jaalalli hafanii jiraatu
Isaan keessaa jaalalatu caala.
💝 Jaalala haa uffannu
“Jaalala yoo waliif qabaattan, kanaan namoonni hundinuu akka isin bartoota koo taatan in beeku" jedhe.”
— Yoh. 13:35
@mikuuz
👍32🤔1
Bakki filatamaa Church deemuu caalu hin jiru.
5🔥3
12 Reasons Why Reading Books Should Be Part of Your Life:

1. Knowledge Highway: Books offer a vast reservoir of knowledge on virtually any topic imaginable. Dive deep into history, science, philosophy, or explore new hobbies and interests.

2. Enhanced Vocabulary: Regular reading exposes you to a wider range of vocabulary, improving your communication skills and comprehension.

3. Memory Boost: Studies suggest that reading can help sharpen your memory and cognitive function, keeping your mind active and engaged.

4. Stress Reduction: Curling up with a good book can be a form of mental escape, offering a temporary reprieve from daily anxieties and a chance to unwind.

5. Improved Focus and Concentration: In today's fast-paced world filled with distractions, reading strengthens your ability to focus and concentrate for extended periods.

6. Empathy and Perspective: Stepping into the shoes of fictional characters allows you to develop empathy and gain a deeper understanding of different perspectives.

7. Enhanced Creativity: Reading exposes you to new ideas and thought processes, potentially sparking your own creativity and problem-solving skills.

8. Stronger Writing Skills: Immersing yourself in well-written prose can improve your writing style, sentence structure, and overall communication clarity.

9. Improved Sleep Quality: Swap screen time for a book before bed. The calming nature of reading can help you relax and unwind, promoting better sleep quality.

10. A Portal to New Worlds: Books transport you to different times, places, and realities. Experience thrilling adventures, historical events, or fantastical journeys from the comfort of your armchair.

11. Lifelong Learning: Reading is a journey of continuous learning and self-discovery. There's always something new to learn, regardless of your age or interests.

12. Conversation Starter: Books provide a treasure trove of topics for conversation, fostering connections and enriching discussions with other
2👍2
YESUUSIIN qabda taanaan ulfina qabda.
12
Many BOOKS can inform but only the BIBLE can transform
“Saaqamuun dubbii keetii ifa in kenna, wallaalota iyyuu in hubachiisa.”
— Far. 119:130
👍4
Bakki lubbuun namaa itti boqottu Yesus bira qofaatti.
2025/10/22 14:47:25
Back to Top
HTML Embed Code: