Telegram Web Link
Hubadhu yaale! Jireenya ilma namaa keessatti gatii guddaa kan nama kaffalchiisu, murtoo ati salphaa jettew akka salphaatti murteessituuf,  xiqqoo jettee waan tuffattudha.
Gatii guddaa kaffaluu yoo hin feen waantota xixiqqoof xiyyeeffannoo guddaa kenni. Waanti guddaan ofiinuu xiyyeeffannooke waan harkisuuf.
1
Hubadhu Yaale!
Balbala banuu hin dandeenye hin cufiin, kan cufuu hin dandeenyes hin baniin yaale!
“Isin ayyaana Waaqayyootiin karaa amantii fayyifamtan; inni immoo kennaa Waaqayyoo ti malee, gochaa ofii keessanii miti;”
— Efe. 2:8
👍1
HOW TO RESPECT YOURSELF

(1) Stop looking for who is not looking for you.

(2) Stop begging.

(3) Stop saying more than is necessary.

(4) When people disrespect you, confront them immediately.

(5) Don't eat other people's food more than they eat yours.

(6) Reduce how you visit some people, especially if they don't reciprocate it.

(7) Invest in yourself. Make yourself happy.

(8) Stop entertaining gossip about other people.

(9) Think before you talk. 80% of how people value you is what comes out of your mouth.

(10) Always look your best. Dress the way you should be addressed.

(11) Be an achiever. Get busy with your goals.

(12) Respect your time.

(13) Don't stay in a relationship where you don't feel respected and valued. Walk away.

(14) Learn to spend money on yourself. That's how people will learn to spend on you.

(15) Be scarce sometimes.

(16) Be a giver more than a receiver.

(17) Don't go where you are not invited. And when invited don't overstay your welcome.

(18) Treat people exactly the way they deserve.

(19) Except they owe you money, two call attempts is enough. If they value you they will call you back immediately .

(20) Be good at what you do. Be the best you can be.
KRISTOOS si waama.

❝... Kristos garuu hundumaaf jira, inni nama hundumaaf waan hundumaa ti.❞
—Qol. 3: 11
👉Kristoos #humna_Waaqayyoo isa du'aa nu fayyisee #ogummaa_Waaqayyo isa du'a jalaa itti oollee dha 1Qor 1፡24
👉Kristoos isa gita ofiif ulfina qabutti ulfina nuuf kanne #Ulfina_Waaqayyooti. HoE 7፡55
👉Kristoos isa qajeeltoota nu godhe #qajeellummaa_Waaqayyoo ti. Rom 3፡21
👉Kristoos isa sanyii hin badnerraa itti dhalanne #sanyii_Waaqayyoo ti. 1Phex 1:23
👉Kristoos isa nu fayyisuuf mul'ate #ayyaana_Waaqayyoo ti. Tit 2፡11
👉Kristoos akka nuti jireenyati jiraannuuf kan mul'ate #jaalala_Waaqayyoo ti. 1Yoh 4፡9
👉Kristoos isa akka nuti beeknuuf nuuf kanname galmee badhaadhinaa, kan ogummaa fi beekkumsaan guutame #Dhoksaa_Waaqayyoo ti. Qol 2፡2
👉Kristoos jaalalli abbaan nuuf qabu kan itti mul'ifame #kennaa_Waaqayyoo ti. Yoh 3:16
👉Kristoos dhaaltuu mootummaa Waaqayyoo isa nu godhe #akeeka_Waaqayyooti. Ibr 1፡2
👉Kristoos Waaqayyoo keenya dha.
1Qor 3፡23

Waaqayyo karaa Kristoos wanti inni nuuf hin kanninii fi nuuf hin raawwatin hin jiru.

Waaqayyo addunyaa kan uumee karaa Ilma isaa ti. Qol 1:15-19
Waaqayyo addunyaa kan ofitti araarse karaa Ilma isaa ti, Qol 1:20
Waaqayyo addunyaa kan walitti qabu (xumura itti godhu) karaa Ilma isaa ti, Efe 1:10

❤️Kristoos Waaqayyoo keenya, nuti ammoo kan Kristoos!!❤️

👉Kitaabni akka ja'utti....
#Isin_immoo_kan_Kristos, #Kristos_immoo_kan_Waaqayyoo_ti.❞
—1Qor. 3: 23

Mat. 28
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹⁸ Yesus immoo gara isaaniitti dhi'aatee, "Gooftummaan hundinuu waaqa irratti lafa irrattis anaaf kennameera.
¹⁹ Egaa dhaqaa, maqaa abbaatii fi ilmaatti, kan hafuura qulqulluuttis isaan cuuphuudhaan, saba hundumaa bartoota koo godhaa!
²⁰ Waanan isin abboome hundumaa eeguu isaan barsiisaa! Kunoo, ani immoo hamma dhuma baraatti guyyaa hundumaa isinii wajjin nan jira" isaaniin jedhe.

Hub:-Kristoos Mata duree lallaba keenyaa qofa osoo hin taane mata duree jireenya keenyaatis.!
........
Waaqayyo jireenya keenya isa tahe gara kiristoositti nu waamaa jira.
GARA KRISTOOSITTI WAAMAMTANIITTU HUNDUMTUU.

Join
@Lifejour
@Lifejour
@Lifejour
“Ani Waaqayyoon waan tokkicha nan kadhadha, isas argachuu nan barbaada; innis, bara jireenya koo hundumaa mana Waaqayyoo keessa jiraachuu, gaarummaa Waaqayyo hojjetu ilaaluu, mana qulqullummaa isaa keessattis isa yaadachuu dha.”
— Far. 27:4
Join
@Lifejour
@Lifejour
@Lifejour
The three Types of People in Your life

1. Observers

These watch your life from far, when you make it, they come close with words like “I knew you would make it, I saw it coming” and when you fail they are the first ones to publish it, such are good optimist of your success. From such Stay away.

2. Makers

These are people that plant in you, some water you, such create in you that the world can harvest. Mentors, fathers, life coaches, teachers, they are a gift to your life. From such appreciate and honour the gift God has given you through there lives. Pray for them.

3. Destroyers
These are agents of Satan, every good in you can be destroyed, they waste your time, resources, if you have money such leave you when it is finished. There smiles are fake, their compliments are a hook wanting something from you. From such bid “Get thee behind me Satan”

Source: From what I have read
👍2
በመሠረተ ክርስቶስ ቤተ ክርስቲያን
ለቀጣናዎችና ክልሎች

በያሉበት

የጌታ ጸጋና ሰላም ይብዛላችሁ

ጉዳዩ፦ አገራዊ የጾምና የጸሎት ጥሪ ማድረግን ይመለከታል

በመሠረተ ክርስቶስ ቤተ ክርስቲያን ባሉት ቀጣናዎች፣ ክልሎች እና አጥቢያዎች በሙሉ አገራችን ኢትዮጵያን አስመልክቶ ከየካቲት1 ጀምሮ እስከ 15 ቀን 2017 ዓ.ም ድረስ በጌታ ፊት ጸሎት እንዲደረግ በመሠረተ ክርስቶስ ቤተ ክርስቲያን አስተዳደር መሪዎች ጉባኤ ተወስኗል፡፡ ስለዚህ ቀጣናዎች፤ ክልሎችና አጥቢያዎች እንደ አካባቢው ተጨባጭና ምቹ ሁኔታ ፕሮግራም በማውጣት ተዘጋጅቶ በቀረበው የጸሎት ርዕስ የእግዚአብሔርን ፊት እንድንፈልግ በአክብሮት አሳስባለሁ። የጸሎት ርዕሶቹ ከዚህ ደብዳቤ ጋር አባሪ ተደርጓል፡፡

ከየካቲት 1 እስከ 15 ቀን 2017 ዓ.ም የሚደረገው የጾምና የጸሎት ፕሮግራም

የጸሎት ርዕሶች

1. የምስጋና ጸሎት

1. በምድራችን የወንጌል ሥራ አሁንም ስለቀጠለ፣ ሰዎች ዛሬም ወንጌል ስምተው ስለሚድኑ፣ ሁለንተናዊ ፈውስ ስላገኙና የእግዚአብሔር መንግስት በምድራችን እየሰፋ ስለሆነ እግዚአብሔርን እናመስግን።

II. በአገራችን ኢትዮጵያ እየታዩ ስለሚገኙ መልካም የልማት ተግባራት እናመስግን።

2. የንስሃ ጸሎት

1. የእግዚአብሔር ቃል በሚያስተምረው እውነት መሠረት በትጋትና በጽናት ባልቆምንባቸው ጉዳዩች ንሰሃ እንግባ፡፡

1. የእግዚአብሔርን ፊት በጾምና በጸሎት ባለመፈለጋችን፤ ተገቢውን የጽድቅ ህይወት በመኖር ለሌሎች ምሳሌ መሆን ሲገባን እኛም የሌሎችን መንገድ ተከትለን በተገኘንበት ጉዳይ ንሰሃ እንግባ።

IIL አንዳችን ሌላችንን በገፋንበት፣ በጠላንበት፤ ስምን በከንቱ ባጠፋንበት፤ በወንድሞች መካከል የመንፈስ አንድነት እንዳይኖር ምክንያት በሆንበት እና በአጠቃላይሕወታችንን እንደ እግዚአብሔር ቃል ባልመራንበት ሁሉ ንስሀ እንግባ፡፡

3. የልመና/ምልጃ ጸሎት

1. በሀገሪቱ በተለያዩ ሥፍራዎች ያሉ የፖለቲካ ኃይሎች በኃላፊነት መንፈስ በጋራ ለሀገርእና ለህዝብ በአንድነት መስራት የሚችሉበትን ጥበብ፣ እውቀትና ማስተዋል እግዚአብሔር እንዲሰጣቸው እንለምን፡፡

II. በሀገራችን በሚገኙት የኦሮሚያ፤ የአማራ እና የትግራይ ክልሎች ያለው ከፍተኛ የጸጥታ ችግር ጌታ እንዲያቆመው እንጸልይ፡፡

IIL በምድሪቱ ላይ ፍትህ እንዲሰፍን እንዲሁም በተለያዩ የሥልጣን ደረጃዎች ያሉ የመንግስት አካላት ሕዝቡን በከፍተኛ ኃላፊነት፣ አክብሮትና ቅንነት ማገልገል የሚችሉበትን ጥበብ፣ ማስተዋልና የልብ ስፋት እግዚአብሔር እንዲሰጣቸው እንለምን።

IV. የሀገራችን ኢኮኖሚ ስርዐት ድሃው ማህበረሰብ ሰርቶና በልቶ እንዲያድር ፍትሐዊ እንዲሆን እንጸልይ፡፡

MESERETE KRISTOS

HEAD OFFICE
Meserete Kristos Church - Head Office
😁1
Waaqayyo gaarii dha'o,
gaarummaan isaa bara baraan,
amanamummaan isaas dhalootaa hamma dhalootaatti
achuma jira.
*5 118:1; 106:1; 136:1; Er 33:11
Faarfannaa 100:5
👍1
2025/10/21 12:55:13
Back to Top
HTML Embed Code: