Nama Utuu laaqana hin_nyaatiin waggaa 6 jiraate! Maraadoonaa
Agabuu oolun beelahuun Galmaa ofiinama hin hanqisu! Nama Utuu laaqana hin_nyaatiin waggaa 6 jiraate! Maraadoonaa!
Bara 1960 akka lakkoofsa warra alaatti biyya Arjentiinaatti maatii hiyyeessaa keessatti obboloota dhiira fi dubaraa 7 waliin dhalate.
Diago Armando Maradona. Rakkina irraa kan ka’e maatiin isaa Guyyaatti si’a lama qofa nyaatu turan. Ganama sa’atii 4:oo tti gara dhi’aa sa’atti 11: 00 tti nyaatu turan.
Kun immo maatii isaa qofa osoo hin taane hawaasa inni keessatti dhalate biratti beekamaadha. Ganda inni keessatti guddate keessatti laaqana nyaachuun baratamaa miti. Dhaba irra kan ka’e.
Kana irraa kan ka’e Maraadoonaa fi hiriyyoonni isaa yeroo baayyee sa’ati laaqana irranfatanii dabarsuuf jechaa ongee saafaa keessaa, waaree walakkaa kubbaa miila taphatu turan. Kunis yoo mana galan nyaata waan hin arganneef, of irraanfachiisu jecha ture.
Maraadoonaan umrii isaa wagga 10 kaasee hanga 16 tti haala kanan dabarse. Yoo nama dhabe illee qophaa isa daandii irratti kubbaa taphata ture. Qaabeenya, hiriyyaa dhugaa fi michuun yeroo hundumaa Maraadoonaa irraa adda hin baanee KUBBAA isa ture.
Haala kanan utuu jiraatu danadeetti fi ga’umsa inni kubbaa miilaf qabu olaanaa fi ajaa’ibsiisaa waan turef, umrii isaa waggaa 16 tti Kilebii seene. Milkaa’inni Maraadoonaa asii jalqaba.
- Akkuma kilebii seenen bara 1981-1982 tti wagga 2 keessatti tapha 40 irratti hirmaachuun goolii 28 galchuun nama ajaa’ibaa jedhame.
- Dhuma bara 1982 tti kilebii beekama Spain, Barcelonaf paawondii miliyeena shanin mallatteesse. Achi keessatti geeboota garaagaraa kilebii isaaf aragmsiisuun, ofiifis badhaasa dhuunfaa heedduu argateera!
- Umrii isa 25 tti tapha kubbaa miila addunyaa bara 1986 Mexico tti adeemsifame irratti geebaa biyya isa Arjeentiinaaf argamsiise.
-Baruma sana Taphata urjii addunyaa jedhamuun badhaafame.
- Kubbaa warqee badhaafameera.
- Taphataa urjii addunyaa jedhameera
- Beeksisa heedduu hojjeteera
- Qabeenyan badhaadhera!
Kun seenaa isa hunda miti muraasan kaasee. waa'ee isa himuf miti. eessa ka'ee eessa akka ga'ee akka beektanifi. Xiiqii fi kaayyoo qabaaannan wanti keessaa hin ba'amne hin jiru.
DhaamsaKoo:
- Atis akkuma Maraadoonaa maatii hiyeessaa keessatti dhalachuu dandeessaa, beela’uu, dheeboochuu, daaruu fi dhabuu dandeessa. Rakkina keessatti guddachuu dandeessa. #Garuu_keessatti_dhalatte_malee_keessatti_hin_haftu!
Milkaa’ina keef murteessaan maatii keessatti dhalatte, hawaasaa ati keessatti guddatte miti. #Galma keen kan si ga’u utuu abdii hin kutiin boorii kee ilaalte hojjechuudha.
Kaayyoon xiiqiitiin yoo dabaalamee Tulluu gubbaatti ol nama baasa! Jabaadhun sin jedha ani obboleessi kee!
[ Jaalallii fi Gaarummaa sirraa hin fagaatiin isaaniin of irraa hin buusiin. Isaaniin deemanii bakka Waaqayyo siif yaade geessa.] (Gaarii Gochuu amalake godhu!)
Firii Fayyisaa
👉 JION
@Iyyaasuupost

❤2👍1
Please Waanti gaariin baay'ee akka sin hin dabarre kana godhaa! Link https://vt.tiktok.com/ZSDWXg933/ kana cuqaasaa banaa dhaggeeffadhaa.
Jion
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
Jion
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
@iyyaasuupost join godhaa waan ajaa'iba hedduun siniif fida family
Join
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
Join
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
❤1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Dhuga yoo xiiqii qabaatte akkasidha gooota. https://vt.tiktok.com/ZSDckddXt/ kanaan ala video barsiisoo hedduun Tiktok irra jira waan ta'eef link olii kanaan seenaa daawwadhaa. Dhugaadha michootako kabajaa fi jaalala sin natti agarsiisaa jirtan dinqiidha! Naaf jiraadha. Anillee ergaan sin fayyada jedhee yaade hedduu qabadheen siniif dhufaa jira.
Channel kana
Join godhaa. Dhuguma waan bareedoo hedduun fidee dhufaa jira. Kuno link kanaan Join godhaa.
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
Channel kana
Join godhaa. Dhuguma waan bareedoo hedduun fidee dhufaa jira. Kuno link kanaan Join godhaa.
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Dhuguma kana gochuu dandeessa taanaan ati nama addaadha dhugaa! Miirota ja'an kanatu jireenya murteessaa waan ta'eef. https://vt.tiktok.com/ZSDTXgevm/
Join
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
Join
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
👍1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Ergaa kana please gurra keessan qoroqoradhaa dhaga'aa!
https://vt.tiktok.com/ZSU11EfRN/
Join
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
https://vt.tiktok.com/ZSU11EfRN/
Join
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
Forwarded from Babuye Technologies (Babuye G Irranaa)
Projector wajjin keebili baatani deemu kan hambisee
Forwarded from Babuye Technologies (Babuye G Irranaa)
Moodeemi wifi kannen biroos jiru nu bilbilaa, text godhaa