This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
π₯super kissπ
βββββββ π βββββββ
Join π₯ @jaalala π₯share
βββββββ π² βββββββ
βββββββ π βββββββ
Join π₯ @jaalala π₯share
βββββββ π² βββββββ
Forwarded from Oro promotion
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
π₯super kissπ
βββββββ π βββββββ
Join π₯ @jaalala π₯share
βββββββ π² βββββββ
βββββββ π βββββββ
Join π₯ @jaalala π₯share
βββββββ π² βββββββ
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
π₯mee daansii kana warri dandeessan nuuf ergaa @jaalalabot irrattiπ
βββββββ π βββββββ
Join π₯ @jaalala π₯share
βββββββ π² βββββββ
βββββββ π βββββββ
Join π₯ @jaalala π₯share
βββββββ π² βββββββ
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
βπ₯β€οΈHAPPY VALENTINEπ

Walaloo
Anaaf siyi Bililleen
Wallaale haala koo
Faaras dhabe daraan
Ijji koon birriftii
Roora'ee rarra'e garaan,
-orman fedhu jaaloo
Sumatoo adaraan
Kan hir'uu koo beektuu
Sin eeggadha baraan
Kuulanee abbaa gadaa
Kan uuman si faaytee
Hawwamta maleen qabamtuu
Urjii samii taatee
-jabaattee nan miidhin
Onneen too hoongoftee
Too ta'i keen ta'a
Uumat naaf si laatee
Diratte calleekee
Addarraan naqarsaa
Haayyut si eebisee
Waan qabdu abaarsa
-waa gabroomfatteertaa
Onnee qottee galtee
Firaaf alagaattuu
Guard nu godhattee
Raajii uumaa keetii
Kan qalbiin agabduu
Fakkattii kee dhabee
Waallee gitan qabduu
Maal qabda ijarra
Kanumman si arge kan fajaje hafuu
Bareedduu oromoo
An siif jedhe safuu
Kan kee baay'en qaba
Waanan dhugaa ba'uu
Hadha ati wan yabaa
Kan hundu sin ta'uu
Dimokrasin keeti
Kan abbee arjoome
Kanaf situ qaba hunda
Sit dursee qaroomee
Ajab ulfina kee
Wayta dirree baatuu
Safuu keenya beeytaa
Utaaltee hin jarjartu
-keetin ammayyooftee
Safuu abbeetii hin gattuu
Anaaf siyi bililleen
Suma kan na marartuu
Anaaf siyi Bililleen
Wallaale haala koo
Faaras dhabe daraan
Ijji koon birriftii
Roora'ee rarra'e garaan,
-orman fedhu jaaloo
Sumatoo adaraan
Kan hir'uu koo beektuu
Sin eeggadha baraan
Kuulanee abbaa gadaa
Kan uuman si faaytee
Hawwamta maleen qabamtuu
Urjii samii taatee
-jabaattee nan miidhin
Onneen too hoongoftee
Too ta'i keen ta'a
Uumat naaf si laatee
Diratte calleekee
Addarraan naqarsaa
Haayyut si eebisee
Waan qabdu abaarsa
-waa gabroomfatteertaa
Onnee qottee galtee
Firaaf alagaattuu
Guard nu godhattee
Raajii uumaa keetii
Kan qalbiin agabduu
Fakkattii kee dhabee
Waallee gitan qabduu
Maal qabda ijarra
Kanumman si arge kan fajaje hafuu
Bareedduu oromoo
An siif jedhe safuu
Kan kee baay'en qaba
Waanan dhugaa ba'uu
Hadha ati wan yabaa
Kan hundu sin ta'uu
Dimokrasin keeti
Kan abbee arjoome
Kanaf situ qaba hunda
Sit dursee qaroomee
Ajab ulfina kee
Wayta dirree baatuu
Safuu keenya beeytaa
Utaaltee hin jarjartu
-keetin ammayyooftee
Safuu abbeetii hin gattuu
Anaaf siyi bililleen
Suma kan na marartuu
Forwarded from Jaalala β€π via @like
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
π₯super kissπ
βββββββ π βββββββ
Join π₯ @jaalala π₯share
βββββββ π² βββββββ
βββββββ π βββββββ
Join π₯ @jaalala π₯share
βββββββ π² βββββββ
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
ππ kissing Tips ππ
#Stay_Home #EnjoyIt
βββββββ π βββββββ
#Join π₯ @jaalala π₯#share
βββββββ π² βββββββ
#Stay_Home #EnjoyIt
βββββββ π βββββββ
#Join π₯ @jaalala π₯#share
βββββββ π² βββββββ
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
@jaalala
β€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈ
Gorsa fi Hikkaa Jaalalaa
β€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈ
Jaalala bituu hin yaalin jaalalli isin haa bituu malee.
Yeroo wal fakkaataa keessatti nama lama yoo jaallatte filannoon kee isa duraa osoo hin taane isa boodarra jaallatte ta'uu qaba.
sababni isaas osoo isa duraa dhugaan jaallatte ta'ee isa lammaffaa onneen kee hin keessumsiisu ture.
@jaalala
βοΈJaalala jechuun:-
β Bareedina barbaaduu miti
β Faayidaa barbaaduu miti.
β Ejjaa(fedhii foonii) barbaaduu miti.
β Yeroo fayyaa qabaniif yeroo gammachuu qofa wal haammachuu miti.
β Waan jaallatamteef jaallachuu miti.
β Namnumti wal jaallataaf jaallachu miti.
β Waan sibiteef atis guyyaa eegdee liqii deebisuu miti.
β Bifa nama sanaa ilaaluu miti.
β Qabeenya bor badu ilaaluu miti.
@jaalala
βοΈJaalala dhugaa jechuun
β Waan hundarraa qulqulluu kan ta'e
β Fakkeessu osoo hin taane dhugaa.
β Dhugaa jaalalaatiif jecha hiyyeessa jaallachuu bor wajjin horatu.
β Yeroo gaddaa, gammachuu ,rakkinaa wal bira
dhaabbachuu.
β Kan ofiif hin arganne nama sanaaf hawwuu.
β Obboleessa keetiif dabarsitee lubbuu kee kennuu.
β Rakkinni har'a obboleessa ke(jaalallee) irra ga'e bor akka sirra gu beekte har'a rakkina isaa hirmaachuu.
β Nama jaallatteef kabaja,iftoomina kennuu dha.
@jaalala
π°Kana hunda cabsitee jaalalatti deemta taanaan
jaalalichi hundee hin qabu bor buqqa'a.
πππππππππππππ
Share and forward
β€οΈ @jaalala β£ πjoin now
https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAE9g0TTVxOaUkUdL0Q