Telegram Web Link
Rule No 1

Gammachuun jidduu keessanitti jiru cimee akka itti fufu yoo barbaadde namootaaf hin odeessin !
:¨·.·¨:
 `·.   @Jechootahayyoota
👍42👏3
#Carraa_dhukkuba_kaansarii_harmaan_qabamuu_hir'isuuf:
~~~~~~~~~~~~~
🚭 Sigaaraa ykn tamboo xuuxuu dhiisuu
🍔 Ulfaatina qaamaa madaalaawaa qabaachuu
🍷 Alkoolii dhuguu dhiisuu ykn hir'isuu
🤱 Daa'ima harma hoosisuu
🏃‍♀️ Sochii qaamaa gochuu
☢️ Carallaa garaagaraaf saaxilamuu dhiisuu

💠Kanaaf, dhukkubbii harmaa kamiyyuu yeroon ilaalamuun yaalamuun gaaridha!
~~~~~~~~~~~~
© Dr. Bulti Likisa(Bultoo), 2024

#FOLLOW & #SHARE🙏❤️
👇👇👇

@jechootahayyoota
👍276
Akka ati barbaachisaa taate of yaadadhu.  Yoo xiqqaate hojii barbaachisaa tokkotu jira Kan ATI hojjattu malee hin hojjetamne.

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
👍344
1️⃣ Yeroo seeqattu hidhii kee osoo hin taane ija kee fayyadami.

2️⃣ Suuta dubbadhu, waan dubbattu irratti ofitti amanamummaa kee agarsiisi.

3️⃣ Yoo hin afeeramne ykn hin filatamne  gonkumaa hin gaafatin, hin kadhatin.

4️⃣ Yoomiyyuu hatattamaan deebii hin kenninaa, sekondii muraasa eegi tasgabbaa'ii gabaabsii raawwadhu.

  5 Waan to'annaa kee ol ta'e fedhiidhaan tuffadhu.


@Jechootahayyoota
39👍11
Jireenyi qananii seera mataa keetiin jiraachuudha.  Gara galma keetii deemuun.  Sababa barbaaduu miti, michooma barbaaduu dhiisuu.  Filannoo kee, abjuu kee, fedhii keetif sababa dhiheessuu dhiisuu.  "Kana na gochuu hin dandeessu" jechuu fi "ani gochuu nan danda'a" jechuu.


@Jechootahayyoota
👍397🔥2
Nama siif yaadu gonkumaa hin tuffatiin.

Sababni isaas gaaf tokko diyaamandii akka dhabde ni hubatta, osoo dhagaa walitti qabuutti qabamtee jirtuu.


@Jechootahayyoota
👍225
#ILAAMEE!

Amerikaa keessatti namoota carraan lotorii bahuuf keessaa % guddaan qarshii baheef qisaasessuun daandiirra jiraachuutti deebi'u.
'Kanaaf sababni guddaan maalii?' kan jedhuuf deebiin ifadha; 'qarshii sanatu dhamaatii tokko malee, sanuu daqiiqaan, dhufe'.

Waan yaannu hunda halkanuma tokkoon osoo arganne jireenyuu miira namaa hin laatu; madda dhiphinaa ta'a;
Beekumsi, qabeenyi, beekamtiin, aangoon, yeroo eegee, obsaan gaafa dhufu akkataa ittiin hoggannus nu barsiisa.

Gara galma ofitti bifa sirnawaafi fufaan(regular and continues) yoo siqne dhumarra bakka yaadne sana geenya; geenyees duubatti hin sigigaannu;

....Kanaaf imalakee obsaan ittuma fufi.

Join
@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
👍255👏2
MALUMMAAFI DANDEETTI NAMA👫👫

1.Namni baayyee baratee biyyaf
Bu'a guddaa buusaa 👏👏👏👏

2.Namni homa hin barannes biyyarratti dhibba hin fidu👋👋

3.garuu kan akka nama xiqqoo baratee dhibba guddaa biyyarratti fidu homtille hin jiru🤒🤒🤒🤒🤒😖🤯🤯

👍👍📖ANI
BIYYAAKOOF
BU'AA MALEE,
BA'AA MITI💪💪💪
join 👉 www.tg-me.com/jechootahayyoota
👍5
WAL HAA BARRU! WARRII BIYTII TEEYSAN AS KEEYSA HIN JIRREE COMMENT IRRAN BARREESSA AKKASUMA KAN JIRTUS JIRRAA JEDHI.....
****************
Godinaalee Oromiyaa Fi Aanolee isaa
A. SHAWAA KIBBA LIXAA
1. Sooddoo Daaccii
2. Qarsaa Maallimaa
3. Daawoo
4. Iluu
5. Gooroo
6. Bachoo
7. Sadan Sooddoo
8. Amayya
9. Tolee
10. B/m Walisoo
11. Walisoo
12. WanciI
13.Sabbata hawaas........
B. GODINA ADDAA NAANNAWAA
FINFINNEE
1. Aqaaqii
2. Boorehi
3. B/m Buraayyuu
4. Holataa
5. Wal maraa
6. Sabbataa Hawaas
7.Muloo
8. B/ m Sabbataa
9. B/m Sandaafaa
10. Laga Xaafoo Laga Daadhii
11.B/m Dukam
12. B/m Sulultaa
13. B/m Aqaaqii
14. Sulultaa
15. Galaan
16. B/M Sandaafaa
.
.
C. SHAWAA LIXAA
1. Abuunaa Gindabarat
2. Ada'aa Bargaa
3.B/m Amboo
4. Amboo
5. Baakkoo Tibbee
6. Calliyaa
7. Daannoo
8. Dandii
9. Ejeree
10. Ilfataa
11. Ginda Barat
12. Jalduu
13. Jibaat
14. Meettaa Roobii
15. Miidaaqeny
16. Noonnoo
17. Dirree Incinnii
18. Tokkee Kuttaayee
19. Meettaa
20. Ejersa Lafoo
21. Liiban Jaawwii
22.Gincii
23.Coobii
D. Qeellam Wallaggaa 1.Anfilloo
2.Daallee Sadii
3.Daallee Waabaraa
4.B/M Dambi Dolloo
5.Gaawoo Qeebbee
6. Gidaamii
7. Hawaa Galaan
8. Jimmaa Hoorroo
9. Laaloo Qilee
10. Sayyoo
11. Yemaalogii Walal
E. WALLAGGA LIXAA
1. Aayira
2. Baabboo Gambeel
3. Begii
4. Boojjii Coqorsaa
5. Ganjii
6. B/M Gimbii
7. Gullisoo
8. Boojii Dirmajjii
9. Haaruu
1o. Hoomaa
11. Jaarsoo
12. Qondaalaa
13. Qilxu Kaarraa
14. Laaloo Asabii
15. Mana Sibuu
16.Najjoo
17. Noolee Kaabbaa
18. Sayyoo Noolee
19. Yuubdoo
20. Lataa Sibuu
21. Mandii
.
.
F. WALLAGGA BAHAA
1.Boonayyaa Boshee
2. Diiggaa
3. Jiddaa Ayyaanaa
4. Kiiramuu
5. Gobbuu Sayyoo
6. Gudayyaa Biilaa
7.Guutoo Giddaa
8. Haroo Limmuu
9. Leeqaa Dullachaa
10. Ibaantuu
11. Jimmaa Arjoo
12. Limmuu
13. B/m Naqamtee
14. Nuunnuu Qumbaa
15. Saasiggaa
16. Sibuu siree
17. Waamaa Hagaloo
18. Waayyuu Tuqaa
19. Gudayyaa Jaree
20. Guutoo Wayyuu
21. B/M Angar Guutee
.
G. HORROO GUDURUU WALLAGGAA
1. Abbaay Coomman
2. Abee Dongoroo
3. Amuruu
4. Guduruu
5. Habaaboo Guduruu
6. Horroo Bulluq
7. Jimmaa Gannat
8. Jimmaa Raaree
9. Shaambuu
10. Jaardagaa Jaartee
11. Horroo
12.
.
H. SHAWAA KAABAA
1.Abbichuu fi Nya'aa
2. Alaltuu
3. Dabire Libaanos
4. Dagam
5. Darraa
6. B/m Fiichee
7. Giraar Jaarsoo
8. Hidhabuu Abootee
9. Jiddoo jiddaa
10. Qinbibiit
11. Kuyyuu Garba Gurraachaa
12. Warra Jaarsoo
13. Wucaalee Muka Xurii
14. Yaayyaa Gullallee
15......
.
.
I. SHAWAA BAHAA
1.Ada'aa
2. Adaamaa
3. Adaamii Tulluuf Jiddoo Kombolchaa
4. B/m Bishooftuu
5. Booraa
6. Dugdaa
7. Boosat
8. Fantaallee
9. Gimbichuu
10. Liiban
11. Lumee
12. B/m Baatuu
13......
.
.
J. ARSII
1. Aminyaa
2. Asakoo
3. Asallaa
4. Balee Gasgaar
5. Collee
6. Digaluuf Xiijjoo
7. Diksiis
8. Dodota
9. Inqolloo Waabee
10. Gololchaa
11. Guunnaa
12. Heexosa
13. Jajuu
14. Limmuuf Bilbiloo
15. Loodee Heexosaa
16. Martii
17. Muunessaa
18. Roobee
19. Seeruu
20. Siree
21. Shirkaa
22. Suudee
23. Xannaa
24. Xiyyoo
25. Ziwaay Dugdaa
26.Shanan Kooluu
.
.
K. ARSII LIXAA
1. Adaabbaa
2. Arsii Nageellee
3. Dodolaa
4. Gadab Asaasaa
5. Kofalee
6. Kokosaa
7. Qoree
8. Nansaboo
9. Siraaroo
10. Shaallaa
11. B/m Shaashamannee
12. Shaashamannee
13. Heeban
14.B/M Dodolaa
15. B/M Nageellee
16. Wandoo Gannat
17. Bishaan Gurracha
18.
.
.
K. BOORANA
1. Yaa'a Bal'oo
2. Areeroo
3. Eelwayyee
4. Dirree
5. Waacillee
6.Guchii
7. Mi'oo
8. Moyyaalee
9. Taltallee
10. Dhaas
11. Diilloo
12.Guumolee
13.Dubulluq
.
.
L. GUJII BAHAA
1.Adoolaa Reeddee
2. Annaa Sorraa
3. Booree
4. Daamaa
5. Girjaa
6.B/m Adoolaa Woyyuu
7. Haroo Wolaabuu
8. B/m Shaakkisoo
9. Shaakkisoo
10. Liiban
11. B/m Nageellee
12. Uraagaa
13. Waadaraa
14. Sabbaa Boruu
15. Gooroo Doolaa
16. Aagaa Wayyuu
17. Gumii Eldaaloo
.
.
M. BAALEE
1.Agaarfaa
2.Barbaree
3. Daawwee Qacin
4. Diinshoo
5. Gaasaraa
6. Gin'iir
7. Goobbaa
8. B/m Goobbaa
9. Gololchaa
10. Gooroo
11. Guurraadhaamolee
12. Harrannaa Bulluq
13. Dalloo Maannaa
14. Laga Hidhaa
15. Madda Walaabuu
16. B/M Roobee
17. Sawweenaa
18. Sinaanaa
19.Raayyituu
20. Daawwee Sarar
21.....
.
.
N. HARARGEE BAHAA
1.Baabbilee
2.Baddannoo
3. Cinaaksan
4. Dadar
5. Fadis
6. Gurawa
7. Gola Odaa
👍539🥰2
8. Gooroo Guutuu
9. Gursum
10. Haromaayaa
11. Jaarsoo
12. Qarsaa
13. Kombolchaa
14. Kurfaa Callee
15. Malkaa Bal'oo
16. Meettaa
17. Mayyuu Mulluqqee
18. Miidhagaa Tole........


🙋‍♂️Godina buunnoo beddelle.
1, gachii
2, yaanfaa
3, dambii
4, cooraa
5, bildiimaa gobocaa
6, cawwaaqaa
7, qoolloo sirrii
8, makkoo
9, noonnoo...
..
..

🙏🙏🙏 👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻 @JECHOOTAHAYYOOTA @JECHOOTAHAYYOOTA
👍264👏2
THE BEST THINGS TO GIVE🤗

To your creater..... ...devotion😳

To your employee...hard work😎😎

To your father.......... obedience🙏

To your mother.....good conduct😍😍

To your wife/husband.. your heart❤️❤️

To your friend....sincerity😳

To your opponent... tolerance☺️

To your enemy....... forgivenees😳😘😘

To your relatives.....a smile😳

To all people..... Charity😁
👇
👇
Join www.tg-me.com/jechootahayyoota
👉👉www.tg-me.com/jechootahayyoota
8😁2👍1
✍️FURMAANNI DAMMAQUDHA
✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓✓

"Namichatu abjuudhaan bosona guddaa keessa deemaa ture. Osoo bosona addaan kutee deemaa jiruu, hoomaan waraabessaa gaana kaase, itti dhufe.Rifatee gara fuulduraatti osoo fiiguu, of duratti haroo bal‟aa naachi keessaa mul‟atutti dhufe. Waan godhu dhabnaan, muka tokko koruuf yaadee, gara mukaatti fiige. Koruu eegale. Muka yaabbachaa osoo jiruu gara irraan jawwee muka irraa isa nyaachuuf itti deemu arge. Namichi kun jalaan waraabessa, fuulduraan haroofi naacha, gara irraan immoo jawweedhaan marfamee jira. Rakkoo hamaa isa muudhate kana keessaa bahuuf maal gochuu qabaa? Namni kun yoo fiiges, utaales, gara samii barrisees, nyaatamuu jalaa of oolchuu hin danda'u.

Rakkoo walxaxaa kana keessaa bahuuf fala tokko qofa qaba. Innis dammaquudha. Namichi kun hirriiba keessa jira. Kana jechuun gaafa dammaqe wanti inni akka rakkootti ilaalu kun rakkoo hin jirredha. Kana jechuun wanti namicha kana rakkise marti akka inni itti ilaalaa jiru irraa madda. Ilaalchi yoo jijjiirame rakkoon ni furama."
Hiriyoota kee lamaf forward godhif🙏🙏

Guyyaa gaarii!
Join 👇
@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
27👍18🥰4👏1
Hamma qaama kee osoo hin taane hamma ilaalcha kee geessa. Kanaaf jireenya kee keessatti qaamaan ofii kees nama biroos hin tilmaamin.

@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
20👍4
Addunyaan keenya addunyaa haala mijataa namaaf kennitu miti, ofii keenyaan nuti haala mijataa yoo uumne malee.
@jechootahayyoota
@jechootahayyoota
23👍8😁3
Kabajni, jaalalli, ulfinni nuti isaanitti agarsiisne, akk isaan nu jaalataniif osoo hin taane, amala kheenya waan ta'eefi. Nuti akkasuma man ✌️

#Akkasuma😁 @JECHOOTAHAYYOOTA
👍26👏1
KITAABA MIILTOO
"EEBBISAA BAAYISAATIN kan barra'ee."
•••••••••••••••••••••••••••••••••••
Jechoota mimmidhagoo kitaaba"MIILTOO" keessa.
†††††††††††††††††††††
👉Namni kitaaba dubbisuu osoo danda'u kitaaba hin dubbifnee, namaa dubbisuu danada'urra hin caalu.
👉Ani hiyyeessaa, Yoon mallaqa xiqqoo argadhee kitaaba bitaadha, kan irraa hafeemmoo nyaata fi uffatan bitadha.(Erasmas)
👉 Namoonni hedduun hamma maqaa isaanii hin gahaan. Maqaa isaanitu isaan caala.✓
👉 Milkaa'inni waanta namoonni hin argiin arguu danda'udha.
👉Dandeetti( gahuumsa) keessa kee jiru qofaa dorgommii

#Bekuumsa qaban irratti hundaa'ee Namoota gosa afurtu jiru
#isaaniis
1.Namaa hin beeknee, akka hin beeknee, kan hin beeknee.
2.Namaa hin beeknee, Akka hin beeknee, kan beekuu.
3.Namaa beeku, akka beekuu, kan hin beeknee
4.Namaa beekuu, akka beekuu kan beekuu

(Kanneen keessa ati kam keessa jirta?. Deebiisa kan keeti.

Ani walitti coree siif barreessen jira forward gochuun immoo gahee keeti.
@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA

"Dubbisuun ogummadha"
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
👍265
Gaaffilee Jireenya Milkaa'inaa Jiraachuuf Nama kakaasa'an:
√~•~•~•~•~•~•~•~•√
Gaaffileen Jireenyatti hiika godhan kunniin nama milkaa’ina hawwu tokkoof baay’ee murteessoo dha.
👉 ANI EENYU ?
👉 Maalifan Uumame?
👉 Ergamni koo maali?
👉 Karoorri koo maali?
👉 Mul'anni koo maali?
👉 Kaayyoon koo maali?

📌 Eessaan dhufe?
📌 Eessan Jira?
📌 Eessan Deema?

◾️Har'a maalin hojjadhe?
◾️Maal hojjechuun qaba?
◾️Wanta haaraan hojjedhu maaltu jira?

Jireenya kee keessatti wanta hojjettee itti gammadduu fi si hin gammachiifne tarreessuu dhaan addatti maal gochuu akka qabdu hundumaa dursuun sammuu kee waliin marii gaggeessi!

Your Future is on your hand!
√ Success is behind you!


Ganama obboroo yommuu hirriiba irraa kaatu wanta guyyaa kana hojjettu karooratti qabattee kaata. Galgala yommuu raftu immoo waan raawwatte miijanta, kunis ciminaa fi dandeettii kee fuulduratti itti adeemtuuf ragaa siif ta’a.
Kabajoomaa!
Turtii Gaarii!

Madda @Ma_momye143

Share💯share💯share

👉Join Us👈

@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA
👍2217
"Ati ammas nama ta'uu barbaaddu ta'uu dandeessa jaalallee koo. Dogoggorri, duubatti deebi'uu fi guyyaan badaan guddina kee hin haqu. Yeroo kanatti jireenyi hammam cimaa fakkaachuu danda'us, ulfaataa ta'us ammallee ol ka'aa akka jirtu yaadadhu. Guyyoonni badaan " nama hamaa si hin godhin akkuma dhufanitti fudhadhuu irraa baradhu, Yeroon cimaan akkasii guddina si hin dhoorku nama ta'uu qabdu akka taatuuf si gargaara. hojii guddaa akkasii hojjechaa jirta."


GORSA JIREENYAA

@Jechootahayyoota
👍362
Jiruun tun Qormaata hedduu ulfaataa taheedha. Irraa hedduun kheenya ni khufna! Sababninis namoota biroo waan hordafnuufii isaan san tahuuf waan yaalluuf, Garuu waraqaan qormaata ta hunda kheenya adda adda akka taate hin hubanne
!.🖤🥀


GORSA JIREENYAA

@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA
12👍7🕊2
Namni eenyummaa keetiin si jaallatu hin jiru jechuun ni danda'ama.

Namoonni gatii ati isaaniif kennituun si jaallatu.

Baradhu.

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
👍20🥰3
2025/07/14 15:32:45
Back to Top
HTML Embed Code: