Love Diary:
Imali malee namatti hin himin. seenaa jaalala dhugaa jiraadhu malee namatti hin himin. gammachuun jiraadhu malee namatti hin himin, namoonni waan babbareedaa ni balleessu.
—Khalil Gibran
━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota

Namoonni waggoota muraasa booda si yaadatuu hin danda'an.
Namni hunduu jireenya mataa isaatiin qabamee jira, namni waa’ee kee yaaduuf yeroo hin qabu, keessattuu “dogongora” kee miti.
Deemi RISK fudhadhu, jireenya barbaaddu ijaari , sana yoo hin ta'in dhumarratti jireenyi kee hadhaa'aa, yaaddoo fi namoota birootiif gammachuu dhugaa osoo ta'in dadhabdee goolabama.
━━━━━━━━━━━
@

Garaagarummaan Hiriyyaa dhugaatii fii Hiriyyaadhaa hiriyyaan seeqinsa kee qofa arga, Hiriyyaan dhugaa ammoo; seeqinsa kee keessa miidhama kee arga!. 🤍🙏
Kennaa✍️
Join 👇
@jechootahayyoota
Kennaa✍️
Join 👇
@jechootahayyoota
Hanga hojjattutti fakkeessi.
Hanga hojjettutti of jajjabeessi.
Hanga hojjettutti abdii qabaadhu.
Hanga hojjettutti ofitti amani.
Hanga hojjettutti wallaansoo qabi.
Yaada siif hojjetu kamiinuu tarkaanfadhu garuu dhiisuu gonkumaa hin yaadin.

Yoo wanti tokko siif hin ta’u ta’e.
1- Ati itti hin qophoofne ta'a .
2- Siif qophaa’aa miti ta'a .
Ta'uu danda'a,
AMMALLEE…
Abdii hin kutatin!
━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
1- Ati itti hin qophoofne ta'a .
2- Siif qophaa’aa miti ta'a .
Ta'uu danda'a,
AMMALLEE…
Abdii hin kutatin!
━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
Kophaa ta'i. Kophaa nyaadhu, of jaaladhu , kophaa rafi. Kana gidduutti waa'ee ofii keetii ni baratta. Ni guddatta, waan si kakaasu ni baratta. Abjuu mataa keetii, amantaa mataa keetii, ifa mataa keetii kan nama ajaa'ibu ni horatta. Akkasumas nama sirrii seelii kee akka shubbisu godhu yeroo wal argitu, ofitti amanamummaa kee waan beektuuf ni mirkaneeffatta.
━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Gammachuun naaf dhufa jettee yoo yaadde yeroo kee eeggachaa qisaasessaa jirta...
Gammachuu yoo barbaadde gammachuu mataa keetii uumuu qabda. Kun jireenya keessatti waan kamiifuu deema... Waan tokko yoo barbaadde uumuu qabda!!! Sababni isaas namni biraa siif gochuu hin danda'u...
Achi baatee waan si gammachiisu hojjechuun itti gaafatamummaa kee ti :)

Lola kamiyyuu injifachuuf akka waan dura du'eetti qabsaa'uu qabda.
—Miamoto Musashi
━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
—Miamoto Musashi
━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
Yeroo waan tokko galmaan gahuu barbaadde hundatti ija kee banaa godhi, xiyyeeffannaa fi maal akka barbaaddu sirriitti beekuu kee mirkaneessi. Namni ija cufatee galma isaa rukutuu hin danda'u.
― Paulo Coelho
━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
― Paulo Coelho
━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
:::::::::::::::::::::::::::
1. Bashannani - Osoo hin dhugin
2. Haasa'i - Bilbilaan alatti
3. Kolfi - Seelfii malee
4. Abjodhu - Qoricha sammuu hadoochu malee
5. Jaaladhu - Haal-duree tokko malee
━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
1. Bashannani - Osoo hin dhugin
2. Haasa'i - Bilbilaan alatti
3. Kolfi - Seelfii malee
4. Abjodhu - Qoricha sammuu hadoochu malee
5. Jaaladhu - Haal-duree tokko malee
━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Yeroo wantootni siif ifa hin fakkaanne:
- deemi
- dubbadhu.
- dubbisi.
- barreessi.
- rafi.
- mormi.
- shaakali.
- xiinxali.
Wantoonni kun ifa siif kennu.
━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
- deemi
- dubbadhu.
- dubbisi.
- barreessi.
- rafi.
- mormi.
- shaakali.
- xiinxali.
Wantoonni kun ifa siif kennu.
━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
➡️Dhukkubbii Dhugaa
Namoonni tokko tokko, nama eeguun nama dhukkubsa jedhu.
Namoonni tokko tokko, nama dagachuun nama dhukkubsa jedhu.
Garuu dhugaan jiru, dhukkubbiin hamaan kan uumamu yeroo ati eeguu fi dagachuu isaa addaan hin beeknee dha.