Telegram Web Link
Bu'aa fooyya'aa hin hawwin...

BU'AA FOOYYAA ARGACHUUF HOJJADHU!

Rakkoo xiqqaa hin hawwinaa...

HANGA RAKKOON KEESSAN BADUTTI HOJJADHU !

Jireenyi osoo naaf salphaa ta'ee jettee hin hawwin...

HANGA JIREENYI SALPHATUTTI HOJJADHU!

HANGA FOOYYOFTUTTI OF IRRATTI HOJJEDHU...
SANA BOODA , JIREENYI SALPHAA TA'A!


@Jechootahayyoota
#Jalqaba_of_argadhu
Dinqidhuuma bara kanaa gaafan taa'ee yaaduu, naannoo koos mil'adhee waan hedduus taajjabuu. Takka gaaffiin of takaala, takkamoo akkuma namaa dhageeffata qabutti ofiin odeessa ooleen barruu kanaa gadii katabee.
#Ati_eenyu?/#anis_eenyu?
Eenyummaan kee inni dhugaan isa kamii? Isuma kan kee Sanaa qabattee of beektee jiraacha jirtamoo, kanuma namni siif laate baatte ittin rakkacha jirta.
Anaan kan na dhibuu Isa namni Ani eenyyumma koonin gaggeeffama jecha xiqqoo tureemo namni maal naan jedhaf karoorasa diiga oolu, takkammoo ana malee jedhee Isa akka sangaa gooba baasee laphee dhiibee deemuu garuu maal akka ta'ee Fi maaliif akka jiraacha jiruu iyyuu quba hin qabneedha.

Erga akkas ta'ee ati eenyure? Kan eenyyumma tokko hin qabnee, kan akka abalutti jireenya kee madaltuu, kan miirri kee eenyumma kee caalee sii raatessuu. Ati eenyu?
Deebii Isa sumafaan dhiisaa.
Eenyumma kee Isa dhugaa baruuf jalqaba iddo itti of gatee barbaadi of argadhuu. Eenyumma kee Isa sodaa namaaf,akkasuma maal naan jedhu biyya fi, Gammachuu yeroof jette gurgurtee Sanaas kaasaadhan deeffadhu.

#gaafas, ati fi hafuurri kee, qalbii Fi lubbuun kee Wal utubanii, waliif birmatani Laga sii ceesisu. Kanaa achi, akka diinatti Wal ilaaluun atif hafuurri kee, qalbii Fi lubbuun kee Wal irratti ka'uun sumaan dhabamsiisu. Kanaaf amma qabii barbaadi of argadhuu

"Of barbaadani of argachuun arganno bakka buusaa hin qabneedha.
#Join_share
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
2025/07/03 15:01:49
Back to Top
HTML Embed Code: