It takes five positive things to outweigh a single negative thing!
Our brains has a negativity bias that makes us remember bad news more than good, which is why you quickly forget that your coworker complimented your presentation but keep dwelling on the fact that a kid at the bus stop insulted your shoes. To feel balanced, we need at least a five to one ration of good to bad in our lives.
@Jechootahayyoota

π16β€3π1
Kitaaba "The Millionaire Fastlane" kan #MJ_DeMarco barreessee keessaa barnoota kudhan:
1. Daandiin suuta jedhu kiyyoodha. Daandiin suuta jedhu daandii mormii xiqqaa qabuudha. Daandii namoonni baay'een itti deemanidha. Garuu daandii gara giddu galeessatti geessuus. Yoo miliyeenara ta'uu barbaadde daandii saffisaa fudhachuu qabda.
2. Maallaqni galma miti. Maallaqni meeshaadha. Meeshaa xumura tokkotti geessudha. Kaayyoon dhugaa bilisummaadha. Bilisummaa maallaqaa, bilisummaa yeroo, fi bilisummaa bakka. Dhuguma sooressa taΚΌuu yoo barbaadde, qarshii mataa isaa irratti utuu hin taΚΌin, wantoota kana irratti xiyyeeffachuu qabda.
3. Karoora si barbaachisa. Milkaa'uu yoo barbaadde karoora si barbaachisa. Karoora galma kee, tooftaa kee fi yeroo kee ibsu. Karoora malee kaayyoo malee qofa naanna'aa jirta. Ati immoo baayyee fagoo hin deemtu.
4. Cimtee hojjechuu qabda. Naanna'uun hin jiru. Yoo miliyeenara ta'uu barbaadde cimtee hojjechuu qabda. SaΚΌaatii dheeraa fi hojii cimaa hojjechuuf fedhii qabaachuu qabda. Karaan gabaabaan hin jiru.
5. Balaa fudhachuuf fedhii qabaachuu qabda. Wanti mirkanaa'aa jedhamu hin jiru. Milkaaβuu yoo barbaadde balaa fudhachuuf fedhii qabaachuu qabda. Kufaatiidhaaf fedhii qabaachuu qabda. Sababni isaas kufaatiin qaama milkaa'inaati.
6. Ciminaan hojjechuu qabda. Yeroon abdii kutachuu barbaaddu ni jiraata. Yeroon itti dhiisuu barbaaddu ni jiraata. Milkaaβuu yoo barbaadde garuu cichuu qabda. Yeroo wanti cimaa taΚΌettillee itti fufuu qabda.
7. Pozaatiivii ta'uu qabda. Milkaaβinaaf ilaalchi gaariin barbaachisaa dha. Yoo yeroo hunda negative ta'e, gonkumaa galma kee galmaan hin ga'u. Ofii fi dandeettii milkaa'ina qabdutti amanuu qabda.
8. Namoota yaada gaarii qabaniin marfamuu qabda. Namoonni ati ofitti marsitu milkaa'ina kee irratti dhiibbaa guddaa qabu. Yoo namoota negative ta'aniin marfamte gadi si harkisuuf jiru. Namoota gaarii sitti amananii fi dandeettii milkaaβina kee irratti of marsuun si barbaachisa.
9. Barachuuf fedhii qabaachuu qabda. Addunyaan yeroo hunda jijjiiramaa jirti. Akkasumas, qaxxaamuraa sana dura turuu yoo barbaadde, barachuuf fedhii qabaachuu qabda. Jijjiirama wajjin walsimsiisuuf fedhii qabaachuu qabda.
10. Obsa qabaachuu qabda. Milkaa'inni halkan tokkotti hin argamu. Yeroo, hojii cimaa fi of kennuu gaafata. Yoo obsite dhumarratti galma kee galmaan geessa.
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Read every day

β€18π6π1
Rest in Peace
Mucaa ol adeemaa jabaa kana du'aan dhabuun keenya hedduu na gaddisiise. Comedian #Soraa_Abdataa mucaa kennaa isaa yeroon beekeedha. Dandeetti inni comedy hojjechuu irratti qabu dinqisiisaadha. Hoteela keessatti waraanamee ajjeefame jedhanπ₯
Baay'ee nama dhukkuba. Homaa wanti godhamu hin jiru. Lubbuunkee ha boqotun siin jedha.

π’9π7β€1
Seenaan qonnaan bulaa buqqee (dabaaqula) dhaabee tokko jira. Qonnaan bulaan kun sababa tokko malee firii buqqee xiqqoo gaanii fuullee irraa tolfame keessa kaa'e. Firiin buqqee gaanii keessa kaa'ame kunis, qixuma bocaafi gita gaanichaatiin guddate. Guddinni firii buqqee kanaa, gaaniidhaan waan daangeffameef, daangaa darbee guddachuu hin dandeenye. Atis daangaa ilaalchi ofiikeef qabdu siif kaa'e dabartee guddachuu hin dandeessu. Ilaalchi ati ofiikeef qabdu guddina yookiin milkaa'ina kee murteessa. Kanaf daangaa ilaacha kee bal'isi.
Galgalaa milkii qabaadhaa!!
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Read every day
Galgalaa milkii qabaadhaa!!
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Read every day
β€13π6
Gammachuu argachuun salphaadha. Gammachuu argachuuf wanti sirraa eegamu ofiikeetti deebi'uudha. Mee ofiikee fi naannookee ilaali? Jireenya kee keessatti haaloota keessa dabartee as geesse yaadadhu! Ati nama har'a yookiin sadarkaa kana gahu turtee? Guyyoonni rakkisoon hin turree? Har'a sana hunda keessa dabartee boriikeef maaliif dhiphattee gammachuu kee har'aa dhabda. Dhabuu hin qabdu! Boriikeef karoorsi malee hin dhiphatin. Guyyoota Jireenya kee keessa jiran hunda Gammachuun jiraachuuf murteeffadhu. Rakkoon jiraachu mala. Garuu rakkoon si cabsee gammachuu kee fudhachuu hin qabu. Rakkoon ol ta'i. Namni gammachuu dhugaa qabu nama ofiisaa yookiin Jireenya isaa keessatti wanta qabuu fi wanta jireenya isaa keessatti keessa darbe qalbifatuudha. Gammachuu argachuuf ofiikeetti deebi'i of sakatta'i!
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Read every day
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Read every day
π19
Dr Myles Munroe kitaaba isaani 'Releasing your Potential' jedhu keessatti, "Namni karoorsee karoora isaa immoo akka raawwatu kan dandeessisu wantoonni hin danda'amne akka waan danda'amuutti amanuudha" jedhu.
Kaayyoo kee milkeessuudhaaf amantiin ati qabdu ga'adhaa? Wanta hojjettu kamuu irratti amantii guddaa qabaachuu qabda. Amantiin ala kaayyoon ati milkeessitu hin jiraatu. Kanaaf wanta kamuu eegaluun dura amanuu si gaafata. Akkuma amante immoo wanta itti amante sana argatta.

π12β€1π€―1
Jechoota Kanatti Fayyadamuun GATII NAMA BAASISA!
β² NO!
β² Lakki!
β² Hin ta'u!
JOIN βββ Share
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β Addunyaa kana irra yeroo jiraannutti wanti akka jecha "lakki" jedhuu gatii nama kanfalchiisu hin jiru. Tole jechuun salphaadha. Kan tole jedhe beekees wallaalees ni muudama. Kan tole jedhu akka waan miskiinaatti ilaallama.
β§ Yeroo hunda "tole" jechuun garuu hoolaa ta'uudha. Bakka tikseen kee si oolche oolta.
β§ Namoonni lakki jedhan muraasa. Isaaniis wareegama guddaa kanfalaniiru. Ammas kanfalaa jiru. Warreen aangoo irra ture "Lakki kun sirrii miti irra deebinee haa ilaallu!" warreen jedhan har'a bakki jiran hin beekamu.
β§ "Lakki!" jechuu dogongoraan hubatee, nyaata nyaadhu illee yommuu jedhaniinis kan lakki jedhu dhaloonni uumameera.
β§ Namoonni hubannaan lakki jedhan Leencota. Kuruphee ijji isaanii irra bu'e qabatanii nyaatu malee qaama biraa miti kan filatuuf!
β§ Jijjiirama guddaa akka hawaasaatti fiduu barbaadna taanan, dhaloota iddoo ittoo lakkis, toles jedhu uumuu danda'uu qabna! Keessattuu kan lakki jedhu!!!
β² Akka Haacaaluu Hundeessaa!π
β² Akka Maatama Gaandii!
β² Akka Martiin Luuteer!
β² Akka Maandeellaa!
.
.
.
Yeroo gaarii qabaadhaa,
β‘ βγ € β β²
Λ‘αΆ¦α΅α΅ αΆα΅α΅α΅α΅βΏα΅ Λ’α΅α΅α΅ Λ’Κ°α΅Κ³α΅
π
β @jechootahayyoota

π14β€9π₯2
Ganama sa'a 2 yookaan 3 booda hirribaa kaatee, akkamitti guyyaa bareedaa qabaachuuf hawwita? Dadhabbii fi mukaa'uu irraa walaba taatee guyyaa kee miidhakfachuu ni barbaaddaa? Qajeelfamoota gadii duraa duubaan raawwadhu:
1. Ganama sa'a 12 dura hirriba kee irraa dammaqi.
2. Uumaa kee galateeffadhu.
3. Ispoortii sasalphaa hojjedhu.
4. Bishaan qorraan qaama kee dhiqadhu.
5. Gosa kitaaba dubbisuu jaallattuu daqiiqaa 15f dubbisi.
6. Jechoota gaggaarii ofitti dubbadhu. Akkasuma waa'ee guyyichaaf ilaalcha gaarii qabaadhu.
β kana hunda gaafa raawwattu mobile kee sirraa fagaachuu qaba! Qajeelfamoota kana guyyoota 21f raawwadhu. Sana booda jijjiirama ajaayibsiisaa ofirratti argita.

π20β€5
Forwarded from Qerroo media
Research & Data Analysis by five different software groups
#########
β Concept Note Paper Writing
β Business plan Writing
β Proposal Writing
β Research Papers/Journal Articles
β Data Collection
β Data Analysis and Report Writing
β Plagiarism Checking, Proofreading, and Editing
β SPSS and MATLAB Training
β STATA and EVIEWs Training
β R and SAS Training
β Software analysis & Development
β Baseline surveys
β Market Research
β Latex and beamer writing
What you wants related to analysis part of thesis paper from bachelor degree to dissertation we must create such incredible groups
Location: wherever you wants
Quality: as your expectation and high quality ( neat and clear results)
Iddoo jirtanittii we give any training on statistical Software analysis
πCall for us
Mob number 0910662279 or 0923234562
OR TELEGRAM CONTACT
πππππππ
@Fiir1atoolii

JECHOOTA HAYYOOTA
Research & Data Analysis by five different software groups ######### β
Concept Note Paper Writing β
Business plan Writing β
Proposal Writing β
Research Papers/Journal Articles β
Data Collection β
Data Analysis and Report Writing β
Plagiarism Checking, Proofreadingβ¦
Kabajamtoota Channali kenyaa beeksisnii kuni 100% dhugaadha Namoonni Research βField garagaraa Hojjachisiifachuu barbaadan Wal qunnamudhaan Hojjachisifachuu Ni dandessuu Akkasumaa Yeroo gabaabaa Kessatti isinif Xumuruu nama Danda'uudha kanaf itti Fayyadamaa ππ―π
β€3π3
Har'a yaada keessan fudhachuu waanan barbaaduuf, yaada keessan irrattis hamma danda'ame deebii kennuun yaala. Asumaan maaltu sirrachuu akka qabu naan gahaa. Warri yaada deggersaa naaf qabdanis comment gochuun na biraan gahaa. Galatoomaa!
π10β€3π1
Divorce rate
Addunyaa irratti biyyoota bultii walii hiikan dhibbentaan:
India: 1%
Vietnam: 7%
Iran: 14%
Mexico: 17%
South Africa: 17%
Brazil: 21%
Turkey: 25%
Colombia: 30%
Poland: 35%
Japan: 35%
Germany: 38%
United Kingdom: 41%
Australia: 43%
China: 44%
United States: 45%
South Korea: 46%
Italy: 46%
Canada: 47%
Netherlands: 48%
Sweden: 50%
France: 51%
Finland: 55%
Cuba: 55%
Ukraine: 70%
Russia:73%
Luxembourg: 79%
Spain: 85%
Portugal: 94%
Source: #Shokingfacts

π16β€4π1
Wa'ee Qaamota keenyaa kanneen kana beektu?
βHiddi Dhigni keenyii keessa darbuu utuu walitti qabsifame dheeratee , dheerinni isa Kilometra 96,000 (96,000km) ta'uun Mudhii lafaatti al lama marsuu danda'a.
βFunyaan keenyii fooliiwwan adda addaa 10,000 fuunfatee adda baasuu danda'a.
βHarki keenyii wanta xiqqoo 1/2500ffaa taate qaqqabe addaan baasuu danda'a.
βTiruun keenyii qofti dalagaawwan adda addaa 500 keessatti qooda fudhatti.
βDhiroonni harka Dhibba keessa harka 15 (15%) rakkina haalluu adda baasuu qabu.
β1/4 lafee keenyaa Miilla keenya irratti kan argamudha. (Miilli keenya lafeewwan 26 qaba)
βLafee xiqqaan qaama keenyaa Gurra keessatti argama.
π«π«Dinqisiisooπ«π«
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Share share join .

π20β€3
Aja'ibaa ....
#Namni asi olittii argitaan kun #Troy_Leon_Gergg jedhama. Lammii biyyaa #US Georgia jiraata turee dha.
Yakkaa hojjetee manaa hidhaa senee Murtiin Du'as ittii Murta'ee.ππ
Murtiin sun rawwatamuf guyyaan tokkoo (1) qoftii yoo hafuu garuu manaa hidhaa #Georgia kessaa miliquun ba'ee. πππͺπͺ
Guyyuma Miliqee ba'ee sana Halkaan Mana bashannana (Mana #Bar ) demee.
MAALTU TA'E ??
Halkanuma sanaa Walittii bu'insaa tasa manaa bashannana sana kessaatti umameen Lubbuun isa darbitee .π±πππ°
Guyyaan kee geenyan du'ii wantaa hin oollee!!!
π«π«Dinqisiisooπ―π―
β¨β¨β¨β¨β¨β¨β¨β¨β¨β¨β¨β¨
β¨β¨β¨ @Jechootahayyoota β¨β¨β¨β¨
β¨β¨β¨ @Jechootahayyootaβ¨β¨β¨β¨

π25β€4
"Hiyyeessa jechuun homaa hin qabdu jechuu miti. Homaa hin hojjettu jechuudha."
#Mayles_Munrieo
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Read every day
#Mayles_Munrieo
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Read every day
β€16π1
Bakka (oolmaa) kaleessaa har'as irra deebitee oolta taanaan jireenya kee irratti jijjiirama hin argitu.
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
β€26π4
ADDUNYAA yeroo har'aa:
βͺ "Kitaaba Bilisaa namni dubbisu hin jiru!
WIFI bilisaa namni itti heddummatee akkuma fakkii irraa argitan balbala illee hamma cabsanitti gahan!"
THE WORLD today:
βͺ "No one reads Free Books! Free WIFI was so crowded that they even broke the door as you can see in the picture!"
πSHARE
$ waliif dabarsaa #share
π @Jechootahayyoota π
π @Jechootahayyoota π
π
JIONππ SHARE

π26π4β€3