Gaaffiilee General Knowledge isiniif haa dhiyeessinuu? React fi Comment godhaa mee!!ππππππ
Waan takkaa argattee hin beeyne argachuu yoo barbaadde,waan takkaa gootee hin beeyne godhuu qabda.
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Qabsoon Yeroodhaafi.
Wareegamni akka invastimantii ti. Injifannoo yeroo dheeraaf jecha michooma yeroo gabaabaa dhiisi. Obsaa fi xiyyeeffannaa keessan qabaadhaa.
βββββββββββ
@Jechootahayyoota
Wareegamni akka invastimantii ti. Injifannoo yeroo dheeraaf jecha michooma yeroo gabaabaa dhiisi. Obsaa fi xiyyeeffannaa keessan qabaadhaa.
βββββββββββ
@Jechootahayyoota
Yoo ni hojjeta jettee amante carraa argita. Hin ta'u jettee yoo amante garuu Gufuu qofa argita.
βWayne Dyer
βββββββββββ
π@Jechootahayyoota
βWayne Dyer
βββββββββββ
π@Jechootahayyoota
Dhugaawwan gurguddoo:
β’ Milkaa'inni gatii salphaa miti.
β’ Carraa mataa keetii ofii tolfatta.
β’ Injifachuuf naamusa si barbaachisa.
β’ Nama hunda gammachiisuu hin dandeessu.
β’ Amalli kee jireenya kee boca.
β’ Liqiin namaa sirra hin jiru.
β’ Warroonnj naannoo kee jiran si bocu.
Like & Share β¨ godhaa!

Guddina kee hamma dinqisiifattu abjuu keef boba'aa ta'uuf fedhii guddaa qabaatta. Rakkoo akka qaama jireenyaa tokkootti yeroo of ol kaasuuf hojjechuu qabdutti fudhattu, yeroo akka miidhamtuutti sitti dhaga'amu hin qabdu. Yaadni gaariin abdii, gammachuu fi nagaa sii guuta.
βββββββββββ
@Jechootahayyoota
βββββββββββ
@Jechootahayyoota
"Yaadni nama kamiiyyuu ofitti amanuu kee hin ajjeesin".
"Ofii kee irratti, waan hojjettu irratti & waan hojjechuu barbaaddu irratti amantaa cimaa yoo qabaatte, rakkoon kamiyyuu mo'uuf baay'ee rakkisaa miti."
"Itti cichuun kee ofitti amanuudha".
βββββββββββ
@Jechootahayyoota
"Ofii kee irratti, waan hojjettu irratti & waan hojjechuu barbaaddu irratti amantaa cimaa yoo qabaatte, rakkoon kamiyyuu mo'uuf baay'ee rakkisaa miti."
"Itti cichuun kee ofitti amanuudha".
βββββββββββ
@Jechootahayyoota
TARKAANFII 12 OF KUNUUNSUUF.
1. Yoo dogoggora ta'ee itti dhaga'ame hin godhin.
2. Waan jechuu barbaadde sirriitti dubbadhu
3. Uummata gammachiisuuf hin jiraatin.
4. Keessa kee amani.
5. Waa'ee ofii kee gonkumaa hamaa hin dubbatin.
6. Abjuu kee irratti gonkumaa abdii hin kutatin.
7. Lakki jechuu hin sodaatin.
8. Eeyyee jechuu hin sodaatin.
9. Ofii keetiif gaarummaa qabaadhu.
10. Waan to'achuu hin dandeenye gadi dhiisi.
11. Diraamaa fi waan hamaa irraa fagaadhu.
12. Jaaladhu.

π₯Β°β’Yaadadhaa..
Addunyaan naannoo kee jiru kan bareedu yommuu addunyaan keessa kee jiru nagaa ta'ee dha.Β°
βββββββββββ
@Jechootahayyoota
Addunyaan naannoo kee jiru kan bareedu yommuu addunyaan keessa kee jiru nagaa ta'ee dha.Β°
βββββββββββ
@Jechootahayyoota
Dhugaa jireenyaa:
Yeroo hunda kophaa jiraachuuf qophaa'aa ta'i. Sababiin isaas namoonni tokko tokko waan battaluma sana jijjiiramaniif.
Har'a ati isaaniif barbaachisaa ta'uu dandeessa garuu Boru homaa isaaniif ta'uu hin dandeessu.
Sunis jireenya dhugaati.

Jireenyi iskiriiptii waliin hin dhuftu. Akkaataa si kolfisiisuun jiraadhu. Shakkii fi komii keessatti qisaasa'uuf baay'ee gabaabaa dha. Waan siif kenname hunda caalaa fayyadami. Gowwummaan haa jiraatu. Ijoollummaan haa jiraatu. Al tokko qofa jiraatta. Dursa ofii kenni. Gammachuu filadhu.
GORSA JIREENYAAβ οΈ
βββββββββββ
@Jechootahayyoota
GORSA JIREENYAAβ οΈ
βββββββββββ
@Jechootahayyoota
Namoonni orbitii isaanii keessa akka naannoytu si godhuu barbaadu, isaan irraa adda taatee mul'achuu kee hin jaalatan
Saniif jecha "akkana ta'i, akki kun sirraa hin bareedu, akkana hin ta'in" jedhanii mataa khee si nyaatu.
Ati ammoo waan Rabbii khee hin dallansiisne taanaan akka feete ta'in siin ja'a obboleessoo.
Akka isaan jireenya khee ajaja isaanii jala galfatan hin hayyaminiif πππ
#Ati_Atiin

Hojii teetitti amani !
Yeroo hundaahuu hojii teetti amanuu qabda. Dargagumaan yeroo itti humna qabdu waan ta'eef, humna tee bakka hin taanetti hin qisaasin. Yeroo qabdu hunda hojiidhaan dabarsi.
Sa'aatii 24 qabna. Ummata adii(Faranjii) fi ummata gurraachaaniis waluma qixa qabna. Kuni kennaa Rabbiin kheenya {S.W} wal qixxeysee nuuf kenneedha. Garaagarummaa kan uumu garuu akkaataa nuti itti fayyadamnu qofa.
Join π

Addunyaa tanarratti obboleessa yookin obboleettii dhimmi kee yaachisu qabaatun waan guddaadha. Yookin ati yeroo hunda cabbii khophummaa keessatti sitti qorraa jiraatta. It's heavy feeling!
Arif AhmedβοΈ
Join π
@Jechootahayyoota
Arif AhmedβοΈ
Join π
@Jechootahayyoota
Jireenyi khun akkana...
jaallattus jibbitus Rakkina malee hin guddattu, osoo hin dogoggorin hin barattu, osoo hin khufin hin milkooytu!.π€π
@Jechootahayyoota
jaallattus jibbitus Rakkina malee hin guddattu, osoo hin dogoggorin hin barattu, osoo hin khufin hin milkooytu!.π€π
@Jechootahayyoota
Garaagarummaan Hiriyyaa dhugaatii fii Hiriyyaadhaa hiriyyaan seeqinsa kee qofa arga, Hiriyyaan dhugaa ammoo; seeqinsa kee keessa miidhama kee arga!. π€π
KennaaβοΈ
Join π
@Jechootahayyoota
KennaaβοΈ
Join π
@Jechootahayyoota
βͺοΈAkkaataa ofitti amanamummaa itti horatan:
β’ Waan duraan galmaan geesse ilaali.
β’ Wantoota irratti gaβumsa qabdu yaadi.
β’ Ofii keetii ol haasaβi.
β’ Galmoota tokko tokko kaaβi.
β’ Hojii itti bohartu argadhu.
βββββββββββ
@Jechootahayyoota
β’ Waan duraan galmaan geesse ilaali.
β’ Wantoota irratti gaβumsa qabdu yaadi.
β’ Ofii keetii ol haasaβi.
β’ Galmoota tokko tokko kaaβi.
β’ Hojii itti bohartu argadhu.
βββββββββββ
@Jechootahayyoota
Namoonni namoota duΚΌan dafanii akkamitti akka dagatan utuu beekta taΚΌee, namoota dinqisiifachuuf jiraachuu ni dhiista.
βChristopher Walken
βββββββββββ
@Jechootahayyoota
βChristopher Walken
βββββββββββ
@Jechootahayyoota
Wantoota mallaqni bituu hin Dandeenye kutaa 1ffaa .
1"Jaalala (Love)
2:Nageenya (Peace)
3:Yeroo (Time)
4:Dhugaa (True )
5:Dandeeytii (Talent )
6:Fayyaa (Health)
7:Amala (Maner)
8:Hiriyyaa Dhugaa (True friend)
9:Beekkumsa (Knowledge)
10:Bilisummaa (Freedom )
@JECHOOTAHAYYOOTA
JOIN AND SHARE ππππ
1"Jaalala (Love)
2:Nageenya (Peace)
3:Yeroo (Time)
4:Dhugaa (True )
5:Dandeeytii (Talent )
6:Fayyaa (Health)
7:Amala (Maner)
8:Hiriyyaa Dhugaa (True friend)
9:Beekkumsa (Knowledge)
10:Bilisummaa (Freedom )
@JECHOOTAHAYYOOTA
JOIN AND SHARE ππππ
#JECHA_HAYYOOTAA π
1;Biyyi kan barbaaddu harka hin xuroofneefii sammuu qulqulluudha! βοΈ
2; Dhiifama taasisuun amala nama cimaati dhiifama godhuu dhabuun amala nama dadhabooti!βοΈ
3; Hundeen beekkumsaa dubbisuudha namni hin dubbisne waan dubbatu dhaba! βοΈ
4; Jechi hin Danda'amu jedhu kan argamu kuusaa goowwootaa keessatti! βοΈ
5: Meeshaan cimaan addunyaa ittiin jijjiiran barnoota!βοΈ
6; Namni abdiin jiraatu akkuma soomaa jirutti du'a! βοΈ
@JECHOOTAHAYYOOTA
#Share waliif godhaa Galatoomaa!!!π