Telegram Web Link
#Jalqaba_of_argadhu
Dinqidhuuma bara kanaa gaafan taa'ee yaaduu, naannoo koos mil'adhee waan hedduus taajjabuu. Takka gaaffiin of takaala, takkamoo akkuma namaa dhageeffata qabutti ofiin odeessa ooleen barruu kanaa gadii katabee.
#Ati_eenyu?/#anis_eenyu?
Eenyummaan kee inni dhugaan isa kamii? Isuma kan kee Sanaa qabattee of beektee jiraacha jirtamoo, kanuma namni siif laate baatte ittin rakkacha jirta.
Anaan kan na dhibuu Isa namni Ani eenyyumma koonin gaggeeffama jecha xiqqoo tureemo namni maal naan jedhaf karoorasa diiga oolu, takkammoo ana malee jedhee Isa akka sangaa gooba baasee laphee dhiibee deemuu garuu maal akka ta'ee Fi maaliif akka jiraacha jiruu iyyuu quba hin qabneedha.

Erga akkas ta'ee ati eenyure? Kan eenyyumma tokko hin qabnee, kan akka abalutti jireenya kee madaltuu, kan miirri kee eenyumma kee caalee sii raatessuu. Ati eenyu?
Deebii Isa sumafaan dhiisaa.
Eenyumma kee Isa dhugaa baruuf jalqaba iddo itti of gatee barbaadi of argadhuu. Eenyumma kee Isa sodaa namaaf,akkasuma maal naan jedhu biyya fi, Gammachuu yeroof jette gurgurtee Sanaas kaasaadhan deeffadhu.

#gaafas, ati fi hafuurri kee, qalbii Fi lubbuun kee Wal utubanii, waliif birmatani Laga sii ceesisu. Kanaa achi, akka diinatti Wal ilaaluun atif hafuurri kee, qalbii Fi lubbuun kee Wal irratti ka'uun sumaan dhabamsiisu. Kanaaf amma qabii barbaadi of argadhuu

"Of barbaadani of argachuun arganno bakka buusaa hin qabneedha.
#Join_share
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
❀8πŸ‘2
Namni amanamaan akka daa'imaatti si aarsa, akka abbaatti waa'ee kee yaadda'a, akka obboleessa si waliin wal Falma, akka hiriyyaa gaarii iddoo hundatti dursa of  siif kenna.

THANK YOU MY LOVELY FRIEND....


@Jechootahayyoota
❀9πŸ₯°2
Waa'ee kaleessaa dhiphina keessa jirta moo waa'ee boruu yaadda'aa jirtaa?

Sa'aatii 24 keessan keessa turaa.

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
❀3πŸ‘2πŸ₯°1
Gammachuun kan dhufu hojii fi dubbiin kee ofii keetii fi namoota biroof faayidaa yoo qabaatedha.

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
πŸ‘5❀2πŸ₯°1
πŸ’­Yeroon ati gufuun marfamtu yeroo kami beytaa.....?!!!

    πŸ’­Yeroo kaayoo Fi karoorri kee heddumaate!!!
πŸ‚Eekaa nama ka'ee hin tarkaanfanne.......gufuun kamuu isatti dhufee hin dhahu....
πŸ‚Nama lafaa ka'ee deemuuf tarkaanfate.......gufuun dhahuun waan hafa hin qabne.....!!

πŸ’Kanaaf daftee abdii hin murin.....dadhabe jettee if duubatti hin deebi'in.
 
🍁Ani abdima sitti horee si tarkaanfachiisuufi!


ShareπŸ‘‡πŸΎ


@Jechootahayyoota
❀7πŸ‘2πŸ₯°1
Gurbaan haadha isaa jaallatu, kan hammenya maatii isaa sirraa dhooysu filannaa kee ha tahu.

Gurbaan odoo wal hin fuudhin haadhaaf obboloota isaa waa'ee isaanii hammeenyaafii arraabaan dubbachaa bilbilaan haasawaa sitti himu irra gowwaa gurbaa
ti !
@Jechootahayyoota
❀7πŸ₯°1πŸ‘1
Fuudhaaf yoo carraa qabaatte, yoo dandeeytii qabaatte, intala hawwii keetii yoo argatte fuudhi. Kuni jireenya kee keessatti milkaa'inaaf karaa siif saaqa.

Dhiirri jabaan tokko odoo humna qabuu intala gaarii takka yoo fuudhe dhiira guutuu taha, dhiira challenge hedduu keessa darbu taha !  

@Jechootahayyoota
❀13πŸ‘2😴2πŸ‘1
Sagaggaalummaan dulluma umrii maleeti namatti fida.

Hin sagaggaalin bareeda kiyya, bareedina kee fi humna kee isa amma qabdu kana na duraa dhabdaa. Yoo haalli ittiin sagaggaaltu siif mijjate illee if qabi yaa nama kiyyaπŸ₯ΉπŸ™β€οΈ


Dhaamsa kootiπŸ™
@Jechootahayyoota
πŸ™15🀝3πŸ₯°2
Yeroo takka takka nama tokko yoo dhabdan nama nama san gahu waan hin arganne isinitti fakkaa garuu miti yeroo hunda namni si jaalatuu fi si kabaju tokko jira, atiitu wal hin qunnaminiini taha malee.

Nama nama kana caalu hin argadhu jattee odoo miidhamtuu nama tokkoo waliin jiruu dukkanaa itti hin fufin. Let it goπŸ˜‰

Yeroon waa hunda ni sirreessa !


@Jechootahayyoota
πŸ‘8✍5❀4πŸ₯°3πŸ‘1
~Namoota gargaaruu feeta yoo tahe.
~Waan inni si hin godhiniin nama hin himattu yoo tahe.
~Nama kabajuu irratti takkaffaadha yoo tahe.
~Of hin tuultu, hin tuffattu yoo tahe.
~Namoota fayyaduuf galma guddaa qabda yoo tahe.

β˜†Xiqquma gochaan gargaari malee boqonnaan eenyulleen hin argine argatta
.

@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
❀10πŸ‘3πŸ‘Œ1
Hiriyyaa dhugaa ja'ee ofitti si
aansee hundaa sittin himnee?
Na jala deebitee jaalallee koo
fuutaa an yoomiin amanee?

Lachaan keessaniihuu anaan
amansiisuuf sababan tuulinaa.
Nagayan jiraadhaa dubaa koo
deemtaanii anan hordofinaa.
Gaafa yeroon kun darbe walitti deebinee wa hunda haasofnaa.πŸ’ͺ


Gantootaaf yeroon jira.
πŸ’”
:¨·.·¨:
 `Β·.   @Jechootahayyoota
πŸ’”9❀1πŸ‘1πŸ₯°1
Rule No.....X

      #Dargaggeessaaf...!

~Hin dhugin.
~Hin qama'in.
~Hn saamiin.
~Humna keetiin nama hin midhin.
~Dubartii hedduu oliif gad hin oofin
~Jaalala keessatti hin sobin. ~Sagaggaalummaa hin hojjatin.
~Jaalala irratti miira kee guutuu deebisuu irra, wanta yeroo bultii gad dhaabde ittiin mana jiraachistuuf xiyyeeyfannaa kanni.

Wantoonni kun yeroo dargaggummaan ati harkaa qabdu kun si dhiisee deemee maal akka ati fakkaattu murteessa.



:¨·.·¨:
 `Β·.   @Jechootahayyoota
❀11πŸ‘6πŸ₯°3
✍ Seera

ღ Nama akka si hin jaalanne ifa baasee sitti hime bakka kanniifii kabaji. Maqaa hin balleessin.
ღ Nama hin jaalannef waadaa sobaa hin galin.

Lachuutuu ni ulfaata, warra "mature" taheef garuu "simple"


❀️Jaalalti miidhaa miti !


:¨·.·¨:
 `Β·.   @Jechootahayyoota
πŸ‘15❀5
React keessan hin jiru taanan baayyinni maxxansaa ni xiqqeessinaa kanaaf yoo barreefamoonni keenya isinitti tola ta'e,react fi like yoo gootan isiniin hin miidhu, nuuf garuu akka bayyee barreessinu nu godhaaπŸ™

Kanaafu maatiin channali keenya like fi reaction keessaniin nu waliin ta'aa πŸ™Œ.....
πŸ‘48❀6πŸ‘3
Boqonnaafii gammachuu dhugaa yoo barbaadde nama si amanee sirratti if dhiiseef amanami. Keessattuu bakka isaan hin jirretti.
#Ni_Boqattaβ™‘

@Jechootahayyoota
πŸ₯°8πŸ‘1
Dhiirri uumama isaatiin gaafa dhalatu irraa miira dorgommiiti qaba. Yoo fadhe haa dhoyfatuu malee yeroo hunda dorgommitti jira.

Saniifuu dubartii isa dinqisiifattu malee dubartii namaan isa madaaltu hedduu jibba. Isa bira teessee Ronaldo fi shaarukan 6 paak isaanii yoo itti faarsiteehuu ni hinaafaπŸ˜…

Isa yoo faarsite ati isaaf humna taata. Hojii isaa dinqisiifadhuuti faarsi gaara siif cabsee si gammachiisuuf inniniis yeroo sun qophiidhaaπŸ˜‰


Caallisiiti inni akkas tahuu baatuus "Ati anaaf kannaadha odoo kiyya tahuu baatte na hinaafsisa, bara kana keessa dhiirri akka keetitti itti gaafatamumma isii gutuu guutu bahattu inuma jirtii, ati dhugaa adda" ja'iin jaalala tee haa maraatuu anaatu hidhaaπŸ˜‚


#Jaalala
:¨·.Β·Β¨: 
 `Β·. 
join Zis OneπŸ‘‡

@Jechootahayyoota
πŸ‘9❀5
Waan sitti dhagaΚΌamu dubbadhu, gaarummaadhaan.  Miira kee ibsuun bareedaadha, gonkumaa hin sodaatin, hin qaanfatin.

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
❀11πŸ‘2
Wantoonni ati barbaaddu hundi, jiru.  Abjuu fi galmi kee hundi galma gahuu danda'a.  Wantoonni kun hundi sababa waan qabaniif sammuu keessan keessa naanna'u.  Hanga galma kee bira geessutti hin dhaabbatin.  Ati dandeettii qabda, dhuguma.

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
πŸ₯°9❀3πŸ‘3
#Of Egaannoo ❗❗❗❗
Link akkana kunii Telegrama nama isin beytanin isinitti ergama . Garuu ammoo abbaan telegramichati miti kan isinif erge  . Sababnis telegramni Abbaa sani huck ykn xalafame/hatame jira kanaf telegram keysan hatudhaf Link akkana isi ergama yemmuu linkicha xuyxan baqa fudhatame jechadha of egaadha . Yeroon Amma bayye shakisisa dhufe ra kanaf jarjartaani Link kamuu hin xuqina πŸ™

@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
❀4πŸ‘4
2025/07/12 17:32:52
Back to Top
HTML Embed Code: