Telegram Web Link
Bu'aa fooyya'aa hin hawwin...

BU'AA FOOYYAA ARGACHUUF HOJJADHU!

Rakkoo xiqqaa hin hawwinaa...

HANGA RAKKOON KEESSAN BADUTTI HOJJADHU !

Jireenyi osoo naaf salphaa ta'ee jettee hin hawwin...

HANGA JIREENYI SALPHATUTTI HOJJADHU!

HANGA FOOYYOFTUTTI OF IRRATTI HOJJEDHU...
SANA BOODA , JIREENYI SALPHAA TA'A!


@Jechootahayyoota
#Jalqaba_of_argadhu
Dinqidhuuma bara kanaa gaafan taa'ee yaaduu, naannoo koos mil'adhee waan hedduus taajjabuu. Takka gaaffiin of takaala, takkamoo akkuma namaa dhageeffata qabutti ofiin odeessa ooleen barruu kanaa gadii katabee.
#Ati_eenyu?/#anis_eenyu?
Eenyummaan kee inni dhugaan isa kamii? Isuma kan kee Sanaa qabattee of beektee jiraacha jirtamoo, kanuma namni siif laate baatte ittin rakkacha jirta.
Anaan kan na dhibuu Isa namni Ani eenyyumma koonin gaggeeffama jecha xiqqoo tureemo namni maal naan jedhaf karoorasa diiga oolu, takkammoo ana malee jedhee Isa akka sangaa gooba baasee laphee dhiibee deemuu garuu maal akka ta'ee Fi maaliif akka jiraacha jiruu iyyuu quba hin qabneedha.

Erga akkas ta'ee ati eenyure? Kan eenyyumma tokko hin qabnee, kan akka abalutti jireenya kee madaltuu, kan miirri kee eenyumma kee caalee sii raatessuu. Ati eenyu?
Deebii Isa sumafaan dhiisaa.
Eenyumma kee Isa dhugaa baruuf jalqaba iddo itti of gatee barbaadi of argadhuu. Eenyumma kee Isa sodaa namaaf,akkasuma maal naan jedhu biyya fi, Gammachuu yeroof jette gurgurtee Sanaas kaasaadhan deeffadhu.

#gaafas, ati fi hafuurri kee, qalbii Fi lubbuun kee Wal utubanii, waliif birmatani Laga sii ceesisu. Kanaa achi, akka diinatti Wal ilaaluun atif hafuurri kee, qalbii Fi lubbuun kee Wal irratti ka'uun sumaan dhabamsiisu. Kanaaf amma qabii barbaadi of argadhuu

"Of barbaadani of argachuun arganno bakka buusaa hin qabneedha.
#Join_share
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Namni amanamaan akka daa'imaatti si aarsa, akka abbaatti waa'ee kee yaadda'a, akka obboleessa si waliin wal Falma, akka hiriyyaa gaarii iddoo hundatti dursa of  siif kenna.

THANK YOU MY LOVELY FRIEND....


@Jechootahayyoota
Waa'ee kaleessaa dhiphina keessa jirta moo waa'ee boruu yaadda'aa jirtaa?

Sa'aatii 24 keessan keessa turaa.

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
Gammachuun kan dhufu hojii fi dubbiin kee ofii keetii fi namoota biroof faayidaa yoo qabaatedha.

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Gurbaan haadha isaa jaallatu, kan hammenya maatii isaa sirraa dhooysu filannaa kee ha tahu.

Gurbaan odoo wal hin fuudhin haadhaaf obboloota isaa waa'ee isaanii hammeenyaafii arraabaan dubbachaa bilbilaan haasawaa sitti himu irra gowwaa gurbaa
ti !
@Jechootahayyoota
Fuudhaaf yoo carraa qabaatte, yoo dandeeytii qabaatte, intala hawwii keetii yoo argatte fuudhi. Kuni jireenya kee keessatti milkaa'inaaf karaa siif saaqa.

Dhiirri jabaan tokko odoo humna qabuu intala gaarii takka yoo fuudhe dhiira guutuu taha, dhiira challenge hedduu keessa darbu taha !  

@Jechootahayyoota
Sagaggaalummaan dulluma umrii maleeti namatti fida.

Hin sagaggaalin bareeda kiyya, bareedina kee fi humna kee isa amma qabdu kana na duraa dhabdaa. Yoo haalli ittiin sagaggaaltu siif mijjate illee if qabi yaa nama kiyya🥹🙏❤️


Dhaamsa kooti🙏
@Jechootahayyoota
Yeroo takka takka nama tokko yoo dhabdan nama nama san gahu waan hin arganne isinitti fakkaa garuu miti yeroo hunda namni si jaalatuu fi si kabaju tokko jira, atiitu wal hin qunnaminiini taha malee.

Nama nama kana caalu hin argadhu jattee odoo miidhamtuu nama tokkoo waliin jiruu dukkanaa itti hin fufin. Let it go😉

Yeroon waa hunda ni sirreessa !


@Jechootahayyoota
~Namoota gargaaruu feeta yoo tahe.
~Waan inni si hin godhiniin nama hin himattu yoo tahe.
~Nama kabajuu irratti takkaffaadha yoo tahe.
~Of hin tuultu, hin tuffattu yoo tahe.
~Namoota fayyaduuf galma guddaa qabda yoo tahe.

☆Xiqquma gochaan gargaari malee boqonnaan eenyulleen hin argine argatta
.

@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Hiriyyaa dhugaa ja'ee ofitti si
aansee hundaa sittin himnee?
Na jala deebitee jaalallee koo
fuutaa an yoomiin amanee?

Lachaan keessaniihuu anaan
amansiisuuf sababan tuulinaa.
Nagayan jiraadhaa dubaa koo
deemtaanii anan hordofinaa.
Gaafa yeroon kun darbe walitti deebinee wa hunda haasofnaa.💪


Gantootaaf yeroon jira.
💔
:¨·.·¨:
 `·.   @Jechootahayyoota
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
React keessan hin jiru taanan baayyinni maxxansaa ni xiqqeessinaa kanaaf yoo barreefamoonni keenya isinitti tola ta'e,react fi like yoo gootan isiniin hin miidhu, nuuf garuu akka bayyee barreessinu nu godhaa🙏

Kanaafu maatiin channali keenya like fi reaction keessaniin nu waliin ta'aa 🙌.....
Boqonnaafii gammachuu dhugaa yoo barbaadde nama si amanee sirratti if dhiiseef amanami. Keessattuu bakka isaan hin jirretti.
#Ni_Boqatta

@Jechootahayyoota
Dhiirri uumama isaatiin gaafa dhalatu irraa miira dorgommiiti qaba. Yoo fadhe haa dhoyfatuu malee yeroo hunda dorgommitti jira.

Saniifuu dubartii isa dinqisiifattu malee dubartii namaan isa madaaltu hedduu jibba. Isa bira teessee Ronaldo fi shaarukan 6 paak isaanii yoo itti faarsiteehuu ni hinaafa😅

Isa yoo faarsite ati isaaf humna taata. Hojii isaa dinqisiifadhuuti faarsi gaara siif cabsee si gammachiisuuf inniniis yeroo sun qophiidhaa😉


Caallisiiti inni akkas tahuu baatuus "Ati anaaf kannaadha odoo kiyya tahuu baatte na hinaafsisa, bara kana keessa dhiirri akka keetitti itti gaafatamumma isii gutuu guutu bahattu inuma jirtii, ati dhugaa adda" ja'iin jaalala tee haa maraatuu anaatu hidhaa😂


#Jaalala
:¨·.·¨: 
 `·. 
join Zis One👇

@Jechootahayyoota
Waan sitti dhagaʼamu dubbadhu, gaarummaadhaan.  Miira kee ibsuun bareedaadha, gonkumaa hin sodaatin, hin qaanfatin.

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
Wantoonni ati barbaaddu hundi, jiru.  Abjuu fi galmi kee hundi galma gahuu danda'a.  Wantoonni kun hundi sababa waan qabaniif sammuu keessan keessa naanna'u.  Hanga galma kee bira geessutti hin dhaabbatin.  Ati dandeettii qabda, dhuguma.

━━━━━━━━━━━
@Jechootahayyoota
2025/07/05 19:53:44
Back to Top
HTML Embed Code: