Carraan atii dhalachuuf qabduu tiriiliyoona 400 keessa 1.kanafuu atii tiriliiyoona 400 keessa abbaa carraa 1 tti taatetii kan gara addunyaa kan dhuftee!!
ππ
@kanaBL
ππ
@kanaBL
Baacoo tokko hubachuu fi ittin kolfuuf, kutaale sammuu keenya 5 akka fudhatuu beektu!!
πππ
@KanaBL
πππ
@KanaBL
Miseensonni kana beektu laata join godhu kessanifi namoota afferu kessanif heddu galatooma!!!
Barsisaa fi hubannon nutii kanninu akkamu itti fufuutti ta'aa.
Ammalle nama afeeru hin dagatina!!

Qaccineen(Saattawwan) guyyaa tokko (saati 24) keessatti, daqiiqaa 5-30 qofa akka raftu beektu laata?!!
ββHETEROPATERNAL SUPERFECUNDATION
#LAKKUU ABBAAN GARAA-GARAA(adda addaa) - Akkana jechuun afaan saayinsii walhormaataan, lakkuun sanyii kormaa(sperm) dhiira garaa-garaa lama irraa yeroo dubartiin takkaa ulfooftee dha. Kunis khan uumamu dandaβu yeroo sanyiin kormaa(sperm) inni jalqabaa walqunnamtii saala waliin goote guyyoota muraasaaf osoo hin duune qaama hormaata dubartii kheessa yoo ture fi kkf uumamu dandaβa. Uumamni akkanaa khuni baayyinaan bineensotaa fi bineeldota biratti ni mulβata. Jechuun nama biratti hin mulβatu jechuu koo miti. Abbaa addaan baasuun qorannoo DNA barbaada.
Chaanaliin kana hiriyoota kheessaan aferuu hin dagatinaa