Telegram Web Link
"Nuti erga duune turre" Obbo Sibahaat Naggaa: L/Janaraal Baacaa Dabalee akka ibsanitti Obbo Sibahaat wayita to'annoo jala oolan, "Nuti erga duune turre, amma sirna awwaalcha keenyaa raawwachaa jirtu" jedhaniiru. Obbo Sibahaat waa'ee ADWUI maal jedhan?
Forwarded from be free
Maalooo Nuuf barbaaadaa
😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Maqaaan isaa Yaaqub sulxaan jedhamaa.BARATAA kuta 12ffaa M/Barumsaa Sadarkaa 2ffaa Qophaina Roobeetii....
Iddoon dhalootaa isaa G/BAALEE Gaasaraa yoo tauu Barnootaaf jedhee Magaalaa Roobetti galee firaa isaa biraa taa'ee osoo barataa jiruu.Akka tasaa Mufii firaa isaatti mufateen Gaafaa guyyaa 03-05-2013 Dilbataa galgalaa Naannoo saa'aatii tokkootttii Mana baheen .Hangaa Ammaattiii iddoon inni jiruuu fi Hafuurrii isaa waan dhabameef namnii Argitaan yoo jiraateee nuuf Eera.....Biftii isaa Magaalaa Gabaabaa Areedaa xiqqoo baaseedhaa ...gaafa mana bahuu surre gurraatti fi kootii bifaa diimtuu fakkattu qabduu fi kophee sharaa gurraatti godhatee mana bahee ...
mucaan kun dhukkubbii addas waan qabuuf way waa ta'aa jedhanii Maatiin isaa ciinqamanii booyaa waan jiraaniif

Maalooo Birmadhaa fiii
Gatii dhamaatii keesaannis isinii laannaa jedhan maatiin isaaa
odeffannoo dabalataaf
09 10 48 01 29
09 32 11 33 46
09 22 38 40 54
09 20 09 00 67
shaaree gochuun nu gargaaraa
Forwarded from AL-RISALA HUMANITY CENTER (🏂Nãsìr)
Diinni yoomuu nuun rafu, Jibbaa jarri muslimoota biyyatiif qaban haala kanaan ibsatan,

1 Har'a guyyaatu guyyaa Ayyaanaati male wanni kabajamaa oole waan biraati fakkaata. Waan baayyee akka niyyatan suuraanuu nidubbata.
2 Dur "Amantaa Adda qabna Biyya waliin qabna" jechaa har'a geenye garuu jarri biyyas waliin hin qabnu "የኛ ደሴት" jechaa oolani eega jarri DASEET ofiin jedhani Nutis BAHRII taanaka.
@Alrisala1
Forwarded from IβΔDURΣHMΔΠ MULTIMEDIA (ɮʀɨɢɦt🎧)
بسم الله الرحمن الرحيم
قال تعالى:
*﴿وَلَا تَقْفُ مَا لَيْسَ لَكَ بِهِ عِلْمٌ﴾*
📌إما كلام *بعلم*
👈🏻أو سكوت *بسلامة*
🌷 🌷 / @Mubarekbright3
T.me/lalhukyr
Ni jirra male alh
#Makmaaksa
"Otoo gaafaaf boonyuu gurrayyuu dhabne" jette harreen.
#Join-us
Share
#share♻️
@miateyen
Duula
Duulaa jennaan
Duune Duullee
Ka'aa jennaan
Baqanne kaanee
Edaan jarrii
Kaayyoo Qabdi
Edaan jarrii hin
Beeyti waan ta'u
Saniif fuldura
ufii Nu kaa'u
Bakka ga'umsaa
Jara kan ga'u
Kunoo jarrii Keenna
teesso duubarr tataa'u
Firako bara kana keessa hin kufiin
.
.
.

.
Yoo kufte dhalootni kun kan lafaa si kaasu kaameeraa qofaanidha😏😏👍
@baacoowwan
#Join-us
@miateyen
😅
Barsiisaan Maths kee boqotee awwaalcharratti argamtee yeroo boossu
.
.
.
.
.
.
.

Wayyoo barsiisaa koo guyyaa hunda gatii "X" barbaadaa otoo nuun jettuu otoo hin argatiin
.
.
.
.
boqotte😭😭😂
@miateyen
Forwarded from Fares Muhammed (Fares Muhamed)
Jum'aan Har'aa Jum'aa Gammachuu ta milkii, ta dharti keessatti salphattu, ta Dhugaan keessatti lalistu,
Rabbi nuuf haa godhu.

Yaa allaah obboleeyyan teenna hidhaa jiran, harka zaalimaatii nuuf baasii, nu gammachiisi.

Nabi Muhammad irratti (SAW) Salawaata buusuu heddummeessaa du'aa'iis jabeessaa

آمييييييييييييييين....

@Faresmuhamed
@Faresmuhamed
@Fursaan_Media
Bakka saniif Bakakkaa
Yaarabbbi hin
Beeyta Bakka
Sitti hin himu
Hin agarsiisu akka
Heddu nu dararte
Nuun kennine
Boqonna takkaa
Yaarabbbi Bakka
Saniif Bakakkaa
Isa:Bareedduu koo 💃💃 wal fuunuu?

ishee:maal qabda?



..
.

Isa:siinoo 4f, baajaajii 3
..

..

..

..

..

Guyyaatti miicaan oola.🤡🤦‍♂🤦‍♂

@miateyen
Qeensa,nyaara,rifeensaa fi boroon jalaa badee barbaadaa jirti
..
.
.
Maal gochaa jirta yeroon😳 jedhuun..
.
.
.

#of_barbaadaan jira😜🤣🤣

@miateyen
Just for knowledge

Dhabaa jiraachuu keessa jireenyi hin jira jireenyi keenya hundi qormaata (fatanaa) dha barnoota baratte qoramta laakin jireenya qorama baratta haala kana keessa aarasaa gudda kafalat kuftees hin kuftu dandeettes qabxii olaanaa hin galameessitu yoo ilaahiin sii laafise malee tartiibni jireenya keenna kan nu jalaa badeen waan dhabne san dhabuu keennan osoo hin taane waan dhanbe san sirritti beekuu dhabuu keennafi akka lamu hin dhabne dogoggora hojjachuu dhabuu keenna boolla takka lamatti kufuun slaphinna kana beeki garu dhabaa jiraachuu keessas jireenyis jira

Galatooma
Nuti muldhata qabna garuu abdii Murra gaafa san kufaatiif balbala ufitti banna
Yaa ummata keenna
Kaayyoon Ofii Gowwaa Nama Fakkeessiti
2025/07/14 10:00:21
Back to Top
HTML Embed Code: