Of gargaari, abjuukee gargaari, account kee irratti walitti qabadhu, wa'een abjuukee si haa dhiphisuu,
Yoomu garakee goree kan siif lolu hin jiruu dursa situ ofiif jira. Nagaan oola.
π₯ @moufi
Yoomu garakee goree kan siif lolu hin jiruu dursa situ ofiif jira. Nagaan oola.
π₯ @moufi
β€10π7
Sababa yaalteefiyyuu hin milkooftu, baayyee yaalanii milkaa'ina dhabuunis jira. Haata'u malee, yeroo harka marattee teessummoo carraan milkaa'uu keetii zeeroodha!
Kanaafuu obbole, yaaluu hin dadhabin.
Nama yaalu qofatu carraa milkaa'uu qaba!
β€12
Dhuguma garaankee tole jedhee si rafaa jira taanan rafi ija isaa walumaan ilaalla. Nagaan oola.
@moufi
@moufi
π₯10π7
Hojjechuuf qophiidha taanan, na Amani guddachuuf qophiidha jechudhaa. @moufi
β€11π6
Jireenyi kee kan keeti; akka namootaa wajjin qixxee walitti fudhatteetti hin dhiphatin!
π₯6
Mootiin biyya Armeeniyaa durii 'Tigranes the great" jedhamuun beekamu namoota ogeessotaa fi beektota biyyoota qabatuu funaanuun masaraa mootummaa isaatii keessatti galchuun irraa fayyadama ture. Bara mootonni hedduun beektota biyyoota qabatanii ajjeesuu amaleeffatanitti namichi kun ogeessotaan marfamee jiraachuu mootii filatu ture. Fakkeenyummaan isaa kunis dhaloota itti aanuu darbuu eegale.
Atihoo hiriyoota akkamiin marfamtee jiraachaa jirtaa?
Namoota si caalan irraa barachuun si sodaachisa moo si onnachiisa?
Atihoo hiriyoota akkamiin marfamtee jiraachaa jirtaa?
Namoota si caalan irraa barachuun si sodaachisa moo si onnachiisa?
β€11
π₯Yaada gaarii ofiif qabaadhu,
π₯Bor seenaan kee akka geeddaramu amani
π₯Akka nama milkaa'uu danda'uutti tattaafadhu
@moufi
π₯Bor seenaan kee akka geeddaramu amani
π₯Akka nama milkaa'uu danda'uutti tattaafadhu
@moufi
β€14π3
Biyya lafaa kana irra waantota garba ta'an hedduutu jiraa garuu isaan keessa amanamaan waan tokkodha, Qarshiin garba amanamaadha, iddoo feetetti eegadhu.
@moufi
@moufi
β€12π3π₯°2π2
Wanti fokkisaan utuu qaamni kee jabaatee jiruu, lubbuun kee abdii kutachuudha!
Marcus Aurelius
π19β€4
Guyyaa kee yoo maal gochuun dabarsite, "guyyaa gaarii ture" jechuun itti gammadda?
Guyyaa har'aa guyyaa gaarii kee gochuuf ka'ii wantoota sana hojjedhu!
Guyyaa har'aa guyyaa gaarii kee gochuuf ka'ii wantoota sana hojjedhu!
β€7π₯°5
π₯Kaleessi hin jiru; sammuu kee qofa keessa jira!
β€13π₯°2
Yeroo hirribaa ga'aa fudhachuun qalbii haara'aadhaan guyyaa itti aanu simachuuf baayyee barbaachisaadha! π
π12β€4
Nama isa abjuudhaan agarte sana ta'uudhaaf wal'aansoo qabi
π±β€7π3
Forwarded from Marraaga Istooyisizimii
"Mucaan koo nii dhukkubsata" jechuun dhugaadha, " Na jalaa du'uuf deema" kan jedhu sodaadha. Wantoota si mudatan mooraa sodaatti osoo hin geessin dhugaama jiruun jiraadhu.
Kana caalaa akkamittan siif hiikaa? Sammuu kee sodaaf yaadota saaxilanirraa eeggadhu; yoos nagaa fi gammachuun maamiloota kee amanamoo ta'u!
@marraagaa
Kana caalaa akkamittan siif hiikaa? Sammuu kee sodaaf yaadota saaxilanirraa eeggadhu; yoos nagaa fi gammachuun maamiloota kee amanamoo ta'u!
@marraagaa
π8
Hanga warri mul'ata keetti hin amanne, "maraatuu" si se'anitti mul'ata guddaa qabatte sanaaf hojjedhu!
π16β€7
Nama bakka bu'aa hin qabne ta'ii.πͺ
@moufi
@moufi
π21π3π₯1