Telegram Web Link
Of gargaari, abjuukee gargaari, account kee irratti walitti qabadhu, wa'een abjuukee si haa dhiphisuu,
Yoomu garakee goree kan siif lolu hin jiruu dursa situ ofiif jira. Nagaan oola.
πŸ”₯ @moufi
❀10πŸ‘7
Sababa yaalteefiyyuu hin milkooftu, baayyee yaalanii milkaa'ina dhabuunis jira. Haata'u malee, yeroo harka marattee teessummoo carraan milkaa'uu keetii zeeroodha!
Kanaafuu obbole, yaaluu hin dadhabin.
Nama yaalu qofatu carraa milkaa'uu qaba!
❀12
Suuraa gooticha atileetiksii, Abbabaa Biqilaa kana qofa ilaaluudhaan dadhabbiin qaamaa jabina qalbii gadi akka jiru hubachuun nii danda'ama!
Goota faana qullaa fiigee warqee fudhatee gale!
Utuu 'David Goggins' hin dhalatiniyyuu nuti nama akkasii qabna turre πŸ’ͺ🏾
❀12
Dhuguma garaankee tole jedhee si rafaa jira taanan rafi ija isaa walumaan ilaalla. Nagaan oola.
@moufi
πŸ”₯10πŸ‘7
Hojjechuuf qophiidha taanan, na Amani guddachuuf qophiidha jechudhaa. @moufi
❀11πŸ‘6
Jireenyi kee kan keeti; akka namootaa wajjin qixxee walitti fudhatteetti hin dhiphatin!
πŸ”₯6
We proud of you
πŸ‘3πŸ”₯1
Mootiin biyya Armeeniyaa durii 'Tigranes the great" jedhamuun beekamu namoota ogeessotaa fi beektota biyyoota qabatuu funaanuun masaraa mootummaa isaatii keessatti galchuun irraa fayyadama ture. Bara mootonni hedduun beektota biyyoota qabatanii ajjeesuu amaleeffatanitti namichi kun ogeessotaan marfamee jiraachuu mootii filatu ture. Fakkeenyummaan isaa kunis dhaloota itti aanuu darbuu eegale.

Atihoo hiriyoota akkamiin marfamtee jiraachaa jirtaa?
Namoota si caalan irraa barachuun si sodaachisa moo si onnachiisa?
❀11
πŸ’₯Yaada gaarii ofiif qabaadhu,
πŸ’₯Bor seenaan kee akka geeddaramu amani
πŸ’₯Akka nama milkaa'uu danda'uutti tattaafadhu

@moufi
❀14πŸ‘3
Biyya lafaa kana irra waantota garba ta'an hedduutu jiraa garuu isaan keessa amanamaan waan tokkodha, Qarshiin garba amanamaadha, iddoo feetetti eegadhu.
@moufi
❀12πŸ‘3πŸ₯°2πŸ‘2
Qajeelfama milkaa'inaa kabaji πŸ”₯
❀20
Wanti fokkisaan utuu qaamni kee jabaatee jiruu, lubbuun kee abdii kutachuudha!

Marcus Aurelius
πŸ‘19❀4
Guyyaa kee yoo maal gochuun dabarsite, "guyyaa gaarii ture" jechuun itti gammadda?

Guyyaa har'aa guyyaa gaarii kee gochuuf ka'ii wantoota sana hojjedhu!
❀7πŸ₯°5
πŸ’₯Kaleessi hin jiru; sammuu kee qofa keessa jira!
❀13πŸ₯°2
Yeroo hirribaa ga'aa fudhachuun qalbii haara'aadhaan guyyaa itti aanu simachuuf baayyee barbaachisaadha! πŸ›Œ
πŸ‘12❀4
Nama isa abjuudhaan agarte sana ta'uudhaaf wal'aansoo qabi 🌱
❀7πŸ‘3
Obsi!





@MOUFI
πŸ‘4
Forwarded from Marraaga Istooyisizimii
"Mucaan koo nii dhukkubsata" jechuun dhugaadha,  " Na jalaa du'uuf deema" kan jedhu sodaadha. Wantoota si mudatan mooraa sodaatti osoo hin geessin dhugaama jiruun jiraadhu.
Kana caalaa akkamittan siif hiikaa? Sammuu kee sodaaf yaadota saaxilanirraa eeggadhu; yoos nagaa fi gammachuun maamiloota kee amanamoo ta'u!

@marraagaa
πŸ‘8
Hanga warri mul'ata keetti hin amanne, "maraatuu" si se'anitti mul'ata guddaa qabatte sanaaf hojjedhu!
πŸ‘16❀7
Nama bakka bu'aa hin qabne ta'ii.πŸ’ͺ
@moufi
πŸ‘21πŸ‘3πŸ”₯1
2025/07/14 09:33:57
Back to Top
HTML Embed Code: