Kana qofaaf waan uumame natti hin fakkaatu; kana caalaa jiraachuun qaba!
๐Dadhabina keenya gaafa simannu barachuuf qophoofna,
๐Dadhabina keenya irratti hojjechuu yeroo amaleeffannu barnoota keenya eegalla,
๐Dadhabina keenya fooyyeffannee akka hin xumurree fi yeroo mara of fooyyessuu akka qabnu gaafa hubannu barnoota keenya goolabna! ๐

Waan qabatte tokkotti utuu cichitee waggaa tokko qofa keessatti namoota baayyee caalta!
๐ฅMilkaa'inni kee akka bakakkaa siif haata'u; eenyullee gurra isaa utuu cuqqaallateeyyuu dhaga'uu
dhiisuu
hin
danda'in
!
๐ฅ
Forwarded from Barruulee
"...Jiraachuun ga'aa miti; jireenya milkaa'aa jiraachuu qabda. Jiruun dachee abdii si hin kutachiisin.
Qoma bal'adhu, dhaabbii tolfadhu sana booda mataa kee ol qabadhuutii addunyaa ija ishee keessa ilaali..
Addunyaan warra ishee saalfatu dararuudhaan beekamti..." โ
@barruulee

Namni sababa jiraatuuf qabu waan hundumaa obsuu danda'a!
Firedirik Niichaa ๐ฅ
Firedirik Niichaa ๐ฅ
Forwarded from Barruulee
Laga na fuuldura jiru sanatti dhagaa ce'umsaa tokko yoo naaf darbachuu dandeesse, ati michuu kooti!
Forwarded from Barruulee
Jijjiiramuu yoo barbaadde kitaaba dubbisuu yookaan nama ajaa'ibsiifattu faana ooluun dirqama miti.
" Namni waanuma yaadu ta'a" jecha jedhu anarraa dhageessee yoo dhugeeffatte (dhuguma jettee amante) sana boodammoo yaada ofii qabdu nama ta'uu barbaaddu faana yoo wal-qixxeeffatte, ati dhuguma nii jijjiiramta! Amma-ammaa kana nama biraa ta'uu eegalta!
Yeroo fi bakki ati jirtu kun gufuu jijjiirama kee ta'uu hin danda'u!
Egaa, maalif namoonni jijjiiramuu fedhan leenjii garagaraa hirmaatu, viidiyoo motivational speaker faana dadhabuu...yoo naan jette,
Erga namoota sana dhaggeeffachuuf haamilee guddaa akkasii qabaatanii, maalif haamilee sanuma hojiitti hiikuu dadhabanii? jedheen deebi'eema si gaafadha!

Gaaffii Guyyaa Har'aa
Jireenya duutuuf hin qabdu yoo ta'e jireenya maalii jiraachaa jirta?
๐Jalqabbiin mul'ata ofiif jiraachuu tola!
1. Hiriyoota filachuu
2. Karoora baafachuu
3. Namoota fakkeenya siif ta'an adamsitee irraa barachuu
4. Kitaabilee dubbisuu
5. Amaloota kee mul'ata keetiif akka ta'utti irra deebiin bocachuu
6. Ilaalcha ofiif qabdu irra deddeebiin gulaaluu
7. Mul'ata keetiif yoo xiqqaate guyyaatti sa'aatii tokko laachuu
8. Wantoota sa'aatii kee guban irraa fagaachuu
9. Yaadannoo fi seenaa kee kaleessaa geggeessuu fi eenyummaa haaraa simachuu
10. Kutannoo, cichoominaa fi tattaaffii wal'aansoo jireenya kee injifachuu si dandeessisu dabalachuun tola!
@moufi

Qarshii guddaan ati hanga yoonaatti lakkooftee beektu kan dhuunfaa keetii kan ta'e meeqa?
Reaction fayyadamuun deebisaa!
100 oli ๐ฅบ
1,000 oli ๐ค
5,000 olii ๐
10,000 olii ๐คฉ
50,000 olii ๐ฅฐ
100,000 olii ๐ฅ
1,000,000 olii ๐
Reaction fayyadamuun filachuu hin dagatinaa!

Forwarded from Marraaga Istooyisizimii
Jireenyi koo imaanaa waaqaati; waaqa guddaatu amanee anatti laattate.
Jireenya koo irratti abdii kutachuu murteessuuf mirga hin qabu; jireenyi koohoo galfata. Galfatarratti abdiin hin kutamu. Osoo haalonni ulfaataniin jabaadhee, jireenya uumaan anaaf qoode keessaa hirmaadha!
Akkan yaade yoo ta'uu dhiises, imaanaa ta'uu jireenya kootii, garuu daqiiqaafillee hin dagadhu!
@falaasamaistooyisizimii

Gorsa ani jireenya kee irraa baradhe keessaa inni angafaa "Qophaa'aa ta'i" gorsa jedhu ture. Ciroowwan rarra'oo qalbii kee seenan maraaf hima xumuraa qopheeffattee jiraachuun kee na ajaa'iba!
"Akka tasaa yoo..."
Ciroo kana injifachuuf dhibaa'ummaan jabaatee si dura dhaabbatu hin jiru!
Amala kana si jalaa qooddachuu koo yeroon ibsu gammachuu guddaa natti dhaga'ama!

Hiriyaa kootiif!
@barruulee