Barattoonni gama barnootaan milkaa'inaaf hojjechaa jirtan gola kanaa fayyadamaa!
β€11π2π1
Forwarded from ΰΌΊβΊπ π‘βΊΰΌ»pro
Qormaanni Entrance fi ministirii gahaa Waan jiruuf gaaffiiwwan filatamoo ta'an shaakalaaf dhihaatanii jiru. JOIN gochuun guyyaa muraasa keessatti qormaata Persentii 90% deebisaa.
π₯°6β€4π2
Abshaalummaan hojjechuun ga'aa miti; humna qabdu mara mul'ata keetiif dhangalaasi πͺ
β€18π3
Forwarded from Marraaga Istooyisizimii
Waan dhalli namaa gochuu danda'u atis gochuu nii dandeessa!
Yeroo tokko tokkommoo akka dhalli namaa waan tokko danda'uyyuu situ hojjetee agarsiisa! π΄
Yeroo tokko tokkommoo akka dhalli namaa waan tokko danda'uyyuu situ hojjetee agarsiisa! π΄
β€17
Hanga ani injifadhutti homtinuu hin goolabamne!
Kan wantoonni goolabaman yeroo ani injifadhudha!
Kan wantoonni goolabaman yeroo ani injifadhudha!
π16β€8π₯°2
Milkaa'uuf 'degree' qabaachuun dirqama miti. Namoonni dachee kanarratti seenaa jabaa hojjettan harki caalaan barnoota namoota addaan kutanidha.
Bill Gates
Ellon Musk
Mark Zuckerberg....
π₯
Bill Gates
Ellon Musk
Mark Zuckerberg....
π₯
β€25π₯°8π₯6π3
Waan dhalli namaa gochuu danda'u atis gochuu nii dandeessa!
Yeroo tokko tokkommoo akka dhalli namaa waan tokko gochuu danda'uyyuu situ hojjetee agarsiisa! π΄
Yeroo tokko tokkommoo akka dhalli namaa waan tokko gochuu danda'uyyuu situ hojjetee agarsiisa! π΄
π19β€1
Forwarded from Barruulee
Abjuuma koo keessallee akkan sin agarreef jaalalli kee hirriba na hin qabsiisu! π
β€8π₯°1
Forwarded from Barruulee
Abshir jireenyi jiraachuurra hin caalu. Tokkittii jiraattu qajeeltootti jiraannaan ga'aadha. Kana olittis maal gochuu dandeessaree?! Homaa!
Namni jiraachuurra waan caalu maal caalu maal gochuu danda'aa?!
Hanga har'aatti dhala namaatiif sirriitti jireenya isaa jiraachuurra waan caalu gochuun hin kennamneefi!
Namni jiraachuurra waan caalu maal caalu maal gochuu danda'aa?!
Hanga har'aatti dhala namaatiif sirriitti jireenya isaa jiraachuurra waan caalu gochuun hin kennamneefi!
β€16π₯2
Isaan caalaa rakkina dandamachuu yoo dandeesse nii injifatta!
π10π2β€1
"Miidhaga yaadaa miidhama hin yaadani" jedhu abbootiin keenya yeroo mammaakan!
Milkaa'ina yaadaa jirta taanaan dhiphinaa fi rakkinni daandii irratti si mudatu hanga gammachuu milkaa'ina fuuldura kee jiruu sitti dhaga'amuu hin qabu!
@moufi
Milkaa'ina yaadaa jirta taanaan dhiphinaa fi rakkinni daandii irratti si mudatu hanga gammachuu milkaa'ina fuuldura kee jiruu sitti dhaga'amuu hin qabu!
@moufi
β€10π₯2π1
Abdii kutachaa jaarraa kana keessa injifachuun nii danda'amaa?
Deebiin isaa eeyyee yoo siif ta'e abdii kutadhu! π₯
@moufi
Deebiin isaa eeyyee yoo siif ta'e abdii kutadhu! π₯
@moufi
π₯°5β€2
Guyyaa wiixataa hin jaallattu yoo taate hojii kee geeddaradhu!
π€·ββοΈ
π€·ββοΈ
π₯°10β€2π2π₯1
Yeroo keetiin miti sammuu keetiin qarshii hojjedhu!
Naval π₯
Naval π₯
π13
Carraa jechuun hanga balbalichi siif banamutti obsaan rurrukutuu keessaa waan maddudha!
β€10π₯°2π1
Nama karaa sitti agarsiisu sin barbaachisu ija jabina si barbaachisa!
Naval π₯
Naval π₯
π₯10β€3π3
π₯°15