Telegram Web Link
Namichaatu Gabricha isaatiin mari'ate intala isaa eenyuuf akka khennu(nikaaha) hidhu🧖‍♀🧖

Gabricha :‐
● Yahuudaan Fuula laaltee khanniti.
● Nasaaraan Shanyii laaltee khanniti.
● Jahiliyyan Gabbaraa fi Gabbarti laalte khanniti
● Nabii fi Sahaabaan Ammo AMANTII laalani khennani
→ 4'n khanarra kha feeteef khennii ja'een

Dachiin bareedduun firii gaarii magarsiti ❤️

Dhaamsa kana share 🫵
@Mubarek54
@mubarek54
15👍3🥰1🤩1
SHEEKA KANA MEEQA kessantu beeka

Eega hidhamee waggaa dabre

Yaa Rabbi hidhaa baasi 💔!.

AMO. | mahmoud_al_hasant
25😢1
Rizqii wanti sirraa fageessu :‐

→ Subii booda rafuu
→ Salaata Laaffisu
→ If hifannaa heddumeysuu
→ istighfaara xiqqeysu

👇
Azhar. || AMO
23👍3🥰1
Furmaata Rakkoo hundaatiif

Password :‐ 24434
• subhii ‐ 2
• Zuhrii ‐ 4
• Asriiii ‐ 4
• Magrib ‐ 3
• ishaa'i ‐ 4

|| @mubarek54
28👍5
إنا لله وإنا إليه راجعون
Waggaa 7 nagaan biyya xiqqoo 🇶🇦 keessa jiraatee guyyaa 1tti biyti guddoon 🇮🇷 isa gurgurte



إن شاء الله Awwaalchi 🇶🇦tti taha
Qabsaa'aan kufuus qabsoon itti fufa ......

@mubarek54
💔16👍2
_Jaalalli isaa:
- Gaala boochifte 🐪
- Gaara sochoofte 🗻
- Quba keessaa bishaan roobeef 🌧️
- Addeessatu samitti baqaqeef 🌗
- Osoo jiru samii torba dabre ✈️
__Waggaa:
-25tti Fuudhe 💞
-40tti Ergame 😍
-53tti Biyyaa bahe 😞
-63tti Aakirame! 😭
Inni eenyu?!

|| @mubarek54
21🥰4👍1🤩1
Waa lama(2) sadarkaa
mu'umintootaa ol fuudha jedhan ;‐

¹ffaa」Uf gadi qabuudha/gadi godhatuu.
التواضع.
²ffaa」 Haajaa namaaf xumuruu/nama sitti hajame sana fedhii isaa guutuu.

❤️ @mubarek54
16
Rabbiin akkana jedha :‐

-• Ani akka na gabbartuuf si uume hin taphatin
-• Rizqii teetille siifmurteysee jiraa humnaaa ol hin dadhabin....(sababa qofa geysi Rabbi irratti irkadhu)
-• Rizqiin tee yoo xiqqaattes hin yaaddahin ; yoo heddummaattees hin gammadin.....
ما أكرمك يا رب 🥹❤️

Yaa Rabbi 🥺❤️
🎬 :‐ Ustz badru hussein

|| • @mubarek54
20🥰2👍1
Obsi .!❤️‍🩹
Hiyyeessi tokko akkana jedha;‐

➬ Ani hiyyummaa irraa kan ka’e miila qullaa deemuu kiyyaaf boo'aa ture...,garuu erga nama miila lama hin qabne argee boo'icha dhaabe.

|| @mubarek54
27👍2
Taqwaa


Intala tee nama Sodaa Rabbi qabuuf yoo khannite :‐
● Yoo isii jaalatee ni khabaja
● yoo isii jibbe ammoo isii hin miidhu

Amaanaan tee huggaas bakka arkatte ❤️‍🩹!.

Telegram || Tiktok
20
● Akka odeeffametti: Namni Salaatoowwanirratti Dawwame, Salaatoowwan sanu shan ka tahan Jama'aa waliin, Allaahaan (Jalla Jalaaluh) #Haala Shan isaaf kenna:

1ffaa. Dhiiphina Jiruu isarraa fudha (Jiruu Dhiiphoo hin Jiraatu).

2ffaa. Azaaba Qabrii isarraa fudha (Azaaba Qabriitirraa Nagaya Baha).

3ffaa. Kitaaba isaa Harka Mirgaatin kennama.

4ffaa. Akka Hangaasutti Siraaxarra dabra.

5ffaa. Herraggiin maleetti Jannata seena.
#Salaata_Adaraa

📖 Kitaaba Tanbihul Ghaafiliin keessaahi fudhame.

:‐ Hakim hassen

|| @mubarek54
16👍1
25:15

”Sila kanatu caalamoo Jannata yeroo hundaa ishee warri Rabbiin sodaatan baallamamantu caala?” jedhiin Isheen isaaniif mindaafi itti gala taateetti

@mubarek54
9
Seenaa tana mee dubbisi 💔❤️‍🩹

● Gaaf tokko Nabi nuuh (a.s) osoo deemu intala takkatti dhufee osoo booyaa jirtu itti dhufee maaltu akkanatti si boochisaa jedheen
○ intaltiniis :‐ Mucaa khiyyaatu narraa du'e osoo humaa hin arkin osoo jiruunuu maal akka taate hin bekin jetteen
● Nabi Nuuh (a.s) :‐ Mucaan khee amata meeqatti du'e ja'een
○ intaltiniis :‐ mucaan khiyya amata 300 qofa jiraate jetteen
● Nabi nuuh a.s:‐ Hay bar Zamana booda ummata nabi muhamed ﷺ tokko irraa hedduun isaanii amata 60 jiraatanii hay silaa gaafas jiraatte akkam gootaa ja'een
○ intaltiniis :‐ qoy yaa naabi nuuh (a.s) ummanni san akkamitti jiraatan mana numa jaarratanii jetteen , jireenya hoo numa jiraatanii jetteen
● Naabi nuuhiis a.s:‐ Ee fooqiihu ta ajaa'iba ta samii kheysa jirtu tana jaarratanii ilma ilmaa bira geysi

○ intaltiniis :‐ Ani wallahi osoo Gaafas jiraadhe Gaaddisa bareeda tokko laaleetumaan jalatti goree hangaan du'uu sujuudaan dabarsa jette

‐ Xiqqenya Zamanaa irraa akkas jette isaan biratti .....

‐ Addunyaa warri dur osoo jiraannee ibaadaaa malee inuma hin yaaddofnuuf je'an tanaaf maaltu si yaaddeysi ati obsi Qooda Rabbiin siif qopheyseetu duniya fi waan isii kheysaatiis siif caala.

|| @mubarek54
17👍4
Be patience ❤️‍🩹

@mubarek54
12
💞 Seenaa Bareedduu tana Dubbisi.

💜 Imaamtichi Guddaan Sufyaaniin ilma Uyeynaadhaa (Rahiimahullaah) ni je'e: Hishaam ilma Abdilmalikiitu (inni kun ilma mootiiti) Kaa'baa seene, Hugguuma seenu Saaliim ilma Umar (Radiiyallaahu Anhum) arge.

● Hishaam ibni Abdilmalik: Yaa Saaliim Haajaa tee na karadhu, je'een?

♡ Saaliim: Ani Allaah olaanaa taherraa niin Qaanfadha Mana Isaa keessatti waan Allaah hin taane kadhachuu, je'eeti deebisef.

● Hogguuma isaan lachuutu (Saaliimii fi Hishaam) gad bahani, Hishaam faana Saaliim jala deemeeti Saaliimin, "Ammaan tana Dhugatti gad baate jirtaati, haajaa tee na kadhadhu." Je'een.

♡ Saaliim: Haajaa Duniyaatirraahi moo tan Aakhiiraatirraahii, je'eeti gaafate?

● Hishaam: Haajaa Duniyaatirraahi, je'een.

♡ Saaliim: Akkas taatu na Dhagayi! Wallaahi aniin kun Abbaa isii qabuuhu Duniyaa hin Kadhanne, mee akkamittin Nama Duniyaa hin qabne kadhadhaa, je'eeti deebisef. #Allaahu_Akbar. ilma Namatirraa Duroomuu.

○ Kitaabni 📚 irraa fudhame (Kitaaba Haafiiz Ibnu Aasaakiir (Rahiimahullaah) Taariikha isaa keessaahi fudhame 20/64).

: Haka

@mubarek54
15👍1
Yaadadhu.... 😢

Ijoollee... Islaamummaan tuni akka akkanatti bareeddee isin bira geettuuf bar....!
هذا الدين كي يصلَ إليك؛

Fuula kabajamaa... fuula bareeda Ergamaa aalamaatti (SAW) tufamee jira...!
Abuu Bakriin (Radiyallaahu anhu) kopheedhaan akka dhoqqeetti dachee irratti dhiitamee jira ...!,
Mus'ab binu Umeyri nyaataa fi dhugaatii irraa lagamee... gogaan qaama isaa irraa quunca'ee akka bofni qola isaa keessaa bahu sanatti irraa bahee jira...!
Islaamummaa tanaaf bar...Bilaal (Radiyallaahu anhu) haadni morma isaatti godhamee... ijoolleen gabayaa keessa olii gadi harkisaanii turte....! ergasii aduu keessatti dhakaan dugda isaa irratti baachifamee azzabamaa tureera...!
Ijoolle... islaamummaan tuni nu haa geettuuf bar... Kabbaab binu Aratt ibiddaan gubamaa ture...
Jarana... amantiin Kuni qaaliidha... wareegama lubbuu namoota hedduu booda nutti dhaqqabe... maaf itti qoosna... maaf akkanatti laaffisna garuu.....! 👌

@mubarek54
13👍3
Sahaabaa Rasuulaa ﷺ keessaa Namni suuraa Baqaraa Raka'aa 1 keessatti xumuru eenyu..?
Anonymous Quiz
36%
Abubakr bn siddiiq RA
22%
Umar bn Khaxxab
12%
Maslama bn makhlad
22%
Mu'az bn jabal
7%
Hunda
21👍3
→ Gurbichi saalihaa tokko akkana je'e :‐ hedduu hin yaadin , istighfaara heddummeysi malee; istighfaarrii hulaa yaanni hin banne hunda banti!.

أستغفرالله
أستغفرالله وأتوب إليه
أستغفر الله العظيم الذى لآ إله إلا هو الحي القيوم وأتوب إليه
@mubarek54
13👍1
😊❤️

"Orma Dukkana keessa gara Masjiidowwanii Deeman Nuura Guutuun Guyyaa Qiyaamaa isaan Gammachiisi." Je'an Nabiin ﷺ

@mubarek54
17
« Namni sunnaa tiyya jiraachise , na jiraachise namni na jiraachise na jaalate namni na jaalate ammo jannata kheysatti na waliin taha »
محمد ﷺ
@mubarek54
17🥰5
2025/10/25 19:20:55
Back to Top
HTML Embed Code: