❤9👍2
Qur'aan 42:40
"Galanni hamtu hamtuma akka isheeti "
» Motumman 🇸🇾 ( suuriyaa ) ummata baqachiisaa ture amma garuu ofuma biyya biratti baqate !.
Dalagaa Rabbi Ajiib !!.
@mubarek54

👍11❤5
👉 Beekumsi Yoo Jiraate Waliigaluutu Jira.
● Iimaanni Yoo Jiraate Amaanaa Tiysuutu jira.
■ Ikhlaasni yoo jiraate Of Gad Qabuutu Jira.
□ Ihsaanni Yoo Jiraate Garaa Laafuutu Jira.
☆ Tawakkulli Yoo Jiraate Milkiitu Jira.
♤ Taqwaan Yoo Jiraate Amanamummaatu jira.

❤12
Assalamu aleeyka yaa saahibi.!
Maaliif akka faanti miila Nabiyyallaah #Ibraahim maqaama ka’abaa biratti dhagaa keessatti hafteef ni beeytaa ?
Sababa inni qalbii isaa Rabbiif laaffiseef ,Rabbiif kanneef jacha Rabbiin dhagaa miila isaa lamaan jalatti laaffiseef.!
Namni Tokkolleen Rabbi irra ka galata galchu hin jiru.
Nabiyallaah #Yuusuf yeroo inni akka gabraatti magaala keessatti gurguramee, badii Takkaan malee hidhaa seenetis obse ..Rabbiin Mootii misraa isa godhee sadarkaa isaa ol fuudhe.
#Saaraan sababa kiyyaaf jacha jaarsi kiyya ilmoo hin dhabin jattee oggaa #haajara kanniteef ..Rabbiin isiif bakka buusudhaaf isii dullomtee amata 99tti ilmoo kanneef.
Haajara oggaa Rabbi irra if keeyse jaarsi isii kophatti isaan lakkisee deemu argite ..Rabbiin nun hadiyyoomsu deem jatteen.!
Rabbiinis faanta mucaa isii jala bishaan zamzam baaseef.!
Oggaa isiin Rabbi irra if keeyse ..Soora isii qofa osoo hin taane ilaa hanga qiyaamaan dhaabbattu nama hunda wal gahu isiif kanne.!
Maashixaa fi joolleen isii wanni samii keessatti urgaawaniif ,Sababa fir’oownii zeeta danfaa keessatti isaan darbee foon isaanii Rabbiif jacha gubatee shurufkaawee Rabbiin samii keessatti isaan urgeeyse.
Rasulli ﷺ Yeroo Rabbiif jacha biyya isaa irraa bahee
Gama ‘makkaa’ laalee “Wallaahi ati na biratti irraa jaalatamtu biyyaati ,osoo ormi kee sirraa na baasu baatanii si keessa hin bahu ja’e.”
Rabbiin Amatuma Saddeet booda makka gama afraniinu akka seene harka isa jalatti deebisu isa godhe.
Gabaabse : Rabbii wajjiin naggada gaarii dalagadhu namni Rabbi irra galata siif galchu hin jiru.

❤10
Guyyaa Tokko beekuf jiraatta ..
Salaatni hirriba irra ka caalu ture..Ati immo ni rafte.
Qur’aana qara’uun Rabbi biratti sadarka siif ida’a ture ..Ati immo ni lakkifte.
Azkaara godhuun guyyaa keetiif barakhaa dabala ture..ati immoo ni hifatte.
Istikh-faarri rizqii teeti siif bal’isa ture..ati immoo irraa dagatte.
Hulaan Towbaa yeroo hundaahu banaa turte.. ati immoo booda aansite.
Diliin ati lakkiftu cufti sababa furmaata rakkoo teetiti turte..ati immoo dilii dalaguu keessatti daangaa dabarte.
Cufti ajajni Rabbii ka ati gootu jannatatti si dhiheesseeti ibidda irraa si fageeysa ture..ati immoo dantaa irraa dhabde.
♡♡♡♡♡♡♡

❤18👍1
Jiruu
Rabbii wajji eegali
Rabbii wajjin turi
Rabbii wajji Goolabi
https://www.tg-me.com/boost/mubarek54
Rabbii wajji eegali
Rabbii wajjin turi
Rabbii wajji Goolabi
https://www.tg-me.com/boost/mubarek54
❤16
Wantoonni sadi sammuu keenya keessa haa jiraatuu:
» Du’a jalaa miliquun akka hin jirre,
» Addunyaa kanarra Raahaan qofti akka hin jirre,
» dubbii ilma namaa jalaa nagaya bahuun akka hin jirre.

❤12👍2
» Jiruun Gabaabduudha
‐ Guyyaan tokko gaariidha
‐ Guyya tokko ammo hamaadha
‐ Guyyaan tokko siifi
‐ Guyyaan tokko sirratti
‐ Yoo ati Rabbitti amante , hariiroo gaarii Rabbi waliin qabaatte
‐ Guyyaan badaa fi gaariiniis » Alhamdulillah' dha
🎙Mufti menk

🥰15👍2
Diiin kun akka sitti dhaqqabuuf jacha :
Ergamaan Rabbii ﷺ dhagaadhaan biyya ‘Xaa’ifitti’ cafaqame.
Shi’ibii Abii xaalib keessatti amata sadi nyaatan malettu marfame.
Mataa isaa irra dilluu gaalaatu kaayame.
Maraataa ,falfalaa fi kijibaa isaan ja’an.
Guyyaa lola Uhud ilkeen isaa cabxeeti ,fuulli isaa madaawe dhiigni fuula isaa irra gad yaa’ee.
Yaahuudaa fi munaafiqtoonni isa irratti wal marihatan.
Eegana Summii intala yahuudaatin du’ee.
Diin kun gatiin isaa dhagaan cafaqamu ,beelawu ,
Sodaachu ,biyya jaalatu bahuu fi dhiiga ture.
Salaawatu Rabbii wasalaamuhu aleyhi !.❤️🥹
HIN HADIYYOOMSIN.!!

❤15👍1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Rabbin abdan si hin Ganu 🥹❤️🩹
Akkana jedha
2:152 Qur'an
«'Ana yaadadhaa; Anis isiniin yaadadhaaGalatas naaf galchaa; Nattis hin kafarinaa.'»
«'አስታውሱኝም፤ አስታውሳችኋለሁና ለኔም አመስግኑ፤ አትካዱኝም፡፡'»

Keep moving
Yoo bararu dhabde Fiigi
Yoo fiiguu dadhaabde deemi
Yoo deemu dadhabde shorroqi
Sochima kamuu kessatti deemsa itti fufi
@mubarek54
Yoo bararu dhabde Fiigi
Yoo fiiguu dadhaabde deemi
Yoo deemu dadhabde shorroqi
Sochima kamuu kessatti deemsa itti fufi
@mubarek54
❤11
2024 :
○ Galatoomi waa heddu na barsiifteef 「 Alhamdulillah」
2025 :
○ Ani Qophiidha 「 Bismillah」

👍7❤5
❤24👍1
Jiruun gaariidha yeroo namni waa'ee keeti waan tokko hin beekne
❤18
❤17👍1
Guyyaa tokko teyse galma gaheemi seeqataa as gahuun heddu ulfaata garu gaheemi jetta ❤️❤️🩹
@mubarek54
@mubarek54
❤17
Maatii kee jaaladhu , isaan hundinuu garagara garuu isaan hundinuu siifi..❤️
@mubarek54
@mubarek54
❤10
Dunyaa :»
• Nabi yusuf gatii rakasan kessatti gurgurame
• Nabi ibrahim boolla ibidatti darbame
• Naabi nuuh itti kijibsiifame
• Nabi musan sihriin himatame
• Nabi Muhamed ﷺ dhagaan itti cafaqame
Tanarra waan guddoo eyda ....Rabbi qofa amani itti irkadhu ..obsaaan isii bareechi ❤️🩹

❤12🥰5👍2
Irra bareeddu waan Rasuulli ﷺja'ee 🥰❤️
»»»»»
‐ Yaa faaxima hadhaa duniya tanaa obsi qananii aakhiraatiif
‐ gara jannataa laaleetiin irra hedduun isaan hiyyeeyyiidha
‐ yaa Umar guyyoonni khuniis ni dabra hin yaaddawin
‐ Namni na jaalate na waliin jannata keessatti taha
→ isa malee magantaa ka nuuf dhaaabatu hin qabnu salawaata irratti buusi

اللهم صلى وسلم وبارك على نبينا محمد
❤23👍1