Waan Qabanirratti Rabbi Galateeyffachuun Hicciti
Milkaa'inaati!

@Suhye_bi
@Suhye_bi
Forwarded from MAHER ZAIN☞ Official
Gad lakkifame jira seena daawadha jzk ahabaabi

Pls #like #share #subscribe nuf godhaa ahbaabi
彡• Horii eegee hin qabne, cirriin hin sodaattu.

彡• Bobbaa yoo tolan, gala tolan.

彡• Du’arraan baqadhatti, mana du’aa seente.
Forwarded from Muusaa Abubakar
Waa Sadi Namni Hunduu Qabaachuu Ni Hawwa !!!
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

1: Beekkumsa
2: Qabeenya
3: Fayyaa

• Waa Sadii Jaalalaan Qabachuutu Barbaachisa

1: Dubartii
2: Dhibamaa
3: Abbaa Taaytaa

• Waa Sadii Qalbii Nama Qabbaneessan

1: Bishaan
2: Miidhagina ykn Bareedina
3: ilillii

• Waa Sadii Kabajaa Namatti Godhan

1: Naamusa Gaarii
2: Arjummaa
3: Dhiifama Namaaf Godhuu

• Waa Sadii Gammachuudha

1: Qulqullina
2: Of Gad Qabuu
3: Miidhagina

• Yaa Rabbi Jiruu fii Jireenya Keenya Hunda Nuuf Bareechi

Barreeffama Kana Dubbisaa Share Waliif Godhaa

@alyaqiintube
@alyaqiintube
@alyaqiintube
Forwarded from Abdurazak Abdurahman
*Qabriin marraa 5 lallaba akkana jedha:*
╬═╬ ╬═╬ ╬═╬
Ani mana kophaati qur'aana taasifadhu saahiba kee .
╬═╬ ╬═╬ ╬═╬
Ani mana dukkanaati salaata halkaniitiin na ibsi
╬═╬ ╬═╬ ╬═╬
Ani mana biyyeeti taasifadhu firaasha kee dalagaa gaarii
╬═╬ ╬═╬ ╬═╬
Ani mana boofaati ballaqqisa baahadhu inni sunuu maqaa rabbiitii
╬═╬ ╬═╬ ╬═╬
Ani mana munkirii nakiri heddummeessi jecha shahaadaa lamaanii
╬═╬ ╬═╬ ╬═╬
Share godhi sababaa seensa kiyyaaf keetii tahu malaa jannata insha Allah

Osoo share hin godhin dura
* bismillahi arrahmaani arrahiim jedhi*
(Risaalaa akkanaa tana akka namarra naannoftu taasisii ajrii isii fudhadhu , waan duniyaan dhabamtuu taate)

Du'aa'ii tana nama meeqatu share godha ?
*( yaa rabbi haadha tiyya dubartoota jannataa irraa taasisi )*
*( Abbaa kiyyas ollaa nabiyyii keenaa muhammad ﷺ jannatatti )*

Namni dubbisee geesse hundinuu share godhi grouppii sibira jiru hunda keessatti sifayyaduu hin ooltuu aakiraa tee keessatti.

Waa shanan tana itti fayyadami
........................................................
☞1- Kana bektaa
Hoggaa azaanamu arraba keessan hin sochoosinaa du'aa'iin malee hanga azaanni xumuramutti , share godhi namni biraa hin beekuu.↓

☞2-Kana hoo bektaa
Eessa kaayamti diliin tee hoggaa ati salaattu ?*
Ergamaan rabbi 🍃S A W🍃 akkana jedhan gabrichi yoo salaatuuf qophaahu dilii isaa hundaa baahatee dhufa mataa isaatii fi gurmuu isaatirra kaahamti yeroo inni ruku'a bu'e yookaa sujuude isarraa buuti )*

☞Yaa nama rukuu'aa fi sujuuda ariifachiiftu sujuuda keetii fi ruku'a keetis dheeressi haga dandeessu akka sirraa buutu diliin ifin dabarsin ajrii kana "

Namni ilmii diinii takka beekee isii nama hin barsiisin guyyaa qiyaamaa ni gaafatama "*

*Kana hoo bektaa
Intalti gaariin takka duutee wayta qabrii isii bira dabran hundaa foolii akkaan urgooftu suufan jaarsi isii akkana jedhe isiin yeroo hundaa suuraa almulki qara'uu hin dhiiftu osoo hin rafin dura atis isii qara'i isiin azaaba qabrii irraa najaa nama baaftii nama jaalattuuf himi ani waan sijaaladhuuf sii himee .*

☞Kana hoo bektaa
Yoo aayatal kirsiyyii qaraate salaata hunda booda jidduu keetii fi jidduu jannataa du'a qofatu jira .* 👇

☞Kana hoo bektaa !
Hoggaa salaata xumurte hin ariifatin waa xiqqo turi sababaan waan malaa'ikaan siif kadhattuufi rabbii kee biratti. *

*_If biratti qabdee hin taa'iniin ilmii keyrii mindaa ittiin argattu
☞ilmii kheyrii mindaa irratti argattu ifbiratti qabdee hin taa'iniin
>><<>><<
Sakandii 20 keessatti qormaata qabda
↪️Sheyxaana kee qormaati
Sheyxaana injifatuu beekuu barbaaddaa ??
Ergaa tana ergi nama hundaaf eega dubbistee ni agarra mee yoo Sheyxaanni dhaabuu dandahe Subhaanallaahi wal hamdu lillaahi walaa ilaaha illallaah wallaahu akber walaa howla walaa quwwata ilaa billaahii

Allaahummaa salli wabaarik alaa sayyidinaa wanabiyyinaa muhammad aleyhissalaatu wasallam
Subhaanallahi wabi hamdih adada kalqihii waridaa nafsihii wazinata arshihii wamidaada kalimaatih
Astaghfurulahil aziim
Laa ilaaha illallaah muhammad rasuulullaah
Share godhi amma hin turin haga guyyaan qiyaamaa dhuftutti hasanaata fakkeenya gaaraatu siif jiraa
Waan ati sababaa taateefi zikrii rabbii nama yaadachiisuu Keessatti ...

Alhamdulillah ani ufirraa ergee jira gara kiyyaan
👉Yoo rabbii kee jaalatte 💔message hin cufin yoo ergite malee nama kidmaatti dabalame3hundaa/
Laa ilaaha illallaah muhammad rasuulullaah /
Laa ilaaha illallaah muhammad rasuulullaah /
Laa ilaaha illallaah muhammad rasuulullaah /
Na dhugoomsi guyyaa ati erguu hawwitutu dhufaa😭
🌷Astaghfurullaahil aziim
... ... ... ... ... ... ... ... .... ... ... ... .
1. Wɑ sɑdii eegii
biyyɑ
hɑɑdhɑ
ijɑ

2. Wɑ sɑdiif qophɑɑ'i
dirqɑmɑ sitti lɑɑtɑmu
beekumsɑɑf
gɑɑ'ilɑɑf

3. Wɑ sɑdii kɑbɑjjii
wɑɑdɑɑ ke
hiryɑɑ ke
gɑɑ'ilɑ ke

4. Wɑ sɑdii too'ɑdhuu
Arɑbɑɑ ke
dɑllɑnsuu ke
miirɑ ke

5. Wɑ sɑdii dinqisiifɑdhu
bɑreedinɑ
jireenyɑɑ
uumɑmɑɑ

6. Wɑ sɑdii jibbii
komii
inɑɑffɑɑ
hɑmeenyɑ

7. Wɑnti sɑdii bɑyyee si bɑrbɑɑchisuu
Amɑntɑɑ
Abdii
jɑɑlɑlɑ

🙏 yeroo Gɑɑrii

🌺 @muddassirmohammed 🌺
Watch "Nashiidaa Akka malee namatti toltu dhageyfattu malee bira hin dabrin" on YouTube
https://youtu.be/0MfTpmtMXuY
We're talking about MARKAZU 📚ABUU HUREYRAA🕋QURAAN 🅰️FI 🕋HURUUFAA 📚SHURUUXA 📚SALAATAA/ Saatii)1: 4 9 :12. Click the link to join us!https://s.imoim.net/LPQblh?from=copy_link
2024/05/18 18:06:22
Back to Top
HTML Embed Code: