๐ โโโใโ๐โใโโโ๐ 
Assalaamu alaykum worahmatullaahi wobarakaatuhuu๐ฅโค๏ธ
 
๐ โโโใโ๐โใโโโ๐
Kabajamtootaafi jaalatamtoota obboleeyyan koo kanneen fagoof dhihootti argamtan hundumtuu bakka jirtanutti nagaaf rahmanni rabbii isin woliin haa jiraatu jechaa channel kiyya haaraya join gochuun ergawwan garaa garaa qur'aana,hadiisaafi jechoota salafaa ammas bifa walaloo adda addaatiin hordofuu akka dandeessan isiniif ibsaa gamanumaa ofiif channel kiyya #join gootanii hiryoottan keessaniifis #share akka gootan kabajaan isin gaafadha.
@muyaka_1 @muyaka_1

๐ โโใโ๐โ ใโโ๐ ๐ โโใโ๐โใโโ๐
โSheekul Islaaam Ibnu Teemiyaan akkas jedhu:~
"Gaachanni guddaan qalbii ilma namaarraa shayxaanaafi jeequmsa isaa ittisu zikriidha. Qalbii rabbiin yaadachuudhaan ijaaramte shayxaanni itti seenuu sodaata. Ilmaan aadam gaafa zikriirraa gara galanii qalbii jaraa ona taasisan karra guddaa shayxaanaaf ofitti banani jechuudha."
Dhaamsa qalbiif dawaa ta'an qur'aanaaf hadiisa ammas jechoota salafaarraa kan fudhataman channel telegram kiyya haaraya #join gochuun hordofuu dandeessu.
#Muaz_Yakub_Official
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
https://www.tg-me.com/muyaka_1
https://www.tg-me.com/muyaka_1
https://www.tg-me.com/muyaka_1
Obboleeyyan keessaniifis share gochuu hin dagatinaa.

๐ โใโ๐โ ใโ๐ ๐ โใโ๐โ ใโ๐ 
Ibnul qayyi Al Jawziin akkas jedhu:~
๐ฟGuyyaa qiyaamaa yeroo mindaan dalagaa illmaan namaa hundatti mullifamtu hojiiwwan gaggaarii keessaa mindaan zikriidhaa hunda caaltee argamti. Gaafa sana ilmaan namaa haala gaddaniin hojii ๐ฟzikrii๐ฟ caala salphaa ta'e hin argine ture jechuun dubbatu.
                  
๐ฟZikrii๐ฟ heddummeessuun mindaa guddoo rabbiin bira kaayyachuudha waan ta'eef of dagachuun hin barbaachisu.
โDhaamsa qalbiif dawaa ta'an qur'aanaaf hadiisa ammas jechoota salafaarraa kan fudhataman channel telegram kiyya haaraya #join gochuun hordofuu dandeessu.โ
#Muaz_Yakub_Official
๐ ๐ ๐
https://www.tg-me.com/muyaka_1
https://www.tg-me.com/muyaka_1
https://www.tg-me.com/muyaka_1
Obboleeyyan keessaniifis share gochuu hin dagatinaa.
๐ ใโ๐โ ใโ๐ ๐ ใโ๐โ๐

โโใโ๐โ ใโโ๐ ๐ โโใโ๐โใโโ๐
โSheekul Islaaam Ibnu Teemiyaan akkas jedhu:~
Gabrichi tokko wol-qixxummaa rabbiitiif tola ooltummaa isaa sirriitti beekuutu isarra jiraata.
Rabbi nama tokko hin miidhu, eenyuunillee ta'u badii isaatiin alatti hin adabusi. Rakkinni rabbiin biraa gabricha tokkoof dhufte haqummaan kan guutamte obsa nama sanaa adda kan baastudha, tolli rabbiin biraa gabrichaaf kennamtus gaarummaadhuma isaarraati.

โโใโ๐โ ใ๐ ๐ ใโ๐โใโโ๐
#SHAMARRAN_AFUR(4)
Qalbii nama muslimaa tokko kessa shamarran afurtu jiraatti: [Haadha(harmee), Haadha manaa(jaartiisaa), Obboleettii fi Intala]
โซ๏ธKan jalqabaa jaalalti isiidhaa jaalala rabbiirraati.
โซ๏ธKan lammataa kabajaan isiidhaa ergaa rasuulaati.
โซ๏ธKan sadaffaa firummaa isii fufuun tola itti ooluun barakaa siif argamsiifti.
โซ๏ธKan afraffaa guddisa isii tolchuun gama jannataa si oofti(geessiti).
โคด๏ธJara kana hundaafuu yoo ati tola oolteef Rabbis tola sitti oola kanaafuu afran jaraatiifuu tola ooluu hin dagatin.
โDhaamsa qalbiif dawaa ta'an qur'aanaaf hadiisa ammas jechoota salafaarraa kan fudhataman channel #Muaz_Yakub_Official jettu #join gootanii hordofuu dandeessu.โ

Muaz Yakub Official pinned ยซโโใโ๐โ ใ๐ ๐ ใโ๐โใโโ๐                   #SHAMARRAN_AFUR(4)  Qalbii nama muslimaa tokko kessa shamarran afurtu jiraatti: [Haadha(harmee), Haadha manaa(jaartiisaa), Obboleettii fi Intala]  โซ๏ธKan jalqabaa jaalalti isiidhaa jaalala rabbiirraati.  โซ๏ธKan lammataaโฆยป
  ๐โโใโ๐โ ใ๐ ๐ ใโ๐โใโโ๐
#YEROO_SALAANNI_GUUTAMTUโค
โYoo gammachuu dhabuun sitti dhaga'amte.....
Beeki sumatu akka gaariitti salaatuu dagate๐ฅ๐
Salaataan boqachuuf salaatarraa boqachuun wol adda. Qalbiin hordofii lameen keessaa kam akka hojjataa jirtu adda baafadhu.
Yoo shayxaanni salaata keetirraa si jarjarsellee wontoonni ati barbaadduufi argachuuf dhamaatu hundisaatuu to'annoo gooftaa tokkicha ati fuulasaa dura dhaabachuu gabaabsaa jirtuu harka jira kan sii kennuuf kan si dhorgus isuma ta'uu hubadhu.
Rabbiin jaalalasaa nuuf haa kennu, fuula isaa dura dhaabachuus nuuf haa laaffisu.
โDhaamsa qalbiif dawaa ta'an qur'aanaaf hadiisa ammas jechoota salafaarraa kan fudhataman channel #Muaz_Yakub_Official jettu #join gootanii hordofuu dandeessu.โ
#Muaz_Yakub_Official
๐ ๐ ๐
https://www.tg-me.com/muyaka_1
  #YEROO_SALAANNI_GUUTAMTUโค
โYoo gammachuu dhabuun sitti dhaga'amte.....
Beeki sumatu akka gaariitti salaatuu dagate๐ฅ๐
Salaataan boqachuuf salaatarraa boqachuun wol adda. Qalbiin hordofii lameen keessaa kam akka hojjataa jirtu adda baafadhu.
Yoo shayxaanni salaata keetirraa si jarjarsellee wontoonni ati barbaadduufi argachuuf dhamaatu hundisaatuu to'annoo gooftaa tokkicha ati fuulasaa dura dhaabachuu gabaabsaa jirtuu harka jira kan sii kennuuf kan si dhorgus isuma ta'uu hubadhu.
Rabbiin jaalalasaa nuuf haa kennu, fuula isaa dura dhaabachuus nuuf haa laaffisu.
โDhaamsa qalbiif dawaa ta'an qur'aanaaf hadiisa ammas jechoota salafaarraa kan fudhataman channel #Muaz_Yakub_Official jettu #join gootanii hordofuu dandeessu.โ
#Muaz_Yakub_Official
๐ ๐ ๐
https://www.tg-me.com/muyaka_1
๐ ใโ๐โ ใ๐ ๐ ใโ๐โใ๐
#TAABOTA_DHOKATAA
โHasan Al Basriin..... daguu gabbarsuu rabbii keessatti uumamu gadi fageessanii ilaaluun wontoota osoo hin beekamin rabbii gaditti gabbaramaa jiran yeroo ibsan akkas jechuun dubbatu.......๐
"Ummata hundaafuu taabota rabbiin alatti gabbarantu jira, taabonni ummata kanaa yeroodhaaf maallaqa."
๐คฒ Rabbi nama yeroof maallaqa gabbaru kan yerootti amanuuf maallaqa jala fiigu jaraaf jiraatee jarumaaf du'u nun taasisin.๐คฒ

Forwarded from ๐กIbn Temam-Official ๐
ุนู ุนุจุฏ ุงููู ุจู ุนู
ุฑู ุจู ุงูุนุงุต ุฑุถู ุงููู ุนููู
ุง ุฃู ุงููุจู ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู
 ูุงู : ( ุฎูุฑ ุงูุฏุนุงุก ุฏุนุงุก ููู
 ุนุฑูุฉ ุ ูุฎูุฑ ู
ุง ููุช ุฃูุง ูุงููุจูููู ู
ู ูุจูู : ูุง ุฅูู ุฅูุง ุงููู ูุญุฏู ูุง ุดุฑูู ูู ุ ูู ุงูู
ูู ุ ููู ุงูุญู
ุฏ ุ ููู ุนูู ูู ุดูุก ูุฏูุฑ ) ุฑูุงู ุงูุชุฑู
ุฐู ( 3585 ) ูุญุณูููู ุงูุฃูุจุงูู ูู " ุตุญูุญ ุงูุชุฑุบูุจ " ( 1536
hadiisa Abdallaahii ibnu Amri irraa odeeffame kanaan nabiyyiin keenya(Alyhissalaatu wossalaam) akkas jedhan
"Irra caalaan du'aa'ii du'aa'ii guyyaa Arafaati, irra caalaan du'aa'ii aniifi nabiyyoonni na duraa jennee " Laa ilaaha illallaahu wahdahuu laa shariika lahuu lahul mulku walahul hamdu wohuwa alaa kulli shay'in qadiir"
Hadiisni kun sadarkaa guyyaan Arafaa qabuufi sadarkaa kalimaan tawhiidni qabuufi jechi tawhiidaa kun du'aa'ii isa irra caalaafi jabaa ta'uu Isaa argisiisa.
Kanaaf namni rabbiin isaaf laaffisee dachii Arafaa dhaabates ta'ee kan hin dhaabbatinis guyyaa arafaa, guyaa sadarkaa guddaa qabu kanatti fayyadamuun khayrii hojjachuun haa dabarfannu.
Rabbiin nama khayrii guyyaa kanaa iraa fayyadamu nu haa taasisu. kalimaa tawhidaa kanas qabiyyee isii nama sirriitti hubatee, isii irratti jiraatee isii irratti du'u nu haa godhu.
โ Abduljawaad Tamaam
https://www.tg-me.com/amirtemam1
  
Telegram
  
  ๐กIbn Temam-Official ๐
  Odeeffannoo haarawa Gorsa gaggabaabo  Nashidaalee walaloo Jecha Beektotaa, salafootaa seenaalee, garaa, garaa afaan oromootiin Argachuuf chaanaalii kana join godha. Maatii keenya taha.
  --> Muhammad <--
ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู
--โ-โค โค-โ--
Lubbuun hunduu
Gara nabiitti qajeeluu
Ragaan qaba kanaaf
Kan maraafuu galu
Ragaankoos beektota
Jarreen ulamootii
Muhammad waamamnaan
Ijji imimmaan buufti
Muhammad jechuun kana
Abbaan qajeeltumaa
Isuma ergamaan
Rasuulli aalamaa
Walaloo qofaa miti beekumsas woliif haa qoodnu.
Walaloo mimmiidhagoo ta'an argachuuf๐
-------->@muyaka_1 <--------
-------->๐น๏ธ๐ท๏ธ โ๏ธโโโโ๐ ๐ถ๏ธ๐ธ๏ธ<--------

Numarra Marmaarti.....
Siyaasni bara hundaa
Durirraa yoo lakkoofte
Kan gamaaf kan gamasii
Nurraa mudhii murte....
Buqqaanaan kan ilaallu
Bahaanis lammii keenya
Kaabaanis nu mudate
Kan bara as dhiheenyaa....
Hammarreessi dheengadda
Madaansaa nu laalesse
Kaabatti tarkaanfatu
Wolloodhaan nu bobeesse....
Callisuuf karoorfadheen
Dadhabee ifa baasa
Reebicha muslimtaat
Garaakoo na madeessa
Wolloo dachiin ilmii
Kaazeenaan beekumsaa
Buqqa'ee rakkannaan
Maaliifan callisa?
Wolloon dhiiga kooti
Adamsituu diinaa
Gargaarree qubsiisuun
Numaafuu ulfina!
  Siyaasni bara hundaa
Durirraa yoo lakkoofte
Kan gamaaf kan gamasii
Nurraa mudhii murte....
Buqqaanaan kan ilaallu
Bahaanis lammii keenya
Kaabaanis nu mudate
Kan bara as dhiheenyaa....
Hammarreessi dheengadda
Madaansaa nu laalesse
Kaabatti tarkaanfatu
Wolloodhaan nu bobeesse....
Callisuuf karoorfadheen
Dadhabee ifa baasa
Reebicha muslimtaat
Garaakoo na madeessa
Wolloo dachiin ilmii
Kaazeenaan beekumsaa
Buqqa'ee rakkannaan
Maaliifan callisa?
Wolloon dhiiga kooti
Adamsituu diinaa
Gargaarree qubsiisuun
Numaafuu ulfina!