🌬c̻̪͆h̻̪͆a̻̪͆n̻̪͆n̻̪͆a̻̪͆l̻̪͆o̻̪͆o̻̪͆t̻̪͆a̻̪͆ a̻̪͆f̻̪͆a̻̪͆a̻̪͆n̻̪͆ o̻̪͆r̻̪͆o̻̪͆m̻̪͆o̻̪͆o̻̪͆ a̻̪͆c̻̪͆c̻̪͆o̻̪͆u̻̪͆n̻̪͆t̻̪͆i̻̪͆ t̻̪͆e̻̪͆l̻̪͆e̻̪͆g̻̪͆r̻̪͆a̻̪͆m̻̪͆ k̻̪͆e̻̪͆s̻̪͆s̻̪͆a̻̪͆a̻̪͆n̻̪͆ k̻̪͆e̻̪͆s̻̪͆s̻̪͆a̻̪͆a̻̪͆ j̻̪͆i̻̪͆r̻̪͆a̻̪͆a̻̪͆c̻̪͆h̻̪͆u̻̪͆ q̻̪͆a̻̪͆b̻̪͆a̻̪͆n̻͆
🌬⚡░y░░o░░u░░r░ ░j░░o░░i░░n░ ░n░░o░░w░
¿P͓̽r͓̽e͓̽s͓̽e͓̽n͓̽t͓̽e͓̽d͓̽ B͓̽y̽ @Abpromotin͓
🌬⚡░y░░o░░u░░r░ ░j░░o░░i░░n░ ░n░░o░░w░
¿P͓̽r͓̽e͓̽s͓̽e͓̽n͓̽t͓̽e͓̽d͓̽ B͓̽y̽ @Abpromotin͓
📍📍📍📍📍📍📍📍📍📍📍📍
🔝 Top Oromo channels
🔝 You must join now📲
⚫️🔴⚪️⚫️🔴⚪️💯💯💯🆒🆙🆓
🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟
@oromobeauty
Suuraalee oroomoo babbareedoo📸
🌟🌟🌟🌟🌟
@orocul
Aadaa fi seenaa oromoo guddisuu📚
🌟🌟🌟🌟🌟
@orotechofficial
Oromoo teknooloojii faanaa tarkanfachiisuudhaf🛰
🌟🌟🌟🌟🌟
@ijoolleeoromoo
Asoosama fi seenaa oromoo📝
🌟🌟🌟🌟🌟
@Techniciantutorial
Waa'ee techninoloojii fi hack 💻
🌟🌟🌟🌟🌟
@oromopromotion 📢
Channel fi group oromoo beekkamoo argachuuf📣
🌟🌟🌟🌟🌟
@Oropromobot 📡
Channel fi group beeksifachuuf
🌟🌟🌟🌟🌟
📍Power by @oromopromotion
🆘 @oroboss

🌎🌍🌏🌍🌎🌍🌏🌎🌍🌏🌍🌎
🔝 chaanaalota beekkamoo odeeffannoo wayitawaa ta'an, waa'ee teekinoolojii, bashannanaaf, seenaa ....💯 argachuuf JOIN godhaa
⚫️🔴⚪️✅✅✅✅✅✅⚫️🔴⚪️
🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟
@oromobeauty
Suuraalee oroomoo babbareedoo📸
🌟🌟🌟🌟🌟
@seeqaa
Bohaartiif, kolfaaf 😂🤣

@abbaalataa
Qoosaa adda addaa 😃😁
🌟🌟🌟🌟🌟
@oromopromotion 📢
Channel fi group oromoo beekkamoo argachuuf📣
🌟🌟🌟🌟🌟
@Oropromobot 📡
Channel fi group beeksifachuuf
🌟🌟🌟🌟🌟
📍Power by @oromopromotion
🆘 @oroboss contact me

🔝🎈🔝🎈🔝🎈🔝🎈🔝🎈🔝
Group oromoo beekkamoo
Armaan gadii JOIN godhaa
🌺🌸🌺🌸🌺🌸🌺🌸🌺🌸🌺
@qubeegeneration ®
Oromoon hundi koottaa waliin haa taphannu wal haa barru
@ijoollee_oromoo 🌟
Finfinnee handhuura
Oromiyaa jechuun maqaan maal nuuf godhaa
Erga hin dubbatamne
Afaan saba guddaa
Afaan oromoodhaa
@mettu_university 🎓
Barattoota oromoo mettu university hundaaf
@KFOromo ⚫️🔴⚪️
Deeggartoota kfo
@iyyesuusgooftaadha ✝
Hordoftoota amantaa kiristaanaaf
@oromopromotion 📣
Our channel
@oroboss ✍ contact me

Øro ßøní kā🔝💯❤ via @like
NYAATA AADAA OROMOO!!
Ummanni Oromoo nyaata aadaa baayyee qaba.
Ummanni Oromoo baayyee fi lafa ballaarra kan
jiraatu waan ta'eef naannoo adda addaatti
nyaata adda addaatu jira. Kan bukkeetti nyaanni
Oromiyaa maratti beekkamus baayyetu jira.
Nyaata aadaa Oromoo ballifnee bakka lamatti
qooduu dandeenya: nyaata yeroo hunda
nyaatamu, fi nyaata akk addaatti nyaatamu.
Nyaata yeroo hunda nyaataman kan jedhaman
nyaata ummanni Oromoo gannas ta'ee bona,
birraas ta'ee arfaasa nyaatu, kan yeroo baayyee
mana keessatti qophaawu jechuu dha.
Fakkenyaaf, buddenaa baadudhaan/ittoodhan
nyaachuu, akaawwii, buddena/maxinoo
aannaniin/itittuun nyaachuu fi kkf. Nyaanni akka
addaatti nyaatamu nyaata yeroo baayyee hin
qophhofne fi kan akka addaatti yeroo muraasa
qofa qophaawu. Akka fakkeenyaatti, ancooteen
nyaata ayyaanarratti nyaatama. Nyaanni akka
cuukoo, qorii, gorsoddoma, fi kkf ammo yeroo
fira dubbisuuf deeman kan firaaf/nama
jaalataniif fuudhanii dhaqani dha. Nyaanni
akkasii kun mana keessatti maatin akka
nyaatuuf baayyee hin qophaawu.
Nyaannii aadaa Oromoo baayyeensaa dhadhaa
of keessaa qaba. Kun immoo Oromoon loon
waan sirriitti qabuuf, dhadhaadhaan nyaata isaa
miyeessee nyaata.
Nyaata aadaa Oromoo beekkamaan keessaa:
↓→↓
♦Waaddii - foon muramee ibiddarratti
waaddame
♦Ancootee - nyaata baayyinaan Oromiyaa
Dhihaa naannoo Wallaggaatti beekkamu
♦Baaduu - aannan raasanii dhadhaan erga
irraa bahee booda baadun nyaataaf oola.
♦Marqaa - ummata Oromoo biratti marqaan
baayyee jalatamaa dha.
♦Caccabsaa - maxinoo kukkutyanii dhadhaa
baqsanii itti naquun qophaa'a
♦Qoocco - Qooccoon baayyinaan Oromiyaa
Dhihaa naannoo Wallagga keessatti
beekkamaa dha. Kun qoccoo kan ummata
Guraagee biratti baayyinaan beekkamu sana
miti.
♦Ittoo - Ittoon waan adda addaarraa
qophaa'a: muduraa, foon, midhaan ittoof ta'u
kan akka baaqelaa, daangulee, gaayyoo irraa
qophaa'a
♦Buddeen (Buddeena) - buddeenni nyaata
ummanni Oromoo yeroo baayyee nyaatu yoo
ta'u ittoo ykn baadudhaan nyaatama.
Chuukkoo - wallaggatti baayinaan qopha'a ♦cuukkoon garbuu daakuu dhadhaa bassaan bukkeeffamee soogiddaa itti makuun kan qophaa'uudha.
♦Cororsaa - Cororsaan baayyinaan Oromiyaa
Dhihaa naannoo Wallagga keessatti nyaata
jaalatamaa dha.
♦Qorii - baayyinaan akaawwii garbuurraa
qophaa'a
♦Cuukkoo - Cuukkoon garbuu fi dhadhaarraa
qopha'aa. Cuukkoon nyaata baayyee
jaalatamaa dha.
♦Gorsoddoma - kun naannoo Shawaa
Dhihaatti (Gindabarat) nyaata beekkamu yoo
ta'u qamadii irraa qophaa'a!
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Waan dubbiftaniif galatooma!
Yaada keessan nuuf hiruu hin dagatinaa!!
Konkolaataanuu mootora malee hin socho'uu. Kanaaf yaada nuuf laachuun nu jajjabeessuun nuuf mootora tauu hin dagatinaa.
Aadaa oromoo walin wal haa barsiisnu, Haa guddisnuu!!!
Yaadaaf @yomi_boss
👍like and share
Biroo obboleessa keen gahi innis haa baruu
Mee misensummaafis afeeri @orocul

Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Øro ßøní kā🔝💯❤ via @like
#Waaqeffannaa
Waaqeffannaan sirna amantii Waaqa tokkichatti
amanuu fi lubbu qabeessi hundi isaan
uummamuu fudhachuu dha. Waaqeffanaan
amanii sanyii Kuushi hundaa ti, Oromoos
dabalatee. Oromoonni waggaa kuma
hedduudhaaf waaqeffannaatti bulaa turan.
Ayyaana
Akka Waaqeffannaatti, uummama hundaaf,
Waaqni Ayyaana kenneeraaf. Ayyaanni Waaqaa fi
uumama gidduutti akka riqichaatti ilaallama,
akkasumas fedhii Waaqaa akka isaanitti
agarsiisuutti fudhatama. Ayyaantuun nama
Ayyaana wajjin dubbachuu danda'uu fi
amantoonni seera, duudhaa fi qabeenya Waaqaa
akka eeganiif geggeessummaa kennani. Waaqni
uumamuu fi jiraachuu Ayyaana, lubbu-
qabeessaa fi lubbuu-dhabeessaa, wantootaa fi
al-wantoota hundaa too'ata, akkasumas
madaallii Waaqaa fi lafaa sirreessa.
Waaqeffannaa keessatti, Waaqayyoo namoota
waliin kan walqunnamu karaa ayyaanaati.
Dureewwan amantii akka bakka bu’oota
Waaqaatti ilaalamu. Akka Waaqeffannaatti,
Waaqayyo ayyaanota kana laggeen, tulluuwwanii
fi mukkeen guguddoo keessa kaa’eera. Kanaaf
bakkeewwan ayyaanonni jiraatan lafa
eebbifamoo fi kabajamoo jedhamanii amanamu.
Bakkeewwan eebbifamoon kunneen bakkatti
namoonni amantii itti gaggeeffatan,
wareeggatanii fi Waaqa itti kadhataniidha.
Jila
Ayyaaneffataa Oromoo keessatti, ayyaanota
amantii baay'eetu jira.
Ammachiisa/Moggaasa
Barruu Guddaa Moggaasaa
Ammachiisa guyyaa itti daa'ima reefu dhalatte
maqaa moggaasanii fi eebbisani. Kunis maqaa
moggaasaa jedhama.
Booranticha
Boorantichi (Nabi/Booranticha) Ayyaana warri
abbootii (ayyaana dhiira warra mana bahee)
waggaa keessatti yeroo tokko akka amantiitti
maatiin ykn balballi tokko qe’ee angafaatti
walgahee kabajudha. Guyyaa kabajaa ayyaana
kanaa mijuu fi dhangaan qophaahu gosa adda
addaatu jira. Yeroo fi akkaataan itti kabajamu
naannoo naannootti xiqqoo addummaa
qabaatus jifuu fi duudhaan guutamuu qabu
tokkuma.
Ateetee
Barruu Guddaa Ateetee
Ateeteen ayyaana haadhaati. Ayyaana dubartii fi
hormaataati. Oromoon kan dhugeeffatu,
Ateeteen ayyaana sanyii fi hormaataa kan
dubartiin facaafattu. Dubartiin ayyaana kana kan
facaafattu ayyaanni haadha ishee, isheefis tolee
akka dhala ishee qajeeluuf uumamaan Waaqa
kadhatti. Ateeteen Saddeetatti kabajamti.
“Saddeettan Ateetee jedhama”. Kana jechuun
waggaa lamatti al tokko kabajamti. Birraa
keessa ykn yeroo midhaan (jarmiin) alaa walitti
qabamee galu, ykn Arfaasaa yeroo roobni
roobee margi dagaagee loon quubse, ykn yeroo
sanyiin faca’uu jalqabu ta’a. Ateeteen Loon
mataa ishii qabdi. Loon Ateetee jedhamu.
Dhadhaa finnan loon sanaatiin sirna Ateetee
bulfatu. “Waan hundi Faanshoo Ateeteeti” jedhu’
Ateeten ayyaana hormaataa haa taatu malee,
irra jireessi Ishii bal’inaan aadaa calaqqisiisa.
Wadaajo/Wadaaja
Wadaaja jechuun firummaa, aantummaa, wal
mararfachuu, walii yaaduu, walii birmachuu
jechaadha. Kanas warra ykn maatii tokkotu
bulfata. Guyyaa kana ayyaantuu warra dhahaa fi
faaruu ayyaana kanaa beekan afeeruun Waaqa
isaanii kadhachaa, faarfachaa, galateeffachaa
bulu. Ayyaanni kun bakka tokko tokkotti
ayyaana ” jaalaa” ni jedhama. Ji’a ji’aan ta’uu
danda’a, Waggaatti ala lama ykn tokkos ta’uu ni
danda’a.
Ayyaana Irreecha Malkaa fi Tulluu
Irreechi sirna aadaa Oromoo gamtaadhaan
tulluu fi malkaa irratti ba’anii waaqa kadhatanii,
faarfatanii fi galateeffatan. Karaa biraatiin
Irreecha yemmuu jennu hiika (yaada) birootis
niqaba. Kunis marga ykn coqorsa sirna
ayyaaneffannaa tokkoof ykn araaraaf yoo
deemamu harkatti qabatamus ni ibsa.
Akkasumas hiikoo gara warra waa beeku bira
deemanii namaaf himamu tokkoof kaffaluu
(galchuu) ta’uu danda’a. Akkasumas Irreessa
jechuun aangessuu jechuus nita’a. Ayyaanni
Irreechaa waggaatti yeroo lama Birraa fi
Arfaasaa kabajama.
Taaboree/Ukee
Ayyaanni kun ayyaana ijoollee dhiiraa kan ganni
isaanii waggaa 16 gadii ta’an waggaatti altokko
kabajani. Guyyaa ayyaana kanaa mijuu fi
cunqoo qophaa’eef erga soorratanii eebbifatanii
booda dirreetti waliin bahuun Qaccee dhukaasu
ykn wallaansoo taphatu. Yeroo fi akkaataan
ayyaanni kun bakka adda addaatti kabajamu
gargari ta’uu nimala. Kanaaf qorannoo
barbaachisa.
*--itti Fufa*

🍭🍭🍭🍭🍭🍭🍭🍭🍭🍭🍭🍭
Odeeffannoo wayitaawaaf, bashannaa fi bekumsa irratti beekumsaa dabalachuuf chaanaalota armaan gadii join godhaa
chaanaalota oromoo haa guddifnu
🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝
>>Click here for more...<<
⚫️🔴⚪️⚫️🔴⚪️⚫️🔴⚪️⚫️🔴⚪️
Odeeffannoo wayitaawaaf, bashannaa fi bekumsa irratti beekumsaa dabalachuuf chaanaalota armaan gadii join godhaa
chaanaalota oromoo haa guddifnu
🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝
>>Click here for more...<<
⚫️🔴⚪️⚫️🔴⚪️⚫️🔴⚪️⚫️🔴⚪️
Øro ßøní kā🔝💯❤ via @like
-Waaqefannaa
Ingiccaa/Qunnii darbaa
Ayyanni kun ayyaana ijoollee dubraati. Waggaatti yeroo tokko walitti dhufanii
ayyaaneffatani. Guyyaa jala bultii ayyaana kanaa
dubri ollaa waliin miidhagdee gara lagaa ykn
dirreetti bahuun gosa margaa Qunnii jedhamu
buqqifatu. Yeroo dhaqaa fi galaa sirboota ykn
wallee wallisan niqaban. Galgala isaa Qunnii
buqqifatanii manatti galan sana battee dhahu.
Inni dhahame kun Ingiccaa jedhama. Ganama
isaa ingiccaa kana akkuma duraa gurmuun
waliin ollaarra deemuun Ingiccaa utubaa ykn
gorroo manaatti hidhu. Yeroo kana dhangaa
adda addaa afeeramuun dhadhaas muudamanii
eebba fudhatu. Xumurarra Galma Ayyaanaa ykn
waltajjii tokkotti walgahanii gamtaan sirna
ayyaana kanaa sirbaa fi wallee gara garaan
kabajanii oolu.
Gannii/Qillee
Ayyaanni kun ayyaana looniin beekama. Bakka
tokko tokkotti ammoo akkuma ayyaana biraatti
fudhatama. Gara Maccaatti akkitti beekamuu fi
Tuulama keessatti akkasumas naannoo gara
kibbaa fi bahaatti adda adda ta’uu danda’a.
Guyyaa ayyaana kanaa mooraa looniitti marqaa
marquun itti facaafatanii hormaata isaaniif
eebbisu. Akkitti waanti kun raawwatu hedduu fi
bal’aadha. Guyyaa kana Qillee fi Gugsii fardaa
taphachuunis ni beekama.
Kana malees ayyaanotii guyyaa lafaa (ayyaana
dachii), guyyaa sanyii (jaarii) fi kkf hedduun kan
maqaa hin dhahiin godinoota Oromiyaa
garaagaraa keessatti yeroo adda addaatti kan
kabajaman nijiran.
Eebbifachuu
Oromoo Waaqeffattoonni, eebbfannaa ganamaa
fi galgalaa wajjin, Waaqa galateeffachuu fi
waaqeffachuuf, ayyaanota adda addaa kabaju.
Kunis waqtiilee adda addaatti geggeeffama.
Eebbifannaanii fi Waaqeffachuun hojii
Waaqeffannaa keessaa tokko. Eebbifannaa
muraasa:
Akka ijoollee keenyaa eebbisuuf abba keenya
gaafanna.
Yaa Waaq kan dubbatee nu dubbachiisu fi
kan hamaa nutti yaadu nurraa qabbi.
Yaa Waaq mirga nu oolchi; hamaa nurraa
qabi.
Yaa Rabbii, ilmi ga’e haa fuudhu, dubarri
geesse haa heerumtu.
Yaa Waaq, ani galee, kan galee hin rafne
narraa qabi; ani rafee kan rafee hin bulle
narra qabi.
Yaa Waaq tolaa nutti qabi, hamaa irraa nu
eegi
Ayyaanota Eebba
Oromoon ayyaana eebbaa baayyee qaba.
Oromoon waan jireenya isaa wajjin walqabatu
hundumaa ni eebbisa. Fakkeenyaaf:
Ukee/taaboree - eebbaa fi ayyaana ijoollee
Ingiccaa - ayyaana ijoollee durbaa
Ayyaana abbaa - dhaala gaarii isaanirraa
waan arganneef abbootii galateeffachuu
Ateetee - dubartoota eebbisuuf
Borantichaa - namoota gurguddaa eebbisuuf
Jaarii looni - loon eebbisuf
Jaarii qe’e ykn jaarii kosii - naannoo jireenya
ykn qe'ee eebbisuuf
Jaarii midhaani - midhaan eebbisuuf
Garanfasa mucucoo - dhufaatii gannaa fi
rooba ayyaaneffachuu
Gubaa fi irreechaa - ganni darbee birraan
dhufuu ayyaaneffachuu.
🤜🤜 join hin dagatina🤛🤛
@orocul
@orocul
@orocul
👆👆👆👆👆
Yaada:- @yomi_boss yaadni keessan jabina keenya.
@Share

🔔🔔🔔🔔🔔🔔🔔🔔🔔
Channel oromoo beekkamoo join gochuu qabdan 💯
@oromobeauty
⚫️🔴⚪️⚫️🔴⚪️
🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟⚜⚜⚜⚜⚜⚜⚜⚜⚜⚜⚜⚜
@oromobeauty
Suuraalee oroomoo babbareedoo📸
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
@seeqaa
Bohaartiif, kolfaaf 😂🤣
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
@orocul
Aadaa fi seenaa oromoo guddisuu📚
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
@orotechofficial
Oromoo teknooloojii faanaa tarkanfachiisuudhaf🛰
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
@ijoolleeoromoo
Asoosama fi seenaa oromoo📝
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
@Techniciantutorial
Waa'ee techninoloojii fi hack 💻
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
@abbaalataa
Qoosaa adda addaa 😃😁
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
@bashannanaafibeekumsa
Bashashannanaa fi beekumsa dabalataaf🤩
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
@mettu_university
Barattoota mettu university hundaaf🎓
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
@Romelu_9Lukaku
Deeggartoota Manchester united hundaaf⚽️
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
📍our channel @oromopromotion

📯📯📯📯📯📯📯📯📯📯📯📯
📸📷📸📷📸📷📸📷📸📷📸📷
Shamarreen oromoo babbareedoo uffata aadaan faayaman...
Suuraalee oromoo calaqqisiisan
💡💡💡💡💡💡💡💡💡💡💡💡
🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝
😎Kolfaan duune barana kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk
😂😂😂😂🤣🤣😂😂🤣🤣😅
>>Click here for more...<<
🔶🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷🔶🔷

🗯🗯🗯🗯🗯🗯🗯🗯🗯🗯🗯🗯
🔛🔛🔛🔛🔛🔛🔛🔛🔛🔛🔛
🎵Oduu Gammachisaa Mummichii Ministeraa Dr.Abiyi Ahimad Telegrami Banaatani Jiruu Isaa Waliin Waal Qunnamuuf
🔱OUR PRIMER SPONSER
®®®®®®®®®®®
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
Dhoksaa METEK Tokkon Tokkon Isaa Gadii Ba'eera Hoggantoonii Isaanii Qiiliinxoo Fi Makaalawi Jiruu Oddefaanoo Guutuuf Click‼️‼️
🎪🎪🎪🎪🎪🎪🎪🎪🎪🎪
Farfaana Haraas kan Duriis Mp3 Fi Videon Argaachuf Click
♒️♒️♒🏮️♒️♒💎️♒️♒️️♒️♒️
♨️Powered by Abpromition
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
Created by Abenezar

Forwarded from AB PROMOTION
Namoonni Chaannali kessaan Channaloota Biroo Wajjin Akka Beksifamuu Barbaadan @Abpromotionbot Galmaa'u Ni Dandeesu
♨️Breaking News
Baroota Bayeef Qabeenya Ummata Sammaa Hattaa Kan Turaan Hogaantoni Dhabbata METEK To'aana Jalaa Olaani Jiruu.
📯📯📯📯📯📯📯📯📯
〰〰〰〰🎴〰〰〰〰〰
🛅 O̴U̴R̴ P̴R̴I̴M̴E̴R̴ S̴P̴O̴N̴S̴E̴R̴
Guyyaa Tokkootti Yeroo Meqaaf Yoo Ispoorti hojjenee Qamnii Kenyaa Irraa Calaa Nagaa Taha?
🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻
Telegrami Irraatti Namoota Bayeefi Hiriiyyoota Bayee Horachuu Ni Barbaduu Akkasumas Oddeefannoo Wal Jijjiruu Yoo Barbaadan click
🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺
🔜🔴🔜🔴🔜🔴🔜🔴🔜🔴🔜
Channaloota Afaan Oromoo Hordooftotta 1k Ol Qabaan Oddefaanno Fi Baruumsa Irraa Argaatan Kana Join Gochun Bashaanana
Թօաҽɾҽժ ҍվ Abpromotin
♻️Contact Admin Abena

🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆
♠️♠️♠️♠️♠️♠️♠️♠️♠️♠️♠️♠️
Suuraalaan oromiyaa fi ijoollee oromoo...see more
💡💡💡💡💡💡💡💡💡💡💡💡
🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝🔝
😎Kolfaaf 😂😂😂😂😂🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣😂😂😂😂😂😂🤣🤣🤣🤣🤣😂😂😂😂🤣🤣🤣😂😂😂
⬇️Download Now⬇️
>>Click here for more...<<
↘️⬇️↙️ ↘️⬇️↙️
➡️✅⬅️ ➡️🔞⬅️
↗️⬆️↖️ ↗️⬆️↖️
Contact: @oroboss
🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈

💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯
Channel oromoo beekkamoo amma join gochuu qabdan
🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟
⚜ @oromobeauty
🔰 Suuraalee oroomoo babbareedoo📸
⚜ @Oromp
🔰Raayyaa studio🎶
⚜ @orocul
🔰Aadaa fi seenaa oromoo guddisuu📚
⚜ @orotechofficial
🔰Tekinooloojii faanaa tarkanfachiisuudhaf🚀
⚜ @ijoolleeoromoo
🔰Asoosama fi seenaa oromoo📝
⚜ @Techniciantutorial
🔰Teekinooloojii fi hack 💻
⚜ @abbaalataa
🔰Qoosaa adda addaa 😃😁
⚜ @bashannanaafibeekumsa
🔰Bashashannanaa fi beekumsa dabalataaf🤩
⚜ @OfficialOroMuslim
🔰Muslim students🕋
⚜ @seeqaa
🔰Bohaartiif, kolfaaf😂
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
Group oromoo beekkamoo ta'an
⚜@mettu_university
🔰Barattoota mettu university hundaaf🎓
⚜ @ijoollee_oromoo
🔰Ijoollee oromoo finfiinnee👌
⚜ @Seenagotootaoromonunlo
🔰seenaa gootota oromoo💪
⚜ @qubeegeneration
🔰Dhaloota qubee🔠
📍our channel @oromopromotion
contact me: @oroboss
Channel oromoo beekkamoo amma join gochuu qabdan
🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟
⚜ @oromobeauty
🔰 Suuraalee oroomoo babbareedoo📸
⚜ @Oromp
🔰Raayyaa studio🎶
⚜ @orocul
🔰Aadaa fi seenaa oromoo guddisuu📚
⚜ @orotechofficial
🔰Tekinooloojii faanaa tarkanfachiisuudhaf🚀
⚜ @ijoolleeoromoo
🔰Asoosama fi seenaa oromoo📝
⚜ @Techniciantutorial
🔰Teekinooloojii fi hack 💻
⚜ @abbaalataa
🔰Qoosaa adda addaa 😃😁
⚜ @bashannanaafibeekumsa
🔰Bashashannanaa fi beekumsa dabalataaf🤩
⚜ @OfficialOroMuslim
🔰Muslim students🕋
⚜ @seeqaa
🔰Bohaartiif, kolfaaf😂
〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰
Group oromoo beekkamoo ta'an
⚜@mettu_university
🔰Barattoota mettu university hundaaf🎓
⚜ @ijoollee_oromoo
🔰Ijoollee oromoo finfiinnee👌
⚜ @Seenagotootaoromonunlo
🔰seenaa gootota oromoo💪
⚜ @qubeegeneration
🔰Dhaloota qubee🔠
📍our channel @oromopromotion
contact me: @oroboss
♨️Breaking News
Baroota Bayeef Qabeenya Ummata Sammaa Hattaa Kan Turaan Hogaantoni Dhabbata METEK To'aana Jalaa Olaani Jiruu.
📯📯📯📯📯📯📯📯📯
〰〰〰〰🎴〰〰〰〰〰
🛅 O̴U̴R̴ P̴R̴I̴M̴E̴R̴ S̴P̴O̴N̴S̴E̴R̴
Oddefanoo Torbee Kanaa Hiriraa nagaa Gutuuma Nannoo Oromiyatti Bahamee Argachuuf
🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻
Telegrami Irraatti Namoota Bayeefi Hiriiyyoota Bayee Horachuu Ni Barbaduu Akkasumas Oddeefannoo Wal Jijjiruu Yoo Barbaadan click
🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺🔺
🔜🔴🔜🔴🔜🔴🔜🔴🔜🔴🔜
Channaloota Afaan Oromoo Hordooftotta 1k Ol Qabaan Oddefaanno Fi Baruumsa Irraa Argaatan Kana Join Gochun Bashaanana
Թօաҽɾҽժ ҍվ Abpromotin
Contact & Admin abeni