Telegram Web Link
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Seenaa Gabaabaa Jaal Nadhii
Gammada a
“Maqaan dhalootaa isaa Qaasim H/
Usmaan Roobaa jedhama. Maqaan ittiin
waamamu maqaa qabsoo Nadhii
Gammadaa jedhamuun beekkama.
Nadhiin bara 1955 Kutaa Arsii Aanaa
Zuway Dugdaa keessatti, Abbaa isaa H/
Usmaan Roobaa fi Haadha isaa Aadde
Amiinaa Borsee irraa dhalate.
Nadhiin bara 1993 wal ga’ii ABO irratti
hirmaachuuf Waardiyoota isaa ja’a (6)
wajjiin osoo gara iddoo Bookee 27
jedhamuutti deemuuu, bakka Asakoo
jedhamu tan daangaa Arsii fi Harargee
jidduutti argamtutti butamee, achi
buuteen isaa dhabame. Nadhiin goota
sammuu qaroo, kan yoo dubbatu
haasawa isaa jechoota akka rasaasaatti
onnee nama kutu, kan sagalee
onnattummaa fi kutannoon dubbatu
saniin hedduu beekama.
Akkuma sagalee haasawa isaa Nadhiin
goota murannoo fi kutannoo dhugaa
qabuudha. Jechoota muraasa gatii
qabdu, kan haasawa isaa humna
qabeessaa keessaa;
1. “Biyya keenya jaalannu nama wajjiin
qoodanna, feenu immoo akka
barbaadnetti bulfachuun mirga
keenya.!”
2. “Osoo halagaan biyya keenyarratti nu
bulchuuf lafa dhiituu, kan hidhatee
muratee dhaadatu, nuti ammoo mirga
keenya kabachiisuudhaaf wanti
murachuu nu hanqisu hin jiru.!”
3. “Hiree Ummata Oromoo kan
murteessu, Ummata Oromooti malee,
anatu sii beeka, karaa kana deemtu
malee, kan nuun jedhuufi kan afaan
qawweetiin nu doorsisu jiraatu,
Ummanni keenya fudhachuuf qophii
miti.!”
4. “Seenaa Abaaboota keenyaa kan
Aanooleetti dhumanii san jiraachisuun,
biyya keenya Oromiyaa harka
Oromootti, Oromiyaa harka ilmaan
haqaa kan Oromoo Ummata Oromootiif
dhaabbataniitti galchuu qofaani.!”
5. “Hundi keenyayyuu; Ummanni
Oromoo bakkayyuu, harka wal
qabannee, waliin dhaabbannee, waan
warri Aanoolee itti wareegamaniif san
gatii itti godhuudhaaf fuuldura haa
tarkaanfannuu.”
6. “Oromoon tokko. Amantiin addan
bahu. Oromoon gosaan addan bahu.
Lagaan addan bahu. Gaaraan addan
bahu. Kan Oromoo adda qooduuf
tattaafatu haa badu.”
7. “Biyya Oromoo irratti abbaan biyyaa
Oromoodha. Biyya Oromoorratti
Oromoo malee, namni biraa murteessuu
hin danda’u. Kan warra biraa nurratti
murteessisuu dhidhiibu haa badu.!” fi
kan biroo jechoota hedduu Ummata
Oromoo hundaaf dhaamee jira.”
*****
●°・。❥❥❥❥。•°●✿⚫️🔴⚪️
❥ ❀●°・。❥❥❥❥。•°●❁
╔═.💚.════════🌹═╗
°•.❥ https://www.tg-me.com/joinchat-AAAAAEd02x4cgBXKSBx6pA ❥.•
╚═🌷════════.❤️.═╝
❃●°・。❥❥❥❥。•°●✿ 🌿
🍀 ❥ ❊●°・。❥❥❥❥。•°●✿
●══◄ೋღ⚫️🔴⚪️ღೋ►══●
Best channels in oromia that you have to join now💯

@oromobeauty

💡💡💡💡💡💡💡💡💡💡💡💡

🗣Suuraalee oromoo babbareedoo📸
♦️ @oromobeauty

🗣Guddina Aartii, Afaan, fi Aadaa Oromoo
♦️ @keenboon_KB_430

🗣Sirboota oromoo haarawaa fi kan durii🎶
♦️ @Oromp

🗣Aadaa Oromoo waliin haaddifnu
♦️ @linkAadaaOromo

🗣Aadaa fi seenaa oromoo
♦️ @orocul

🗣Tekinooloojii faanaa tarkanfachiisuudhaf
♦️ @orotechofficial

🗣Asoosama fi seenaa oromoo
♦️ @ijoolleeoromoo

🗣Teekinooloojii fi hack 💻
♦️ @Techniciantutorial

🗣Qoosaa adda addaa 😁
♦️ @abbaalataa

🗣Muslim students🕋
♦️ @OfficialOroMuslim

🗣Success of business
♦️ @BusinessAdvisereverywhere

🗣Ijoollee Oromoo musliima hundaaf
♦️ @islamismylifee

🗣laptop, mobile, clothes ..etc you can order
♦️ @raba_dori

🗣OBN sport, odeeffannoo ispoortii
♦️ @obnisport

🗣Aartii Oromoo haa guddifnu
♦️ @orostech

🗣Baacoo fi asoosama
♦️ @orodope

🗣Fakkiiwwan harkaan kaafaman
♦️ @adearts

🗣Oromo news
♦️ @greatoromia

🗣kitaabota fi gaffilee adda addaa
♦️ @Ethio_students

🗣Wantoota addunyaatti dinqisiisoo ta'an
♦️ @wonderfactoromo

🗣Sirboota oromoo durattii🎵
♦️ @BestOldOromoMusic

🗣Gadaa keenya haa guddifnu🌳
♦️ @Gadaako

🗣odeeffannoowwan biyya keessaa fi alaa
♦️ @Fishikshikta

🗣Sagalee waaqayyoo waliin haa barannu
♦️ @JesusDailyStory

🗣bohaaruuf, kolfaaf😂😂😂
♦️ @seeqaa


Group oromoo beekkamoo


🗣mettu university oromo students
♦️ @mettu_university

🗣bashannanaaf(just for fun)
♦️ @Bashannanaaf

🗣Oro hackers group
♦️ @orohackersgroup

🗣Ijoollee oromoo finfiinnee
♦️ @ijoollee_oromoo

🗣seenaa gootota oromoo
♦️ @Seenagotootaoromonunlo

🗣Dhaloota qubee🔠
♦️ @qubeegeneration

📣our channel @oromopromotion

📍Powered by: @Oropromobot

contact me: @oroboss
The account of the user that created this channel has been inactive for the last 5 months. If it remains inactive in the next 29 days, that account will self-destruct and this channel will no longer have a creator.
The account of the user that created this channel has been inactive for the last 5 months. If it remains inactive in the next 20 days, that account will self-destruct and this channel will no longer have a creator.
The account of the user that created this channel has been inactive for the last 5 months. If it remains inactive in the next 10 days, that account will self-destruct and this channel will no longer have a creator.
💰Hayyee hordoftoota keenya, akkam jirtu? har'a marsariitii tokkon isin barsiisa na hordofaa!!

http://thejoby.com/?code=51559

Marsariitiin kun maallaqa ni kaffala. Na amanaa, hiriyyaan koo amma ammaatti doolaara 200 argateera!! Sin sobees maal na fayyada.
💵💵💵💵💵
Jalqaba liinkii kanaa gadiitiin seentu, ergasii gara irraa 'Register' kan jedhu jira, isarra takkaa cuqaastu. Kana booda 'username' , 'password' , 'email' 'Address' fi 'Your Name' kan jedhu isiniif dhufa.

Bakka 'username' jedhutti, maqaa gabaabaa kan barbaaddan itti guuttu.

Bakka 'password' jedhutti, jecha darbii kan hin dagatamne itti galchitu.

Bakka 'Email' jedhutti, warri 'email' qabdan itti galchitu warri hin qabnemmoo lakk. bilbilaa keessan itti galchitu.

Bakka 'Address' jedhutti, bakka jiraattan itti galchitu. Fknf, warri Itoophiyaa keessa jiraannu ingiliffaan Ethiopia jennee itti galchina.

Bakka 'Your Name' jedhutti, maqaa keessan isa sirrii itti galchitu.

Kana booda, irra keessa bakka 'Register' jedhu bira 'Login' kan jedhu jira. Achirra takkaa cuqaastanii yeroo inni isiniif fidu, 'username' fi 'password' keessan itti galchitu. Kana booda, liinkii isiniif fida. Liinkii kana copy gootanii, miidiyaalee hawwaasaa kanneen akka Facebook, Instagram, YouTube, Telegram fi kkf keessatti maxxansitu. Yeroo namni tokko liinkii keessaniin gara marsariitii sanaa deemu, marsariitichi isiniif doolaara 1 kenna!! Yeroo doolaara 20 irra geessan maallaqa keessan karaa 'MoneyGram ykn 'Western Union' akka isiniif ergamu gochuu ni dandeessu!!

👇👇Liinkii ittiin seentan👇👇
http://thejoby.com/?code=51559
👆👆👆👆👆👆👆👆

Carraa gaariin isiniif hawwa!!
👆👆👆👆👆👆👆👆

Carraa gaariin isiniif hawwa!!

http://thejoby.com/?code=51559
Forwarded from Educate Ethiopia (Eyu) via @Qualitymovbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
2025/07/08 19:03:33
Back to Top
HTML Embed Code: