BALAY_ZALLAQAA_QILXUU
(Abbaa Koostir) Eenyu?
=======>>>>>>>>
Akkuma beekamu seenaan Oromoo inni dhugaan
dhufaatii dhalattoota qubee hordofee, awwala
alagaan keessa dhokse diigee, xurii seenaa
alagaan itti maxxanse ofirraa miiccaa dhalootaaf
haqa ture qabatee asan jira jechaa jira. Kana
fuudhanii dhalootaaf akka dandeetti ofiitti
dabarsuun gahee eenyutiree? Deebiisaa isiinifan
dhiisa.
Jaarraa 16ffaan Seenaa Oromootaa keessatti
jaarraa sochii lafa babal'ifannaatiin beekama.
Haaluma kanaan Oromoonni kallattii kaabaan
hanga Laga Mormor ykn Abbayaatti
babal'ifachuusaanii seenaan dhugaa ni baha.
Kaaba Itiyoophiyaa ammaa Walloo, Tigiraayfi
Gojjam keessa mootonni Oromoo akka turan ni
addeessa.
Balay Zallaqaa Oromoo Walloo keessaa kan
Booranaa jedhaman Damee Oromoo
Tuulamaarraa dhalate. Abbaan gooticha kanaa
Zallaqaa Qilxuu Aayyoo Galgalii Oromoota
Walloorra dhiibbaa mootota Habashaatiin gara
Gojjamitti godaanan keessaa tokko turan. Obbo
Zallaqaa qilxuu loleewwan Lij Iyyaasuu Oromoo
Walloo hortee Tuulamaa keessaa tokko. Erga Lij
Iyyaasuun angoo gadhiseen booda baqachuun
Walloo Booranaa gara Gojjam kan godaanan.
Gojjamitti gooticha Balay Zallaqaa kan dhalfatan.
Balay abbaasaa Balay Zallaqaa Qilxuu Aayyoo
Galgaliifi haadhasaa Xaayituu Aallanaa irraa bara
1910 A.L.A dhalate. Haati isaas Walloo
Booranatti dhalatan. Balay tooftaa riphee loluun
beekama. Tooftaa kanaan Itaaliyaanotaafi
baandota ykn baasaasto isaanii boqonnaa
dhoowwaa ture. Dirreewwan waraanaa garaa
garaa irratti Itaaliyaanota mo'achuun
gootummaasaa mirkaneesseera. Tooftaa
waraanaa gooticha Oromoo Balay Zallaqaa Qilxuu
irra aanuu kan dadhaban Itaaliyaanonni abdii
kutatan. Jaabinaafi gootummaa goota kanaafi
gootota Oromoo birootiin Itaaliyaanonni biyya
gadhiisanii bahan.
Injifatamuu Itaaliyaa booda H/Sillaaseen
waggoota shaniif bakka baqatee tiru Ingilaandii
yoo deebi'u, ummanniifi duuka buutonni Balay
Zallaqaa Qilxuu maal badhaafama, aangoo
akkamiitu kenna. maaf jechuun eegaa turani. H/
Sillaaseenis akkuma gootota Oromoo biroo
aangooisaaf waan shakkeef Balay akka qabamu
taasise.
Aangoos badhaasas isaaf hin kennine. Biyya
bilisa baasuun jibba H/Sillaasee jalaa isa hin
baafne. Akkuma Abdiisaa Aaagaafi kanneen biroo
hidhaa, reebichaafi gidiraatu isa mudate.
Hidhaan umurii guutuu itti murtaa'e. Kanumaan
otoo jiruu mana hidhaa Finfinneetii cabsee
bahuun erga qabamee booda M/Murtiitti
dhiyaatee murtiin du'aa itti murteeffame.
Murtichas H/Sillaaseen mallattoon mirkaneessee
bara 1945 A.L.A umuriisaa 35tti obboleeyyan
isaa 2 waliin ffannifame.
Goota akkasii kana kan Oromummaansaa
alagootaan dhokfamee, hojiinsaas gatii dhabee
alagaan fannifame.
Tg: asoosama gaggabaabo

Forwarded from ☞YOYA PRINT & ADVERTINSING ®☜
#Hub:- waaren channali qabdani fi adimn waaren taatan promotion afaan oromotin hojechisu barbaadanif @oro_promotion isinif hojechudhaaf qopii xumure jirraa kan isinira egamuu #private_link fi #description sarara lama hin caale @obsii28 tii ergitani galma'u dandesuu
Share gochun ga'e isinira egamu ba'adha
@oro_promotion
@oro_promotion
Share gochun ga'e isinira egamu ba'adha
@oro_promotion
@oro_promotion
Chaanaaliifi Gareewwan Mimmiidhagoo Afaan Oromoo Join Gochuu Qabdan.
👉@oromomusic
👉@oro_promotion
👉@orocul
👉@orosarcasm
👉@orotech
👉@Walaloon_Jaalala
👉@Waltajjii_Walaloo
👉@barattoota
👉@irreecha
👉@odaatube
👉@humnagaariiyaduu
👉@oromotech
👉@lammiif
👉@Sabkoofan
👉@afranqallo
👉@Keenboon_KB_430
👉@oromotechnology
👉@sports24
👉@oromos
👉@ Oromo Funny
@Oromiffa
@Oromofunny
@NewChristian
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Kan Hafeef
@Yomi4612
👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆
👉@oromomusic
👉@oro_promotion
👉@orocul
👉@orosarcasm
👉@orotech
👉@Walaloon_Jaalala
👉@Waltajjii_Walaloo
👉@barattoota
👉@irreecha
👉@odaatube
👉@humnagaariiyaduu
👉@oromotech
👉@lammiif
👉@Sabkoofan
👉@afranqallo
👉@Keenboon_KB_430
👉@oromotechnology
👉@sports24
👉@oromos
👉@ Oromo Funny
@Oromiffa
@Oromofunny
@NewChristian
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Kan Hafeef
@Yomi4612
👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆
Forwarded from MarkdownBot
BEST AFAAN ⚫️R🔴M⚪️ CHANNEL JOIN & SHARE
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👍 Sirboota afaan Oromoo kan durii fi haaraa yeroo yerooti argechu barbaadu
🆗🆗🆗🆗🆗🆗🆗🆗🆗
👍Oromoo culture Aadaa ummata oromoo dhokatte turee iffati baasuf seenaa ummata oromoo oromotaaf kan barsiisu
🆗🆗🆗🆗🆗🆗🆗🆗🆗
👍Asoosaama gabaabaa haala hawataa ta'en isiin biraan geenyaa filanoon kessaan nuy haata'u 🆗🆗🆗🆗🆗🆗🆗🆗🆗
👍 Odeeffannoo fiilmiilee haaraa fi sirboota haaraa ho'aa ni barbaadduu🆗🆗🆗🆗🆗🆗
👍Walaloo jaalalaa mimidhago qalbi namaa hawatun isiinif qopesinera argechuf🆗🆗🆗🆗🆗
more:-oro_promotion🆗🆗🆗🆗 obsii28

📣📣📣📣📣📣📣📣📣
❤️keenboon❤️
❤️Sirboota afaan Oromoo❤️
❤️Oromoo culture❤️
❤️Asoosaama gabaabaa❤️
❤️Walaloo jaalalaa❤️
❤️Qossaa Afaan oromoo❤️
❤️🆗🆗🆗🆗🆗🆗❤️join
more:-oro_promotion🆗🆗🆗🆗 obsii28
📣📣📣📣📣📣📣📣📣
❤️keenboon❤️
❤️Sirboota afaan Oromoo❤️
❤️Oromoo culture❤️
❤️Asoosaama gabaabaa❤️
❤️Walaloo jaalalaa❤️
❤️Qossaa Afaan oromoo❤️
❤️🆗🆗🆗🆗🆗🆗❤️join
more:-oro_promotion🆗🆗🆗🆗 obsii28
Sirna Siiqqee
Seerri siinqee ulee qal'oo sorooroo muka harooressaa irraa muranii tolchan, kan dubartiin heerumte qabattuun ibsama. Mukti harooressaa qaqal'aa fi sorooroo wanta qabuu fi kan laayyootti hin cabne waan ta'eef filatama. Siinqee dheerina dubartii qabattu akka gitutti muru. Siinqeen akka diimatee bareedu baaxii manaa jala bakka aara argatutti suuqu. Siinqee akka uleetti hin fayyadaman, horii ittiin hin haleelan. Yeroo qabatan illee akka dhadhaabbataatti hin fayyadaman.
Dubartoonni siinqee qabatanii gurumuudhaan sirna hawaasummaa fi amantaa heddu wanta raawwataniif siinqeen waraana dubartii ti jedhu.
Siinqeen Idaayyiif Kennamuu
Haati intala heerumsiistu, siinqee, boraatii fi baarree qopheessiti. Siinqeen mallattoo birmadummaa (uumamaan bilisa ta'uu) ti. Boraatiin muka irraa soqamee tolfamee, calleedhaan faayame immoo mallattoo haadha-warrummaa ti. Baarreen qodaa aannanii waan ta'eef mallattoo qabeenyaa ti.
Cidha gaa'elaa irratti yeroo idaayyichi idaayyittii fudhatee galuuf ka'u, haati ishii siinqee, boraatii fi baarree harkatti qabattee, balbala fuula dura teessi. Idaayyichi haadha idaayyittii bira ga'ee dhaabbata. Haati idaayyittii "hoo baarree, hoo barsee" jettee siinqee, boraatii fi baarree itti kenniti. "Hoo barsee" jechuun yaboo sirra keewwadhee jechuu dha.
Hamaamonni oggaa qe'ee ga'u, idaayyichi siinqee, boraatii fi baarree idaayyittiitti kenna. Idaayyittiin seera hirma furaa booda, siinqee boraatii fi baarree qabattee ol seentee gola ishii keessi. Kanumaan haadha siinqee taati. Yeroo eebbisanillee "siinqee baarree oofkalaa" jedhu. Kunis fuudha kana nagaadhaan keessa fulla'aa ykn ofkalaa jechuu dha.
Siinqee seeraan kenname kanaan mirga haadha-warrummaa ishiin qabdu ittiin tikfatti. Hawaasa keessattis dubartoota siinqee qaban waliin gurmuu uummatanii seera adda addaa ittiin raawwachiisu.
Ulfina Haadha Siiqqee
Dubartiin siinqee qabatte, hawaasa keessatti ulfina guddaa qabdi. Dubartii siinqee qabattee karaa deemtutti yoo dhufan hin qaxxaamuran. keessattuu dhiirti yoo ishiin hayyama kenniteefii dabarsite malee bira hin darbu. Dhaabbatee ishii dabarsuuf dirqama qaba. Lagas ishii dura hin ce'an.
Dubartoonni siinqee qabatanii wal faana yaa'an/bayima ba'an, Ateetee/Ganyaa jedhamu. Dubartoonni bayima ba'anii, siinqee faarfachaa deemanitti yoo dhufan, nama tokkoos ta'e nama hedduus ta'an, maanguddoonillee, fardarraa bu'anii, gadi jedhanii marga jiidhaa ciratanii "Ilteeninnaa" jedhanii itti irreeffatu. Dubartoonnis akkasuma marga ciratanii itti irreeffatanii "obbayaa" jedhanii deebisu. Dubartoonni bayima ba'an, otoo isaan hin eebbisiin nama isaan qaxxaamure ari'anii qabanii adabu.
Aangoo Haadha Siinqee
Dhaanicha Abbaa Warraarraa Baraaruu
Sirni Gadaa, seera siinqeetiin, mirgi dubartoota Oromoof kenne, kan ittiin mul'atu keessaa tokko, dubartii abbaa warraatiin dhaanamteef, dubartoota gurmuu uummataniin birmannaa godhamu.
Sagaleen dubartii dhaanamte bakka dhaga'ametti, mallattoo wal waamichaa kan ta'e sagalee ililfannaa, "ililii,ililii,ililii…" jedhu wal dhageessisanii walii qaqqabu. Akka seera siinqeetti, dubartiin sagalee ililfannaa dhageesse, kan daa'ima hoosisaa jirtus, kan sa'a elmitus, kan okkotee ibiddarraa qabduus, hojii of harkaa qabdu battalatti dhiistee, siinqee ofii luqqifattee, hatattamaan birmachuuf dirqama qabdi. Dubartoonni seera siinqee raawwachiisuuf gurmuun deeman, weedduu siinqee weeddifachaa mana dubartii abbaan warraa dhaane sana qaqqabu. Dubartoonni dura qaqqaban, dubartii sana siinqee qabachiisanii manaa baasu.
Namicha haadhawarraa isaa dhaane dabalatee, dhiirti haati warraa isaa gurumuu kana keessa jirtu hundi, qe'een isaa adiyyoo dha. Bultiin abbaa hin qabu. Daa'imni ni booya. Kanaafiyyuu dhiirti marti namicha balleessaa hojjate sana murtiitti dhiyeessuuf carraaqa. Dubartoonni, miseensa isaanii miidhamte itti marsanii, faaruu isaanitiin roorroo didaa, gara caffee/Mana maree Gadaa/ erga seerri Gadaa laaffatee booda jaarsolee gosaatti iyyata deemu.
Qaamni itti iyyatan, waltajjii qabaniifii, ulfina isaanitiif jecha, ofirra taa'anii dubbisu. Kana malees, gadi jedhanii marga jiidha

a ciratanii, "ilteeninnaa" jechuun itti irreeffatu. Dubartoonnis "hobbayaa" jedhanii eebbisu. Yeroo seera kana raawwatan, weeddudhaan siinqee faarsuu hin dagatan.
Qaamni himannaa isaanii dhaga'uuf taa'e, "Wayyooma/ulfina dubartii kan tumaadhaan dhugoomse Gadaa dha." Jechuun seera jiru mirkaneessuudhaan, waltajjii jalqabu. Sana booda, "ulfoo teenya maaltu bade, maal rakkattan" jedhanii dubartoota gaafatu. Dubartiin gurmuu kana gaggeessitu, dubartii dhaanamte of fuuldura qabdee, waan ishii irratti raawwatame caffee fi yaa'iitti himti. Qaamni seera raawwachiisu, nama miidhaa kana raawwate, waamanii dhiyeessanii, dubbii qoratu. Hanga murteen kennamutti, dubartoonni, roorroon akka irraa dhaabbatu weedduudhaan gaafatu.
Xumura irratti caffeen, miidhaa qaqqabe madaalee, murtee dabarsa. Murteen kun loon inni qabu keessaa isa mararsiifatu sangaa/qotiyyoo isaa qaluu ta'uu danda'a. Seerri siinqee murtee kana raawwachiisee, dubartoonni sangaa qalame yaa'iidhaaf laatanii, weedduu isaanitiin siinqee faarfachaa, dubartii dhugaa argatte sana manaan ga'anii, mana mana ofitti galu.
Birmannaan akkanaa, dubartii qanafaa addarraa qabdu/ kan deessee ji'a jahaa hin guunneef/ malee, dubartii abbaan warraa dhaane hundaafii miti kan jedhan jiru. Akka manguddoo irraa dhageenyeetti , erga sirni Gadaa laaffatee booda birmannaan akkanaa, deessuu dhaanamteef qofa ta'e malee, dur dubartii hundaaf birmatu. Kan deessuu dhaane adaba isaatu guddaa dha.
Lola dhaabuu
Gosa Oromoo gidduutti, walitti bu'iinsi uumamee, lolli hamaan/waraanni ka'ee, namni wal miidhe, dubartiin oduun lolaa kun dura, gurra bu'e, ililfattee, dubartoota bakka hallee dammaqsiti. Gurmuun dubartootaa, oduu waraanaa kana darbaa walii dabarsanii, siinqee qabatanii battalatti walga'u.
Weedduu isaanitiin siinqee weeddisaa gara lafa lolaatti oggaa deeman, Waaqa siinqeedhaaf aangoo kana kenne faarsu. Iddoo lolaa sanatti wayta dhiyaatan immoo weedduu isaanii keessa, waraanni akka dhaabbatu maqaa Waaqaatiin gaafatu. Bakka lolaa sana yoo ga'an siinqee isaanii faarfachaa, lolli akka dhaabbatu gaaftu. Kanaan yoo dhaabbachuu dide, gidduu seenu. Waraana hamaa attamii illee yoo ta'e, seera kana bira hin darbu. Battalatti dhaabbata. Siinqeen meeshaa araaraa ti.
Daa'ima guddifachuu
Warri ilmoo hin arganne, warri ilma hin qabne, fira irraa yookaan nama michuu ta'uuf irraa ilmoo guddifata. Dubartiin dhala hin qabne, seera guddifachaan ilmoo guddifachuu barbaadde, siinqee qabattee, aannan ciicoodhaan fuutee warra irraa guddifattu sana dhaqxi.
Warri ilmoo irraa guddifachuuf filatan warra ijoollee baayee hore. Warri akkanaa, dubartii siinqeedhaan dhaqxee ilmoo isaan irraa guddifachuuf gaafatteef, ilmoo isaanii kennuuf dirqamu. Dubartiin siinqeedhaan deemtu hin qoltu/hin dhabdu.

🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤
❤️Danbali jaalalla❤️ erga jaalalewan kessaanif debrisuf siprizi jochu hawi guyyaa dhalotaa dabarfachu fetu mare danbalin jaalalla issiin egaa jira❤️🆗🆗🆗🆗🆗🆗
👍🎤 Sirboota afaan Oromoo🎼 kan durii🎹 fi haaraa 🎷yeroo yerooti argechu barbaadu🎧
🆗🆗🆗🆗🆗🆗🆗🆗🆗
👍Oromoo culture Aadaa ummata oromoo dhokatte turee iffati baasuf seenaa ummata oromoo oromotaaf kan barsiisu
🆗🆗🆗🆗🆗🆗🆗🆗🆗
👍Asoosaama gabaabaa haala hawataa ta'en isiin biraan geenyaa filanoon kessaan nuy haata'u 🆗🆗🆗
👍🎬Odeeffannoo fiilmiilee haaraa fi sirboota haaraa ho'aa ni🎬🎬 barbaadduu🆗🆗🆗🆗
👍✍Walalon jaalala mimidhago qalbi namaa hawatun isiinif qopesinera argechuf🆗🆗🆗
🎤gabrummaa keessatti dhalannee gabrummaa keessatti guddannee
gabrummaa keessatti hin duunu🆗🆗🆗
more:-oro_promotion🆗🆗🆗 obsii28

Forwarded from KEN BON 👑
🔝⚫🔴⚪KEEN BOON ⚫🔴⚪🔝
Kaayyoon Keenya👇
✊GUDDINA AARTII , AFAAN , AADAA FI SEENAA UMMATA OROMOO irratti hojechu
⚫ FIILMII fi SIRBOOTA ho'aa haaraa bahan
🔴 ogummaa AARTII waliif qoodu
⚪ hojii BEKSISAA
⚫yaada @KeenBoon_430
🔴 join us @Keenboon_KB_430
⚪🔜

Øro ßøní kā🔝💯❤ via @like
Gootatu goota faarsa, goota dhugaaf dararamu.(sabaaf)
------------------
Geerar geerar naan jettuu
Mee ka'ee itti haleeluuree
Badi badi naan jettuu
Mee ka'ee qajeeluuree
Ani maalan geeraraa
Anoo yaadan yeelalaa
Dhiirri geeraree hin quufne
Hidhaa # qaallitti jiraa
Dhiirri geeraree hin quufne
Hidhaa # qilinxoo jiraa
Dhiirri geeraree hin quufne
Hidhaa # karchallee jiraa
Karchallee # Amboo jiraa
Anoo maalan geeraraa
Anoo yaadan yeelalaa
Yaa ijoollee banneerrakaa
Gurra abbaa ganneerrakaa
Oromoon maalum godheree
Maalum gochuu dideree
Yaalle amma dandeenyu
Kana caala maal goonuuf
Xinnaas gabbarree guddaa
Akka wajjin bubbullu
Obsuun waanuma jiruu
Obsinee amma obsaa
Erga sodaa fakkaate
Ka'een ishitti cabsaa
Nan dhowwinaa nan dhaqaa
Iddoo yartuun nu nyaartee
Amma isheen geessu laalaa
Akka lamuu nu nyaarretti
Biyyeetti ishii dabalaa
Yaa Ijoollee biyya kooti
Hundumtuu haadhoo kooti
Sa'aa keenya ishee burree
ishee ribbiif kennine
Gaadi'aniit elmatu
Elmatan bara meeqa
Nuuf galchuu didan malee
Yoom beekne dubbii Keessaa
Akka ramacii ibiddaa
Irra keessa dibanii
Nu gubuuf akka yaadan
Rabbumaaf jirra malee
Harargeen mancaa qarraan
Tuulamni farda leenjise
Roorroon daangaa dabarraan
Qeerroon falma murteesse
Addaggeen safuu hin beektu
Yaa qeerroo
Addarra dhaaban malee
Falmadhu qeerroo Sii'i
Abdiin sabaa yoomillee
Nu beekuuf bar shororkaa'u
Kanaaf garaa jabaatu
Irreef humna qabaniin
Ijibbaata falmatu
Nuun miti farda keenya
Hin beeku bareechanii
Gaafa gaarreen aduwaa.
Gaafa maqalee sanii
.
.
.Kaafadhu farda keen Loli
# Araat_kiiloof situ
aane.... jedhe Haceen keenya.
Gootatu goota faarsa, Goota qilinxoo, qaallittiifi karchallee
gara garaa.
⚫️🔴⚪️join & share
👉 @orocul 👈
👉 @orocul👈

Hordoftoota channel @orocul walitti deebineerra!!
Yaada keeysan @Saaqi_saanqaa dhan nuun gahuu dandeessu. Yaadni keeysan utubaa keeyna nu tumsaa!!
#Add Join your friend!!
@orocul
@Saaqi_saanqaa
Yaada keeysan @Saaqi_saanqaa dhan nuun gahuu dandeessu. Yaadni keeysan utubaa keeyna nu tumsaa!!
#Add Join your friend!!
@orocul
@Saaqi_saanqaa
Øro ßøní kā🔝💯❤ via @like
👂AMALA OROMOO fi OROMUMMAA❤💚❤👂
1⃣ ▶Oromoon hin sobu
➡keessumaa oromoon waliisaa hin sobuu,hin kijibuu,hin dogongorsu!
2⃣ ▶Oromoon Oromoo hin ganuu.
Irbuu waliin du'a!
➡Jalaa hin miliqu, irraa hin seesu!
3⃣ ▶Oromoon, Oromoo tokko hin arrabsu, Hin abaaru, hin jibbu, waliisas hin Ajjeesu!
4⃣ ▶Oromoon, Oromoo maqoo itti hin qabatu; hin agibu; jechaan hin qeequ!
➡Waan badeefii akka sirratu barbaadan ifaafi iftoominaan, kun badeera, kun haa sirra'u jechuun qeeqa qajeelaafi barsiisa waliif laatu!
5⃣▶ Ilmi Oromoo hin Sagaagalu ; Intalli oromoos hin sagaagaltu!
➡Kun safuudha!
6⃣ ▶Oromoon hin hatu; hin kadhatu.
7⃣ ▶Oromoon wal jaallata malee wal hin sodaatu.
8⃣ ▶ Oromoon wal dhagaya, Wal jala deema, waliif abboomama.
Oromoon aangoof wal hin jibbu
9⃣▶Oromoon anatu si caalaa beeka hin jedhu.
➡Kanaafu, oromoon nama hin tuffatu,wal qixa jedhee ilaala.
1⃣0⃣▶Oromoon dabni kun shirri yoo mooraasaa seene dubbii hin balballoomsu.Gadi taa'eet wal caqasa.
Ilaamee... Oo! ee! maaltu nutti galtee?
Dubbi maaltu dhale?
Shamtee moo galtee? jedheetu dubbiif furmaata waaraa godha.
1⃣1⃣▶Oromoon wal loluyyuu, walitti hin gadoonfatu ykn haloo hin qabatu.
Garaa qulqulluun waliin jiraata.
👉Kana qofaa miti, kan hafanis baayyeedha.👈
Egaa Har'a hoo kun jiraa laata?
Yaada keessaniif @saaqi_saanqaa nuuf barreessu dandeessu.
📨📩
Share or forward and join

♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️
📍Best fast growing channel in oromia that you must join.📍
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
@orosarcasm
Nutti dabalamnaan kolfi kee addaan hin citu!😂🤣
@dambalii_jaalalaa
Erga jaalala fi walaloo jaalala
@oromotech
To know about technology in Afaan oromo
@taphafaanoromoo
Bacoo fi qosaa
@aktechstream
Odefannoo technology fi bohartii adda addaatiif
@Networkmuslim
Gorsa,Nashida fi Manzuma
@sennaasa
Asoosama, seena fi walaloo
@oromonews
Oduu waltawaa arkatuuf Bashananuuf
@waltajjii_walaloo
Group yaada itti wal jijirtu
@sabkoofan
Walaloo Adda addaa argachuuf
@oromocul
Now "Our Devotions are on"
A new beginning setting by Qeerroo Let us stand together
@oromiabroadcastingservice_OBS
Official channel of OMN
@oromoimages
Images that are related to oromo will be in this channel
📷 📷 📷 📷 📷
#food #art #cultural
#hero #beauty #historical
#city #nature #people #other
@Gadaapublisher
All in one
@Waanofii33
Asoosama gaggabaabo, walaaloo lataa qana'ii, gargarsaa fayyaa kessaanif
@walmalee
Bashanana garagaraatif
@wankoke
Entertainment channel
@oromonews
Oduu waltawaa argachuuf
@orozone
Group telegram kan afaan oromoo.
@singitantrading
Online trading, shopping
@orosoft
App fi odefannoo technology
@orocul
Bashanana garagaratiif
@pure_oro_only
Learn politics
♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Channel keessan beksifachuu yoo barbaaddan gara kana galmaa'u ni dandeessu
🅾🅾🅾🅾🅾🅾🅾🅾🅾
💀@oromiapromobot
📢@oromiapromotion
#Admin: 👨✈️️📩 @Nds0n