Waan kana:-
1. Hin aarin, if qabi.
2. Yeroo hin qisaasessin.
3. Waan fedhe haa tahu guyyaa hin rafin.
4. Jechoota babbadaa gonkuma hin fayyadamin.
5. Daangaa kee beeki, daangaa eeggadhu.

Khalaas!πŸ™

Shamil N Moohammed

@sammuukeef
Hanga feete jaalattullee hanga feete amantullèe waa hunda itti himtee hin fixin. Booda gaabbita, irraan siif deebi'a booda gaabbita.

Nuti ilma namaati kan namaa dhiisiii kan keenyaahuu dhooysinee deemuuniin haalaan nutti cima. Hundaahuu hin himin !

@Jaalala_qulqulluu 🌱🌿
Dheeraa!

Sa maaliif dheeratteen je'ee bar? Hogga deemtu if jalaahuu ni agartaa sa? Namni wahii akka si laalaa jiru numa gartaa ifii? Jechuun kiyya akka si argaa jiru. Isiin intala xiqqoo ijji ishee xixiqqooti, garuu onnee jabduudga qabdi. Na amani, ishiin inumaa bareedduudhasi. Waan isaan ja'an ni beeytaa, "𝒅𝒉𝒂𝒍𝒂𝒂𝒏 π’ˆπ’‚π’ƒπ’‚π’‚π’ƒπ’…π’–π’–π’ 𝒃𝒂𝒓𝒆𝒆𝒅𝒅𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂."

Dhugaa dubbachuuf ati dhiira nagayaati, yooniif yeroo nagaya hin tahin qofa malee jechuu khiyya. Ati uumamaanuu nama gaariidha, garuu hogga hogga akka donqoorooti godhatta malee. Ati qaroodha, garuu bar ammas dayyuusaa. Dubartiin gabaabduun sun akka tokko sirraan fidde hin agartu kaa. π‘Ύπ’‚π’š π’ˆπ’π’˜π’˜π’–π’Žπ’Žπ’‚π’‚!πŸ˜‰

Garuu maaliif dheerattesa? Jechuun kiyya, maaluma nyaatten je'e? Dhaga nyaattemoo waan akkami?πŸ€ͺ

Hiigaa!
Nagayaan bulaa!
Moggaan nu diddirte akka hin jenneπŸ™„

@orolovechats
Assalaamu alaykum brothers and sisters, RAMADAN MUBARAK!!!

Alhamdulillah Ramadan is upon us once again! May Allah allow us all to make the most of this amazing month - Aamiin! - suma Aamiin🀲.

Alhamdulillaah.

@Sammuukeef
Psychology say :

"When a person appear in your dreams, that person wants to see you."

@sammuukeef
Atuu naaf geessa!✌️

Haadha manaatu abbaa mana isiitif nyaata dhiheessitee nyaadhu naaf lubbuu khiyya Maali barbaree(shitnii) siif haa fiduu? jattiin Sani jaarsi maal ka ja'u ta'e uuuuyπŸ™† Narraa dhiisi atuu naaf geessa. WiiiπŸ™„

Junee M
~~
@orolovechats
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Historical Marriage 😍
Gaa'ela seenaa galmeesse
Conjoined Twins Married a Man 😘
Lakkuuwwan walitti qabatanii dhalatan, kan mata lama qaban, qaamni hafe hunduu garuu tokko ykn kan walii kan ta'e kaleessa gaa'ela godhatan!

Utuu gaaffiin waa'ee lakkuuwwan kanaa gaafatamee hedduudha, kanaaf cal jedhanii Ameen jedhanii gaafficha liqimsuun gaariidha 😘
Game taphachuu, Video ilaaluu fi Survey (Gaaffi Garaa garaa deebisuun) bilbila harkaa keessan fayyadamtanii qarshii Hejjechuuf Kan gargaaru app kana Link Tuquudhaan Seentanii Buufachuu dandessu
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://moneyeasilyune.buzz/35600434032404/?s=tg

#Ad
Forwarded from Walaloon Jaalala (YW Kaachuu)
Maal yakkite,

Isa hubatte,
Dhugaa dubbatte
Isa argite,
Dabaan falmite,
Haqaaf harqite...

(malee)

Maal balleessite?

Daandii irra dhufte jabeessite,
Balaa dukkana jalaa addeessite
Namoomaaf of kennitee dalagde
Oromummaaf umuriikee adabde
Lammiif dhormite,
Finnaaf mormite...

(malee)

...
Hidhaan sin teessifne
Reebichi sin deebisne
Jiiltee dabooma hin horre
Naatee qabsoorraa hin gorre
Keessikee,
qananii dhuunfaarra kan sabaa ilaala
Kanaaf,
Umurii jiraatterra kan hiraartetu caala!
....
Qalbiinkee
har'a miireffata,
kalee wabeeffata
Ijjikee,
borutti xiyyeeffata
Egeree xiiqeffata
Arrabnikee,
dhugaa tiksa
beekumsa labsa
...
Ati,
mogolee kaayyooti
duub-jiree qabsooti
Irbuu utubda
Sabaaf dhukkubda
Sanuu lallabda!
Sobdee hin kabeebsitu
Lammii hin madeessitu
Amanteekee hin hir'istu
Waan hinjirree hin tirsitu
Mararaa haati deesse,
Oftaateet har'a geesse!
...
Kan du'a siif gumaachan
Kan boo'a nutti galchan
maal hanqifte?
maal yakkite?
Dhugaaf buluun dabaa?
Oromoo ta'uun adabaa?
Beekaa, hubataa, ciichaa akkakeen ala,
Jireenyihoo eenyu-eenyuuf mala?
β€˜Biyyi’ ija-ija namaa adamsitu,
Eenyuufi kan qaccee dabarsitu?
Qalbiin gameessatti garaa jabaattu,
Jaarraa meeqa kan oljettee jiraattu?
(Ayii)
...
Ati,
qaroo qaraa qabu,
Anaa dhabu!
* * *
Kanaa'ol Badhaadhaa ,
@Walaloon_Jaalala
Gaafii heddummaachuu isii irraa kan ka'e

Naaf bilbilteeti........
Nyaachu jirtaa naan jatte, eehiin ja'een, maal nyaachu jirta naan jatte, paastaan ja'een, suugoo ni qabamoo ka wal keessaatii naan jatte ni qabaan ja'een, soogiddi irra kutemoo akkami naan jatte, lakkii akka bareedatti itti godhameehiin ja'een. Taate yeroo nyaataa gaarii qabaadhu hbby naan jatte, hayyee galatoomi hbbtyn ja'een, duboo Odeessi maali jirta naan jatte ammaas😒😒😒😒

Ammaas irra deebi'eetiin dubbii paastaa dheertuu tana itti himamoo, baqqaa wal janajjanuun akkanumaaπŸ˜…

@Jaalala_Qulqulluu
Narratti bilbilteeti abbaan kiyya si Kannu malee nan jachu jira, gurbaan inni na kannuufii deemu ameerkaa irraa dhufee nan jatte. Duboo atoo akm jatteeniin ja'een, aniis abbaa kiyya harka darbuu dadhabeetiin tole ja'eenii nan jatte, Tolekaa bultii gaariin siif hawwaa ja'eetiin bilbila kiyya dhaamsadhe, amma narra deddeebisu jirti, aniis jalaa hin kaanse, amma text barreessitee "hanganuma waliif qabnaa, takkumatti hayyee jattee na ga lakkiftaa?" Naan jatte, jaalala ishii itti argisiisuuf gamoo irraa utaaluun qaba moo?πŸ™ƒ

Namni deemu namatti dhufna, nama nu dhiisee deemeef abadan hin kufnu janneerra.

Jireenyi qaalahe, shunkurtiin kiiloon takka Qr 150 seenee jira akkaan isiillee ifitti godhee if hin boochisne.
@Jaalala_qulqulluu
GAR-TOKKEEKOO DHUGUMA SIN YAADE!πŸ₯Ί

Galgala hunda si faana taphadhee" nagaan naaf buli Tokkicha koo. Sin jaaladha "jedhee nagaa sitti dhaammadhee rafuun yaade!

Ganama hunda hirriiba kiyyarraa akkan dammaqeen, ergaakee " akkam naaf bulte tokkittii koo " jedhun yaade.

Yeroon dadhabee dhufe dadhabbiikoo sitti himadhee sitti haar-galfachuun yaade.
Yeroon yaadda'ee, dhiphadhe, dhiphina koo sitti himadhee, narraa qooddattee, sitti boqochuun yaade!

Tasgabbiin sagalee kee Aannanee hin quufamne saniin onneef Sammuu koo boqochistee tasgabbeessuu keen yaade.
Gorsa kee mi'aawaaf jajjabina kee saniin yaade.

Sagalee keef qilleensa waa'ee kee bubbisullee eegan dhabee guyyoota baay'ee lakkoofsiiseera. Garuu Sagaleef qilleensa waa'ee kee bubbisee natti fidu dhabus, waa'eenkee onneef Sammuu koo keessa yeroo hunda jira.

Eega ati narraa fagaattee kophaa koon tahe, Kophummaa na miidhe. Nama kolfaaf gammachuu koo, gaddaaf yaaddoo koo narraa qooddatun dhabe. Dhugaadha namoota baay'eetu naannoo kiyyatti marsee jira. Animmoo namoota baay'ee jidduu taa'een Kophummaan miidhamaa jira...!

Namoota jidduu taa'een waa'ee kee onneef Sammuu kootti hasaasee gunguma. Jaalalaaf mararfannaa keenya yaadadheen yaadaan takka si faana kolfee taphadha. Takkammoo si mararfachaa Egeree keenya si faana mari'adha.

Waa'ee kee onneef Sammuu koo waliin hasaasuu malee namoota cinaa koo jiru hin argu!
Sababni isaas, waaniin sirraa argadhe namoota biroo irraa argachuu hin dandeenye.
Akka ati itti na hubattutti namoonni na hubachuu hin danda'u, akka ati na kolfisiistee na taphachiistutti namoonni biroo na kolfisiisuu hin danda'u.
Ati miira koo dhokataa an olbaasee hin dubbanne naaf hubatta, namni garuu miira koo an olbaasee dubbadheeyyuu naaf hubachuu hin danda'u.
Gaarummaaf Qulqulluummaan sirraa argadhe namoota biroo irraa argachuu hin dandeenye.
Jaalalaaf kunuunsa ati naaf laattu namoota biroo irraa argachuu hin dandeenye.

Waan sirraa argadhe namoota biroo irraa argachuu waan dhabeef onneef Sammuun koo namoota of biratti dagattee si faana godaanti. Kophummaan koos kanaafi!

Eeyyeen iddoon siif laadhe Eenyufuu laachuu hin danda'u. Waa'ee kees yaadee hin nuffu, si eegus hin nuffu. Ati narraa fagaattus onneef Sammuu koo keessaa fagaachuu hin dandeessu. Fageenyiif haalli yeroo inni narraa si fageesse onneekoo keessaa si fageessuuf jaalala kee hir'isuu hin danda'u.
Ati nama an ijaan jaaladhee miti, onneef Sammuu koo amansiisee naman jaaladheedha. Ijaatu waan arge eega miliqe dagata malee onneen hin dagattu. Kanaaf si eeguuf si yaaduu hin nuffine anis...!

Sin jaaladha. yeroo na bira jirtus narraa fagaattus ati onneef Sammuu koo keessa jirta. Sin yaada, Sin dheebodha.πŸ’”πŸ₯Ί

Leelloodha.

@orolovechats
Waaniin arra dubbise irraa...πŸ₯°

Yeroo namootaa waliin haasawa gootu "Ana, ana" jachuu hin baayyisin ! Jachi kun Allaahaa qofa irraa bareeda. Yeroo takka takka dirqamtee "Ani amala kiyya irraa akkana...Akkana...maal maal..." jachuu dandeessa, garuu walitti dhaabdee "Ana, Ana" jacha jau kana yoo fayyadamte kuni waan akkaan dubbii tee Sirraa fokkisurraahi.

Haasawa tokko keessatti walitti dhaabdee yeroo 10 Jacha "Ana, Ana" jau kana yoo fayyadamte daqiiqaa muraasa boodaa irra hedduu haasawa haasooytee sanitti ni gaabbita, maafiin akkasi dubbadhe jatta, Kanaaf mataa kee dhaadheessuuf hin Rakkamin waan si gaabbisiisu hedduutu si afaanii baha waan taheef, akka isa toletti namni sihaa hubatuuti ati miira kee toohachuuf yaali !

πŸƒ

@alfalahdawagrp ❣
Nama dhuunfattee jireenya kee keessatti isaa waliin tahuu barbaaddu tokko wantooo isarraa barbaaddu tartiibeessii barreessii. Qabxiilee guutamuu qaba jattu takkallee hin dhiisin, achi booda qabxiilee barreeffatte san saala isaa jijjiiriitii maqaa keetiin barreessi, aniyoo qabxiilee tana ifii tiyyaaf guutee? ja'iitii if laali, qabxiilee san guuttee jirta yoo tahe abadan nama qabxii san irrisee si qunname hin qeebalin, ati mataan keetuu qabxii san hin guunne yoo tahe immoo namni ati jalqaba isaan wal dhabde mataa keeti waan taheef mataa keetii wajjiin walitti araaramiiti qabxiilee San dura ifii teetiif guuttadhu !

Waan if keessatti hin argine nama keessatti hin barbaadin.
"Namni qulqulluun namuma qulqulluufi, namni badaan(kan badii hojjatuus) namuma akka isaatiifi" Qur'aan πŸƒ

@alfalahdawagrp πŸ₯°
Fuudhaaf heeruma keessatti wal fakkeenyi bareedaadha.
Fknf.......
πŸ‘ŒAmantaan tokko tahuu
πŸ‘ŒYoo barreeysaa taate, ta dubbiftu, ta kitaaba kee san qulqullinaan dhiheessuu irra si gargaartu, ta maal waa barreessaa oolta hin janne, ta kana itti dabali tana irraa dhiisi jachuun si gargaartu......
πŸ‘ŒYoo naggaadee taate ta maallaqa wali qabuu beeytu, ta tirfeeysuu irra si gargaartu.......
πŸ‘ŒYoo hoji teetiifii hojiin isii wal faallaa taate bultiin hedduu takka cima, waliif galuufii wal hubatuu irra wal cinquufii wal dhabuutu baayyata.

πŸ‘Akkaataan hojiifii "style" jaarsaaf jaartii wal hubachuufii wal gargaaruu irratti murteessaadha.
@Jaalala_qulqulluu
Wal hiikkaan guddattee sababaan maali?

Sababaan diigaminsa bultii akka adunyaatti akka addaatti biyyoota muslimaa fii muslimoota qofa hoggaa laalles waan wal fakkaataadha.

Sababaan gurguddaan:

1. Mirga dubartootaa waan ja'amu ka mirga dhiirootaatiin loluu qofaaf uumame.
2. Dubartoonni bakka hundatti qabeenyaan if dandahuu fii hojitti bobbahu. Dubartiin akka joolleetti hojiin qabaa, maallaqan qabaa jaarsi samii haa bahu jetti hoggaa dallante. Eegasii sheenoytii.
3. Dhiirti amala dhiirummaa lakkisuun akka dhala dhalaa goggodhatuu. Hisaabaa ol dhalaan if jaalachiisa ja'anii miila jalatti kufan dhalaan dhiira isiif sujuddu achumatti mataarra dhaabbattee lafatti maxxansitee biraa deemti.
4. Sababaa bakka hojiitti dhalaan dhiiraan dorgamaa jirtuuf dhiiroonni hedduun qabeenyaan, beekkumsaa fii aangoon jaartiilee isaaniiti gad tahanii hafu. Kunis dhalaa waajiraa fii daldaltoota isirra gurguddaa wajjiin oltee manatti galtu namticha isii gad jiru lafaan dongortee dongortee hoggaa agarte hunda isa jibbuun warra wajjiin oltu san kajeeluu fii yaaduu eegalti. Dhiira nafii qabdu yoo tahe ifiif deema, darree yoo tahe waan bajaajin koru kenniteefii ariiti.

Akka yaada kiyyaatti akkasumas wantootan bakka adda addaatti dubbisee fii dhagayeerraa hiikkaan dabalaati deema ammas.

Wanni lama asaasa:

1. Barnoota ammayyaan dubartoonni bakka haalaan dorgomuu eegalan hunda hiikkaan samitti ol deema
2. Qabeenyaan dubartoonni jaarsarraa if geenyaa hoggaa amanan hunda hiikkaan samitti ol deema.
3. Haalli jireenyaa dhiiratti hanguma jabaataa deemu hiikkaanis dabalaa deema. Xarrraqummaa dubartiitii fii jabeenya jiruu waliin oofuun itti ulfaata. Xarraqqee dhiisee jabeenya jiruu wajji qabsoo seena.

@orolovechats
Congratulations! Registration is now open!πŸŽ‰

Click here to register and start earning: https://www.tg-me.com/hulepay_official_bot?start=r03473066595

To watch the registration process, you can view this video: https://www.youtube.com/watch?v=QMRCk6KSfRI
Kalee osoon suuraa Yuusuf qara'u wanni takka na ajaa'ibaa turte. Duraan haala saniin laalee hin beekhu. Jaartiin mooticha misraa Yuusuf akkaataa itti jaalatte hoggaa qur'aanni himu haala ol aanaa taheen onnee isii akka jaalalli yuusuf guute hime. Galkaa onnee isii seene. Jaalala yoo taate gaa inuma jaalattee naaf laali.

Garuu waan kalee hoggaan qara'u na ajaaibe guddaan tokko gara jabeenya dubartiin nama akkaan jaalattuuf qabdu. Nama jaalataniif ka garaa laafan yoo waan fedhan irraa argatan qofa tahuu isaati.

San booda jaartiin mootichaa "yoo waanin ani fedhu hin daleeyne ni hidhama, ni xiqqeeyfama" jette.

Ajab!

Dhugaadhaan hiisiste, hidhamee waggoota hedduuf mana hidhaa ture.

Akkamitti nama haalaan jaalattu hiisistee nagayaan waggoota diila san jiraatte? Style dhalaa hundaati moo style isii qofa?

Dhalaan ilmaan isii fii haadhaaf abbaa isii qofaaf garaa ni laafti! Namni biraa Rabbi qaba. Maymaaysa qaalichaati!
Gaafa tokko beeytaa tokko jaartiin jalaa dhukkubsatte. Ka akka ustaaz mohammad bayaan gara laafoo wahiiti. Kana jaartiin bakka ciiftuu harka isaa qabattee booyinsaan dachii sochoofte. --Dhalaan booyu yoo feete osoo hin dhukkubneehu sa'aa 4 walitti dhaabdee booyuu ni dandeeysi. --

Duuba harka isaa qabattee "amma ati yoon ani du'e way hanga na awwaalanillee eeydaa? Way hanga baatii ani qabrii turullee eeydaa? Ni fuutaa mi?! Na hime dhugaa" jettee boochee usuu didde.

Miskintichi gara laafoon kiyya "beymagan! abadan hin fuudhu" je'ee waywaatus qaalittin isa waywaachuu hin dhiifne.

Booda garaan isa badee "wallaahi ani abadan si booda hin fuudhu" je'ee meeshaa waraanaa isaatis ifirraa muree "kunoo kana booda abadan ani hin fuudhu ati duutu kophaan jiraadha hangan du'uu" je'ee wa'ada seeneef.

Qaalittiin hin duunee ni hafte. Miskintichi meeshaa waraanaa isaa muree darbe. Qaalittin hoggaa fayyitee ji'a muraasa teeyse "auzubillaah ani maalin asii barbaada? Ilmi namaa qonqoo qofaaf way heerumaa?!" Jettee biraa kutte.

Qaalichaa meeshaa waraanaa muree jira isiif jecha, isiin kutte. Miskinummaan takka takka asiin nama geeysi. Dubbiin gennootaa ifirraa hubachuutti haajamti.

Ani du'a malee sirratti hin fuudhu ja'anii booyaa ooluun dubartiin daran garaa naaf laafti jettee yoo yaadde, gaafa sitti booche hanga meeshaa waraanaa si mursiisuutti deemta.

@orolovechats
2024/05/11 08:38:28
Back to Top
HTML Embed Code: