Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Rule No 1
Gammachuun jidduu keessanitti jiru cimee akka itti fufu yoo barbaadde namootaaf hin odeessin !
:¨·.·¨:
`Β·. @Jechootahayyoota

Jiruun tun Qormaata hedduu ulfaataa taheedha. Irraa hedduun kheenya ni khufna! Sababninis namoota biroo waan hordafnuufii isaan san tahuuf waan yaalluuf, Garuu waraqaan qormaata ta hunda kheenya adda adda akka taate hin hubanne
!.π€π₯
GORSA JIREENYAA
@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA
!.π€π₯
GORSA JIREENYAA
@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
FUULA BAREEDAA HIN BARBAADIN.
Gaaf tokko ni dulloomti. Gogaa lallaafaa hin barbaadin, gaaf tokko ni cabbabaa. Garuu Onnee amanamaa guyyaa guyyaan si barbaadu bara baraan si jaalatu barbaadi.β€οΈ
βββββββββββ
@Jechootahayyoota
Gaaf tokko ni dulloomti. Gogaa lallaafaa hin barbaadin, gaaf tokko ni cabbabaa. Garuu Onnee amanamaa guyyaa guyyaan si barbaadu bara baraan si jaalatu barbaadi.β€οΈ
βββββββββββ
@Jechootahayyoota
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Love Diary:
Imali malee namatti hin himin. seenaa jaalala dhugaa jiraadhu malee namatti hin himin. gammachuun jiraadhu malee namatti hin himin, namoonni waan babbareedaa ni balleessu.
βKhalil Gibran

Namoonni waggoota muraasa booda si yaadatuu hin danda'an.
Namni hunduu jireenya mataa isaatiin qabamee jira, namni waaβee kee yaaduuf yeroo hin qabu, keessattuu βdogongoraβ kee miti.
Deemi RISK fudhadhu, jireenya barbaaddu ijaari , sana yoo hin ta'in dhumarratti jireenyi kee hadhaa'aa, yaaddoo fi namoota birootiif gammachuu dhugaa osoo ta'in dadhabdee goolabama.
βββββββββββ
@

Bakka amma jirtu tana irraa yeroo fagaatte. Jireenya bakka haarayatti yeroo jalqabde namoota amma waliin jiraachuu jirtu kana keessaa namni si iyyaafatu, Kan jireenyi akkami ja'ee si gaggaafatu 20% hin guutu.
Tanaafiin nama hunda hiriyyaa hin Sahin hanga isa moggaa jirtu qofa si yaadataa siin jadha.
Hiriyyummaa keessatti nama haala hunda keessatti si waliin jiruuf duursa kanni, qabaataa tahaniis dhabaa yoo tahaniis isaan san yeroo hin jijjiirtuutii atiis isaan waan laafuun hin jijjiirin. Duursa kanniifπ
Hiriyyummaa qulqulluuβ€οΈ @OROMOTOO @OROMOTOO

Forwarded from Jarr π€π
Hin dagannee hin irraanfannee
Seenaa guyyaa kaleessaa
Harma muraa aanolee
Lafee calanqoo tuulee
Calanqoo caliidhaa
Dubbatteen dhagayee
Anooleen owwaattee
Sagaleen ol Ka'ee
Godaannisa qalee
Madaa dhiiga yaa'ee
oromoon falmachuuf
Garayyuu ol Ka'ee
iyyaa iyyaa iyyaa
iyyaa dabarsaa
Gabroonfaa didaa
Hiddaan buqqaasaa
Sabni cunquurfamee
Kaa'aa wali Tumsaa
Seenaa guyyaa kaleessaa
Harma muraa aanolee
Lafee calanqoo tuulee
Calanqoo caliidhaa
Dubbatteen dhagayee
Anooleen owwaattee
Sagaleen ol Ka'ee
Godaannisa qalee
Madaa dhiiga yaa'ee
oromoon falmachuuf
Garayyuu ol Ka'ee
iyyaa iyyaa iyyaa
iyyaa dabarsaa
Gabroonfaa didaa
Hiddaan buqqaasaa
Sabni cunquurfamee
Kaa'aa wali Tumsaa
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA (Be silent.(Imran) βοΈ)
Baga Geessan!β€οΈ
Eid Al Faxir guyyaa boruu Sanbata Guddaa Ni Kabajama.
Id Al-Fixrii kan bara 1446 ALH/2025 guyyaa boruu ni kabajama.
Maatii Channel keenyaa kanneen Hordoftoota amantaa Islaamaa hundaan baga Ayyaana Iid Alfaxir kan bara 1446ffaa nagaan isin gahe jechaa ayyaanni kun kan Nagaa,kan Jaalalaa fi kan Barakaa akka isiniif tahu hawwina!
Isin Jaallanna! Ayyaana Gaarii!
EID MUBAARAK!!!
@jechootahayyoota

Gaazexeessituttiin Sooressicha gaaffiif deebii waliin gochaa jirti.... Icciitiin milkaa'ina keetii maali? Sooressicha, cheekii duwwaa gaazexeessituttiitti kennee qarshii hamma barbaadde itti barreeffadhu ittiin jedhe! Gaazexeessituttiin, cheekii duwwaa itti deebistee " Lakki ani waan akkasii barbaade osoo hin taane, Icciitii milkaa'ina kee si gaafachuu barbaadeeti" jette. Sooressichi ammas cheekii duwwaa itti deebisee, "Qarshii hamma feete itti barreeffadhu" jedhe. Gaazexeessituttiin lakki hin barbaadu jette.
Sooressichi cheekicha itti agarsiisee, "Icciitiin milkaa'ina koo carraa amma si qunnamee ture akka kee of dabarsuu dhiisuu kooti. Icciitiin milkaa'ina koo carraa na mudatu hundumaa fayyadameeti, amma ati carraa si quunnametti fayyadamte otuu taatee gaazexeessituu soorettii addunyaa keenyaa taata turte. Akka amma ani carraa lama siif kenne addunyaan carraa yeroo lama siif hin kennitu.Carraa sii quunname tokkotti fayyadamuun icciitii milkaa'inaati" jedhe.
Argitee? Carraan yoo itti fayyadamte daqiiqaa muraasa keessatti si jijjiiruu akka dandeessu. Garuu, itti hin fayyadamtu yoo taate faallaa kanaati. Carraa si qun
unnamu yeroofi bakka argattetti fayyadamiin dhaamsa kiyya. Madda: BaalaTsaggooch Andebet 2!. Afaan Amaaraa irraan gara Afaan Oromootti jijjiire.
Β© Ifaa G Galataatiin
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
SHAREπ₯JOINπ₯

Jireenya keessatti boqochuu jechuun yaaddoo yeroo hunda harkisuu dhiisuu fi yeroo ammaa hammachuu jechuudha. Innis waa'ee uumamni sirba akka qabu amanuu fi, atis immoo qaama faaruu bareedaa sanaati. Namni kamiyyuu eebbi kan malu gocha ykn buβaa baβii isaa irraa kan kaβe osoo hin taane, waan jiruuf qofa. Gahumsi hin argamu; uumamaan kan jirudha. Gatii ofii beekuudhaan, baayβina jireenyi isiniif dhiheessuuf of banta. Imala kee hammadhu, gatii keetti amani, wanti gaariin karaa kee dhufu hundi akka siif malu beeki.
βββββββββββ
@Jechootahayyoota
βββββββββββ
@Jechootahayyoota
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA (Be silent.(Imran) βοΈ)
Wantoota 7 namoonni negaatiivii sirratti raawwatan.
Isaanis ..
βͺGatii kee xiqqeessu;
βͺFakkii kee balleessu
βͺMaraatummaatti si oofu!
βͺAbjuu kee gatu!
βͺYaada kee maqaa balleessu!
βͺDandeettii kee balleessu
βͺYaada keessan akka hin amanne si taasisu!
Namoota negaatiivii irraa fagaadhaa!
βββββββββββ
@Jechootahayyoota
Isaanis ..
βͺGatii kee xiqqeessu;
βͺFakkii kee balleessu
βͺMaraatummaatti si oofu!
βͺAbjuu kee gatu!
βͺYaada kee maqaa balleessu!
βͺDandeettii kee balleessu
βͺYaada keessan akka hin amanne si taasisu!
Namoota negaatiivii irraa fagaadhaa!
βββββββββββ
@Jechootahayyoota
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA (Be silent.(Imran) βοΈ)
Yaadachiisa :
βοΈOfiif mul'achuu itti fufi.
βοΈOgummaa keessoo kee dhaggeeffadhu.
βοΈSadarkaa anniisaa kee hubadhu & fedhii qaama keetii kabaji.
βοΈOfii carraaquu, barachuu, guddachuu fi of jaalachuu itti fufi.
βοΈHanga kana ofitti hin jabaatin.
βοΈWaan dandeessu hunda gochuu itti fufi, waan dandeessu hundi gaarummaan kee guyyaa guyyaan adda ta'ee akka mul'atu gargaara.

β HAALA KEESSA JIRTU HUNDUMA KEESSATTIYUU OF HIN DAGATIN!
πUmuriin namaa baay'ee xiqqoofi murtooftuudha. Umurii dheereffachuuf qorsi ogeessa gaariin ajajamu kaayyoo qabaachuudha. Namni kaayyoo qabu haala yeroofi naannoo marse ilaalee abdii hin kutu. Jireenyi ilma namaa gaafa abdiin onnatu kaayyoo galmaan nama geessisa. Namni kaayyoo isaaf aarsaa kanalee galmaan gahu, du'a irratti aangoo waan qabuuf hin du'u. Eeyyee namni dhalootaaf yaadee waan saba isaa mataa ol qabachiisu dalagu hin du'u.
Mee ati har'a osoo fooniin boqottee...maaliin yaadatamtaa?
Maqaankee boollaa olitti ni hafamoo akkuma awwaalamteen maqaankee irraanfatamaa?
Erga duuteen booda akka waggoota kumaatamaan boodallee yaadatamtuuf yoo dandeesse waan barreeffamu hojjedhu yookiin immoo waan hojjetame barreessi. Lamaanuu seenaa hojjechuudha waan ta'eef!
Eeyyee! Haalli keessa jirru wantoota abdii nama kutaniin guutamuu danda'u. Garuu abdii kutuun haala fokkisaa gaariitti hin jijjiiru. Abdiidhaan hojjechuun garuu gaara gabrummaa, hiyyummaafi wallaalummaa diiguun ni danda'ameera. Ammas warri abdiidhaan hojjetu faana milkii deemaa akka jiru hubachuun gamnummaadha.
Dhaamsa!
πHaala darbuun dhiphachaa kaayyoo keessan hin dagatinaa!
Har'i boru kaleessa, borimmoo boru har'a, iftaan immoo boru boru ta'a. Wanti hedduun ni jijjiirama. Kanaafuu idduma jirtutti, haaluma keessa jirtutti waan egeree keefi kan dhalootaaf galaa ta'u hojjechuu hin dagatin!
Wantoonni guyyuu ati hojjettu borikee irratti karaa gaariis ta'u yaraadhaan jireenya kee irratti dhiibbaa waan uumuuf waan hojjettu qalbii mana buleen hojjedhu.
Dhugaan haa mootu!π
@Oromotoo

#Gaarummaa
β Jireenya Gaarummaadhaan Faayamte Jiraachudhaan
Ulfinatti Darbuun Ni Danda'ama.
β Gaarii gochuun ofiif! Gaarummaan sinqii guyyaa gidiraati.
Wanta gatii itti baasanii argachuun hin danda'amneyyuu nama
gonfachiifti. Gaarummaan!!!
β Gaarummaan abdii jireenya bara baraati. Namni gaarii
godhu, akka nama sanyii facaasee firii isaa eeggatuuti. Guyyaa
guyyaadhaan wanti nuti hojjennu miijana gaarummaatiin
madaalama. Kan nuuf ta'u wantuma ofiif yaadnee karoorsine
qofa dha. Sanyii hin facaasne ija isaa hin eeggannu, facaafnee
firii isaa eegganna malee.
β§ Gatiin warra qajeelota ta'anii Jireenya bara baraati.
β§ Gaarummaan qajeeltoo jireenya keenya ittiin hooggannu
nuuf haa ta'u!
Join ππβ€οΈπ―
@oromotoo

#Jiraatti_du'uu_fi_du'ani_jiraachuun_wal-caala!
.
Maartin Luuter Kiing Juuniyeer bara 1929 Bulchiinsa Atlaantaa,
Joorjiyatti dhalatee bara 1968 (umrii 39ffaasaatti) Memphis,
Tennessee keessatti harka namaatiin ijjeefame. Haadha
worraa isaa bara 1955 tti fuudhee fi ijoollee isaa woliin woggaa
13 qofa jiraate. Barootni inni itti biyya lafaarra jiraataa ture
bara cunqursaan gurraachotaa Ameerikaa keessatti
hammaataa ture waan taheef, boqonnaa malee barachuu,
hojjechuu fi uummata dammaqsuun dirqama isaa ture. Umrii
gabaabduu tana keessatti leegaasiiwwan mirga namoomaa,
bulchiinsa gaarii, demokiraasii fi haqaa yoomiiyyuu moofayuu
hin dandeenye gadi dhaabee harka worra isa jibbanii fi
sodaataniitiin addunyaa kanarraa godaane!
.
Garuu, worra isa ijjeesee fi isa gidduu garaagarummaa guddaa
tokkotu jira. Sunis, jarri isa ajjeesan gaafa lubbuun jiranii fi
gaafa du'anis yaadannoo tokkolle addunyaa kanarraa hin
qaban. Worra jiraatti du'e, worra seenaa keessattis du'an
ta'anii du'an!
Kiingi garuu gaafa jirus jiraadha. Ergii du'een duubas hojii
isaatiin jiraataa ta'ee jiraataa jira!
.
Jiraatti du'uu fi du'anii jiraachuun wolcaala!
(Dubbisaa! Dubbisuun hanga du'aattidha!)
Join ππβ»οΈ

Gurbaan haadha isaa jaallatu, kan hammenya maatii isaa sirraa dhooysu filannaa kee ha tahu.
Gurbaan odoo wal hin fuudhin haadhaaf obboloota isaa waa'ee isaanii hammeenyaafii arraabaan dubbachaa bilbilaan haasawaa sitti himu irra gowwaa gurbaati !

Yeroo manatti galtan akka feetanitti wal cinquu maltan.... Garuu maaloo hawaasa keessatti badii irrattillee yoo tahe wal deeggaraa.
"Ishiitu hubattuudha mee isheen meal jatte, abbaa manaa kootu na caalaa beeka mee inni maal jadhe" ja'aatii wal dinqisiifadhaa. Namni hamtuu teessan arguu fadhu hundi haa gubatuu.
Namni wal jaalatu hawaasa keessatti bakka waliif laata.β€οΈ

Gurbaa tokkootu ilmi isaa waan gaarii diduun isa darare sani namticha beekaa tokko bira deemee mee ilmi kiyya gaarii tahee amala gaarii irratti akka naaf guddatuuf maal godhuun qaba? Ja'een. Namtichi beekaan saniis ilmi kee amata meeqa ja'een, gurbichiis amata 7 ja'ee deebiseef......
Gurbaan beekaan Kunis akkana ja'een "hedduu booda aante, ilmi kee akka gaarii tahuuf amma odoo hin taane jalqaba gaafa haadha isaa filtuuf san gaafii kana gaafachuu qabda ture, amma yeroon sitti dabree jira" ja'een ja'amaπ
:¨·.·¨:
`Β·. @oromotoo