Telegram Web Link
⭐️⭐️⭐️⭐️

💎Paws guyyaa haarra (march 13) claim gochun ni eegala

✔️Ammaf exchange warrota kana qofaa irratti claim gochun ni eegala exchange biroon boodan dhufuu dandahu wan jiru odeeffannoo isinif qooda deema ...

🤑Bybit
🤑Bitget
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
💎PAWS CLAIM GOCHUUN EEGALE JIRA !🎉

✔️Kan isin claim irratti goota exchange BYBIT fi BITGET qofa irratti ammaf

✔️Yeroo claim gootan fee 3️⃣🛍 kutata paws token keessanirraa seenaa check godhaa karaa link gadii kanan

📎 https://paws.community/app?source=pwa
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
ELSAY TECH
💎PAWS CLAIM GOCHUUN EEGALE JIRA !🎉 ✔️Kan isin claim irratti goota exchange BYBIT fi BITGET qofa irratti ammaf ✔️Yeroo claim gootan fee 3️⃣🛍 kutata paws token keessanirraa seenaa check godhaa karaa link gadii kanan 📎 https://paws.community/app?source=pwa
🤑Bitget irratti namoota dursanii claim godhanif Reward qabu jedhanii jiru

🎁Total Reward $204,250 paws

✔️Ani account koo isa 3ffaan paws hojjedhe achirratti claim godhe 😂
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
🐶Project dogs dhan deeggaramedha jedhama jira guyyaa 13 qofaatu hafe mining ykn faming isaaf

✔️Maybe waan gaarii tahuu mala yoo jalqabdan bareedadha

🔗Link gadii jiru kanan eegalaa
⬇️⬇️
https://www.tg-me.com/treasury_official_bot/app?startapp=1714324152

📱@Elsay Tech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
⭐️⭐️⭐️⭐️

💎Paws kucoin irratti list akka tahuf wali galtee irra gahaniru !

✔️Paws keessan kan account garaagaraadhan hojjettan exchange garaagaraa irratti list godhaa !

✔️Claim gochun march 16 ni xumurama !

✔️Odeeffannoo haaraan paws kana fakkaata

✔️Waan isin rakkise yoo jiraate comment jelatti barreessaa
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
🆕Treasury

✔️Airdrop haaraa karaa telegram dhufe kan ani eda galgala isinif maxxansee ture dha !

✔️Photo kanarraa mal timaamtu ?

✔️Mallattoo paws dogs pixeltap fi icciti kan biroollee wan qabu fakkaata 👀

✔️Akkasumas community dogs fi blum airdrop kana beeksisani jiru

✔️Airdrop guddaa tahuu hin oolu namooti hin jalqabin jirtan jalqabuu dandeessuu

START ➡️CLICK HERE
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Nodepay season 3 xumuramee jira amma season 4 eegalee jira. Kan keessan seenuun ilaalaa.
😎CEO Telegram sababa inni mana hidhaa faransaay irraa gadhiifamef gatii ton fi coin ton block-chain tahan dabalanii jiru🔼🔼
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
🐾Paws

✔️Withdrawal option harra galgala sa'atii 12 tti ni dhaabbata !

✔️Namooti haga ammaa exchange irratti claim hin godhin jirtan ammuma claim godhaa kana booda exchange biroon waan itti dabalamu hin fakkaatu

✔️Namooti exchange irratti claim gootan hin qabnemmoo erga paws list tahee booda onchain irratti claim gochu dandeessu

✔️Paws claim gochu irratti yoo wanti isin rakkise yoo jiraate comment jelatti barreessaa
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Today's XENEA & Ari Walley daily quiz
💎Paws onchain claim gochun xumuramee jira !

✔️Claim'if Exchange lama qofa qopheessu isaani baayyee nama gaddisiisa

✔️March 18 list ni taha

✔️Namooti haga ammaa claim hin godhin jirtan erga paws list tahee booda Off-chain claim gochun ni eegala yeroos claim gootu
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
🐾PAWS

🔜Bor guyyaa sa'ati 7 tti list ni taha

📊Exchange gurguddoo tahan kannen akka 🚗

🤑OKX
🤑BYBIT
🤑KUCOIN
🤑MEXC
🤑BITGET
🤑Gate.io

✔️Irratti list ni taha

HUNDA KEESSANIF CARRAA GAARII
🤗

📱@ELSAY TECH
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
⭐️⭐️⭐️⭐️

🚨PAWS listing postponed

Paws guyyaa listing isaa guyyaa borii kan ture gara guyyaa hin beekmnetti darbee jira !
😭🤣

✔️Guyyaa listing isaa kan isin beeksisnu taha jedhani jiru
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
💎🔤🔤🔤🔤

✔️Oduun waa'ee listing paws darbuu waan guddaa fidee dhufaa jira !

✔️Akkuma suuraa irraa argaa jirtan paws fi solana walii galtee isaani akkuma cimetti itti fufee jira

✔️Akkasumas paws binance irratti list tahunsaa hin oolu ➡️ 9️⃣9️⃣🛍

✔️Airdrop paws irraa Profit gaarii ni argattu jedhee yaada waaqi nu haa milkeessu 😊
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
▫️   Today   ➔  Treasury Code
▫️    Code    ➔ 
14:55
▫️ Reward   ➔   50 point
▫️ Start Bot ➔
Treasury_bot
💧DROPAIR

📆Listing march 31

Namooti hojjecha turtan qopha'aa😁

📱@ELSAY TECH
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
2025/07/05 06:06:17
Back to Top
HTML Embed Code: