Telegram Web Link
Oduu Ho'aa

Itoophiyaan maallaqa jijjiiruuf jedhame!

Itoophiyaan akaakuuwwan maallaqa abbaa qarshii 10, 50fi 100 kanaan dura turan guutummaatti bakka buusuun noottii maallaqa haaraa fayyadamuu akka eegaltu har'a ibsame. Kunis maallaqa haaraa abbaa qarshii 200 kan dabalatu yoo ta'u, akaakuuwwan maallaqaa kunneen deeggarsa sochii seeraan alaa, malaanmaltummaafi hojiilee kotiroobaandii to'achuuf kan gargaaruudha jedhameera.
Kana malees mallattoowwan akaakuu mallaqaa haaraarratti maxxanfaman gochoota seeraan alaa maallaqa fakkeessanii hojjechuuf taasifamu hambisuuf akka gargaarus ibsameera.

Maddi: Gaazexaa Bariisaa
Mee hiriyoota keessan itti naaf hafeeraa!
@milkiif
Dubartii Afriikaa yeroo jalqabaaf NASA seente

Finfinnee, Qaammee 3, 2012 (FBC) – Dubartii Afriikaa yeroo jalqabaaf NASA seente. Dubartiin Niijeer Fadjii Maayinaa, dubartii Afriikaa jalqabaa jabduu dhaabbata hawaa fi wantoota hawaa keessa jiran qoratu(NASA) keessa seente taateetti. Haayidirooloojistiin umrii waggaa 29 kun digiriishee sadaffaa(PhD) bara Faranjoota 2016 argatte. Dhaabbata addunyaarratti beekamaa ta’e NASA kan US keessatti argamu ammoo dhuma ji’a darbee…

FBCttu gabaase!
Odeeffannoo dabalataaf https://www.facebook.com/fedhasaaf/
@qubeenquba
sUbScRiBe
Subscribe
@qubeenquba
Irreechi yoom jalqabe?
Dhimmi Hora finfinneewoo? Ergaa gabaabaa dhaggeeffadhaa!
👇👇👇👇👇👇👇
https://youtu.be/v1OnBkl7sYs
Simboo Consultancy PLC. pinned «Irreechi yoom jalqabe? Dhimmi Hora finfinneewoo? Ergaa gabaabaa dhaggeeffadhaa! 👇👇👇👇👇👇👇 https://youtu.be/v1OnBkl7sYs»
Quuqamtoota, sabboontotaafi Abbootii Qabeenyaa hundaaf,

Deggarsa keessan na barbaachisa!

Qorannoo PhD kiyya Irreecharrattan hojjechuutti jira. Ayyaana ammaa kanatti ragaa guurrachuuf gara dirreettin bahaa jira. Haata'u malee, tumsa maallaqaa na barbaachisee jira. Qoqqooddii baajataa wixinee keeasatti ibseen jira. Ani amman dnadahu deemus, hojichi kan ummata bal'aa waan taheef haqaan dalagamuu qaba. Sunimmoo, maallaqanmalee hindabdaa'amu. Warri na deggaruu feetaan 0911787196 na qunnamaa!
👇👇👇👇👇👇
2025/07/06 09:55:11
Back to Top
HTML Embed Code: