Telegram Web Link
Channel created
FAYYAA SAMMUU pinned Deleted message
Channel photo updated
Channel name was changed to «FAYYAA SAMMUU»
Akkam jirtu hordoftoota fayyaa sammuu
Torban 1f Telegram kiyya hacked ta'ee ture.
Profile fi maqaa chaanalii sana jijjiiranii waan garaagara itti maxxansanii turan.
Dogogora uumameef na ofcholcha jechaa.
Amma barreefamoota waa'ee fayyaa sammuu irratti waggaa sadii oliif isiniif qooda ture nu jalaa haqamee jira.
Gara fulduuratti rabbi waliin waan barannee irra isiniif qoodna.
Nu ofcholcha
Waantoota dinqisiisoo waa'ee sammuu keenyaa.
1. Sammuun namaa %6 cooma irraa uumame.
2. Sammuun namaa waggaa 25tti ijaaramee xumurama.
3. Dandeetiin kuusuu sammuukee daangaa hin qabu.
4. Sammuunkeenya sa'a tokko keessatti saffisa mile 268 odeeffannoo geejiba.
5. Gidduugaleessan, spinal kordiin namaa waggaa 4 keessatti guddina dhaaba.
6. Meeshaan odeeffannoo qaama keefi sammuu kee wal jijjiiruu spinaal koordii jedhama.
7. Namni sammuu isaa %10 qofa fayyadaman, jette jetteedha malee dhugaa miti. Hundasayyu ittuma fayyadamta.
8. Sammuun nama pawuundii sadi ulfaata.
Kan dhiiraa garuu kan dhalaa ni caala.
9. Sammuun ofiisa of qorrisiisuu danda'a.
10. Tishuun sammuu xiqqoon ishee newuuronii 100,000fi sayinaapsii bilihona tokko irraa ijaarama.
11. Sammuun namaa humna ibsaa waattii 23 maddisiisuu danda'a. (Ampuulii tokko ibsuuf gahaadha).

Sammuu nagaa qabaadhaa!

Tolasaa Burqaa

Join and share
@sammuukoof
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Torbee 1 keessatti maqaa chaanalii keenyaa jijjiramuufi barreeffamoonnni baduudhaan
Namoonni hedduun unfollow godhan
Statistics dhan kana fakkaata.
Barreeffamoota keenya share gochuudhaan walif dabarsaa.
Hirriba fayyaa qabeessa.
…….
💖Namni ga’eessi tokko(umurii 18-65) giddu galeessaan guyyaatti sa’aatii #7_9 rafuu qaba
💖Hirriiba Ga’aa Rafuun Faayidaalee Armaan Gadi Qaba
……
👉Dandeettii waa yadachuu ni dabala
👉Dandeettii dhukkuba ofirraa ittisuu qaamaa ni dabala
👉Sammuun kee si’aawaa(active) ta’e akka turu godha
👉Dhiphina sammuu ni hir’isa
👉Dhibee onnee fi dhiibbaa dhiigaa ni hir’isa
👉Ulfaatina(furdina) kee ni hir’isa
👉Carraa dhibee sukkaaraan qabamuu ni hir’isa
Waa'ee fayyaa keessanii baruudhaaf
@sammuukoof
@sammuukoof
Join godhaa.
Warning signs of depression

Yaada nama dhibee dawweessa qabu waa sadiin beekta.
(You can consider a depressed patients by this three cognitive disturbances)
1. Negative evaluation for him/her world.😱
👌Addunyaa isaaf lafa dhiphinaa akka ta'etti yaada. Kanaaf waan hundiyuu isatti hin tolu.🙈🙈🙈🙈

2. Negative evaluation for him/herself
Waa'ee ofiisaaf ilaalcha badaatu sammuu isaa dhuunfata. Kanaaf murtoo barbaachisaa kennuu dadhabuu, Of balleessu, abdii kutachuu, hammina yaaduufi ofitti amanamummaa dhabuun irraa mul'ata.

3. Negative evaluation for his/her future😇😇😭😭😭
👌Egeree isaaniif gammachuu ykn abdii hin qabani. Kanaaf wanta qabatamaa hin jirretti amanuufi eegganna ofiif gochuu laaffisuu eegalu.

👍Dhaamsa;_ Hiriyoota yookiin firoota kee haala kana keessa jiraniif qoodi.

Join @sammuukoof
@sammuukoof
Gorsa fayyaa sammuu irratti bifa addaan hin citneen hordofa.
Join godha maatii ta'aa!
Seena kana irraa ni barattu
Daawwadha.
Namoota miira depression fi yaada of ajjeessuu qabaniif wal'aansa guddaadha.
2025/06/30 06:21:41
Back to Top
HTML Embed Code: