Telegram Web Link
♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️
♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️
☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️
❤️❤️🚫🔞💋Kana beektuu laata♨️♨️
Walsobuu 1 malee chanalata armaan gadii keessati sirriitti bashananta irra barataa
Kan siraa egamuu #JOIN
Gochuu qofaa

🎲. Gadaa melbaa
@gadaamelbaa1


📡 FIBAfaanoromoo

@fibafaanoromoo


📡Gada news network

@Gadanews

🎲Sona oromota salaalee

@sona_oromotasalale

😁kolfaan dhumnee
@kolfaandhumne

🎲mibubaa
@makodii

🎲Oro vine

@oro_vine
Forwarded from GADAA MELBAA (Magarssaa Badhasaa)
♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️
♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️
☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️
❤️❤️🚫🔞💋Kana beektuu laata♨️♨️
Walsobuu 1 malee chanalata armaan gadii keessati sirriitti bashananta irra barataa
Kan siraa egamuu #JOIN
Gochuu qofaa

🎲. Gadaa melbaa
@gadaamelbaa1


📡 FIBAfaanoromoo

@fibafaanoromoo


📡Gada news network

@Gadanews

🎲Sona oromota salaalee

@sona_oromotasalale

😁kolfaan dhumnee
@kolfaandhumne

🎲mibubaa
@makodii

🎲Oro vine

@oro_vine
♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️
♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️
☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️
❤️❤️🚫🔞💋Kana beektuu laata♨️♨️
Walsobuu 1 malee chanalata armaan gadii keessati sirriitti bashananta irra barataa
Kan siraa egamuu #JOIN
Gochuu qofaa

🎲. Gadaa melbaa
@gadaamelbaa1


📡 FIBAfaanoromoo

@fibafaanoromoo


📡Gada news network

@Gadanews

🎲Sona oromota salaalee

@sona_oromotasalale

😁kolfaan dhumnee
@kolfaandhumne

🎲mibubaa
@makodii

🎲Oro vine

@oro_vine
Forwarded from GADAA MELBAA (Magarssaa Badhasaa)
Itoophiyaan sa'aa 24 dabre keessa namoota 4,352f qorannoo Koroonaavaayiras kan taasiste yogguu tahu, namoota 30 irratti vaayirasichi argamuu Ministirri Fayyaa biyyattii beeksiseera.
Haala dhukkubsattootaa:-
Namoota sa'aa 24 dabran keessa qabamuun isaanii mirkanaa'e keessaa 22 dhiiroota yommuu tahan, 8 ammoo dubartoota. Akkasumas umriin isaanii waggaa 9 - 60 gidduu kan jiraaniidha.
Namoonni qabamuun isaanii mirkanaa'ee keessaa:-
💠Namoonni 15 Finfinneerraa,
💠 Namoonni 2 naannoo Tigraay,
💠Namoonni 8 naannoo Amaaraa
💠Namni 1 naannoo Oromiyaa
💠Namoonni 3 naannoo Hararii fi
💠Namni 1 konkolaachistoota fee'umsaa daangaa ce'anii galanidha.
Kanneen keessaa
👤 Namoonni 11 kan tahan seenaa imala biyya alaa kan qaban yoo tahu,
👤 Namoonni 5 ammoo namoota amma dura qabamuun isaanii mirkanaa'e waliin tuttuqqaa qabu
👤 Namoonni 14 garuu seenaa imala biyya alaa kan hinqabneefi namoota vaayirasichi irratti argame waliin tuttuqqaa kan hinqabne tahuu, ragaan bahe ni mul'isa.
• Lakkoofsi namoota waliigalaa biyyattiitti Covid-19n qabamaniis 731 taheera.
Gama kaaniin ammoo, sa'aatii 24 dabre keessa namoonni kudha afur Magaalaa Finfinneerraa, vaayirasicha irraa bayyanachuus beekameera. Waliigalattis namoonni 181 COVID-19 irraa bayyanataniiru.

@gadaamelbaa1
Forwarded from GADAA MELBAA (Magarssaa Badhasaa)
♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️
♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️
☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️
❤️❤️🚫🔞💋Kana beektuu laata♨️♨️
Walsobuu 1 malee chanalata armaan gadii keessati sirriitti bashananta irra barataa
Kan siraa egamuu #JOIN
Gochuu qofaa

🎲. Gadaa melbaa
@gadaamelbaa1


📡 FIBAfaanoromoo

@fibafaanoromoo


📡Gada news network

@Gadanews

🎲Sona oromota salaalee

@sona_oromotasalale

😁kolfaan dhumnee
@kolfaandhumne

🎲mibubaa
@makodii

🎲Oro vine

@oro_vine
Forwarded from GADAA MELBAA (Magarssaa Badhasaa)
🔞🔞🔞🔞🔞🔞🔞🔞🔞🔞🔞🔞
♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️
☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️
❤️❤️🚫🔞💋Kana beektuu laata♨️♨️
Walsobuu 1 malee chanalata armaan gadii keessati sirriitti bashananta irra barataa
Kan siraa egamuu #JOIN
Gochuu qofaa

🎲. Gadaa melbaa
@gadaamelbaa1


📡 FIBAfaanoromoo

@fibafaanoromoo


📡Gada news network

@Gadanews

🎲Sona oromota salaalee

@sona_oromotasalale

😁kolfaan dhumnee
@kolfaandhumne

🎲mibubaa
@makodii

🎲Oro vine

@oro_vine
Forwarded from GADAA MELBAA (Magarssaa Badhasaa)
Baga gammaddan barattoonni naannoo oromiyaa kutaa (8-12)saaddeetii hanga kudha lamaa barattan hundaaf.
Akkuma yeroo darbe karaa miidiyaa garaa garaarratti dubbachaa turre karaa teelegiraamaa fi TV barnoota laachaa fi isinimmoo barachaa akka jirtan BBO'N himamaa ture. ammammoo qormaatni keessan yeroo dhiyoo keessatti akka jalqabuuf haala mijeessaa jirra.
Sababa dhibee hamaa koroonaan walqabatee walitti qabamuun sababa hin danda'amneef barattoonni Kutaa sagalaffaa hanga kudha tokkoffaa (9-11) karaa teelegraamaa @GADAAMELBAA1 yookin kan gurraachaan barreeffamee jiru kana xuquun https://www.tg-me.com/gadaamelbaa
Follow erga gootanii qormaata keessan fudhachuun deebii isaa erga itti baaftanii mana barnootaa keessanitti geessitu.
Warreen qormaata naannoo (8) fi biyyoolessaa (12) fudhattan guyyaan isin itti fudhattaniif haala ittiin isin fudhattan karaa teelegiraamaa @GADAAMELBAA1 link https://www.tg-me.com/gadamelbaa kana Tuqxanii argachuu dandeessu.
Biiroo barnoota oromiyaa 2012
♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️♣️
♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️♦️
☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️
❤️❤️🚫🔞💋Kana beektuu laata♨️♨️
Walsobuu 1 malee chanalata armaan gadii keessati sirriitti bashananta irra barataa
Kan siraa egamuu #JOIN
Gochuu qofaa

🎲. Gadaa melbaa
@gadaamelbaa1


📡 FIBAfaanoromoo

@fibafaanoromoo


📡Gada news network

@Gadanews

🎲Sona oromota salaalee

@sona_oromotasalale

😁kolfaan dhumnee
@kolfaandhumne

🎲mibubaa
@makodii

🎲Oro vine

@oro_vine
Forwarded from GADAA MELBAA (Magarssaa Badhasaa)
Breaking News
-------------------------------
Waa'ee barnoota bara kanaa ilaalchisuun Ministeerri barnootaa fala kan jedhu furmaata tokko lafa kaa'eera kunis baratoonni bara baranaa barachaa turan guutumman gara......... see more @gadaamelbaa1
Forwarded from GADAA MELBAA (Magarssaa Badhasaa)
Debo (3).apk
3 MB
Kabajamtoota miseensa @gadaamelbaa1 applicationii kanaa bilbilaa keesan irratii feudhaan tata'amsainaa vayirasii koroonaa ofirraa yaa ittisnuu 2ffaa isaa argachuuf @gadaamelbaa1
Kuni sagalee waamicha birmannaa Uummata Oromoo gola adduunyaa mara jirtaniif taasifameedha
Tibbaa darbe Kaaba shaggar Salaaleetti harmeen Fayyisaa Nugusee Agaa Adde Muluu Adaraa Bashaa Miciree gadameessa ishee mucaa kichuu ofii beeloofte, dheebottee, daartee Abbaa malee guddiftee yeroo ishee gargaaruu jalqabeeti garajabeessaan jala ajjeefamuun isaa ni yaadatama. Harmeen Oromoo danuu carraan kuni qaqqabe jira. Addee Muluu Adaree Badhaasaa ko’eettii waa harkaa hin qabneedha. Ragaan ammoo Mucaan ishee du'ee sanduuqa reenfa illee waan itti bittu dhabdee Iddirii toora jiru irraa akka liqeeffattee afaan harmee kana irraa dhaga'een jira. Baayyee laphee nama cabsiti. harmeen tuni harki ishee tokko irraa citee jira deeggarsa nu irraa barbaaddi.
Harmee tana gargaaruun ammoo harmee Oromoota miliyoonaa jajjabeessu fi abdii itti horuudha. Sana bira darbees boqonnaa xumuraa fincila diddaa garbummaa ummanni Oromoo taasisaa jiruttii godoo xiiqii fi tokkummaa ijaarree qabsoo Oromoo bilisummaa fi birmadummaa miixachisuudha. Kanaaf Oromoonni gola adduunyaa mara jirtan xiqqaaf guddaan, jaarsaaf jaartiin, Qeerroof Qarreen, Diyaaspooraa fi Angaawaan harmee tana wanta dandeenyu hundaan haa gargaaruu waamicha koon isiiniin gaha. Gargarsaa akaakuu kamiinu gochuuf ni dandeessuu. Gama mallaqaa ammoo warri gargaaru barbaaddan
Bankii hojii Gamtaa oromiyaa irraatti
Maqaa Muluu Adaraa Bashaa
Lakk Account 1000066984919
Hundii keessanu waan qabdaniin Harmee oromiyaa waan gargaartaniif galatooma!
#share_share_share waliif godhaa

@sona_oromotasalale
Haadha Fayyisaa Nugusee haa gargaarruu
Forwarded from Jawar Mohammed
Namatu rakase moo lafatu qaalaye?

Jaarsa tokkotu jira ergan biyya kanatti galee yeroo tokko tokko galgala waarii kan naaf bilbilu. Tibba kana bilbileeti...
Jaarsa: Mee waa si gaafadhuu
Ana: gaafadhu
Jaarsa: Sila namatu rakase moo lafatu mi'aaye ?
Ana: Maal jechuudha? Gaafiin keessan naaf hin galle.
Jaarsa: Ilaali! Gaafa Nugusaa san mootummaan nama bitachuufi sossobachuuf lafa gaashaa/ wantaadhaan namaaf kenna. San booda abbaa lafaa jedhamtee irboofi sisoo hiyyeessaraa guurtee mootummaaf galchita. Gaafa Darguu ammoo lafa ximmaada/ qarxiin namaa kennanit Abiyoot Xibbaqaa yooki firdishangoo taata. Gaafa Mallasaa ammoo kaare meetiriitti gadi buute sanumaan kaadiree taatee hojjatta. Amma ammoo kondominiyeemiin nama bitatu yoo jedhan dhagaye. Maarree ilma koo gaashaa irraa xiqqaatee deemee kondominiyeemiitti yoo gadi bu'e lafatu mi'aaye moo namatu rakase jenna?
Ana: Har'a ammoo dubbii ajaa'ibaat gadi baafte.
Jaarsa: Gaafa mootummaa itti aanuu ammoo maalin akka namni bitamu beektaa ?
Ana: Maallaqaan ta'a kaa ?
Jaarsa: Lakki. Maallaqni eessaa dhufee kennama. Lafumatu kennama. Garuu lafti waan dhumuuf lafuma itti awwalamtu siif kennanii si bitatu.

Hanga garaan na dhukkubuu kolfeen nagaatti buli jedheen. Bulee yoon yaadu akkatti jaarsoliin keenya waa hubatan hedduu na dinqe. Mee jaarsi kun dubbii lafaan nama bitachuu kana way irraa goree?

Nagayaan bulaa mee.
Hordoftoonni fuula Facebook Abera Tadesse fuulli Facebook kiyya na jala gubaate jira!
Kanaf karaa sanaan waa maxxansuu hin dandeenye!
Haqni waldiddaa faallaawanii gidduutti argamti - Herakilitees
Nuti dhaloonni qubee bara jawar mohammed, Baqqalaa Garbaa fi qabsawonni qaqqaliin oromoo keessa jiraatan, jiraachuun keenya akka dhaloota bara Hayilee Fidaa fi Baroo Tumsaa sana dhaloota carra qabeeyyidha. Yeroon kuni yeroo dhaloonni ibidda saafaa keessa jiraatuudha. Dhaloonni kuni xoophiyaa dullomtee du’uuf dhidhitataa jirtuu fi xoophiyaa haaraa saba ishee mara ija tokkon ilaaltu dhalchuuf deemtu gidduu dhaabbatee jira. Yeroo kuni yeroo abdiin guutameedha. Bara sirni nama nyaatan xumuraaf awwaalamee sirni sabaaf sablammii kamiifu mijaatu itti dhalachaa jiruudha
Yeroo baayyee hamaa fi murteessaa kufaatii mootummaa kana keessa jiraacha jirra. Diddaan oromiyaa keessa, Dhidhitannaan walaayittaa, gurmaa’insi Siidaamaa, Garreeffannaan Tigraay, Fincilli soomaliyaa, bittinaa,uun hortee semeetik, Dhukaasni mattakaal, waraansi xiyyaa Gumuuz keessa waranaa cimaa mootummaa kana qoonqoo isaa hudhee qabeedha. Uummanni kuni yeroo dheeraa siyaasaan dhiibamanii jiru, dinaagdeen saamamanii jiru, sanyiin qoodamanii salphataniruu, Garuu uummanni amma nu miila eekeraa durii dhaadheessu Kanaan hacuucamuun nu gamtee, ho’ii osoo jiru qorri lafee nama nyaatu jechuun falmachuuf murteessani jiru. Ibiddi qabsawonni bilisummaa jawar mohammed Baqqalaa Garbaa fi qabsawonni qaqqaliin oromoo fi sablammi adda qabsiisaan sirna dullomaa kan gubee daaraa godhutti jira. Yeroo waan haaraa dhaalachuuf jedhuu moofaan ture akka gufachisuu ni beekkama. Waldiddaa fi fincila faallaa kan giddutti haqni dhalachuuf miixuu irra jira
Uummanni yeroo hunda mo’ataadha!
🇬 🇦 🇩 🇦 🇦 🇲 🇪 🇱 🇧 🇦 🇦



@gadaamelbaa1
Gadaa Melbaa
2025/05/31 07:40:22
Back to Top
HTML Embed Code: