Forwarded from QBO ZOONI BAHAA (Jaal Bari Saba) (Kala Man)
Biiftun amma lixxe tun, lixxee achiin hafuuf osoo hintaane bor akka haaratti, humnaa fi anniisaa haaradhaan nuu baโ€™uufi. Hinshakkinaa! Oromoof guyyaan dhufaa jira!

@jaal321
Forwarded from QBO ZOONI BAHAA (Jaal Bari Saba) (Kala Man)
Lafa Ati Lixxe Lixee...
Namoota lamatu ollaa jiraatu turan. Lachuun isaanii
machaa'uudhaan beekamu. Baay'ee wal jaallatu. Inni
tokko dureessa, inni kaan immoo hiyyeessadha.
Guyyaa tokko inni hiyyeessi sun isa dureessaan akkana
jedhe, "Maaliif mana araqeen itti qophaa'u hin banannu?
Yoos ofii keenyas dhugaa achumaanis daldallee bu'aa irraa
argannaa! Ati maallaqa natti kenni. Animmoo mana
araqeen itti qophaa'u ijaareen, nama hojjetu itti qacaree
hojicha eegallaa!"
Namichi inni dureessis itti waliif galuudhaan horii guddaa
itti kenne. Hiyyeessichi garuu hojii yaadame utuu hin
hojjetiin maallaqichatti garmalee fayyadamee fixe. Isa
booda dureessichi guyyaa guyyaatti horii sana gaafatee isa
rakkise. Jireenya itti hadheesse.
Homaa fala dhabnaan murtoo ulfaataa tokko murteesse. Of
ajjeesuu! Isa booda mana borootti deemee of fannise.
Dureessichi akkuma amala isaa maallaqa isaa gaafachuuf
yoo dhufu hiriyyaan isaa sun of fannisee argeBaay'ee gadde. Gaddi isaa garuu lubbuu hiriyyaa isaaf hin
turre. Maallaqa isaaf malee. Achumaan, "Maallaqa hamma
sana narraa fuutee utuu naaf hin deebisiin of ajjeestaa?
Gowwaa kee barbaaddadhu! Lafa ati lixxe lixeen sirraa
fudhadha!" jedhee erga dhaadatee booda uffata isaa
baafatee hiriyyaa isaa sana biratti of fannise. Maaliif of
fannise? Lafa hiriyyaan isaa lixe sana lixee maallaqa isaa
irraa fudhachuuf! Ni milkaa'aa laata?
* * *

@jaal321
Forwarded from QBO ZOONI BAHAA (Jaal Bari Saba) (Kala Man)
Oromoo tiyya fuula Facebook ko kana follow godhaa

Oromoo wal garsiisan male wali barsiisan
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡https://www.facebook.com/kalid.mohammed.14019
Forwarded from SAFARICOM AFAN OROMO
โ‡๏ธ BAGA GARA SAAFARIKOOM NAGAAN DHUFTANโ‡๏ธ

Bootii saafarikoom fayyadamuudhan yemmuu miseensa taatan qarshii 1000 badhaafamtu.

๐ŸŽ Dabalataan nama tokko yemmuu affeertan kafaltii qarshii 100 argattu!

Namoonni affeertaan 25 yeroo gahan, qarshii 3500 baasii gochuu dandeessu.

Liinkin affeerraa kesssani โฌ‡๏ธ
https://www.tg-me.com/Safaricom_Afan_Oromo_bot?start=r08950147700

Join | SAFARICOM - AFAAN OROMO
Forwarded from SAFARICOM AFAN OROMO
โ‡๏ธ BAGA GARA SAAFARIKOOM NAGAAN DHUFTANโ‡๏ธ

Bootii saafarikoom fayyadamuudhan yemmuu miseensa taatan qarshii 1000 badhaafamtu.

๐ŸŽ Dabalataan nama tokko yemmuu affeertan kafaltii qarshii 100 argattu!

Namoonni affeertaan 25 yeroo gahan, qarshii 3500 baasii gochuu dandeessu.

Liinkin affeerraa kesssani โฌ‡๏ธ
https://www.tg-me.com/Safaricom_Afan_Oromo_bot?start=r08950147700

Join | SAFARICOM - AFAAN OROMO
Forwarded from QBO ZOONI BAHAA (Jaal Bari Saba) (JAAL BARII)
Oromoo tiyya fuula Facebook ko kana follow godhaa

Oromoo wal garsiisan male wali barsiisan
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://www.facebook.com/profile.php?id=100086351214780
Forwarded from QBO ZOONI BAHAA (Jaal Bari Saba) (JAAL BARII)
sheekh Aadam tuulaa Gara fuula Rahamaan deeman Rabbi rahamata hagodhuuf
๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ’”
Forwarded from Deleted Account
Akkam jirtu maamila jaallatamaa, kennaa bara haaraa Baankii Awaash akka injifattan affeeramtaniittu

Baankiin keenya tajaajila isaa beeksisuufi ummata biraan gahuu badhaasa haaraa nama gammachiisu qopheessee jira.

Badhaasa irratti hirmaachuuf link sana tuquun bot eegaluu, link sana namoota biroof share gochuun account keessan invite godhaa (#Forward)๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/AwashBank_officialbot?start=r08950147700

โœ… Boonasii Birrii 2,000 yeroo boot /start gootan account keessanitti dabalama.

โœ… Lakkoofsi namoota karaa waamicha keessaniin itti makaman 20 yeroo gahu lakkoofsa herrega baankii fi lakkoofsa bilbilaa keessan nuuf ergaa. Birrii kuma 5 hatattamaan isiniif ergina.

caraa gaarii!

Tarree mo'attoota ilaaluuf chaanaalii keenya join godhaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/Awash_Bank
https://www.tg-me.com/Awash_Bank

Kun ergaa waamichaa keessaniiti, dorgommii kana SHARE ykn #FORWARD gochuun hirmaadhaa.
Forwarded from SAFARICOM AFAN OROMO
โ‡๏ธ BAGA GARA SAAFARIKOOM NAGAAN DHUFTANโ‡๏ธ

Bootii saafarikoom fayyadamuudhan yemmuu miseensa taatan qarshii 1000 badhaafamtu.

๐ŸŽ Dabalataan nama tokko yemmuu affeertan kafaltii qarshii 100 argattu!

Namoonni affeertaan 25 yeroo gahan, qarshii 3500 baasii gochuu dandeessu.

Liinkin affeerraa kesssani โฌ‡๏ธ
https://www.tg-me.com/Safaricom_Afan_Oromo_bot?start=r08950147700

Join | SAFARICOM - AFAAN OROMO
Forwarded from SAFARICOM AFAN OROMO
โ‡๏ธ BAGA GARA SAAFARIKOOM NAGAAN DHUFTANโ‡๏ธ

Bootii saafarikoom fayyadamuudhan yemmuu miseensa taatan qarshii 1000 badhaafamtu.

๐ŸŽ Dabalataan nama tokko yemmuu affeertan kafaltii qarshii 100 argattu!

Namoonni affeertaan 25 yeroo gahan, qarshii 3500 baasii gochuu dandeessu.

Liinkin affeerraa kesssani โฌ‡๏ธ
https://www.tg-me.com/Safaricom_Afan_Oromo_bot?start=r08950147700

Join | SAFARICOM - AFAAN OROMO
Forwarded from Kalid Simale
,ยค'''ยค  .,.  ยค'''ยค,
ยค        EID      ยค
'ยค  Mubarak  ยค'
'ยค,              ยค'
      "ยค,:,ยค"
Warra baranaa kan bara hedduu "baga sin gahe!!
Your friend is threatening me! Is there anything you want to tell me? The proof is here https://tinyurl.com/photo23121312
Forwarded from QBO ZOONI BAHAA ( JAAL BARI) (BARI SABA)
Qondaaltonni Israaโ€™el badiisa Gaazaa ni deeggaru jechuun manni murtii dhagaโ€™e

ONM-ABO Amajjii 11,2024 Karoorri Israa'el Gaazaa "balleessuuf" qabdu "sadarkaa mootummaa ol'aanaa" irraa kan dhufe ta'uu manni murtii olaanaa UN dhaga'eera.

Himannaan kana kan dhiyeessan abbootii seeraa Afrikaa Kibbaa Israaโ€™el duguuggaa sanyii raawwatte jechuun himattee Mana Murtii Haqaa Idil-addunyaatti yeroo dhiheessitudha.

Afriikaan Kibbaas Israaโ€™el hojii waraanaa Gaazaa keessatti akka dhaabdu manni murtii ajaja akka kennu gaafatteetti.

Israa'el - Jimaata borii ittisa ishee kan dhiheessitu  yoo taโ€™u, himannaa kana ''bu'uura kan hin qabne'' jechuun cimsitee kuffifteetti.

Itti dhiyeenyaan hordofamaa jirastus, manni murtichaa himannaa duguuggaa sanyii kana irratti yaada qofa kan kennu ta'a.

Abukaatoon Mana Murtii Olaanaa Afrikaa Kibbaa Tembeka Ngcukaitobi ICJtti akka himanitti, Israa'el ''kaayyoon duguuggaa sanyii'' raawwachaa jiraachuu ''akkaataa haleellaan waraanaa kun itti gaggeeffamaa jiru irraa'' mul'ata.

''Akeekni Gaazaa balleessuuf jiru sadarkaa mootummaa olaanaatti guddifameera,'' jedhan.

โ€œGuyyaa guyyaan uummata Falasxiin lubbuu, qabeenya, ulfina, fi namummaa dhabuun dabalaa dhufeโ€ jechuun Afriikaa Kibbaa bakka buโ€™uun kan hirmaatan Adilaa Haasim mana murtiitti himaniiru.

"Ajaja mana murtii kana irraa kennamu malee wanti gidiraa dhaabu hin jiru."

Ragaa dhaddacha dura dhiyaate keessatti Afrikaan Kibbaa gochi Israa'el kun ''kutaa guddaa biyyoolessaa, sanyii fi gosa Falasxiin balleessuuf kan yaadame'' jetteetti.

Israaโ€™el Jimaata ittisa ishee ni dhiheessiti, garuu kanaan dura haleellaa Hamaas Onkoloolessa 7 haleellaa lubbuu namaa galaafateef deebii kennaa jiraachuu ibsuun gochi isheen Gaazaa keessatti raawwatte sirrii taโ€™uu ibsiteetti.

Garuu Kamisa har'aa mana murtiitti haasawa taasisaniin, Ministirri Haqaa Afrikaa Kibbaa Roonaald Laamoolaa haleellaan kamiyyuu ''waliigaltee Duguuggaa Sanyii cabsuuf sababa kennuu ykn ittisuu hin danda'u'' jedhan.

Israaโ€™el Konveenshinii Duguuggaa Sanyii bara 1948 kan duguuggaa sanyii ibsu fi mootummoonni akka ittisan waadaa galchu kan mallatteessitedha.

ICJn mana murtii olaanaa  Mootummoota Gamtoomanii yoo ta'u, teessoon isaa Nezerlaand magaalaa The Hague keessatti argama.

Bara 2022 manni murtichaa Raashiyaan Yukireen keessatti ''hojii waraanaa hatattamaan akka dhaabdu'' ajajus, ajajni kun tuffatamee  Raashiyaan hanga har'aa Yukireen irratti haleellaa raawwachaa jiraachuu BBC gabaasa bal'aa qabatee ba'een addeesseera.

https://www.tg-me.com/jaal345
Forwarded from Oromia Bank
Ergaa kana Namaaf Affeeruun Badhaasa Torbee Kanaa Badhaafamaa.
Kun Baankii Oromiyaati

1. Dursa Liinkii armaan Gadii Tuqaa https://www.tg-me.com/official_oromia_bank_bot?start=1986501407
2. Itti Aansuun Start kan jedhu tuqaa
3. Join Channel Kan jedhu Tuqaa
4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa
5. Continue kan jedhu tuquun Liinkii ittiin namoota affeertan argattu
6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif namoota qooda

Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 f qoodaa
Hanguma Namootaaf qooddanniin hangi badhaafamtanis dabalaa deema.

Badhaasni keenya torbeetti yeroo hunda Badhaafamtoota ni qaqqaba

แˆ˜แˆแ‹•แŠญแ‰ฑแŠ• แ‹ซแŒ‹แˆฉแฃ แ‹จแ‹šแˆ… แˆณแˆแŠ•แ‰ต แ‰ฐแˆธแˆ‹แˆš แ‹ญแˆแŠ‘!
แ‹ญแˆ… แŠฆแˆฎแˆšแ‹ซ แ‰ฃแŠ•แŠญ แŠแ‹!

1. แ‰ แ‰…แ‹ตแˆšแ‹ซ แ‰€แŒฅแˆŽ แ‹ซแˆˆแ‹แŠ• แˆŠแŠ•แŠญ แ‹ญแŒซแŠ‘ https://www.tg-me.com/official_oromia_bank_bot?start=1986501407
2. แ‰ แˆ˜แ‰€แŒ แˆ Start แ‹จแˆšแˆˆแ‹แŠ• แ‹ญแŒซแŠ‘
3. Join Channel แ‹จแˆšแˆˆแ‹แŠ• แ‹ญแŒซแŠ‘
4. แ‹ˆแ‹ฐ แ‰ฆแ‰ฑ แ‹ญแˆ˜แˆˆแˆฑ
5. Continue แ‹จแˆšแˆˆแ‹แŠ• แ‰ฐแŒญแŠแ‹ แ‹จแˆ˜แŒ‹แ‰ แ‹ฃ แˆŠแŠ•แŠญแ‹ŽแŠ• แ‹ซแŒแŠ™
6. แˆ˜แˆแŠฅแŠญแ‰ฑแŠ• แˆˆแ‹ˆแ‹ณแŒ… แ‹˜แˆ˜แ‹ตแ‹Ž แ‹ซแŒ‹แˆฉ

แˆ˜แˆแ‹•แŠญแ‰ฑแŠ• แ‰ขแ‹ซแŠ•แˆต แˆˆ50 แŠฅแŠ“ แŠจแ‹šแ‹ซ แ‰ แˆ‹แ‹ญ แ‹ˆแ‹ณแŒ… แ‹˜แˆ˜แ‹ตแ‹Ž แˆผแˆญ แ‰ แˆ›แ‹ตแˆจแŒ แ‰ แ‹จแˆณแˆแŠ•แ‰ฑ แ‰ฐแˆธแˆ‹แˆš แ‹ญแˆแŠ‘!
แˆฝแˆแˆ›แ‰ฑ แˆแˆŒแˆ แ‰ แ‹จแˆณแˆแŠ•แ‰ฑ แŠ แˆญแ‰ฅ แˆˆแ‰ฐแˆธแˆ‹แˆšแ‹Žแ‰ฝ แ‹ญแ‹ฐแˆญแˆณแˆแฃ
Forwarded from QBO ZOONI BAHAA ( JAAL BARI) (BARI SABA)
Akka Rabbiif malee

Silaa akka namaaf
Turre erga bannee
Nami nun yaadutuu
Qaata dagatamnee

Osoo jirmaaf dhagaa
Nurratti guuranii
Kunoo harra geenyee
Galata rahmaanii

Osoo murteen rabbii
Akka namaa taatee
Silaa qaata taanee
Dhadhaa ibidda buutee

Tola Rabbii taanaan
Dachii gubbaa teenyaa
Silaa akka namaaf
Eessaa harra geenyaa

Akka Rabbiif malee
Bobbaanee galuunii
Silaa harra_n geenyu
Jiraannee lubbuunii

Shiraaf daba meeqaa
Nu dandamchiisee
Harka nurra qabee
Isatu nu tursiisee

Jechaaf gocha badaa
Hammeenya ilma namaa
Hamiidhaaf namiimaa
Summii hadhaa hamaa

Hudumaa dandeenyee
Obsaan tarkaanfannee
Abaarsaaf waraansaa
Hunda dandamannee

Barnoota nuuf laataa
Boriif nu qopheessaa
Milkiif karaa saaqaa
Mudannoon kaleessaa

Akka namaaf mitii
Akka rabbiif malee
Isatu nu jabeessee
Nuuf ta'ee dagalee

((*))โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•((*))



https://www.tg-me.com/jaal345
Forwarded from QBO ZOONI BAHAA ( JAAL BARI) (BARI SABA)
Harargee baha Ona baddannoo keessatti dargageessi akka loonitti maallaqaan gurguramanii bifa armaan gaditti argitan kanaan warri maallaqa Kennan bahaa jiru ka hin qabne waraana oofaa jiru  Ona baddannoo.
Maqaa ijoollee maallaqaan bahanii
1. #ibsaa_Jamaal 10,000
2. #mahammad_muussaa_ammee 7,000
3. #caalaa_Umar 10,000
4. #jamaal_Abdii 12,000
5. #usaamaa_usmaail alii 10,000
6. #shukrii_Roobaa 8,000
7. #imraan_Mahammad Yuusuuf?
8. #taajuddiin_Suufiyaan 9,000
9. #caaltuu Dachaas 9,000
10. #ibraahim_Ahmad muussaa 7,000
11. #Gaaddisaa_Bakar_alii 9,000
12. #Baaruddiin_Suufiyaan 10,000
13. #yuusuuf_shaafii 15,000
14. #caalaa_aliyyee 15,000

Kafalanii bahan

Qarshii pp'f kafaltee ilmaan Kee baafte kanaan itti yaadi mancaafii qottoo qariif kana booda dargageessa Oromoo taatee milishaa si qabuuf dhufte isaaniif si qabanii waraana si oofuun haalaal taatee ati isaan firraa dhoorkuun haraamii miti mancaa Kee eeggadhu itti dabsi ergamtoota pp hunda ishee!


@jaal345
2024/05/19 23:24:54
Back to Top
HTML Embed Code: