Telegram Web Link
As wr wb Namoonni beeksisa hojii yeroo yeroon baha argachuu barbaaddan channel telegram #Sanyii Guddataa jedhu join godhaa.....!!!!!
Forwarded from Sanyii Guddataa (Firoomin Isan)
🎴Ethiopian Human right commission ehrc🎴

▪️Position - Program Assistant

Addis Ababa
❇️Qualification - Bachelor's Degree or Diploma in Business Administration, Secretarial Science & Office Management, Law or related fields with relevant work experience & Proficiency in written and spoken English and Amharic language is required & Knowledge of other local and international languages is advantageous.

💧 Experience: 2- 4 years
🔺Deadline: October 22, 2021
🌀How To Apply: Interested candidates should write a covering letter, explaining why they are interested in this role, why they are the right person for the job with a recent CV via: [email protected]
Note: Please include the name of the position on the subject of the email.

@segnigudeta
Galma guddaa ijaaruf
Dhakaa guddaa kaa'ee
Gamatti ilaalus
Gamanarra taa'ee

Iddoo teessumasaa
Qotee qulqulleessee
Ijaaree xumuruuf
Waan qabu qopheessee

Kaayyoof bakka laadhee
Sagal kufee ka'ee
Garuu akkas miti
Dubbiin faallaa ta'ee

Galma ijaarrachuuf
Itti cabse lafee
Humni koo dadhabee
Osoo hin ijaarin hafee

Garuu kufee hin hafu
Gaaf tokko ni ka'aa
Galmas ijaarradhee
Galma koos ni ga'aa.....

Qaasim Kadiirin

Join Join Join
👇👇👇👇

https://www.tg-me.com/walaloo_islaamaa_telegram

Yaada nuuf kennuuf

https://www.tg-me.com/FiraafanK_telegram
Forwarded from Quwwatulislaam_promotion
As wr wb
Beekisa Poster
📶Kabajamtootaaf jaalatamtoota Obboleewwan Kiyya Muslimaa Warroonni Abbaa carraa ta'uu barbaaddan Sagantaan wal-dorgommii Bifa Ajaa'ibaatiin chaanaala quwwatulislaam irratti Guyyoota 15n Guyyaa Sanbataa Asraa booda Sa'aatii 11pm irratti Miseensota chaanaalatiif Sagantaan Wal-dorgommii kan Gaggeeffamuudha.
📶Akkasumas Warroonni Warroonni wal-dorgommicha irratti Hirmaachuudhaan Qabxii olaanaa Galmeessan Kan Badhaafamaniidha.
🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉
1⃣Sadarkaa 1ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 25🎁
2⃣Sad. 2ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 20
3⃣Sad.3ffaa kan bahee kaardii Abbaa 15
4⃣ sad 4ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 10
5⃣Sad.5ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 05
📶Badhaasni Isaanii Kan Armaan Olii kana fakkaata.
Kanaaf Warroonni Wal-dorgommii irratti hirmaachuudhaan Abbaa carraa ta'uu barbaaddan
Chaalaala @quwwatulislaam Ammuma join godhadhaa
👇👇👇👇👇🎁🎁🎁🎁🎁
@Quwwatulislaam
@Quwwatulislaam
@Quwwatulislaam
Nutoo guyyaan geenyaan
Qax!..jenneema duunaa
maaliif wol sakaaluuf...
Gaaraa goda buunaa....?
~
Hireen qooda rabbiiti
Akkasittan amana
Maafan si gufachiisa
Sin sakaalu namana!
~
Bullukkoo kee qulqulluu
Hin dibu cilee jibbaa
Sakaalee sin kuffisu
Dhiitee ciqileef jilba!
~
Har'a tolfachuuf jecha
Dagannaan guyyaa borii
Gaafan awwaalcha bu'e
Qabadheen deemaa horii?
~
Qabeenyaan hunda caalee
Addunyaa qabus kokkee
Akkuma qullaa dhufe
Hundumtuu qullaa sokke!
~
Kanaafuu!......

Adeemsa gatantaree
Yaabbadhee booqaaf burree
Kaabbaa sittin uffisu
Baasee wandaboo surree
~
Harargeettis dhaladhu
Feetu walloo kombolchaa
Gaddikee gadda kooti
Cabnikee na okkolcha
~
Elaamee akka taanu
Na dhageessuu yaa sabaa
Hireen qooda rabbiiti
Isatu ofirkaa qaba!
~
Akka qullaa dhalanne
Borus qullaa sokkinaa
Addunyaan gabaabduudha
Deemsa wol hin dhorkinaa!🙏🏼

✍️. @Riyaad\_Raayyaa

@KuusaaWalaloo1
@KuusaaWalaloo1

Join Join Join
👇👇👇👇

https://www.tg-me.com/walaloo_islaamaa_telegram

Yaada nuuf kennuuf

https://www.tg-me.com/FiraafanK_telegram
Forwarded from Quwwatulislaam_promotion
🕌Assalaamu Alaykum warhmatullaahi Wabarakaatuh🤝
📚Kabajamtootaaf jaalatamtoota Hawaasa Muslimaa Barnoonni Seenaa Barachuun Baay'ee Barbaachisaadha.
📓Kanaaf Warroonni seenaa Nabiyyootaa barachuu barbaaddan link/promotion Armaan gadii kana keessaa kan isinitti tole tuquudhaan chaanaala @quwwatulislaam Ammuma Join godhadhaatii irraa fayyadamaa!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Gaara Moo Galaana

Silas wanti hundi
Akka garaa hin taatuu
Gaara moo galaana
Inni irbuu nyaatuu...?

Aannaan waggaa hedduuf
Raasuudhaf elmitee
Eenyun bira keessee
Eenyutti kennitee?

Gaara moo galaana
Eenyun bira keessee
Fuutee raasuu wayya
Amma yeroon geessee

Silaas akka garaa
Silaas akka yaadaa
Gaara bira keenyan
Innoo hin nyaatu waadaa

Kan waan hundaa obsu
Kan waan hundaa baatu
Garaan gaaraa baldhaa
Inni irbuu hin nyaatu

Bona bubbeen dhufee
Biyyoo irraa haraa
Ganni hurrii fidee
Mataarratti maraa

Hundumaa danda'a
Hundumaayyuu baataa
Eenyut akka gaaraa
Waa danda'a laataa?

Rakkoon dabareedhan
Irratti hiriiruu
Gaarris rakkoof jedhee
Kaayyoosaa hin jijjiiruu

Ba'aa duugdasaarraa
Hundumaayyuu baatee
Waggaa kumaatama
Bar obsaan jiraatee

Galaanni hoo akkam
Obsa qabaa laataa
Moo sagal jijjiiramaa
Asiif achii kaataa?

Bara ganni tole
Guutee dambali'aa
Asiif achi fiigaa
Kolfaa wal ari'aa

Bifa jijjiirratee
Waltajjirraa sirbaa
Asiif achi kaatee
Dhiichisee of irbaa

Galma tokko hin qabu
Kuun kaan jalaa dheessaa
Waadaa kee qabatee
Alagaadhaf geessaa

Bara bonni hammaatee
Hamileensaa cabee
Wanta nyaatus ta'ee
Waan baatu yoo dhabee

Gadi jedhee deema
Suuta tarkaanfataa
Waan ganna baleessef
Ofitti qaanfataa

Kan gaaf dhabe boo'aa
Gaaf argate sirbuu
Gaara moo galaana
Inni nyaate irbuu?

By Kasim Kedir

Walaloowwan biraa argachuuf

Join Join Join
👇👇👇👇

https://www.tg-me.com/walaloo_islaamaa_telegram

Yaada nuuf kennuuf

https://www.tg-me.com/FiraafanK_telegram
Forwarded from Quwwatulislaam_promotion
{ Sammuu kee madaali📲
{Evaluate your mind}
🙏As wr wb🙏
Kabajamtoota hordoftoota chaanala @quwwatulislaam Rabbii asiin nu gahe @Alhamdulillah jedhaamee🎤🎤🎤🎤
👍Akkuma beekkamu chanalli keenna chaanala sagantaalee mimmiidhagoo fi babbareedoo ta'an isiniif dhiyeessaa jiruudha.
👍sanirraa Marsaa 11f sagantaa wal-dorgommii isiniif qopheessuun ni yaadatama.
👍Amma immoo marsaa 12ffaa isiniif qopheessuudhaaf qophii hunda xumuree jirra.
👍yoo rabbi fedhe Marsaa kana irratti haala hoo'aa fi midhagaa ta'een kan gaggeessinuudha.
Wal-dorgommiin keenya Beekaa fi barataas balance godhuudhaan kan gaggeessuudha.
Kaayyoon nuti barnoonni akka Qophaayu yaanneef wallaalaan keenna baratee waan barateen sammuu ufii haa madaaluufi!
Akkasuma beekaan keenna haa yaadatuufi.
Barnoonni wal-dorgommii guyyaa boruu/harbaa irraa jalqabee hanga jum'aatti kan isiniif maxxanfamuudha.
🎁warroota barnoota hordofuudhaan qabxii olaanaa fidan kan badhaasnu ta'a. 🎁🎁🎁
➡️oromoon wayta mammaaku"itti himan malee itti hin hidhan" jedha.
💐kanaaf yaa obboleewwan koo carraan akkanaa kuni akka isin hin dabarre.Abbaa carraa ta'aa🎁🎁🎁
🎤dhaamsi kiyya inni guddaan warroonni chaanala @quwwatulislaam hordofaa jirtan qaamaa qalbii teessaniin faana bu'aatii hordofaa..
🎤obboleewwan keessanis gama chaanala kanaatti Affeeraa
🙏yaa obboleewwan koo carraan akkanaa kuni akka isin hin dabarre !
✏️Sammuu teessan madaalaa🙏
🔵Akkasumas warroonni chaanala kana join hin godhatin join godhadhaatii Abbaa carraa ta'aa.
Warroonni Wal-dorgommii kana irratti hirmaachuu barbaaddan link/promo armaan gadii keessaa kan barbaaddan tuquudhaan chaalaalaquwwatulislaam Join godhadhaatii irraa fayyadamaa ta'aa!
🎤join our channel
🥉🥉🥉🎁🎁🎁🎁
👇👇👇👇👇
@Quwwatulislaam
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
🥀🥀🥀Galatoomaa💐💐💐
Forwarded from Quwwatulislaam_promotion
As wr wb
Beekisa Poster
📶Kabajamtootaaf jaalatamtoota Obboleewwan Kiyya Muslimaa Warroonni Abbaa carraa ta'uu barbaaddan Sagantaan wal-dorgommii Bifa Ajaa'ibaatiin chaanaala quwwatulislaam irratti Guyyoota 15n Guyyaa Sanbataa Asraa booda Sa'aatii 11pm irratti Miseensota chaanaalatiif Sagantaan Wal-dorgommii kan Gaggeeffamuudha.
📶Akkasumas Warroonni Warroonni wal-dorgommicha irratti Hirmaachuudhaan Qabxii olaanaa Galmeessan Kan Badhaafamaniidha.
🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉
1⃣Sadarkaa 1ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 25🎁
2⃣Sad. 2ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 20
3⃣Sad.3ffaa kan bahee kaardii Abbaa 15
4⃣ sad 4ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 10
5⃣Sad.5ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 05
📶Badhaasni Isaanii Kan Armaan Olii kana fakkaata.
Kanaaf Warroonni Wal-dorgommii irratti hirmaachuudhaan Abbaa carraa ta'uu barbaaddan
Chaalaala @quwwatulislaam Ammuma join godhadhaa
👇👇👇👇👇🎁🎁🎁🎁🎁
@Quwwatulislaam
@Quwwatulislaam
@Quwwatulislaam
Forwarded from Quwwatulislaam_promotion
As wr wb
Beekisa Poster
📶Kabajamtootaaf jaalatamtoota Obboleewwan Kiyya Muslimaa Warroonni Abbaa carraa ta'uu barbaaddan Sagantaan wal-dorgommii Bifa Ajaa'ibaatiin chaanaala quwwatulislaam irratti Guyyoota 15n Guyyaa Sanbataa Asraa booda Sa'aatii 11pm irratti Miseensota chaanaalatiif Sagantaan Wal-dorgommii kan Gaggeeffamuudha.
📶Akkasumas Warroonni Warroonni wal-dorgommicha irratti Hirmaachuudhaan Qabxii olaanaa Galmeessan Kan Badhaafamaniidha.
🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉🥉
1⃣Sadarkaa 1ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 25🎁
2⃣Sad. 2ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 20
3⃣Sad.3ffaa kan bahee kaardii Abbaa 15
4⃣ sad 4ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 10
5⃣Sad.5ffaa kan baheef Kaardii Abbaa 05
📶Badhaasni Isaanii Kan Armaan Olii kana fakkaata.
Kanaaf Warroonni Wal-dorgommii irratti hirmaachuudhaan Abbaa carraa ta'uu barbaaddan
Chaalaala @quwwatulislaam Ammuma join godhadhaa
👇👇👇👇👇🎁🎁🎁🎁🎁
@Quwwatulislaam
@Quwwatulislaam
@Quwwatulislaam
Forwarded from Quwwatulislaam_promotion
🕌Assalaamu Alaykum warhmatullaahi Wabarakaatuh🤝
📚Kabajamtootaaf jaalatamtoota Hawaasa Muslimaa Barnoonni Seenaa Barachuun Baay'ee Barbaachisaadha.
📓Kanaaf Warroonni seenaa Nabiyyootaa barachuu barbaaddan link/promotion Armaan gadii kana keessaa kan isinitti tole tuquudhaan chaanaala @quwwatulislaam Ammuma Join godhadhaatii irraa fayyadamaa!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from Quwwatulislaam_promotion
🕌Assalaamu Alaykum warhmatullaahi Wabarakaatuh🤝
📚Kabajamtootaaf jaalatamtoota Hawaasa Muslimaa Barnoonni Seenaa Barachuun Baay'ee Barbaachisaadha.
📓Kanaaf Warroonni seenaa Nabiyyootaa barachuu barbaaddan link/promotion Armaan gadii kana keessaa kan isinitti tole tuquudhaan chaanaala @quwwatulislaam Ammuma Join godhadhaatii irraa fayyadamaa!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
5, Ay jiruu lafarraa...

Jiruu koontiraataa
Jireenya lafarraa
Dhumuunshee hin hafuu
Of dagannus har'aa....
Hedduun osoo fiiguu
Naaf dabarti jedhee
Duuti isa fuuti
Gaafa rabbiin fedhee
Kan qabeenya hores...
Taabba meeqa ba'ee
Laga meeqa bu'ee
Osoo hin nyaatin tasa
Meeqa biraa du'ee...
Naaf dabarti jedhee
Meeqa biyyaa ba'ee
Kan karatti hafee
Soora allaattii ta'ee..
Kan biyaa baqates
Cunqursaan jabaatee
Meeqa karaarratti
Kan galaanni nyaatee.....
Dirqamni jireenyaa
Kan biyyaa fageessee
Aanaaf aaliisaatti
Kan garaa jabeessee
Lakkaa'amee hin dhumu
Kumaafi kitilaa
Jireenyi lafarraa
Gabaabduudha silaa....
Meeqatu rakkatee
Karaarratti ba'ee
Harka namaa ilaalun
Carraa isaa ta'ee....

Inni kaan dhibamee
Siree irratti hafee
Fedhii isaa malee
Halkan guyyaa rafee....
Kuun agartuu dhabee
Itti dukkanaa'ee
Kan halkaniifi guyyaan
Itti wal qixxaa'ee
Kuun dhageettii dhabee
Mallattoon dubbataa
Kuun mataan dhukkubee
Ofiin dudubbataa
Kuun ilkaanin kolfaa
Keessotti gubataa......
Ilmaan baay'ee horee
Kuun waliin rakkataa
Ilmoo tokkos dhabee
Kuun rabbiin kadhataa
Ay jiruu lafarraa
Qormaanni kee danuu
Naaf dabarta jedhee
Si eegaara anuu......
Atoo gabaabduudhaa
Dhiisi narrakinii
Rakkinaaf gadadoon
Osoo na hin arginii..
Anoo deemuuf jiraa
Yeroodhaaf taphadhee
Rabbiin na gargaarran
Xiqqoo daldaladhee
Siinqii guyyaa boruu
Harkatti qabadhee.....
Anoo deemuf jiraa
Yaabbadhee bidiruu
Yeroo xiqqoo tanaaf
Narrakkin yaa jiruu....
Akka naaf laaffisuuf
Rabbii koo kadhadhee
Waan si biraan dhufu
Harkatti qabadhee....
Sillee hin daganne
Yaa jiruu aakiraa
Dabaree eeggadhee
Anoo dhufaa jiraa
Amrii naaf laaffisi
Rabbii kootin jedhaa
Fuula gammachuutin
Siin wal arguu fedhaa.....
Jireenyi addunyaa
Hammam yoo jabaattee
Filannoowwan danuu
Dhala namaaf laattee....
Kanumaa dhadhabee
Kunoo ilmi namaa
Jireenyi aakiraa
Filannoonshee lamaa...
Milkoofnan jaannataa
Kasaarran ibiddaa
Fudhachuun dirqamaa
Akkam gootee diddaa
Jireenya lafaatif
Namni dhabee sabrii
Akkamiin danda'u
Gaafas fitnaa qabrii...
Siraax dabalatee
Hisaabaaf miizaannii
Gaaf harka bitaatin
Kennameef kitaabnii
Way sheenaa koo jechuun
Gaabbee quba of nyaataa
Mee osoo si ta'ee
Gaafas akkam taataa?......
Inni akka kootii
Kan diliin faalame
Abdii hin kutu rabbiin
Yoo naaf araarame....
Mootii rahmanni kee
Waan hunda wal gahuu
Anoo humna hin qabuu
Waa tokko hin dandahuu.....
Lakkaa'amee hin dhumu
Wanti an anni balleessee
Irkoo biraa hin qabuu
Rahmaan sitti dheessee
Atoo garaa laafta
Mootii zalaalamii
Dilii tiyya hundaa
Mee naaf araaramii

Qaasim Kadiirin

Join Join Join
👇👇👇👇

https://www.tg-me.com/walaloo_islaamaa_telegram

Yaada nuuf kennuuf

https://www.tg-me.com/FiraafanK_telegram
Forwarded from Quwwatulislaam_promotion
🕌Assalaamu Alaykum warhmatullaahi Wabarakaatuh🤝
📚Kabajamtootaaf jaalatamtoota Hawaasa Muslimaa Barnoonni Seenaa Barachuun Baay'ee Barbaachisaadha.
📓Kanaaf Warroonni seenaa Nabiyyootaa barachuu barbaaddan link/promotion Armaan gadii kana keessaa kan isinitti tole tuquudhaan chaanaala @quwwatulislaam Ammuma Join godhadhaatii irraa fayyadamaa!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from Quwwatulislaam_promotion
🕌Assalaamu Alaykum warhmatullaahi Wabarakaatuh🤝
📚Kabajamtootaaf jaalatamtoota Hawaasa Muslimaa Barnoonni Seenaa Barachuun Baay'ee Barbaachisaadha.
📓Kanaaf Warroonni seenaa Nabiyyootaa barachuu barbaaddan link/promotion Armaan gadii kana keessaa kan isinitti tole tuquudhaan chaanaala @quwwatulislaam Ammuma Join godhadhaatii irraa fayyadamaa!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Anoo si yaadeera.....

Erga gargar baanee
Waggaa tokko geenyee
Yaaddoon kee na miidhe
Si obsuu hin dandeenyee

Sekondiin daqiiqaa
Guyyaan torbii ta'ee
Tokko lama jechuun
Torbiinis naanna'ee
Wal arguuf geenyeerra
Kunoo waggaan ga'ee

Bareeda akka kee
Hin argine takkaa
Haalaaf amalli kee
Qalbii nama rakkaa

Waa garaa hin jabaattuu
Tasa garaa laaftaa
Jaalalaan moo'attee
Hunda qalbii raaftaa

Waggaatti al tokko
Naaf taatee keessummaa
Osoo si jaaladhuu
Si dhabus tasumaa

Amma wal arguufi
Alhamdulillaahi
Kan waliin nu gaheef
Galata ilaahi

Kan qabattee deemtun
Gumaata gurguddaa
Osoo adda hin qoodin
Isa xiqqaaf guddaa

Hundumaaf kennita
Nama qabuuf qalbii
Jaalallee koo dhugaa
Yaa badhaasa rabbii

Nama waliin oodus
Walitti araarsitaa
Jaalalaan moo'attee
Qalbii xahaarsitaa

Ahriibuu ramadaan
Jaalallee koo haqaa
Qalbiin koo gammaddee
Si waamuudhaf maqaa

Namni hundi beeka
Akka laaftu garaa
Waa sitti dhaammadha
Ramadaan hadaraa

Badhaasawwan qaalii
Kan kee san naaf laadhuu
Akkan guyyaa boruu
Cinqirraa fagaadhuu

Lakkaa'amee hin dhumu
Wanti an haajamuu
Badhaasa keetirraa
Akka fayyadamuu

Rabbii koon kadhadhaa
Isa si naaf kennee
Isa baasif xaarii
Naaf kafalaa hin jennee

Waa'ee kee dubbachuuf
Jechi naaf hin gahuu
Ji'a carraan milkii
Keessa namaaf bahuu


We have no good deeds
Yellen bogo siraa
Zaaree ba adduniyaa
Nagee ba aakiraa
Keeyrin kumaatamni
Bar si keessa jiraa

Hunduu si jaalata
Eenyutuu si jibbaa
Waa takka hajjannee
Kan argannu dhibbaa

Ji'a carraan guddaan
Keessatti kuufamee
Kan Quraanni rabbii
Keessatti buufamee

Silas waa'eeen kan kee
Yoom himamee dhumaa
Halkan tokkichisaa
Caalu baatii kumaa

Yaa leeylatul qadr
Halkan kabajamaa
Ji'a ramadaanaa
Keessatti argamaa
Rabbiin nu godhuu
Irraa fayyadamaa

Barreessee fixuudhaf
Waa'ee ramadaanaa
Waa dandeettii hin qabu
Humni koo gadi aanaa

Dacheen kun waraqaa
Mukni immoo qalamaa
Barreessanii fixuun
Mee yoom danda'amaa

Dhaamsa koo gabaabduu
Yoo waliin geessanii
Itti fayyadamuuf
Hamma dandeessanii

Anaas du'aayiidhan
Akka hin dagannee
Badhaasni guddaan kun
Akka na hin hanqannee...............

RAMADAN MUBARAK....!!!!!
Qaasim Kadiirin

Join Join Join
👇👇👇👇

https://www.tg-me.com/walaloo_islaamaa_telegram

Yaada nuuf kennuuf

https://www.tg-me.com/FiraafanK_telegram
2024/05/17 07:38:46
Back to Top
HTML Embed Code: