Watch "πGootittiin Wangeelaa Akka tasaa BoqotteπGalma Xonqaayii 9 Diigdee AmansiifteπͺChristian Media" on YouTube
https://youtu.be/xVPVIumrvko
https://youtu.be/xVPVIumrvko
YouTube
πGootittiin Wangeelaa Akka tasaa BoqotteπGalma Xonqaayii 9 Diigdee AmansiifteπͺChristian Media
Odeeffannoowwan Kiristaanummaa Argachuuf Subscribe, Like,Comment,Share taasisaa #Christianmedia #drabiy #Araratv #FaarfannaaAfaanoromoo
#Jaalala #Abelbirhanu #Abrahamtarre #Gutushifera #Awterukebede #zerfekebede #Teddytaddese #EphremAlemu #Melkamusenbetaβ¦

"An yoomiif akkamitti akkan gara faarfannaatti dhufe hinbeeku utuman faarfadhuun of arge, Anaaf Jalqabni faarfannaa koo fi xummurri faarfannaa koo Yesuus kiristoosiidha"
Konfiraansii tokkorraatti mucaa ta'ee utuun jiruu tajaajilaan tokko waltajjirraatti Afaan keessan banaa bokkaan hafuura waaqayyoo isinirraatti rooba laphee keessan banaa jechuudhaanis dubbate anis Afaanuma koo baneen utuun kadhadhuun kufe maal akkan ta'es hin barre yommusuman hafuura qulqulluutiin guutame Baayee ijoollee ta'een jechuudha.
Seenaa Gabaabaa Faar Daawwit Girmaa...itti fufaa dubbisaaπππ
https://www.christiannewsethiopia.com/?p=652

Watch "π΄Oduu Gaddaa: Kiristaanotni 90 ol AjjeefamanπGoyyomsaa Waldaa Keessaa itti fufeπ€£Christian media" on YouTube
https://youtu.be/RbzRqX2H5_k
https://youtu.be/RbzRqX2H5_k
YouTube
π΄Oduu Gaddaa: Kiristaanotni 90 ol AjjeefamanπGoyyomsaa Waldaa Keessaa itti fufeπ€£Christian media
Odeeffannoowwan Kiristaanummaa Argachuuf Subscribe, Like,Comment,Share taasisaa #Christianmedia #drabiy #Araratv #FaarfannaaAfaanoromoo
#Jaalala #Abelbirhanu #Abrahamtarre #Gutushifera #Awterukebede #zerfekebede #Teddytaddese #EphremAlemu #Melkamusenbetaβ¦
#Jaalala #Abelbirhanu #Abrahamtarre #Gutushifera #Awterukebede #zerfekebede #Teddytaddese #EphremAlemu #Melkamusenbetaβ¦
Gaa'elli kiristiyaanotaa maali..?
β’Garaagarummaaan Gaa'ela kiristaanaa fi ga'eela biyya lafaa maali...?
Akkuma ifaan taa'etti gaa'elli kiristaanotaa gaa'ela qulqullaa'aa fi kabajamaa Ulfinaa qabu,kan tokkicha hidhamnaqnis yoomuu haala salphaan gargar hinbahamne,hamma tokkota'anittiis akka maacafni qulqulluun isaan geggeesseetti Qulqulluummaan kan ittiin jiraatan(wal eegan) Sodaan waaqayyoo keessa kan jirudha.
Gaa'elli warra biyya lafaa ammoo akka garaa isaaniitti yeroo fedhanitti kan walfuudhan,kan ulfinni keessatti hin argamne,kan waanmarayyuu akka fedhaaniifi barbaadanitti rawwatan,jiraatan yeroo barbaadanittis walhiikuu danda'an kana jechuudha.
...itti fufaa dubbisaa πππ
https://www.christiannewsethiopia.com/?p=301

Watch "π₯Balaa Uumameen Lubbuun Namaa DarbeπSolomon Alemu fi Gelana Garomsa Yosan Getahun..Christian media" on YouTube
https://youtu.be/SiKLkB2TKkI
https://youtu.be/SiKLkB2TKkI
YouTube
π₯Balaa Uumameen Namni miidhameπSolomon Alemu fi Gelana Garomsa Yosan Eebbiifaamaa Christian media
Odeeffannoowwan Kiristaanummaa Argachuuf Subscribe, Like,Comment,Share taasisaa #solomonalemu #drabiy #Araratv #FaarfannaaAfaanoromoo
#Jaalala #Abelbirhanu #Abrahamtarre #Gutushifera #Awterukebede #zerfekebede #Teddytaddese #EphremAlemu #Melkamusenbetaβ¦
#Jaalala #Abelbirhanu #Abrahamtarre #Gutushifera #Awterukebede #zerfekebede #Teddytaddese #EphremAlemu #Melkamusenbetaβ¦
Watch "π₯Nama Gaddisiisa Faar Jerry Qoricha nyaachisanπMariin Wbo Fi M/Federaalaa fashalaa'eβChristian media" on YouTube
https://youtu.be/un5Cw2bFlCU
https://youtu.be/un5Cw2bFlCU
YouTube
π₯Nama Gaddisiisa Faar Jerry Qoricha nyaachisanπMariin Wbo Fi M/Federaalaa fashalaa'eβChristian media
Odeeffannoowwan Kiristaanummaa Argachuuf Subscribe, Like,Comment,Share taasisaa #Christianmedia #drabiy #Araratv #FaarfannaaAfaanoromoo
#Jaalala #Abelbirhanu #Abrahamtarre #Gutushifera #Awterukebede #zerfekebede #Teddytaddese #EphremAlemu #Melkamusenbetaβ¦
#Jaalala #Abelbirhanu #Abrahamtarre #Gutushifera #Awterukebede #zerfekebede #Teddytaddese #EphremAlemu #Melkamusenbetaβ¦
Watch "πGocha Ciggaasisaa Yaabellotti RaawwatameπRuwaandaatti Namootni 130 ol dhumanπChristian media" on YouTube
https://youtu.be/jUhZRRxe0_U
https://youtu.be/jUhZRRxe0_U
YouTube
πGocha Ciggaasisaa Yaabellotti RaawwatameπRuwaandaatti Namootni 130 ol dhumanπChristian media
Odeeffannoowwan Kiristaanummaa Argachuuf Subscribe, Like,Comment,Share taasisaa #Christianmedia #drabiy #Araratv #FaarfannaaAfaanoromoo
#Jaalala #Abelbirhanu #Abrahamtarre #Gutushifera #Awterukebede #zerfekebede #Teddytaddese #EphremAlemu #Melkamusenbetaβ¦
#Jaalala #Abelbirhanu #Abrahamtarre #Gutushifera #Awterukebede #zerfekebede #Teddytaddese #EphremAlemu #Melkamusenbetaβ¦
Watch "πGootittiin Wangeelaa Akka tasaa BoqotteπGalma Xonqaayii 9 Diigdee AmansiifteπͺChristian Media" on YouTube
https://youtu.be/xVPVIumrvko
https://youtu.be/xVPVIumrvko
YouTube
πGootittiin Wangeelaa Akka tasaa BoqotteπGalma Xonqaayii 9 Diigdee AmansiifteπͺChristian Media
Odeeffannoowwan Kiristaanummaa Argachuuf Subscribe, Like,Comment,Share taasisaa #Christianmedia #drabiy #Araratv #FaarfannaaAfaanoromoo
#Jaalala #Abelbirhanu #Abrahamtarre #Gutushifera #Awterukebede #zerfekebede #Teddytaddese #EphremAlemu #Melkamusenbetaβ¦
#Jaalala #Abelbirhanu #Abrahamtarre #Gutushifera #Awterukebede #zerfekebede #Teddytaddese #EphremAlemu #Melkamusenbetaβ¦
Watch "π₯Gondar boba'aa oolte Raayyaa Ittisaa Fi Faannoo Gidduutti Waraanni Adeemsifama jira Christian media" on YouTube
https://youtu.be/3xyaGKHteUQ
https://youtu.be/3xyaGKHteUQ
YouTube
π₯Gondar boba'aa oolte Raayyaa Ittisaa Fi Faannoo Gidduutti Waraanni Adeemsifama jira Christian media
Odeeffannoowwan Kiristaanummaa Argachuuf Subscribe, Like,Comment,Share taasisaa #Christianmedia #drabiy #Araratv #FaarfannaaAfaanoromoo
#Jaalala #Abelbirhanu #Abrahamtarre #Gutushifera #Awterukebede #zerfekebede #Teddytaddese #EphremAlemu #Melkamusenbetaβ¦
#Jaalala #Abelbirhanu #Abrahamtarre #Gutushifera #Awterukebede #zerfekebede #Teddytaddese #EphremAlemu #Melkamusenbetaβ¦
Watch "π΄Paasterichi Mana hidhaatii Gadhiifaman..Raajii Masarat Taayyee Maal godhan? Oduu Christian media" on YouTube
https://youtu.be/BXPwF_8pqnU
https://youtu.be/BXPwF_8pqnU
YouTube
π΄Paasterichi Mana hidhaatii Gadhiifaman..Raajii Masarat Taayyee Maal godhan? Oduu Christian media
Odeeffannoowwan Kiristaanummaa Argachuuf Subscribe, Like,Comment,Share taasisaa #Christianmedia #drabiy #Araratv #FaarfannaaAfaanoromoo
#Jaalala #Abelbirhanu #Abrahamtarre #Gutushifera #Awterukebede #zerfekebede #Teddytaddese #EphremAlemu #Melkamusenbetaβ¦
#Jaalala #Abelbirhanu #Abrahamtarre #Gutushifera #Awterukebede #zerfekebede #Teddytaddese #EphremAlemu #Melkamusenbetaβ¦
Dubartittiin Icciitii Dabalataa Gadi guurte
Dubartiin Guyyaa muraasa dura Daa'imman lama qal*tee Abiddaan gub*dee Ajjeefte Daqiiqaa muraasaan dura Burayyuu Naannoo Saansusii jedhamutti too'atamuun ishee dhaga'ameera.
Icciitii Ajjee*chaa Daa'imman lamaanii Waan Poolisiitti himte...itti fufaa dubbisaaπππ
https://www.christiannewsethiopia.com/?p=821

Watch "πGurbaa Haadhasaa Ajjeesetti Duβi Murt...Ameerikaan Seera Kiristaanota Dararu Baafte Christian media" on YouTube
https://youtu.be/RjLRJDkCZ8M
https://youtu.be/RjLRJDkCZ8M
YouTube
πGurbaa Haadhasaa Ajjeesetti Duβi Murt...Ameerikaan Seera Kiristaanota Dararu Baafte Christian media
Odeeffannoowwan Kiristaanummaa Argachuuf Subscribe, Like,Comment,Share taasisaa #Christianmedia #drabiy #Araratv #FaarfannaaAfaanoromoo
#Jaalala #Abelbirhanu #Abrahamtarre #Gutushifera #Awterukebede #zerfekebede #Teddytaddese #EphremAlemu #Melkamusenbetaβ¦
#Jaalala #Abelbirhanu #Abrahamtarre #Gutushifera #Awterukebede #zerfekebede #Teddytaddese #EphremAlemu #Melkamusenbetaβ¦
Amma yeroo ilaaltan dhuguma Rakkina armaan gadii kana dabarseera jettanii hin Amantan.."Faarsaa Lafan dhufeen beeka" jedhuun kan beektan Faar Dirribaa Dinquu.
Farfataa Dirriibaa Dinquun kan dhalatee godina shawwaa lixaa Aanaa Daannoo ganda bakkee sirbaa keessattii yoo tahu Kan guddate ammoo godinuma shawwaa lixaa Aanaa Adaa bargaa magaalaa Incinnii keessaattiidha. Faarfataa Dirribaa Dinquun ijoolluumaa isaattii nama jireenyaa mijaata dabarsee ykn jaalala haadhaaf Abbaa argatee osoo hin taanee hamma muraasas tahu farfataa rakkina hedduu keessummeessedha....
...itti fufaa dubbisaaππππ
https://www.christiannewsethiopia.com/?p=864

Watch "π΄Yakkamtootatti Murtaa'eπ₯Yerichi HammaateeraβοΈWaldaatti Waan Ciggaasisaa raawwatan Christian Media" on YouTube
https://youtu.be/DySNVnSG520
https://youtu.be/DySNVnSG520
YouTube
π΄Yakkamtootatti Murtaa'eπ₯Yerichi HammaateeraβοΈWaldaatti Waan Ciggaasisaa raawwatan Christian Media
Odeeffannoowwan Kiristaanummaa Argachuuf Subscribe, Like,Comment,Share taasisaa #Christianmedia #drabiy #Araratv #FaarfannaaAfaanoromoo
#Jaalala #Abelbirhanu #Abrahamtarre #Gutushifera #Awterukebede #zerfekebede #Teddytaddese #EphremAlemu #Melkamusenbetaβ¦
#Jaalala #Abelbirhanu #Abrahamtarre #Gutushifera #Awterukebede #zerfekebede #Teddytaddese #EphremAlemu #Melkamusenbetaβ¦
.
DHIIRA DHUGAAN SI JAALATE
βββββββββββββββ
Hundumatti si beeksifata !
Sirritti si kunuunsa, gammachuu keetif dhiphata !
Ati akka kan isaa qofa taatetti si lakkaa'a
Ija ija keessa si ilaala !
Waa kee sirritti baruu barbada
Si argachuu isaatti nama carraa qabeessa of godhee hundatti odeessa !
Namaan yeroo wal si barsiisu miira gammachuutini
Isatu yeroo hunda dursee siif bilbila !
Yeroo hunda si faana dabarsuu jaalata !
Waanuma fedhetti sitti hin hinaafu !
Waan ati gaafatte kamiyyuu siif guutuf duubatti hin jedhu !
Waan qabu hundayyuu sitti hin hambifatu !
Waan fedhe balleessitu muufii malee dhiifaman bira darba !
Ilaalchi kee isa biratti iddoo guddaa qaba !
Oduu kee hunda seeqee taphata !
Waanuma si biratti argame qofaaf gammachuun itti dhaga'ama
Kabjaan ofitti si qabata !
Anarra jechuu dhiisee anaa fi si'i jedha !
β€ Dhumarra yeroo inni jaalala keen waxalamee harka sitti kennatu akka si jaalate adda baafatta !!
βββββ½β¦πΉβΏπΉβ¦β½βββββ

#DARGAGGOOTAAF
Dargaggummaan umurii dhala namaa keessaa yeroo baay'ee hawwamaadha. Bara humni jiru, bifa tolan, bara hojjechuuf yeroo qaban, bu'anii ba'uun namaaf salphatuudha. Filannoon jireenyaa kan heddummatu umurii kanatti. Boca jireenya keenya gara duraa kan murteessus sadarkaa kana!
Ega umurii dargaggummaa keessatti. warreen biroon immoo borii isaanii har'a keessatti dukkaneessaa jiraatu. "Youth is the best time to be rich, and best time to be poor" jedhu warri adii!
qarshiin dhabe, fira na gargaaru hinqabu.waan hinqabne yaaduu dhiisii, waan qabdu yaadadhu. Marattee taa'uu dhiisii ka'ii socho'i!
Dargaggeesi Ba'aa matii ta'ee jiraata osoob Maatii isaatu yaadda'a osoo hintaane, maatii isaaf yaada!
Addunyaa kanarraa baay'inaan toora duraa irra kan jiru dargaggeessa. Biyya kana keessaas dhibbantaa 77 dargaggoota akka ta'an qorannooleen addeesu. Kan nama gaddisisu garuu carraa nuti qabnu kun akka albuuda Afirikaati.Humni har'a qabdu bor ni dhiba. Umuriin namaa dungoodha.
Dammaqi!
@ABBAA_BIYYAAF

SAGALEEN WAAQAYYOO HIN DULLOOMU (Yeroon irra hin darbu)
β Tajaajila wangeelaaf gara biyya Jarmaniitti lallabuudhaaf kan affeerame wangeelaawwii Boonkeen ganamaan bakka hoteelaa qubatee deemsa miilaa gabaabaa erga taasisee booda bakka bashannanaa tokko seenee taa'e. Cina isaatti dargaggoota gara digdamaa ta'an, dargaggeessa caama aduu ho'ifatan arge.
β Yeroo dheeraa erga callisee booda dubbii tokko dubbachuun afaan saaqqate yeroo hundumaa waan taasisu carraa kanatti fayyadamee misiraachoo wangeelaa dubbachuu waan barbaadeef.
Boonke: "Aduun ganamaa akkamidha?" jedheen dubbadhe.
Dargaggeessa: "Gaaridha baay'ee namatti tola" naan jedhe.
Boonke: "Aduu bareedaa kana kan tola nuuf kenne beektaa?" jedhe.
Dargaggeessa: "Hin beeku" jedhe.
Boonkee: "Macaafa Qulqulluu dubbiftaa?" jedhe.
Dargaggeessa: "Fuula isaa walitti guuree hin dubbisu maafan dubbisa macaafni qulqulluun kan dulloomedha. Macaafa yeroon irra darbedha. Akkuma ana argitu ani dargaggeessa jaarraa 21 keessa jirudha kan ana gitan kitaabilee haaraa filoosoofii of keessaa qaban dubbisa malee macaafa qulqulluu dulloomee fi barri irra darbe maal naaf godhaan dubbisa" jedhe.
Boonkee: "Daqiiqaa muraasa ergan callisee booda kallattii marii waanan jijjiire fakkeessee "amma asii maal hojjetta?" jedheen.
Dargaggeessa: "Natti tolee aduu hoo'ifataan jira" jedhe.
Boonkee: "Aduu maaliif hoo'ifatta dargaggeessi akka kee jaarraa 21 keessa jiru aduu dulloomtuu kana hoo'ifachuun irra hin turre. Barri aduu waggaa miliyoona baay'ee akka ta'e saayinsiidhaan akka gorfamte nan amana. Kanaafuu dargaggeessi akka kee waan haaraa barbaaduu qaba malee wanta dulloomaa barbaaduu hin qabu." jedheen dubbadhe. Dargaggeessichi bitaa itti galee dhaggeeffachuu jalqabe.
Boonkeenis itti fufee "argitee aduun dulloomtuu yoo taate illee har'as ifa kenniti! Hoo'i ishee hin hir'anne, Surraan ishees hin hir'anne, sanyii, bifa, amantaa utuu adda hin baasin hundumaaf ibsiti! Macaafni qulqulluun akkasi! Har'as dhala namaa hundaaf ni ibsa, bilisa baasa, ni jijjiira. Ifni aduu gara kee kan dhufe fageenya maayila miliyoona 93 irraati. Ati garuu gara aduu deemuf baay'ee itti hin dhamaane.
Yommuu bari'u ifa aduutiif balbala bantee amma immoo baatee aduu fuuldura teessee yeroo hundumaa ifa aduu fi hoo'a isheef of kennite. Sagaleen Waaqayyoo kan sirraa eegu kanadha. Garaa kee sagalee isaa fi humna ifa isaaf bani! Dhugaa keessa isaa jiruuf of kenni!
Dargaggeessa: "Itti tolee fuula ifee dhaggeeffachuu itti fufe"
Sagaleen Waaqayyoo hin dulloomne har'as ni hojjeta. Bara baraanis jiraatadha. Ifni sagalicha irraa maddu amantii fi abdii isa keessa dhokfame dadammaqsee gara jireenya bara baraatti gaggeessa. Macaafni qulqulluun sagalee Waaqayyooti. Qajeelchaa jireenya keenyaa godhannee yeroo hundumaa waan hunduma caalaas yeroo kenninee qo'achuu, xiinxaluun nu irra jiraata.
@Getu_Official
ππππππππππ
Join telegram @ABBAA_BIYYAAF

Forwarded from Yoottaam
AKKAM JIRTU?
Waa'ee homosexual (gay) (saala wal fakkaataa) maal beektu?
Barreefama kana hanga xumuratti dubbisi!
Dhihoo kana akkuma miidiyaa hawaasaa adda addaa irratti mul'ataa jiru, namoonni ani saala koo kan Waaqayyo naaf kenne osoo hin ta'in saala koo anatu filata; namoonni jedhan baay'achaa jiru.
Akkasumas Finfinnee keessatti hoteela haaraa gamoo guddaa baankii daldala Itiyoophiyaa keessatti banamee jira. Hoteela kana kan bane sheefii beekamaa Shef Marcas kan jedhamu; dhalataa Itiyoophiyaa, garuu biyya alaatti kan guddateedha. Maarree kun homosexual wajjin maal wal qabata jechuu dandeessu!
Hoteela kana keessatti namni tokko yeroo keessumsiifamu saala isaa ilaalanii abbee yookiin intala jedhamee waamama osoo hin ta'in saala ofìi keetif filatta waan ta'eef namni hundinuu isaan yookiin akka amma namoota jaarsolii itti waamnutti waamamuu jechuudha.
Kana jechuun suuta suuta homosexual yookiin hariiroo dhiiraa fi dhiiraa yookiin dubaraa fi dubaraa biyya keenya keessatti babal'isaa jiru. Dhiira fi dhiirri yookiin dubaraa fi dubarri walii wajjin jiraachun immoo fuula Waaqayyoo duratti cubbuu baay'ee ciggaasisaadha.
Kan Waaqayyoo namootaaf eeyyame, dhiirri tokkoo fi dubarri tokko akka waliin jiraataniifi. Namonni Waaqayyoon morman garuu dhiira ta'uu yookiin dubara ta'uu keenya nutu filata dhaadannoo jedhu qabu!
Kana immoo aadaan keenyas,
amantaa biyya keenyaa keessa hin jiru! Hundumtuus kanaan ni morma.
Brother sister kun na hin galchu! Hin jedhin! Wanti kun yoo altokko biyya keenya keessa seene, yoo nu ta'uu baatellee ijoollee keenya mudachuu danda'a. Mee itti haa yaadnu; namni akkamitti dhiira ta'ee dubarri bareedduu osoo jirtuu dhiira akka isaatii hawwaa? Horiin illee akkas hin gootu. Gaafa Waaqayyo sammuu isaatti dabarsee nama laatu kunoo akkasidha, namni akka horii osoo hin ta'in horiidhaa gaditti akka yaadu isa taasisa!
Waaqayyo sammuu dhalootaa haa qajeelchu!
Abbootiin keenya yeroo qaama isaanii zayitii hoo'aa dhaaf laatanii morma isaanii billaatti laatan nuti immoo yeroo waan kanaan mormuu dhiisnu seenaan nu gaafata. Bara nuti jiraannutti wanti hamaan akkasii akka iddoo hin arganne gochuu qabna!
Kanaaf anis atis dirqama tokko haa baanu. Miidiyaa hawaasaa qabnu hundumaa irratti suuraa gubbaa jiru, profile picture godhachuudhaan homosexualidhaaf uummanni oromoos ta'e, uummanni biyya keenyaa Homosexual (gay) dhaaf iddoo akka hin qabne haa muldhisnu.
Kutaa lammaffaa Wangeelli waa'ee Homosexual maal jedha kan jedhuun walitti deebina!
Sanbata dhufaa jiru kana mormii guddaan Finfinneetti ni gaggeeffama ati yoo achitti argamuu baattellee suura gubbaa jiru "profile picture" kee irra godhachuun homosexual akka mormitu beeksisi!
Dabalataanis barreeffama kana nama amantaa kamiyyuu ta'e hundumaaf share gochuudhaan dirqama nurra jiru haa baanu jedheen dhaamsa koo har'aa xumura. Waan hanga ammaatti dubbiftaniif Galatoomaa! Yoo xiqqaate namoota 20f ammuma #Share godhi!
Written βοΈ @yoottaam
@β€ β β² π
πππππ ππππ πππππ ππππππ πππππππ α·
πππππππππ
https://www.tg-me.com/+e5miWPJD1o43Zjdk
ππππππππππ
β€ β β² π
πππππ ππππ πππππ ππππππ πππππππ α· α·

HOW ARE YOU?
What do you know about homosexuals?
Read this article to the end!
Recently, as has been seen on various social media, people are saying that I choose my gender rather than my God-given gender; more and more people are saying.
A new hotel has also opened in Finfinnee in the main building of the Commercial Bank of Ethiopia. The hotel was opened by celebrity chef Chef Marcas; native of Ethiopia, but raised abroad. Well, you might say what does this have to do with a homosexual!
In this hotel, when a person is entertained, they are not called father or daughter based on their gender, but you choose your own gender, so everyone is called them or as we now call elders.
This means that they are slowly spreading homosexual or male-male or female-female relationships in our country. Living together between a man and a man or a woman and a woman is a very heinous sin in the sight of God.
What God allowed for humans was for one man and one woman to live together. But those who oppose God have the slogan that we choose whether we are male or female!
And this is what our culture is,
it is not in the religion of our country! Everyone is against this.
This brother sister doesn't get me in! Don't say it! If this stuff once enters our country, it can happen to our children, even if it's not us. Letβs think about it; How can a man be a man and desire a man like him when there is a beautiful woman? Even horses donβt do that. When God gives man over to His mind, it makes him think less than animals, not like animals!
May God guide the minds of the generation!
When our ancestors gave their bodies to hot oil and their necks to the sword, history will ask us when we stop resisting. We must prevent such evil from happening in our day!
So let you and I have a duty. Let's show that there is no place for homosexuals in the country by having the top picture, profile picture on all the social media we have.
See you in Part Two of What the Gospel Says About Homosexuality!
There will be a big protest in Finland this coming Saturday and even if you're not there, put the picture above on your "profile picture" and let them know you're against homosexuality!
I would also like to conclude my message today by sharing this article with everyone of any religion. Thanks for reading so far! #Share to at least 20 people now
β
@ABBAA_BIYYAAF
https://www.tg-me.com/ABBAA_BIYYAAF

Telegram
π«ABBAA BIYYAA β€β€
π‘The main aim of A/B it's founded for you to make you joyful,entertain,and delight while you are in stress and in every circumstances.sagalichi nijiraachisaβ€, YouTube subscribe π«π https://youtu.be/PdMUECNTFMY π«
Yaadaf:@Siabbanfiraa & @Siabbanfiraa_bot